Dirree Beekumsa
Open in Telegram
6 718
Subscribers
-324 hours
-187 days
-4630 days
Posts Archive
6 718
π¨ ODUU KUBBAA MIILAA HUNDAA BAKKA TOKKOTTI! β½π₯
Oduu sobaa osoo hin taane, odeeffannoo amanamaa fi saffisaa argachuu barbaadduu?
π Channel @Oduu2Ispoorti irratti ni argattu:
β½ Oduu kubbaa miilaa haaraa
π¨ Breaking News
π Oduu Transfer
π Bu'aa fi sagantaa taphootaa
π Istaatistiksii fi odeeffannoo taphattootaa
π Oduu liigota addunyaa hundaa bakka tokkootti
π Har'uma @Oduu2Ispoorti join godhaa!
π₯ Hiriyoota keessanis affeeraa.
π² Join: @Oduu2Ispoorti
6 718
Bubbee S1E18
Misirroo
Siitkoomiin Bubbee garamitti deemaa jira? Bubbee fi Jiituun gaaβela dhaabbatan moo? Michuun akkam taati laata? Mee kutaa ajaaβibaa kana hundumtuu daawwadhaa!
https://youtu.be/LTPnq2dNB9I?si=IHWVrXF9HvyuK3_K
6 718
π«π§π· Neymar: βVinicius Jr waancaa addunyaa kana irratti urjii keenya. Inni Taphata murteessa, waan guddaa hojjechaa jiraβ.
6 718
π¨β«οΈπ΅ Inter Milan Maarkoo Paalestiraa Atalanta irraa bituuf gaaffii bitaa dhiyeesseera:
π° Kaffaltii β¬45m fiΒ dabalataan β¬5m.
Waliigalteen kun haala dhuunfaatiin, kan raawwatamee fi kan mallatteeffame yoo ta'uus Paalestiraan Interitti makamuuf fedhii guddaa qaba.
Madda Odeeffannoo:FabrizioRomano
6 718
π¨βͺοΈ Peedroo Poorroo kontiraata haaraa Tootinaam Hotspur keessaa turuuf waliigalteeΒ hangaa bara 2031 isaa tursiisuufi . Dabalataanis filannoo hanga june 2032tti, daballii mindaa waliin waliigaltee raawwatame.
Madda[FabrizioRomano]
6 718
π¨π«π· Manuu KooneeΒ waa'ee fuuldura isaa irratti:
"Amma hojii koo guddaan Tapha Addunyaa irratti xiyyeeffachuu dha. Erga tapichi xumuramee booda fuuldurri koo maal akka ta'u yeroo sana murteessina.β
6 718
π₯π§π· Vinicius Jr , amma qaamaanis taβe dandeettiidhaan yeroo hundumaa caalaa qophaaβeen jira, Waancaa Addunyaatiif yeroo dheeraa hojii cimaa hojjechuun buβaa akka fidu naan amana.β½ππ§π·
Madda[FabrizioRomano]
6 718
+1
π¨π£οΈ|Β Ousmane DembΓ©lΓ© qeeqa Ispeen keessatti Kylian MbappΓ© irratti taasifamaa jiru irratti:
MbappΓ© irratti qeeqni baayβee cimaa fi sirrii hin taane taasifamaa jira; namoonni obsa fi hubannoo qabachuu qabuβ½π€π«π·.
6 718
Brighton & Hove Albion taphataa sarara giddu ganna 19 Luka Vuskovic Tottenham Hotspur irraa fudhachuuf miliyoona Β£30 dhiyeesseera.
Madda[David Ornstein]
6 718
π¨πΈπ΄Omar Artan abbaan murtee lammii Somaaliyaa Ameerikaa akka hin seenne dhorkamee ture, taphaΒ UEFA Super Cup ji'a Hagayya keessaa Paris Saint-Germain Fi Aston Vill gidduutti gaggeeffamu irratti abbaa murtiiΒ taphiichaa olaanaa ta'uun filatame.
6 718
π¨πΊ woolvis Cesar Peixoto leenjisaa isaa haaraa godhuuf waliigaltee afaanii irraatti isaan lamaanu walii galaniiru.
6 718
π¨πΊπΈπ¨π¦π²π½ Waancaa Addunyaa 2026 jalqabuuf guyyaa 1 qofa hafeera.
Akka tilmaamni opta agarsiisutti gareewwan moβattoota taβuu dandaβan:
1οΈβ£ πͺπΈ Spain
2οΈβ£ π«π· France
3οΈβ£ π΄ England
4οΈβ£ π¦π· Argentina
5οΈβ£ π΅πΉ Portugal
6οΈβ£ π§π· Brazil
7οΈβ£ π©πͺ Germany
8οΈβ£ π³π± Netherlands
9οΈβ£ π³π΄ Norway
π π¨π΄ Colombia
β½οΈ Gareewwan kun gara xumuraatti ceβuun fi waancaa injifachuuf dursaa irratti argamu jechuun tilmaamameera.
6 718
π¨π Bournemouth fi Alex Scott waliigaltee haaraa irratti marii gaggeessaa jiru.
π Waliigalteen haaraan kun Yoo kilabiin biraa maallaqa waliigalteedhaan murtaaβe kaffale, taphataan kilabichaΒ gadhiisuu dandaβa.
β
Bournemouth kanaan dura Huijsen fi Rayan waliin mala kana fayyadamee ture.
π Amma immoo, yoo Alex Scott walii galu, mala wal fakkaataa kana isa irrattis hojii irra oolchuuf qophaaβeera.
β³ Murtiin xumuraa waliigaltee taphatichaa irratti hundaaya.
Madda[FabrizioRomano]
6 718
π¨βͺοΈβ«οΈ Juventus F.C. waliigaltee Emiliano MartΓnez goolii eegaa isaanii keessaa filannoo duraa godhatanii jiru; sababiin isaa waliigalteen Alisson Becker fashalaaβeera.
Mariin waa'ee gatii fi ibsa kontiraataa, mindaa eegaleera garuu Juventus jijjiirraa kana qorachuuf fedhii guddaa qaba.
Waliigalteen Emiliano kunis yoo Fashalaa'ee Filannoon biraa ammoo goolii eegaa Tottenham Hotspur kan taβe Guglielmo Vicario taβee itti fufeera.
Madda[FabrizioRomano]
6 718
π¨πΉπ· Daarektarri Inter Milan Piyeeroo Awusiliyoo: βChaalhanoglu tursiisuu barbaanna,inni amma iyyuu kontiraata hin xummurre garuu, π£οΈ βDubbiiwwan FenerbahΓ§e irraa dhufan buβaa tokkollee ni qabaatu jedhee hin amanuβ.
6 718
π¨βͺοΈβ«οΈ Waliigaltee jalqabaa haala dhuunfaatiin Juventus fi bakka bu'oota Aleeksaandar Soorloth gidduutti taasifame.
Mariin Juventus fi AtlΓ©tico Madrid gidduutti itti fufa; gareewwan lamaan dhimma Nico GonzΓ‘lez irrattis mariβachaa jiru. β½οΈπ₯
6 718
π¨ππΊ Γron Yaakobishvili seenaa haaraa galmeesse! π§€π₯
Γron Yaakobishvili, garee biyyaalessaa Hungary keessatti yeroo jalqabaaf taphachuun, goolii eegaa umrii xiqqaan ta'ee seenaa galmeesse. ππΊπ
π£οΈ βKun abjuu koo dhugoomedha. Ijoolleen hundi guyyaa tokko PuskΓ‘s ArΓ©na keessatti taphachuu hawwu.β
π΅π΄ Barcelona ammoo yeroo ammaa waqtii dhufuuf gaaffii liqii lama isaaf dhiyaate fudhateera.
π Leenjisaan Barcelona, Hansi Flick, dandeettii isaa irratti amantaa guddaa qabaachuun gara fuulduraatti kilabichaaf goolii eegaa murteessaa ta'uu akka danda'u ni amana.
β³ Murtiin inni Barcelona keessatti turuu ykn liqiin gara kilabii biraa deemuu isaa irratti yeroo dhiyootti ni murtaa'a.
π Dargaggeessi kun gara fuulduraatti goolii eegitoota ciccimoo addunyaa keessaa tokko ta'uu danda'a jechuun hedduun ni amanu. π§€πβ€οΈ
6 718
+1
SC Braga taphataa sarara gidduu Heerenveen, Marcus Linday, mallatteessuuf kaffaltii miiliyoonaa β¬5 dhiyeesseera. β½π΅
π€ Mariin gareewwan lameen gidduutti torban kana irraa eegalee jalqabameera.
6 718
π¨π Kylian MbappΓ©:
βDeeggartoota Baarseloonaa malee, Riyaal Maadriid kilabii addunyaa keessaa isaa GUDDAA taβuu namni hundi ni beekaβ.
Kana namnii hundii ni beekaa jechuun Sorare.com tti himeera
6 718
π¨ Maarkoo Siilvaan Fuulhaam erga gadhiisee booda, leenjisaa olaanaa Benfica taβuun Joozee Mooriinihoo bakka buβuuf jira π΅πΉπ
