Misbaah Gurgurtaa Mobile fi Meeshaalee Electroniksii. Magaalaa Gachii
Open in Telegram
Mana Gurgurtaa Mobaayili fi Meshaalee Elektrooniksii Misbaah Magaalaa Gachii Masjida Guddaa fulduratti argamna Meeshaa qulqulluu gatii Madalawaan Kottaa bitadhaa. Odeeffannoo dabalataf bilbilota armaan gadiin nuuf bilbila. 👇👇 +251911597270 +251936025865
Show more325
Subscribers
No data24 hours
No data7 days
No data30 days
Posts Archive
Page jalqabaa yeroo siif fidu
1: sign in bakka jedhu biraan rogafuree jiru ruqxa
2: Sign up isa jedhu tuqxa
3: maqaa kee, E mail kee fi password kee galchita
4: gadi siqxee sign up isa jedhu cuqaasta. Sana booda waan galmoofteef doolaa kudhan siif galmeessu. Baasii hin qabu galmaa'ii ilaali
https://zd6-video.xyz/7353662785766912/
Linkii kana tuqxanii namooni galmaahu barbaadan akaktaa galmee isa akka sura irra jiru sanadha tokko jettani ala galmooftan taski birri 50 qabaa galmaaha ilaala
Tecno Camon 17pro
Storage 256GB
RAM 8
Camera 64MP
Bilbila cameera ajaayibaa qabuudha namoota camera bayyinaan barbadanuuf bilbila heddu ajayiba taheedha 0911597270
Repost from N/a
https://t.me/Abdinkenyarabbi/268
Ariifachiisaadha, share share share godhaa
Dhimmi isaa dargaggoota musliimaa magaalaa
Finfinnee qulqulluu seeraan ala hidhamaa jiran
ilaallata.
Muummicha ministeera FDRE Kabajamoo
Dr.Abiyyi Ahmad Aliitiif: Abiy Ahmed Ali
Mana maree nageenya biyyoolessaa
Itoophiyaatiif:
▬▬▬▬▬▬▬▬▬●●▬▬▬▬▬▬▬▬▬
© Mujiib Amiinoo
Akkuma beekamu ajaja muummicha ministeera
FDRE Dr.Abiyyi hordofuun magaalattii keessatti
taateewwan gurguddoo fi beekamoo ta'an
raawwatamaa turaniiru. Dhugaadha namni
hedduun iidaa hanga iidaa irratti argamaniiru
taateewwan jidduutti. Milkaa'ina
adeemsichaatiif dargaggoonni islaamaa
hedduun sagantichi nagaan akka xumuramuuf
carraaqqii guddaa godhaniiru.
Eida hanga Iidaatti hidhamuu fi dararaan
cimaan daandii irratti raawwatamaa jiru,
keessumaayyuu Ramadaana 28 - Shawal 2 fi
guyyoota darban keessa hubannee jirra.
Muummichi ministeera keenya Dr.Abiyyi akkuma
beekamu bitootessa 24, 2014, ayyaana iidulfixrii
sababeeffachuun boombii aaraa
muslimootarratti darbatameen waldhabdeen
uumameera. Haadholiin, dubartoonni fi
daa’imman hedduun miidhama qaamaa fi
xiinsammuu irra gahaniiru.
Qorataan haleellaa ittisa yakkaa poolisii
federaalaa konistaabil Ambulaa Utee jedhamu
boombii aaraa dhoose. Shakkamaan kun gosoota
hojii itti ramadameen ala ture, gaazii
imimmaanessuun uummata keessa dhaabbachuu
akka hin dandeenye osoo beekuu, waadaa
uummataatti galeera, akka hin baane
dhorkame. Sababa jeequmsaa fi miidhaan
qabeenyaa dhaabbilee mootummaa fi dhuunfaa
irra ga’e qaama kanaa ta’uu qorattoonni
ibsaniiru.
Poolisiin qorataa fi ijaarsi nageenyaa madda
rakkoo adda baasuun mana murtiitti miseensa
poolisii federaalaa ta'uu isaa ibsuun gama
biraatiin jeequmsa iid alfixrii kanaan wal
qabata.
Qeerroo muslimaa magaalaa finfinnee keessa
jiraatan irratti hidhaan jumlaa raawwatamaa
jiraachuu fi qaama haqaa fi poolisii bu'uura
ta'e osoo hin dubbisne namoonni muraasni akka
carraatti fudhachuun ummata keenya walitti
buusuuf akka jiran hubatameera. nd
mootummaa.
Sababni jeequmsa kanaas dhoo'iinsa boombii
aaraa miseensi poolisii federaalaa raawwatamee
fi haala qorattoonni mana murtiitti dubbataniin
akka ta'e ifa ta'ee jira malee dargaggoota
hidhuuf yakka kamiinuu kan wal hin qabanne
ta'uu isaati.
1,Warri sagantaa iidaa hanga iidaatti
mootummaa irratti gumaacha qabdan karoora
baafadhaa.
2,warreen yeroo sagantaatti walitti bu'iinsa hin
barbaachifne keessa akka hin seenne carraaqqii
guddaa godhan qaamota muraasaan
3,kasaaraa guyyaa iidaa mudataa ture hir'isuu
danda'anii jiru jeequmsi akka hammaatuuf
keessumaayyuu iida booda yeroo dheeraadhaaf
mana manaatti sakatta'uudhaan to'annaa jala
oolfamanii jiru humnoota rity.
Himatni isaanii hedduu kan hin ibsine fi kan hin
ibsine, karaa biraatiin, hidhaa fi dararaa
maqaa qulqulluu itti moggaasuun, akkasumas
keessumaayyuu jeequmsa poolisiin
mootummaatiin uumame keessatti kan miira
keessa galu muraasa ta'us Ly hirmaate, dhimma
salphaa dha. Dhiifamaan bira darbamuu
danda'a, garuu namoota dhuunfaa fi garee
sirna haqaa keessatti, hariiroo ummataa fi
mootummaa gidduu jiru. Haala nama
kofalchiisu keessa darbaa jira. Daandii inni
qabate qoruu qabu.
Kanaafu mummicha ministera keenya waan
taataniif pirojektii iid hanga iidaatti waamicha
kan gootan fi miseensonni diyaaspooraa gara
biyyaa seenanii akka hirmaatan ajaja
dabarsuun obboleeyyan keenya qulqulluu kan dii
keessatti argaman akka gadi lakkifaman
kabajaan isin gaafanna Buufataalee fferent fi
manneen hidhaa Magaalaa Finfinnee fi
miseensonni hojii raawwachiiftuu waamicha
muummicha ministeeraa taasisan jechuun
komishiniin poolisii federaalaa beeksise. Shiinii,
Tajaajila Odeeffannoo fi Nageenya
Biyyaalessaa, Neetworkii odeeffannoo. Ejansii
nageenya, mana maree nageenya biyyoolessaa
Itoophiyaa... Ammas dhimmicha akka furtan
jenna.
▬▬▬▬▬▬▬▬▬●●▬▬▬▬▬▬▬▬▬
Ariifachiisaadha, share share share godhaa
https://t.me/Abdinkenyarabbi/268
Repost from N/a
𝐘𝐨𝐨𝐦𝐮𝐮 𝐬𝐢𝐧 𝐠𝐚𝐚𝐟𝐚𝐧𝐧𝐚𝐚 𝐖𝐨𝐫𝐫𝐢 𝐠𝐮𝐛𝐛𝐚𝐚 𝐭𝐞𝐞𝐬𝐬𝐚𝐧...
Repost from N/a
Mootummaan Afgaanistaan Magaalaa Gudditti #Kaabul keessatti Masjiida #Masjiidal_Aqsaa Fakkaatu Ijaarsisee Guyyaa arraa Masjiida ijaarsise kanas Akka eebbisiise Media leen gabaasuutti jiran.
Isaaf Hojiisaa Yoo tahu Nuun /Ummata Itoophiyaatiif garuu Raajii nutti fakkaata.
Sababnisaas Biyya Kanatti Kan mullataa tureefii mullataa jirus MOOTUMMAA MASJIIDA YOO DIIGUUF DIIGSISU YKN GUBUUF GUBSIISU MALEE yeroonni ijaarus tahee Ijaarradhaafuu Si'aayinaan eeyyama godhu arginee waan hinbeekneefikaa!!
Repost from N/a
Nashiidaa Ustaa #Raayyaa_Abbaamacaa Haaraa Sagalee /Vol-35
Dhimma Majlisee jedhaa dhaggeeffadhaa
https://youtu.be/xI_P1cT1XLk
Repost from N/a
Taajjabbii Wolgahii Majlisa Federaalaa gidduu kanaarratti ta'e
#Gaalii_Abbaabooriin
**
@Garee Faallaa Jijjiiramaa
Jara kana irraa qabxiilee sadii gurguddoon taajjabe
1. Ajandaan isaan geggeessan dhimma amantii osoo hin taane ajandaa qaamni biraa bocee itti kenneedha. Ajandicha kana immoo qaama mootummaa keessaas namoonni quba qabaniifi isa bira dhaabbatan ni jiru. Abbootiin ajandichaa immoo dhibbentaan guddaan finxaaleyyii warra Mahbara quddusaan jedhamanii akka ta'en taajjabe. Yeroo as dhiheenyaa kana qaama hunda caalaa isaantu warra faallaa jijjiirama gumii dhimma Islaamaa waliin dhaabbataa jira.
2. Fedhiin isaanii guddaan osoo gaaffiin dhimma majlisaa hin furamin yeroon dheerachuudha. Sababni isaan yeroo dheeressuu fedhaniif aangoo irra turuu, yoo danda'an immoo aangoo sana irratti hafuu barbaadaniiti. Hanga yeroon dheerataa deemuun namoonni jijjiiramaaf qabsaa'an nuffaa deemu. Gariin dhiisanii adda bittinnaa'uunis ni mala; tokkummaan jidduu isaaniis laafaa deema. Kun immoo warra aangoo irra turuu fedhuuf carraa guddaadha.
Warri faallaa jijjiiramaa aangoo irra turuuf jecha aarsaan isaan hin kafalle hin jiru. Aangoo isaanii eeguuf yoo Muslimni guutuun wal qoode ykn wal loles isaanitti tola. Kaayyoo amanticha guddisuu homaa waan qabanis hin fakkaatu. Tooftaas jijjiiraa deemu. Guyyaa tokko sodaachisuudhaan as ba'u; dhiigatu dhangala'a balaa guddaatu uumama jedhu. Yeroo gaaffiin cimee dhufe immoo amala gaarii fakkaatu fudhatanii as ba'u. Warri jijjiirama barbaadu kanaan gowwoomuun ni mul'ata.
3. Warri faallaa jijjiiramaa jiru tokkummaafi cimina Muslimaa hin fedhan. Ganamaafi galgala ajandaa Muslima qoodu uumuu irratti xiyyeeffatu. Qaama tokko ta'ee dhaabbata hunda hammatee hundaaf gaaddisa ta'u ijaarrachuu Muslimootaa hin fedhan. Muslimni yoo cimee tokkummaan ka'e majlisa kana isaan harkaa fuudhee kan ofii godhatee dhaaba cimaa taasisee ijaaraa sodaatu. Kun immoo aangoo isaaniitiif hin tolu. Wanti aangoo isaaniitiif tolu Muslimoonni maqaa adda addaatiin qoodamee wal dhabuu, gareetti wal qoodee wal jibbuu, ajandaa Ashaa'iraafi maaturiidiyyaa jedhu ummata keessa facaasanii burjaajessuudha. Kanaan aangoo dheereffachuufi maallaqa sassaabbachuu barbaadu.
@Garee Jijjiiramaa
1. Yeroo baay'ee tooftaafi shira warra faallaa jijjiiramaatiin ganamu. Amala isaanii kan akka gaararraa jijjiiramuuf deebii wal fakkaataa kennuuf yaalu. Warruma kaleessa isaan kijibaafi gowwoomsaa oole ogga inni guyyaa tokko as ba'ee waa'ee tokkummaa dubbate ykn boo'e amananii jalatti kufu. Osoo hadiisa keessatti "mu'uminni boolla tokko keessatti marsaa lama hin hiddamu" jechuun jiruu marsaa kuma hiddamu.
2. Marii xumuranii ijjannoo cimaafi waloo qabachuu dhabuu: yeroo baay'ee qaamni jijjiirama barbaaduufi kan jijjiirama hin barbaadne walitti dhufanii waliin mari'atanii turan. Qaamni jijjiirama barbaadu ajandaalee irratti ijjannoo cimaafi waloo akka waan hin qabnee abbaan fedhe keessaa ka'ee yaada jijjiira. Yeroo garii akka waan shuuraatti hin amannee ajandaa shuuraadhaan irratti walii galamee jiru sheekni tokko ka'ee jijjiira. Nama abbummaan isaan hogganu dhabuunis ni mul'ata. Sababa kana namuu waan isatti mul'ate haasa'ee ijjannoo waloo wal dhabsiisa.
Maddi Maxxansa kanaa
Fuula Media GAB
Odeeffannoo Woktaawoo garaa garaaf Telegram Channel keenya Hordofaa
@AbdiinkiyyaRabbi
Repost from N/a
Cuunfaa marii dambii majlisaa irratti guyyaa har'aa Caamsaa 09/2014 geggeeffame
@Gali Ababor
💦💦💦💦💦💦💦💦💦💦💦💦
Marii guyyaa har'aa irratti yaanni baay'een hirmaattotaan ka'ullee qabxiilee sadan armaan gadiitu yeroo dheeraa fudhatan:-
1ffaa:- Jechi dambicha keessatti "Ahlussunnaa waljamaa'aa" jedhu 'Ashaa'iraafi maaturiidiyyaa qofa' ta'uu isaatiif ibsi itti dabalamuu qaba yaada jedhuudha. Yaanni kun guyyaa kaleessaa caamsaa 08 kaafamaa oole ta'us har'as maricha dheeressuufi yeroo bitachuuf falmii amansiisaa hin taane armaan gadii dhiheessan.
✅ Majlisni ulamoota amantii Islaamaa turaa hordofaniin waan hundeeffameef dirqama itti dabalamuu qaba. (Affaar irraa Sheyk Alii Miraah)
✅ Aqiidaan Ashaa'iraa sirrii ta'uun kitaaba "Jawharat Attawhiid" keessatti ibsame waan ta'eef itti dabalamuu qaba. (Jigjigaa irraa Sheyk Aadam Ahmad)
☝Deebii yaadolee kana mormuuf kennaman :-
✅ Erga Rabbiin "هو سماكم المسلمين" "Isatu Muslimoota jedhee isin moggaase" jedhee maqaa dabalataa godhannu malee jechuun sirrii miti; yeroo qabsoo 'Dimtsaachin Yissemaas' gareen Ahbaashaa maqaa 'Ashaa'iraa, maaturiidiyyaa' jedhu haguuggatanii rakkoo guddaa uuman waan ta'eef dirmammuu hamaa qabna. (Sheyk Saalih Muh. Daf'ullaah Banii Shaangul)
✅ Sheykh Eliyaas Ahmad deebii bal'aa itti kennanii yaada armaan gadii ibsaniiru:-
* Dhaabbatichi Hammataa yoo hin taane warri Ashaa'iraa hin taane kan akka Dr Jeylaan akkamitti majlisa seenan?
* Aqiidaa Ashaa'iraatu sirriidha yoo jenne warri akka Imaam Ashaafi'iifi sahaabonni warri Ashaa'iraa dura turan baaxila irra turan jechuudhaa?
* Dirqama ijjannoo Al-Ash'arii hordofuu qabna yoo jedhames Abulhasan Al'ash'ariin ijjannoo isaanii jijjiiranii yaada Imaamu Ahmad akka fudhatan kitaaba isaanii 'Al'ibaanaa Fii USuul Addiyaanaa' keessatti sirriitti ibsaniiru. Yaada kana Ibn Asaakir kitaaba isaa "Tabyiin Kazib Almuftarii" keessatti sirriitti ibsaniiru. (Sheyk Eliyaas Kitaabicha dubbisaa ibsan.)
* Maddi aqiidaa keenyaa Qur'aanaafi hadiisa jechuun maal nu sodaachisa?
✅ Muslimni gara gadii jiru kan 99.9% ta'u waan kana irraa homaa hin beeku. Kanaafuu isa dhiisuu qabna. (Nabiyyuu Ayyaalew)
#2ffaa/Majlisichi eenyuun hogganamuu qaba ajandaan jedhu kaleessas har'as ka'ee jira.
👉Warri ulamaa qofaan hogganamuu qaba jedhan yaada armaan gadii kaasan :-
✅Ulamoonni dhaalaa nabiyyootaa waan ta'aniif isaan haa hogganan. (She Alii Miraah)
✅ Ulamaan hin hogganamu jechuun Islaamummaa qeequudha. (Obbo Abdurrahmaan)
✅ Ulamaan hin hogganamu jechuun ulamoonni ga'umsa hin qaban jechuudha.
✅ Ulamootaan haa hogganamu yeroo jennu dhimma ogummaa ilaallatu irratti ogeeyyii isaan jala ramaduu wajjin.
☝ Deebii yaada kanaaf kenname:-
✅ Ulamoonniifi hayyoonni biroo wal keessa filatamanii waan ulamoonni hin dandeenye kanneen akka karooraa, istraateejii baasuufi kkf hayyoonni haa hojjatan jenne malee ulamaan hin hogganin namni jedhe hin jiru. Achiin hadiisni " إذا وسد الأمر إلى غير أهله فانتظر الساعة" jedhu himame. Hoggansi dandeettii gaafata waan ta'eef.
#3ffaa/Wixinee dambii kana eenyu haa mirkaneessu?
👉Qabxiin kun ajandaa manichaa ta'uu baatus sa'aa bal'aa fudhatee kaafame.
✅ Ulamoonni 25 Sharaatanitti filataman majlisa qindeessuudha malee ga'ee dambii mirkaneessuu hin qaban. (Eliyaas Isheetuu)
✅Sanadicha mirkaneessuuf ariifachuu dura mana keenya cufannee mari'achuu qabna. Yoo akkas hin taane sanadichi mirkanaa'us rakkoolee bu'uuraa waan qabuuf hojiirra ooluu hin danda'u. (Muhabbaa)
✅ Ulamoonni kanneen warra 25 caalan baadiyyaa zaawiyaafi hariimaa keessa waan jiraniif osoo isaan hin mariisisin mirkaneessuun abbaa irrummaati jedhan.
✅ isin warra 25 ni kabajna; garuu ulamoota baadiyyaa jiran bakka ni buutuu hii? (I/A majlisa Finfinnee Alii Muhammad)
☝Deebii qabxiilee kanaaf kenname :-
✅ Mirkaneessuufi dhiisuun ajandaa keenyaa miti; warra 25 kan ilaallatuudha.
https://t.me/Abdinkenyarabbi/247
Repost from N/a
✅ Waggaa sadii guutuu dambii tokko malee teenye. Kanaafuu yoo ariitiin mirkanaa'ee waan ittiin walii gallu yoo hin kaa'anne khilaafatu dheerata. Yoo fooyyessuu barbaachises erga mirkanaa'ee fooyya'uu danda'a. Kan mirkaneessus warra 25 ti. Ibsa ijjannoo yeroo darbee kan ulamoonni 17 irratti mallateesse keessattis warra 25tu mirkaneessa jedha.
✅ Yoo kan Sharaatan bu'uura hin godhatin maal irraa kaana?
Kanarraa ka'anii ulamoonni warri 25 dambii kana fooyyessuufi mirkaneessuu irratti hojjatu. Rabbiin yaada keenya galmaan nuuf haa ga'u.
Waan adeemsa kana irraa taajjabe yoo Rabbiin jedhe gabaabseen kaasa.
Maddi Gabaasa kanaa Page @GAB rraatii
Repost from N/a
Watch "#Beeksisa_Muhaadaraa Caamsaa 7 Buunnoo Beddelleetti Geggeeffamuuf" on YouTube
https://youtu.be/pkzEB_5ky4w
🏵️🏵️Aselamualeykumwerahmetulahiweberekatuhu🏵️🏵️ 🥰🌹🌹Eid mubarek 🌹🌹 🥰🌺🌺teqebelellahu wemina weminkum sualihal aimal🌺🌺🎆🎆��💫💫kulu amin weantum bikheyr🎆🎆💫💫
https://t.me/MisbahElectronecs
🏵️🏵️Aselamualeykumwerahmetulahiweberekatuhu🏵️🏵️ 🥰🌹🌹Eid mubarek 🌹🌹 🥰🌺🌺teqebelellahu wemina weminkum sualihal aimal🌺🌺🎆🎆��💫💫kulu amin weantum bikheyr🎆🎆💫💫
📲📲 Mana Mobayila Misbaah bilbiloota Addaa addaa ni argattuu (Gachii) 📲📲
Saati orginaala namoota barbaadanuuf
orginal Brand. Seat
Baayye kan bareedufi orginaala galaxy saatin jira qarshiin isaa 2500
Samsung Galaxy A23 new model 2022 best mobile
Bexm mirt mobile
Storage 128GB RAM 4
Camera 50MP
0911597270
