en
Feedback
𝗞𝗔𝗥𝗔𝗔 𝗛𝗔𝗤𝗔𝗔

𝗞𝗔𝗥𝗔𝗔 𝗛𝗔𝗤𝗔𝗔

Open in Telegram

تمّ تأسيس هذه القناة، للدّعوة إلى التّوحيد، والإخلاص، والتّحذير عن الشّرك، والتّنديد، على ضوء الكتاب، والسنّة، بفهم سلف الأمّة؛ لتكون هادياً للضالّين، ومنهلاً للسّالكين. Website👇 www.sarkame.com

Show more
The country is not specifiedReligion & Spirituality248 828
228
Subscribers
No data24 hours
No data7 days
No data30 days
Posts Archive
‏مقطع صوتي من همام الهرري

This video proves that you can create your own business! 5 Rules for Success https://cutt.ly/ewR40FID

As Wr Wb. Nashiidaa Bareedduu Waa'ee (seenaa usmaan). Qopheeysee kan dhiheeyse Obboleeysa keenya, "Abu Abdul Aziiz". 👇👇👇👇👇👇👇 https://t.me/Walaloo_Islaamaa

As wr wb. Nashiidaa Obboleysa keenya, ustaaz "Ahmad Saadiq Al_ethiopia"

Nashiidaa Ibraahim Kadiir, Jamaa'atul Islaamiyyah.. 👇👇👇👇 https://t.me/Walaloo_Islaamaa

بسم الله الرحمن الرحيم. لأول مرة، يُحظر مشاركة والتحويل في هذه القناة، ولكن الآن سمحنا بذلك، لذا يرجى مشاركته مع أكبر عدد ممكن من الأشخاص، لكي يستفيدوا منه. ____ yeroo duraatiif Channel kana keeysa wanni hundi isaa dhoorkamaadha Gara Alaatti Dabarsuuf, garuu amma hayyamnee jirra, tanaafuu akka share gootan namoota baayyee biraan geeysan isin gaafanna. 👇👇👇👇👇👇👇👇👇 https://t.me/Walaloo_Islaamaa Linkii Asii Olitti Argamtu Kana Waliif Qoodaa. As "XUQAA" Join Godhaa.

‏تابع قناة Walaloo & Nashiidaa في واتساب: https://whatsapp.com/channel/0029Va9ZjDHId7nTcGJK6934

‏صورة من AL HAMDU LILLAH
‏صورة من AL HAMDU LILLAH

Kun Nashiidaa Obboleysa keenyaa: Abu Leeys Al_Waddaahiyyi, Jedhama. ________ وهذا نشيد أخينا. إسمه:  أبو ليث الوضاحي، ________ https://t.me/Walaloo_Islaamaa

https://fb.watch/msQgG7QIdq/?mibextid=Nif5oz 👆👆👆 من تناقضات: شيخ موسى سؤالا.👆

As Wr Wb, Hanga Yerootiif Jecha, Website Sarkame.com Irraa Walaloo Hunda Keeysaa Baafnee Jirra. Waan Akkas Taheef Jecha Akka Nuuf Obsitan Hanga Deebisnuu. Insha Allah.

Furmaanni waa maraa Rabbin harka jiraa Har'aa addunyaa fi Borummoo aakiraa Raahmata nuuf goonan Ilaahin ol aanuu Akka hojii keenyyaa Taabba takka hin baanuu Badii xiqqoof guddoo Meeqa balleessinee Abbaa biraa hin qabnu Isatti dheessinee Raahmata nuuf godhee Nuuf haa araaramuu Azaaba isaarraa Warra baraaramuu Rabbiin nu haa godhu Jara milkiin tolee Addunyaaf aakiraas Cinqirraa ofkalee......... Join Join Join Godhaa!!👇👇 https://t.me/Walaloo_Islaamaa

Rabbiin Danda'aadha..... Rabbiin danda'aadhaa Silas maal dadhabee Kan Aadam kalaqee Biyyee waliqqabee Eega rabbiin bishaan Walitti itichee Lubbuu nutti godhee Uumee nu biqilchee ●●●●●●●●● Barreeyfama Walaloo Kanaa Isaa Guutuu Yoo Barbaaddan Linkii As Jala Jiru Kanaan Seenaa👇👇 https://www.sarkame.com/2023/06/rabbiin-dandaaadha.html

Eessaa garamitti imalli jireenyaa... Assalaamu aleeykum Jedheetan jalqabaa Yaa obboleewwan koo Mee na jalaa qabaa Akkam nagaa jirtuu Jireenyi badhaadhaa Ammaas hin cufanne Balbalti banaadhaa Toowbattee deebinaan Ammas yeroo qabdaa Waan hin duune seetee Maalif qalbii cabdaa ●●●●●●●●●●● Walaloo Tana Ishee Guutuu Arkatuuf Linkii As Jalattii Argamtu Kana Cuqaasaa👇👇. https://www.sarkame.com/2023/06/garamitti-imalli-jireenyaa.html

Bismillah jedheetan Dubbii koo eegalaa Hamtuuf toltuu maraa Isatu qeebalaa Akkaan garaa laafaa Akkaan mararfataa Waa hunda osoo arguu Irra dabarfataa ●●●●●● Guutuu Barreeyfama Kanaa Arkatuuf Linkii As Jala Jirtu Kana Seenaa👇👇 https://www.sarkame.com/2023/06/walaloo-tolli-rabbii-guddaa.html