en
Feedback
Misbaah Gurgurtaa Mobile fi Meeshaalee Electroniksii. Magaalaa Gachii

Misbaah Gurgurtaa Mobile fi Meeshaalee Electroniksii. Magaalaa Gachii

Open in Telegram

Mana Gurgurtaa Mobaayili fi Meshaalee Elektrooniksii Misbaah Magaalaa Gachii Masjida Guddaa fulduratti argamna Meeshaa qulqulluu gatii Madalawaan Kottaa bitadhaa. Odeeffannoo dabalataf bilbilota armaan gadiin nuuf bilbila. 👇👇 +251911597270 +251936025865

Show more
325
Subscribers
No data24 hours
No data7 days
No data30 days
Posts Archive
Tecno pop 8 new 2023 model storage 128+4+4 https://t.me/MisbahElectronecs Chanalun join.be madreg Adadis ye wetu silkochn yim
+3
Tecno pop 8 new 2023 model storage 128+4+4 https://t.me/MisbahElectronecs Chanalun join.be madreg  Adadis ye wetu silkochn yimretu👍

Repost from Oro Computer
Oduu gammachuu Muslimoota hundaaf 🎉 📌 https://onelink.to/quvuv3  Biyya keenya keessatti appilikeeshiniin jalqabaa iddoowwan salaata agarsiisu ifoomeera!  Appilikeeshiniin kun "Musalla" kan jedhamu yoo ta'u, fayyadamtoota Android fi IPhone (IOS) tiif kan qophaa'e yoo ta'u, appilikeeshiniin kun filannoo Afaan Oromoo, Amaara, Arabiffaa fi Afaan Ingiliffaatiin ni argama. Iddoowwan salaata malees, iddoowwan kanneen iddoo salaata dubartootaaf, bakka wuduu’aa fi dhaabbii konkolaataa qabaachuu fi dhiisuu isaanii kan ibsu, akkasumas teessoo masjiidotaa viidiyoo fi suuraan agarsiisuu kan danda’u dha. Appilikeeshiniin kun iddoo awwaalchaa fi waajjiraalee Majlisaa magaalattii keessa jiran akkasumas kallattii salaataa (qiblaa) agarsiisuu danda'a. Masjiidotaa fi Musallan Finfinne keessa jiran irra caalaan galaniiru, Bakkeewwan beektan kan hafan akkasumaas Masjiidota fi Musalla Finfinne ala jiran itti dabaluun hojii gaarii kana irraa qooda fudhachu dandeessu. Appilikeeshinii kana hidhata armaan gadii irraa buufachuun, namoonni biroos akka itti fayyadamaniif share akka gootan isin gaafanna.  Liinki Appilikeeshinii:- https://onelink.to/quvuv3 Wantoota Teeknolojiin Wal qabatan argachuuf telegram Keenya Join godhaa. https://t.me/Oro_Teknolojii https://t.me/Oro_Teknolojii https://t.me/Oro_Teknolojii

ORBIT Firiijii darajasaa eeggate garaanti waggaa hedduu kan qabudha dabalatan kularii waan qabaniif mabraatin badee saati 24f
+4
ORBIT Firiijii darajasaa eeggate garaanti waggaa hedduu kan qabudha dabalatan kularii waan qabaniif mabraatin badee saati 24f qabaneessuu dandahuu Litr.320 Litra. 370 Ltra 220 Litra 280 Hundaanu ni jiraa Lakk bil.0911597270

ANII BARA 2016DHA!! =Gadda didee =Gammachuu fidee =Du,a didee =Jireenya fidee =Rakkina didee =Qabeenya fidee =Boo'icha didee =Kolfa fidee =wallalumma dide =beekumsa fidee =Injiifatamu dide =injiifanno fide =Garbumma didee =Bilisummaa fide =waldhabdee dide =Tokkumma fide; Si haa gammachisu Kun Sumaafi !!! MISBAH MOBILE

Tecno Camon 20 new model Storage 256 GB RAM 8+8 0911597270
+3
Tecno Camon 20 new model Storage 256 GB RAM 8+8 0911597270

Samsung galaxy A14 5G Storage 128 RAM 6 New 2023 model Dewlu.0911597270
+4
Samsung galaxy A14 5G Storage 128 RAM 6 New 2023 model Dewlu.0911597270

Hordoftoota amantaa islaama hundi keessan baga ayyaana edal adahaa nagaadhan geessan ayyaanni kun kan jaalalaf kan walii yaadu rabbi nuuf haa godhu! Misbah Mobile

Samsung Galaxy A24 new model 2023
+6
Samsung Galaxy A24 new model 2023

TECNO SPARK 10 NEW 2023 MODEL Storage 128/4/6 Camera 16MP Battery 5000Ah 6.6"HD+screen 90Hz Refresh Rate Odeeffanno dabalataf
+2
TECNO SPARK 10 NEW 2023 MODEL Storage 128/4/6 Camera 16MP Battery 5000Ah 6.6"HD+screen 90Hz Refresh Rate Odeeffanno dabalataf lak bil.0911597270