cookie

We use cookies to improve your browsing experience. By clicking «Accept all», you agree to the use of cookies.

avatar

Misbah Mobile & Electronics

Show more
Finland2 375The language is not specifiedSales97 525
Advertising posts
258
Subscribers
No data24 hours
No data7 days
-730 days

Data loading in progress...

Subscriber growth rate

Data loading in progress...

Oduu gammachuu Muslimoota hundaaf 🎉 📌 https://onelink.to/quvuv3  Biyya keenya keessatti appilikeeshiniin jalqabaa iddoowwan salaata agarsiisu ifoomeera!  Appilikeeshiniin kun "Musalla" kan jedhamu yoo ta'u, fayyadamtoota Android fi IPhone (IOS) tiif kan qophaa'e yoo ta'u, appilikeeshiniin kun filannoo Afaan Oromoo, Amaara, Arabiffaa fi Afaan Ingiliffaatiin ni argama. Iddoowwan salaata malees, iddoowwan kanneen iddoo salaata dubartootaaf, bakka wuduu’aa fi dhaabbii konkolaataa qabaachuu fi dhiisuu isaanii kan ibsu, akkasumas teessoo masjiidotaa viidiyoo fi suuraan agarsiisuu kan danda’u dha. Appilikeeshiniin kun iddoo awwaalchaa fi waajjiraalee Majlisaa magaalattii keessa jiran akkasumas kallattii salaataa (qiblaa) agarsiisuu danda'a. Masjiidotaa fi Musallan Finfinne keessa jiran irra caalaan galaniiru, Bakkeewwan beektan kan hafan akkasumaas Masjiidota fi Musalla Finfinne ala jiran itti dabaluun hojii gaarii kana irraa qooda fudhachu dandeessu. Appilikeeshinii kana hidhata armaan gadii irraa buufachuun, namoonni biroos akka itti fayyadamaniif share akka gootan isin gaafanna.  Liinki Appilikeeshinii:- https://onelink.to/quvuv3 Wantoota Teeknolojiin Wal qabatan argachuuf telegram Keenya Join godhaa. https://t.me/Oro_Teknolojii https://t.me/Oro_Teknolojii https://t.me/Oro_Teknolojii
Show all...
Oro Teeknolojii🛰

Oro Technology Hawaasa Afaan Oromoo dubbatu Afaan isaatiin Kompitara fi Meeshale Android phone,Kitaaba Barattoota Kutaa 1-12tti akkasumas odeffannoo Teeknolojii dinqisiisoo isin biraan geenya. Channel join gochuun maamila ta'a. Share godhaa.

👍 2
Original Samsung charjer
Show all...
Mobile Cover
Show all...
Photo unavailableShow in Telegram
Bluetooth erphon
Show all...
Photo unavailableShow in Telegram
Erphone
Show all...
Photo unavailableShow in Telegram
Swich conector
Show all...
Photo unavailableShow in Telegram
LNB
Show all...
Photo unavailableShow in Telegram
HD receiver
Show all...
Photo unavailableShow in Telegram
Dish ble 90
Show all...
Photo unavailableShow in Telegram
Solar battery
Show all...
Choose a Different Plan

Your current plan allows analytics for only 5 channels. To get more, please choose a different plan.