Dirree Beekumsa
الذهاب إلى القناة على Telegram
6 741
المشتركون
+124 ساعات
-137 أيام
-17830 أيام
أرشيف المشاركات
6 741
🚨⚫️🔵 Inter Milan Maarkoo Paalestiraa Atalanta irraa bituuf gaaffii bitaa dhiyeesseera:
💰 Kaffaltii €45m fi dabalataan €5m.
Waliigalteen kun haala dhuunfaatiin, kan raawwatamee fi kan mallatteeffame yoo ta'uus Paalestiraan Interitti makamuuf fedhii guddaa qaba.
Madda Odeeffannoo:FabrizioRomano
6 741
🚨⚪️ Peedroo Poorroo kontiraata haaraa Tootinaam Hotspur keessaa turuuf waliigaltee hangaa bara 2031 isaa tursiisuufi . Dabalataanis filannoo hanga june 2032tti, daballii mindaa waliin waliigaltee raawwatame.
Madda[FabrizioRomano]
6 741
🚨🇫🇷 Manuu Koonee waa'ee fuuldura isaa irratti:
"Amma hojii koo guddaan Tapha Addunyaa irratti xiyyeeffachuu dha. Erga tapichi xumuramee booda fuuldurri koo maal akka ta'u yeroo sana murteessina.”
6 741
🔥🇧🇷 Vinicius Jr , amma qaamaanis ta’e dandeettiidhaan yeroo hundumaa caalaa qophaa’een jira, Waancaa Addunyaatiif yeroo dheeraa hojii cimaa hojjechuun bu’aa akka fidu naan amana.⚽🏆🇧🇷
Madda[FabrizioRomano]
6 741
+1
🚨🗣️| Ousmane Dembélé qeeqa Ispeen keessatti Kylian Mbappé irratti taasifamaa jiru irratti:
Mbappé irratti qeeqni baay’ee cimaa fi sirrii hin taane taasifamaa jira; namoonni obsa fi hubannoo qabachuu qabu⚽🤝🇫🇷.
6 741
Brighton & Hove Albion taphataa sarara giddu ganna 19 Luka Vuskovic Tottenham Hotspur irraa fudhachuuf miliyoona £30 dhiyeesseera.
Madda[David Ornstein]
6 741
🚨🇸🇴Omar Artan abbaan murtee lammii Somaaliyaa Ameerikaa akka hin seenne dhorkamee ture, tapha UEFA Super Cup ji'a Hagayya keessaa Paris Saint-Germain Fi Aston Vill gidduutti gaggeeffamu irratti abbaa murtii taphiichaa olaanaa ta'uun filatame.
6 741
🚨🐺 woolvis Cesar Peixoto leenjisaa isaa haaraa godhuuf waliigaltee afaanii irraatti isaan lamaanu walii galaniiru.
6 741
🚨🇺🇸🇨🇦🇲🇽 Waancaa Addunyaa 2026 jalqabuuf guyyaa 1 qofa hafeera.
Akka tilmaamni opta agarsiisutti gareewwan mo’attoota ta’uu danda’an:
1️⃣ 🇪🇸 Spain
2️⃣ 🇫🇷 France
3️⃣ 🏴 England
4️⃣ 🇦🇷 Argentina
5️⃣ 🇵🇹 Portugal
6️⃣ 🇧🇷 Brazil
7️⃣ 🇩🇪 Germany
8️⃣ 🇳🇱 Netherlands
9️⃣ 🇳🇴 Norway
🔟 🇨🇴 Colombia
⚽️ Gareewwan kun gara xumuraatti ce’uun fi waancaa injifachuuf dursaa irratti argamu jechuun tilmaamameera.
6 741
🚨🍒 Bournemouth fi Alex Scott waliigaltee haaraa irratti marii gaggeessaa jiru.
📄 Waliigalteen haaraan kun Yoo kilabiin biraa maallaqa waliigalteedhaan murtaa’e kaffale, taphataan kilabicha gadhiisuu danda’a.
✅ Bournemouth kanaan dura Huijsen fi Rayan waliin mala kana fayyadamee ture.
🔄 Amma immoo, yoo Alex Scott walii galu, mala wal fakkaataa kana isa irrattis hojii irra oolchuuf qophaa’eera.
⏳ Murtiin xumuraa waliigaltee taphatichaa irratti hundaaya.
Madda[FabrizioRomano]
6 741
🚨⚪️⚫️ Juventus F.C. waliigaltee Emiliano Martínez goolii eegaa isaanii keessaa filannoo duraa godhatanii jiru; sababiin isaa waliigalteen Alisson Becker fashalaa’eera.
Mariin waa'ee gatii fi ibsa kontiraataa, mindaa eegaleera garuu Juventus jijjiirraa kana qorachuuf fedhii guddaa qaba.
Waliigalteen Emiliano kunis yoo Fashalaa'ee Filannoon biraa ammoo goolii eegaa Tottenham Hotspur kan ta’e Guglielmo Vicario ta’ee itti fufeera.
Madda[FabrizioRomano]
6 741
🚨🇹🇷 Daarektarri Inter Milan Piyeeroo Awusiliyoo: “Chaalhanoglu tursiisuu barbaanna,inni amma iyyuu kontiraata hin xummurre garuu, 🗣️ “Dubbiiwwan Fenerbahçe irraa dhufan bu’aa tokkollee ni qabaatu jedhee hin amanu”.
6 741
🚨⚪️⚫️ Waliigaltee jalqabaa haala dhuunfaatiin Juventus fi bakka bu'oota Aleeksaandar Soorloth gidduutti taasifame.
Mariin Juventus fi Atlético Madrid gidduutti itti fufa; gareewwan lamaan dhimma Nico González irrattis mari’achaa jiru. ⚽️🔥
6 741
🚨🇭🇺 Áron Yaakobishvili seenaa haaraa galmeesse! 🧤🔥
Áron Yaakobishvili, garee biyyaalessaa Hungary keessatti yeroo jalqabaaf taphachuun, goolii eegaa umrii xiqqaan ta'ee seenaa galmeesse. 🇭🇺👏
🗣️ “Kun abjuu koo dhugoomedha. Ijoolleen hundi guyyaa tokko Puskás Aréna keessatti taphachuu hawwu.”
🔵🔴 Barcelona ammoo yeroo ammaa waqtii dhufuuf gaaffii liqii lama isaaf dhiyaate fudhateera.
👔 Leenjisaan Barcelona, Hansi Flick, dandeettii isaa irratti amantaa guddaa qabaachuun gara fuulduraatti kilabichaaf goolii eegaa murteessaa ta'uu akka danda'u ni amana.
⏳ Murtiin inni Barcelona keessatti turuu ykn liqiin gara kilabii biraa deemuu isaa irratti yeroo dhiyootti ni murtaa'a.
🌟 Dargaggeessi kun gara fuulduraatti goolii eegitoota ciccimoo addunyaa keessaa tokko ta'uu danda'a jechuun hedduun ni amanu. 🧤💙❤️
6 741
+1
SC Braga taphataa sarara gidduu Heerenveen, Marcus Linday, mallatteessuuf kaffaltii miiliyoonaa €5 dhiyeesseera. ⚽💵
🤝 Mariin gareewwan lameen gidduutti torban kana irraa eegalee jalqabameera.
6 741
🚨🔝 Kylian Mbappé:
“Deeggartoota Baarseloonaa malee, Riyaal Maadriid kilabii addunyaa keessaa isaa GUDDAA ta’uu namni hundi ni beeka”.
Kana namnii hundii ni beekaa jechuun Sorare.com tti himeera
6 741
🚨 Maarkoo Siilvaan Fuulhaam erga gadhiisee booda, leenjisaa olaanaa Benfica ta’uun Joozee Mooriinihoo bakka bu’uuf jira 🇵🇹👀
6 741
🚨 Everton yeroo ammaa Hayden Hackney irratti Middlesbrough waliin marii gaggeessaa jira.
Taphataan sarara giddu ganna 23 kun Evertonitti makamuuf fedhii qabaachuun himameera — haa ta’u malee kilaboonni biroonis isa barbaadaa jiru.
Middlesbrough ammoo, yoo dhiyeessiin gaariin hin dhiyaanne ta’e, taphataan Championship Player of the Year ta’e kun waliigaltee isaa ji’oota 12 dhumaa keessatti akka seenuuf qophaa’eera. ⚽🔥
6 741
🚨 Akka Transfermarkt jedhutti, taphattoonni yeroo ammaa gatiin isaanii €110m hanga €150m gidduu jiru keessaa mallattoo guddaa Real Madrid ta’uu danda’an:
• Bukayo Saka – €110m
• Declan Rice – €120m
• Désiré Doué – €120m
• Vitinha – €140m
• João Neves – €140m
• Khvicha Kvaratskhelia – €140m
• Pedri – €150m ⚪🔥
6 741
🚨 OFFICIAL: Lamine Yamal bara dorgommii 2025/26 taphataa cimaa Laaligaa injifate. ⭐️
Goal, 12 Assists. 28 G/A taphoota 28 irratti.
متاح الآن! بحث تيليغرام 2025 — أهم رؤى العام 
