FSF-BERHA Football Club
Closed channel
*ODUU ISPOORTII *Waa'ee Ispoorti S.Finca'aa *Waa'ee ispoortii Olootaa keenyaa *Ispoortii HGWallagaa fi k.k.f dha
Show more506
Subscribers
No data24 hours
+57 days
-130 days
Data loading in progress...
Similar Channels
Tags Cloud
Incoming and Outgoing Mentions
---
---
---
---
---
---
Attracting Subscribers
September '26
September '26
+11
in 0 channels
August '260
in 0 channels
Get PRO
July '26
+1
in 0 channels
Get PRO
June '26
+6
in 0 channels
Get PRO
May '26
+7
in 0 channels
Get PRO
April '26
+7
in 0 channels
Get PRO
March '26
+10
in 0 channels
Get PRO
February '26
+23
in 0 channels
Get PRO
January '26
+64
in 0 channels
Get PRO
December '25
+33
in 0 channels
Get PRO
November '25
+15
in 0 channels
Get PRO
October '25
+3
in 0 channels
Get PRO
September '25
+38
in 0 channels
Get PRO
August '25
+81
in 0 channels
Get PRO
July '25
+36
in 0 channels
Get PRO
June '25
+18
in 0 channels
Get PRO
May '25
+26
in 0 channels
Get PRO
April '25
+7
in 0 channels
Get PRO
March '25
+24
in 1 channels
Get PRO
February '25
+13
in 1 channels
Get PRO
January '25
+45
in 1 channels
Get PRO
December '24
+18
in 1 channels
Get PRO
November '24
+10
in 1 channels
Get PRO
October '24
+10
in 1 channels
Get PRO
September '24
+120
in 1 channels
Get PRO
August '240
in 1 channels
Get PRO
July '240
in 1 channels
Get PRO
June '240
in 1 channels
Get PRO
May '240
in 0 channels
Get PRO
April '240
in 0 channels
Get PRO
March '240
in 0 channels
Get PRO
February '240
in 0 channels
Get PRO
January '240
in 0 channels
Get PRO
December '230
in 0 channels
Get PRO
November '230
in 0 channels
Get PRO
October '230
in 0 channels
Get PRO
September '230
in 0 channels
Get PRO
August '230
in 0 channels
Get PRO
July '230
in 0 channels
Get PRO
June '230
in 0 channels
Get PRO
May '230
in 0 channels
Get PRO
April '230
in 0 channels
Get PRO
March '230
in 0 channels
Get PRO
February '230
in 0 channels
Get PRO
January '230
in 0 channels
Get PRO
December '220
in 0 channels
Get PRO
November '220
in 0 channels
Get PRO
October '220
in 0 channels
Get PRO
September '220
in 0 channels
Get PRO
August '220
in 0 channels
Get PRO
July '220
in 0 channels
Get PRO
June '220
in 0 channels
Get PRO
May '220
in 0 channels
Get PRO
April '220
in 0 channels
Get PRO
March '220
in 0 channels
Get PRO
February '220
in 0 channels
Get PRO
January '220
in 0 channels
Get PRO
December '210
in 0 channels
Get PRO
November '210
in 0 channels
Get PRO
October '21
+1
in 0 channels
Get PRO
September '21
+2
in 0 channels
Get PRO
August '21
+2
in 0 channels
Get PRO
July '21
+6
in 0 channels
Get PRO
June '21
+13
in 0 channels
Get PRO
May '21
+194
in 0 channels
| Date | Subscriber Growth | Mentions | Channels | |
| 09 September | 0 | |||
| 08 September | 0 | |||
| 07 September | 0 | |||
| 06 September | +1 | |||
| 05 September | +2 | |||
| 04 September | +7 | |||
| 03 September | 0 | |||
| 02 September | 0 | |||
| 01 September | +1 |
Channel Posts
Taphoonni Pirimiyer Liigii Itiyoophiyaa bara 2019 Istadiyemota isaan itti taphatan adda baheera.
🏟 Finfinnee
🏟Yuunvarsiitiy Saayinsiifi Teeknoloojii
🏟Adaamaa
🏟Yuunivarsiitii Hawaasaa
🏟 Halabaa
🏟 Abbiyyuu Ersaamoo-Hoosa'inaa
🏟 Yuunivarsiitii Arbaaminci-Kaampaasii Abbayaafi
🏟 Istaadiyomii Baahir-Daar.
Carraan taphootaa Fulbaana 7/2019 baha. Ethiopian Premier League S.C
| 2 | Goal Scorer
Shaampiyoonaa Gannaa kan bara 2019tiin S/Finca'aa kessatti qopha'iin taphattootaa ĺaman̈ kun goolii 8 galchuun morkiì ciimaa gaggessa ǰiru.
✅️Ashanafi Dassaliny.... Kooket taphaa 5 gooĺii 8
✅️Margaa Darajee...Ĥundè gudina taphaa 4 goolii 8
Haata'uu malee Ashanafi Dassaliny goolii galchaa Urjii ta'uu ifaatii beekamuu ٪ 10 qofatuu hafeera.
Sababni isaas morkaatan isaa margaa Darajee kilabiin isaa kufetuu jira. | 72 |
| 3 | Oooh tarii beeksisin keenyaa sinit baay'eeti miti.
Kunis jira uffanaa nu ajajaa bakka jirtan siinif erginàa | 80 |
| 4 | Warrin Godinaa Horro guduru B/M/Shaambuu jirtu.
Kilboonii B/M/Shaambu kessaa jiraanif Uffanaa ofii isaanii filaatan midhagaa hojjechisinee isaan qaqabsinera.
Warrin gar biroo hoo yoo barbaadan nu dubisaa
Odeffannoo dabaltaa 0922188641 | 68 |
| 5 | Kunis Jiraa moo
Kun Ijoollee Warshaa Shukkaraa Finca'aatiif uffataa hojjetamee dha.
Isiin hoo warrin barbaadan nu dubisaa | 75 |
| 6 | Jitu FC
Maliyaawan gosa gar gar kan dirre kubba miilaa barechaan kun isiinf dhiyessaa jira.
Kootaa ilaalaa ajajaa isiin dhiyessina
Odeffanno dabaltaaf 0922188641 | 68 |
| 7 | Dirree Kubbaa Miilaa kan bareechuu Maliyawaan gosaa gargar akka Fkn kilabiin Hawii Gudina uffana isaanii haalaa kanan midhagaa akka jiru warri argaa jirtaan yoo isiin barbaachisee kootaa sin jedhaa.
Odeffanno dabaltaa 0922188641 nu dubisaa. | 66 |
| 8 | Lalistuu Agamsaa Geebaf darbee.
Taphaa nuusaa xumuraan garee qàmuu Elektroniksi wàliin kan taphataa Lalistuu Agamsaa 3‐0 Injifachuun geebàf darbee.
Lalistuu Agamsaan ramaddin isaa irraa taphoota 3 taasisen 2 injifachuu taphaa walakaa xumuruu irratti immoo Hundee Gudinaa injifatee, taphaa nuusa xumuran Qamuu Elektroniksi Injifachuun geebaaf darbee
Taphatoota Lalistuu Agamsaa, Leenjisaa Fantaa Tamiruu akkasumas Deegartoota Lalistuu Agamsaa Hundaa BAGA GAMMADANII!
CONGRATULATIONS! | 82 |
| 9 | Full time
Qamu Elektroniksi 0-3 Lalistuu Agamsaa
Segni
Sami
Qaliye
Bonsa🟥 Marsi 🟥
Live From Kuyisa 🏟 | 84 |
| 10 | Jeequmsi Umameetiin jira
Taphatooni Qamuu Elektroniksi dirree dhiisani bahaniruu. | 79 |
| 11 | 83'
Qamu Elektroniksi 0-3 Lalistuu Agamsaa
Segni
Sami
Qaliye
Bonsa🟥 Marsi 🟥
Live From Kuyisa 🏟 | 77 |
| 12 | Goal Goal
Lalistu Agamsa | 69 |
| 13 | 80'
Qamu Elektroniksi 0-2 Lalistuu Agamsaa
Segni
Sami
Bonsa🟥 Marsi 🟥
Live From Kuyisa 🏟 | 76 |
| 14 | 55'
Qamu Elektroniksi 0-2 Lalistuu Agamsaa
Segni
Sami
Bonsa🟥 Marsi 🟥
Live From Kuyisa 🏟 | 78 |
| 15 | City cup Aanaa J/ Gannatii Magaala Haratootti haala ho'aadhaa gaggeeffamaa ture gara Walakaa xumuraa gahee.
Taphni ramaddii xumuramuun gareewwan 8 gara marsaa itti aanutti darbuun isaanii addaan baafameera.
Kanumaanis
Urjii Wallaggaa VS Haratoo 01
Yoomiyyuu Walanee VS Caaroo Goobanoo
Abdii Jimmaa VS Wabii Haratoo
Balballaa vs Gaamoo Nagaroo
Walitti dhufuun gareen injifate nuusa xumuraaf kan gahan ta'u. | 72 |
| 16 | 46'
Qamu Elektroniksi 0-2 Lalistuu Agamsaa
Segni
Sami
Bonsa🟥 Marsi 🟥
Live From Kuyisa 🏟 | 62 |
| 17 | Half time
Qamu Elektroniksi 0-2 Lalistuu Agamsaa
Segni
Sami
Bonsa🟥 Marsi 🟥
Live From Kuyisa 🏟 | 61 |
| 18 | 45+10
Qamu Elektroniksi 0-2 Lalistuu Agamsaa
Segni
Sami
Bonsa🟥 Marsi 🟥
Live From Kuyisa 🏟 | 62 |
| 19 | 37'
Qamu Elektroniksi 0-2 Lalistuu Agamsaa
Segni
Zinabe
Bonsa🟥 Marsi 🟥
Live From Kuyisa 🏟 | 78 |
| 20 | Goal Freekick by Zinabe
Second goal | 75 |
