cookie

We use cookies to improve your browsing experience. By clicking «Accept all», you agree to the use of cookies.

avatar

📚👉 Gola beekumsa📚Gɑlɑɑnɑ Kitɑɑbɑɑ📚

Show more
The country is not specifiedThe language is not specifiedThe category is not specified
Advertising posts
190
Subscribers
No data24 hours
No data7 days
No data30 days

Data loading in progress...

Subscriber growth rate

Data loading in progress...

sijaalladha W. B .O situ na barsiisee malummaa koo situ na falmee eenyummaa koo ati maal naaf hin tanne warrana koo ano sijaalladha Bilisummaa koo ano si'i abdadha oromoo koo Abdii sabaa oromoo guyyaa gaafa Roorroo guyyaa gaafa rakkoo situ dafee na dhagaa iyyaa koof dhugaa baftan si na abdadha dhugaa dhukubni koo dhubaa keeti dhukubni kees dhukubaa kooti nu wal malee hin jiranuu nu wal malee hin jijjiruu OROMIYAA haadha keenyaa tokkitti OROMIYAA akkam gone gana karaati lakkii hin gatuu karaati kaleessaa abdii siirraa qaba sabni keef dhugaati jiratanii....... .. garbummaa yoom jaalatee jirtanii sammuu kee bilisaa bafte jirtanii Saba keef Bilisummaatti jirtanii dhiyaate kuno Bilisummaa koo diyaate kuno warrani koo dhiyaate kuno finfinnetti Guyyaa gaafa 9/2/2022 galgala sa'aati 5:00 #maatii Gola beekumsa warranaa Bilisummaa oromoo keenyaaf✍ 📚👉 Gola beekumsa
Show all...
Repost from Kitaabota-books
✈️✈️✈️#share✈️✈️✈️ 👇👇👇#join👇👇👇 @kitaabotaGaraagara
Show all...
Sammuu kee Amansiisi Ati Nama Guddaa Ni Taata".!! ==================== ~Atti ofii keeti haala amma irraa jirtuu ilaalte,maalif xiqqoo tahe jette ofi hin tuffattin......!! ~Yoo haala kee ilaalte maliif xiqoo taahe jette kan ofi tuffattu taate ati yommiyyuu tahe nama guddaa ta'uu hin dandessuu beeki..!! ~# Namonni gurguddaan Addunyaa kana irraa jiran hunduu yeroo jalqabaatiif nama xixiqqoo turan...Namni kamiiyyuu kani isaan hin beekneedhaa..!! ~#Yeroo booda garuu, ~Beekumsa isaani dabalaa, ~Ilaalchaa isaani bal'dhisaa ~Amantii isaani jabeessaa ~Yaada isaani qajeelchaa ~Mul'dhataa isaani guddissaa ~Murannoo isaani ciimsaa Kan dhuufanidha....!! Haalumaa kana irraan amma garuu kani irraa jiran # Eenyummaa isaani isa guddaa uumanii jiruu....!! ~kanafuu Nuti Nama xiqaadhaa jennee maliif of tuffannaa?? ~Namnni kamiinuu jalqaba irraa guddaa tahe hin dhalatu..!! Ykn "# Namnii guddaan guddaa tahe hin dhalatu,guddaa ta'uuf ofiin of guddisa malee"...!! Eyyeen enyulleen guddaa tahee hin dhalanne..!! "Namonnii gurguddaan kan adunyaa irratti hojjiidhan beekkamoo tahani mul'dhatani, akkasumas sadarkaa wantootaa adda addattin adunyaaf gahee guddaa hojjatanni maqa wamsisan,isaan kunniinuu daa'imaa turani...uffattaa fincaanii isaanii haadhaa fi abbaa issanituu irraa jijjiraan isaan hirkatootaa maatii isaanis turan....!!! "# Garuu amma namoonni kunniin jireenya hirkattummaa kessaa of baasaani,amma sadarkaa guddaa irraa kan jiraanidha..!! # Argitannii jireenyii hundumaa keenyaa akkamiin sadarkaa daai'imummaa irraa gara ijoollummaa,keenyaatti hirkattummaa jalaa akka baanu nu barsiifti....!!! # Jireenyaa amma irraa jirrurraa ykn akkamiin hirkattummaa ijoollummaa irraa akka adda baanu barsiisuun moo'ichaaf of qopheesinaa..!! # Yeroo Daa'imummaa keenyaatti Otuma deemnuu kufnaa. Hammam osoo kufneellee abdii hin kutannu....ammas deemuuf ni yaalla malee...!! # Namaa guddaa taahuf qabsoon jiruu isaa kana faana wali fakkata...!! # Wantaa feedhes taahuu abdii kutuu dhiisuu qabna saba orommof naaf
Show all...
Jalalalleen dhugaa jaalallee isaa gara sireetti hin ariifachiisu! @📚👉 Gola beekumsa📚 @📚👉 Gola beekumsa📚
Show all...
SAMMUU KEENYATTI HAMMAM FAYYADAMAA JIRRAA? ▬▬▬▬▬▬▬▬▬ ➲ Dandeettiin sammuu namaa dhokataadha. Yommuu ittiin hojjetan ba'ee mul'ata. Ittiin hin hojjenne taanaan garuu sammuun dadhabaa fakkaata. ➲ Sammuu ofii hojjechiisuun dandeettii horachiisuu utuu hin taane, dandeettii sammuu sanaa hojiitti hiiksisuudha. ▷ Saayintistiin guddichi dhalootaan Yihuudii, lammummaan isaa Ameerikaa ta'e Albeert Enistaayin utuu addunyaan hamma sana sammuu isaa ajaa'ibsiifattuu akkana jedhe, "Dandeettii sammuu kootti harka dhibba keessaa harka digdamii shan (25%) qofaan waanan fayyadame natti fakkaata!" Jedhe. ▷ Hayyuun Wiiliyaam Jeems jedhamu immoo giddu galeessaan ilmaan namootaa 10%-12% qofaa sammuu isaaniitti akka fayyadamanii darban ibseera! Kana jechuun sammuun ilmaan namaa heddumminaan hojii isaa utuu hin hojjetin akkuma waliin dhalatetti waliin du'a jechuudha. Biyyeen albuuda guddaa hammana ga'u kuufachaa jirti! ➲ Addunyaa kana caalaatti dandeettii sammuu namaa qabeenya isaa kan godhate biyyeedha jechuudha. Dhoksaa isaa akka hubannu waaqni nu haa gargaaru! ➦ Gαℓαтσσмαα!!! Υєʀσσ Gααʀιι sʜᴀʀᴇ◈sʜᴀʀᴇ◈sʜᴀʀᴇ​ @📚👉 Gola beekumsa @📚👉 Gola beekumsa📚 🔺ᴊᴏɪɴ🔺
Show all...
🙌 Nagaa fi ayyaanni bakka jirtanitti tokkoo tokkoo keessaniif haa baay'atu. 🙌 Yaada qabdan karaa channel kan ibsachuu in dandeessu @Maatii Gola Beekumsa 📚👉 Gola beekumsa . ☜ Yeroo dhihootti nu eegaa! #Share gochuudhaan nu cinaa dhaabbadhaa!
Show all...
Repost from Leadership
➊. Iddoo Hundumaatti gaarummaa hojjedhu! Yoos maqaan kee bakka gaaritti waamama. ➋. Eenyummaan kee inni qajeelaan bakka oolteen utuu hin taane, hojii bakkichatti hojjetteen madaalama. ➌. Amma dandeessu namoota onnachiisi! Nama tuffachuu hundumtuu gochuu danda'a waan ta'eef. ➍. Gammachuu argachuu kan dandeessu gaafa kaayyoo keetiif jiraattudha. ➎. Yeroo keetti fayyadami! (Use time wisely) sʜᴀʀᴇ◈sʜᴀʀᴇ◈sʜᴀʀᴇ​ @Gaggeessummaa @Gaggeessummaa 🔺ᴊᴏɪɴ🔺
Show all...
Repost from Leadership
Milkaa'insa Jireenyaaf Dadammaqiinsa Qabaachuu Qabdu: ----------------◆◆◆---------------- "Hundumaa dursitee gaaffilee armaan gadii kanaan yaada kee akka madaaltu sin gorsa!" ----------------◆◆◆---------------- ➾ Jireenya kee milkeessuuf maal hojjetaa jirta? ➾ Wanti humna kee itti fixaa jirtu fiixaan ba'iinsaa fi milkii jireenya keetiif si gargaaraa? ➾ Har'a maal hojjette? ➾ Jireenyi kee fuulduratti taakkuu tokko akka tarkaanfatu gootee jirtaa? ➾ Yeroo hundumaa hojii hojjechaa ooltu madaallii irra keessee ni miijantaa? ➾ Hojii kee isa kamtu gaarummaa fi milkaa'inaaf karaa bana? ➾ Hojii kee isa kamtu gufuu sitti ta'uu mala? ➾ Yaada kee keessatti yeroo hundumaa kan sitti hasaasu tattaaffii ati galma miidhagaa kee bira gahuuf gochuu qabdu moo waanuma har'aaf argamee boruuf si hin fayyadne dha? ➾ Karoora kee waan miidhuu danda'uu fi si milkeessuu danda'u adda baafattee jirtaa? ➾ Hojii hojjettuuf yeroo hundumaa gaabbiin sitti dhaga'amaa? ➾ Maal utuu fooyyessitee si gammachiisa? ➾ Utuu maal siif ta'ee jaalattaa? ➾ Tattaaffiin kee hoo maal fakkaata? ➾ Utuu maal gootee hawwitaa? Wantichi immoo hammam si gargaara? ➾ Kaayyoo fi mul'ata kee waliin ni adeemaa? ... Of gaafadhu! Deebii isaa barreessii olkaa'adhu!...✍ @Gaggeessummaa @Gaggeessummaa
Show all...
Gogoriifi lukku lukkuu akkam jirta gogorrii yaa firaa koo durii obsike akkami ni ulfaata qoorii? ollaan kee nagaadhaa simbirroonnii hundaa ilmaan keefi nyaata yeroodhaan ni lattaa? maaliif duutaa diidaati maaliif hin galtuu manatti Bilisummaa argatta siraa akka koo kanatti Gogorrii Ani nagaa kooti ilmaan koo akkasi dhagahi jechaa koo obsaan na caqasi akka waan gootomtee barii maaliif iyyitaa akka waan guddatee kochoo kee bal'iftee........ maqaa keenyaa badee cabakee akkan Kochokee haadhuu keetin sanyiin arabsamnu meeta'in ilaali sanyiin keenya gamna sololi'aa gugee rizaafi harrageessaa kan akka joobira qamin kee ogeessaa........ sababaa kee boonye hammamiif gaddina Garbichaa ta'uun kee nuu maraaf salphinaa Erga tole jette narra adda baate habaqii filaatee sanyii kee gurgurtee dhagahi dubbi koo sin gorsa hammii koo kan atii filaatee firaa miti diinaa yookiin si'i gurguraa fedhe sicininaa fedhee si qalatee foon keeti geraraa fedhe gabaa baase horiin si geddaraa mee ta'ii ilaali mana bultee beektaa? nyaata ati nyaatuus sirraa hafee beekaa? Barii lafaa kaate rammoo bu'aa oolta mina kee faltiidhan huuruun waan biraa faalta qulqullu hin beektuu waan hallattu waardiyyaa dhabbatte barii lafaa iyyitaa ofii irriba dhabdee nama dammaqsitaa atoo fayyaa duute mee maaliif maraatta? ani gogorriidha maqaan koos midhagaa bakkii jireenya koos mana miti laga halli jireenyaa koos anaan natti midhagaa anaaf ta'eeran mana ormaa deemee ani garbicha hin ta'uun habaqii maraasaf bor halbeef hin ta'uun nagaati yaa lukkuu nagaati nagaati lamu nan argitu galee bosonatti 📚👉 Gola beekumsa📚Gɑlɑɑnɑ Kitɑɑbɑɑ📚 https://t.me/+R5CA7oUKGUM5MTk0
Show all...
🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹 Kitaaba haalaan namatti toluudha buusaa dubbisaa 🌹🌹🌹🌹 @seyfal_islaam2nd @seyfal_islaam2nd
Show all...