en
Feedback
Oromia Health beureu

Oromia Health beureu

Open in Telegram
3 632
Subscribers
No data24 hours
-107 days
-730 days
Posts Archive
HUBACHISAA: Ogeyyii Hospitaala Assabootiif, Jijjiiraa marsaa 2ffaa Baheen garaa Hospitaala Waliigalaa Ciroo tii jijjiraa guutan, Adeemsii isaa sirii mitii hojjataan dhunfaa, dhunfaan kan offii ergaa jiraa wan ta'eef siireefamuu qabaa. HUB. Iddoo tokkotii qiinda'ee Qin/QMN(HR) hospitaalichatiin ergamuu qaba. Yoo kun ta'uu batee, Komii ka'uuf kan itti hin gafatamee ta'uu isaa issin Hubachiisna. HOSPITAALA WALIIGALAA CIROO

Attention: 👉Dhaabbileen fayyaa/Manneen hojii Warri Gochaa akkasii raawwattan jiraannaan hojjataan dorgomiin ala taasifama.Ragaan Seera qabeessaan qaama ilaallatuun qofa dhiyaata.hojjataan hojii isaa hojjachaa hordofuu dha qaba.

Hi Sisay Firii jijjirraa marsa lamaaffaadhaaf gara hospitaala Najjoo tti jijjiramuuf guutan keessaa ogummaa Farmasii qoofa wa
Hi Sisay Firii jijjirraa marsa lamaaffaadhaaf gara hospitaala Najjoo tti jijjiramuuf guutan keessaa ogummaa Farmasii qoofa waan ta'eef akka nuuf mirkanessitaan isin gaafana

Bu'aa jijjiirraa Marsaa 2ffaa Hospitaala Najjoo...komee keessan guyyaa shan gidduutti lakk.+251 91 105 2803 dhiyeessuu dandeessa👇👇👇👇

+1
New Doc 4.pdf4.48 KB

Attention: ✍️lab.Pharm,Anesthesia,Radiology and Midwifery
+1
Attention: ✍️lab.Pharm,Anesthesia,Radiology and Midwifery

Updates:Guyyaa Qormaataa
+4
Updates:Guyyaa Qormaataa

photo content
+2

Milkaa'ina ittisaa fi to'annoo HIVtiif fi namoota kenna tajaajilaa fi kunuunsa yaalaa HIV irraa dhabaman gara tajaajilaatti deebisuun murteessaadha. BFO Ebla 26/2015/Adaamaa Mariin paanaalii bu'aa qorannoo namoota kenna tajaajilaa fi kunuunsa yaalaa HIV irraa dhabaman irratti xiyyeeffate geggeeffame . Marii kana irrattis Ministeerri ministeera fayyaa Dr. Liyaa Taaddasaa akka biyyaatti namootni kuma 470 ol ta'an tajaajila fi kunuunsa yaalaa HIV irra akka jiranii fi % 96 kan ta'aniif hangi vaayirasii dhiiga isaanii keessatti sadarkaa hin mul'annerra gahuu akka danda'e eeruun mariin bu'aa qorannoo kanaas murtee ragaa irratti hundaa'uun kennamuuf barbaachisaadha jedhaniiru. Keessattuu dhaloonni ammaa rakkoo hamaa dhibeen kun jalqaba irratti geessisaa ture waan hin beekneef dhibeen kun akka hin jirretti lakkaa'uun dagannaa guddaa keessa waan jiruuf ciminaan akka irratti hojjetamuu akka qabu ibsuun kanneen qorannoo kana hojjechuun bu'aasaa haala kanaan dhiyeessan galateeffataniiru. Hoogganaan biiroo fayyaa Oromiyaa Dr. Mangistuu Baqqalaan haasaa taasisaniin ji'oota saglan darbanitti namoota miliyoona 41 ol ta'aniif tajaajila deddeebisanii yaaluu kennuun akka danda'ame eeruun ogeessota fayyaa hawaasa isaaniif of kennanii tajaajiluun dirqama ogummaa fi lammuummaa isaanii bahachaa jiran galateeffataniiru. Kenna tajaajila fayyaa qaqqabamaa fi si'ataa ta'e kennuufis dhaabbilee fayyaa 1315 ijaarsa isaanii xumuuruun tajaajila akka eegalan taasifamuusaa fi namootni miliyoona 26 ol ta'an tajaajila inshuraansii fayyaa hawaasaa akka ta'an ibsaniiru. . Gama biraatiin dhaabbilee fayyaa fi fayyaan walqabatan kuma 40 ol ta'an irratti to'annoo fi hordoffii taasisuun dhaabbilee rakkoo qaban 300 irratti tarkaanfiin fudhatameera jedhaniiru. Akka naannoo keenyaatti namoonni kuma 126 tajaajila fi kunuunsa yaalaa HIV irra akka jiranii fi % 96 kan ta'aniif hangi vaayirasii dhiiga isaanii keessatti sadarkaa hin mul'annerraan gahuun akka danda'ame eeruun qorannoowwan akkasii murtee ragaa bu'aa qorannoo irratti hundaa'e kennuu dandeessisan geggeessuu fi hubannoo hawaasaa cimsuun barbaachisaadha jedhaniiru. Mariin paanaalii kunis bu'aa qorannoo dhiyaate bu'uureeffachuun kan geggeeffame yoo ta'u qajeelfamni qorannoo fayyaa qophaa'es ifatti eebbifameera. Waltajicha irratti ministeera fayyaa, hospitaalota, biiroo fayyaa, yunivaritii Jimmaa, dhaabbilee deeggartootaa, abbootii gadaa,haadholii siinqee fi qaamoleen hawaasaa hirmaataniiru. Xumuura irrattis qaamolee milkaa'ina bu'aa qorannoo kaaf gumaacha taasisaniif waraqaan ragaa kennameera.

photo content

Attention & Updates :Hospitaaloota Hundaaf...Ogeessa Odiitaraa.
Attention & Updates :Hospitaaloota Hundaaf...Ogeessa Odiitaraa.

ለጤና ባለሙያዎች የጤና ኢንሹራንስ በጤና ባለሙያዎች! ኬብሮን እባላለሁ። እንደ የፋርማሲ ባለሙያነቴ እኔም የጤና ባለሙያዎች የጤና ፈንድ ጉዳይ ያሳስበኛል። ባለፉት ሳምንታት የጤና መድህን ለጤና ባለሙያዎች ያለውን ጠቀሜታ ዶ/ር ሰለሞን አንዳንድ መረጃዎችን እንዳካፈለን ይታወሳል። ከእናንተ ባገኘነው በጎ ምላሽ የመረዳጃ ማህበሩን ለማቋቋም አንዳንድ ቅድመ ዝግጅቶችን በማድረግ ላይ እንገኛለን። ተጨባጭ በሆነ መልኩ ነገሮችን ለማስኬድ ያግዘን ዘንድ ቀጣዩን መጠይቅ አዘጋጅተናል። በመሆኑም ሞልቶ ለማጠናቀቅ ከ 1 ደቂቃ በላይ የማይፈጀውን ቀጣዩን መጠይቅ በመሙላት የዚህ አላማ አካል እንዲሆኑ በአክብሮት እንጠይቃለን። ይህ ጥናት የጤና ባለሙያዎች ስለ ጤና መድህን ያላቸውን አጠቃላይ እይታ ለመመርመር እና የጤና መረዳጃ ማህበር ለማቋቋም የሚያግዝ ሲሆን የሚመልሷቸው መልሶች በሚስጥራዊ መንገድ የሚያዙ ይሆናል። ምላሾችን ሰብስበን እንዳጠናቀቅን ውጤቱን በሳምንቱ የምናሳውቅ ይሆናል። ለመልካም ትብብራችሁ ከወዲሁ ለማመስገን እንወዳለን። ኬብሮን ቲቶ https://docs.google.com/forms/d/1EVK0ASJ3Q491OVnkTUbZIkFpVPXDeRXvxdTsN7BPpXs/edit

photo content

Repost from WOFO/OHPA Official
photo content

photo content

Repost from WOFO/OHPA Official
Peresidaantiin Waldaa Ogeeyyii Fayyaa Oromiyaa (WOFO) Dr. Mi'eessoo Baayyuu hordoftoota Amantaa Musliimaa maraan baga Ayyaana
Peresidaantiin Waldaa Ogeeyyii Fayyaa Oromiyaa (WOFO) Dr. Mi'eessoo Baayyuu hordoftoota Amantaa Musliimaa maraan baga Ayyaana Iid Al-faxir bara 1444ffaa nagaadhaan geessan jedhan. Dr. Mi'eessoon itti dabaluun waldaan keenya ayyaanichi ayyaana gammachuu, jaalalaa fi milki-qabeessa akka isiniif ta'u hawwa jechuun, wayita ayyaanicha kabajnu fayyaa keenyaa fi kan maatii keenyaa akkasumas kan namoota nu cinaa jiran maraa eeguudhaan akka kabajuu qabnu dhaamsa keenya yeroo maraati jedhan. Ammas irra deebiin baga geessan! Iid Mubarak! Ayyaana gaarii! *** _-_-_-_-_-_ "Happy Eid al-Faxir to all Muslims worldwide," says Dr. Miesso Bayu, president of the Oromia Health Professionals Association (OHPA).   Dr. Miesso continued, "Our association wishes you a happy, loving, and prosperous holiday, and our constant message is that we should celebrate the holiday by protecting our health and that of our families and those nearby."   once more, happy holiday! Eid Mubarak!

photo content

#Attention:Beeksisa Jijjiirraa keessoo
#Attention:Beeksisa Jijjiirraa keessoo

Repost from WOFO/OHPA Official
Daarektarri Olaantuun Waldaa Ogeeyyii Fayyaa Oromiyaa (WOFO) Sr. Urjii Abdurahaaman hordoftoota Amantaa Kiristaanaa maraan ba
Daarektarri Olaantuun Waldaa Ogeeyyii Fayyaa Oromiyaa (WOFO) Sr. Urjii Abdurahaaman hordoftoota Amantaa Kiristaanaa maraan baga nagaadhaan Ayyaana Faasikaa geessan jedhan. Itti dabaluun waldaan keenya ayyaanichi ayyaana gammachuu, jaalalaa fi milki-qabeessa akka isiniif ta'u hawwa jedhan. Wayita ayyaanicha kabajnu fayyaa keenyaa fi kan maatii keenyaa sirritti haa eegnuun dhaamsa keenya yeroo maraati. Ammas irra deebiin baga geessan! Ayyaana gaarii! *** _-_-_-_-_-_ Sr. Urji Abdurahaman, the chief executive director of the Oromia Health Professionals Association (OHPA), sent a Happy Easter greeting to all Christians. She wished you a joyous, loving, and prosperous Christmas on behalf of our association. As we enjoy the event, let's remember to take good care of our families' health as well as our own. Once again, happy holidays!