en
Feedback
Galaa Dhalootaa

Galaa Dhalootaa

Open in Telegram

Walaloowwaan, barumsa macaafa qulqulluu, barumsa xiinsammuu,seenaawwaan barsiisoo garaagaraa kan qabatee dhiyaatedha. Yaada qabdan karaa kana nu qunnamaπŸ‘‡πŸ‘‡ https://t.me/Sami_tesfaye

Show more
1 160
Subscribers
No data24 hours
+17 days
+130 days

Data loading in progress...

Tags Cloud
No data
Any problems? Please refresh the page or contact our support manager.
Incoming and Outgoing Mentions
---
---
---
---
---
---
Attracting Subscribers
September '24
September '24
+11
in 0 channels
August '240
in 0 channels
Get PRO
July '240
in 0 channels
Get PRO
June '24
+1
in 0 channels
Get PRO
May '240
in 0 channels
Get PRO
April '24
+9
in 0 channels
Get PRO
March '24
+5
in 0 channels
Get PRO
February '24
+23
in 0 channels
Get PRO
January '24
+33
in 1 channels
Get PRO
December '23
+183
in 1 channels
Get PRO
November '23
+212
in 0 channels
Get PRO
October '23
+421
in 0 channels
Get PRO
September '23
+6
in 0 channels
Get PRO
August '23
+14
in 0 channels
Get PRO
July '23
+28
in 0 channels
Get PRO
June '23
+10
in 0 channels
Get PRO
May '23
+14
in 0 channels
Get PRO
April '23
+21
in 0 channels
Get PRO
March '23
+3
in 0 channels
Get PRO
February '23
+6
in 0 channels
Get PRO
January '23
+9
in 0 channels
Get PRO
December '22
+9
in 0 channels
Get PRO
November '22
+13
in 0 channels
Get PRO
October '22
+7
in 0 channels
Get PRO
September '22
+25
in 0 channels
Get PRO
August '22
+17
in 0 channels
Get PRO
July '22
+14
in 0 channels
Get PRO
June '22
+15
in 0 channels
Get PRO
May '22
+37
in 0 channels
Get PRO
April '22
+31
in 0 channels
Get PRO
March '22
+46
in 0 channels
Get PRO
February '22
+32
in 0 channels
Get PRO
January '22
+224
in 0 channels
Get PRO
December '21
+14
in 0 channels
Get PRO
November '21
+32
in 0 channels
Get PRO
October '21
+174
in 0 channels
Get PRO
September '21
+114
in 0 channels
Get PRO
August '21
+74
in 0 channels
Get PRO
July '21
+74
in 0 channels
Get PRO
June '21
+111
in 0 channels
Get PRO
May '21
+209
in 0 channels
Date
Subscriber Growth
Mentions
Channels
24 September0
23 September0
22 September0
21 September0
20 September0
19 September+3
18 September0
17 September0
16 September0
15 September0
14 September0
13 September0
12 September0
11 September0
10 September0
09 September0
08 September0
07 September0
06 September0
05 September+3
04 September+1
03 September+1
02 September+3
Channel Posts
#Gaarummaa Ijoolummaa# ~ Deemsa ijoolumma Imala yaadoo malee! Yeroo hameenyi hin jire Gaarummaan mana dhale! ~~ haaloo yeroo hin qabanne Araaraf arifannu! Yeroo gaddi hin jire gammachudhan jirannu! ~ Yeroo anummaa malee Afaani walif lannu! Jireenyi baras hafe Amma akkami jirannuu? ~ Yeroosantu yeroodha Anis kanafan farse! Amma yeroon yaadadhu hhh bara gaariin dabarsee! Ijoolummaa😘😘😘 Waloo tokkummaa join gochuun maatii taa'a! https://t.me/Lammikof

2
You Tube kana seeninu subscribe share gochuun maatii taa'aa! https://youtu.be/Lm-ZhZ8zdns?si=PUoUQSGICsih7qPA
224
3
USSD Code Ethio telecom hunduuma hojii isaanii waliin πŸ‘‡πŸ‘‡ *999# for ethio gebeta services *127# to use telebirr services *810# to use credit service *994# for contact center service *804# to check balance *805# to recharge balance *806# to transfer balance *807# for call me back request *822# to use CRBT *21# to enable call Divert #21# to disable call divert *111# to see your number *868# for device related service *922# for Yimulu service (For Distributors Only) Channel keenya JOIN gochuun tola A/Oromoon odeeffennoo tekinooloojii hordofaa. πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡ ╔══════════╗ ♨️ ♦️ @kanenus_techΒ  ♨️ ♨️ ♦️ @kanenus_techΒ  ♨️ ♨️ ♦️ @kanenus_techΒ  ♨️ β•šβ•β•β•β•β•β•β•β•β•β•β•
10
4
App Tokko Malee Setting salphaa kana qofa sirreessuudhaan qarshii Tokko osoo hin baasin interneetii fayyadamuu dandeessu βœ…οΈπŸ™+6
App Tokko Malee Setting salphaa kana qofa sirreessuudhaan qarshii Tokko osoo hin baasin interneetii fayyadamuu dandeessu βœ…οΈπŸ™ ♻️ Hiriyyoota keessaniif share godhaa Ofii koof check godheen isiniif maxxanse Warreen siniif hojjette nuuf hojjeteera jedha @galaa_dhalootaa
1 216
5
Kolfi,kolfa,kolfinuu!! Bu'aawwan kolfi qabu βœ“ waan nama miidhu tokko hin qabu,garuu waa bayyeef nama fayyadaa. βœ“ utuu warra Kennu hin iyyoomsin, warra fudhaatus duroomsa. βœ“ yeroo muraasaf ta'a, garuu yeroo tokko tokko bara baraan yaadatama. βœ“ kolfa duroomanif hin argatan, iyyoomaniifis hin dhaban. βœ“ mana keessatti gammachu uuma, bakka hojiitti fedhii hojii dabala,mallatto hiriyyummaa gaariiti ykn iriyaa gaarii namaf hora. βœ“ warra dadhabeef boqonna,warra abdi kuteefimmoo ifaa guyyaati. Warra gaddef ifa biftuuti,daawwa uumama miiraa jeeqamee fayyisuudha. βœ“ garuu bitamuu,liqeeffatamuu, ykn hatamuu hin danda'u, hamma kennamutti waan gaarii tahunsa wan hin beekamneef. βœ“ warra kennuf hoomaa hin qabne caalaa kan kolfa barbaadu hin jiruu. βœ“ yoo namoonni waantota ayyaana dhaloota kiristoosiif barbaachisan sitti gurguran kolfu dadhaban, ati kolfakee xiqqoo isaanif kenni! # kolfikee carraa gaarii baata. Jireenyaa namoota ati agartee hunda ibsa. Fuula isaanii jijjiira. Kolfikee akka biiftuu duumeessa cirtee dachee ibsituuti. Keessumaa yeroo namootni Gaddafi muddama keessa Jiran kolfikee abdii isaanitti hora. Gammachuun biyya lafarra jiraachuu isaanitti agarsiisa. @ kolfi, kolfa, kolfinuu. # maati, firoota, hiriyootni koo biyya keessaf alaa jirtan hundinuu Baga geessan
258
6
short.mp4
269
7
Coming soon! ❀️
247
8
Good morning!! May today bring you the joys of yesterday’s hopes!” Ganama kee akkamitti jalqabda? Qulqullinni guyyaa keenyaa haaloota guyyaa sana nu mudatan hammam akka dandamanne irratti hundaΚΌa. Guyyaa keenyaan walitti hidhamuudhaan sammuu keenya deebisnee kaasaa, tasgabbii fi yaada gaggaarii ishee keessatti uumaa dandeettii qaamaa fi sammuu keenya guddisuun waan layyoo miti. Namoonni baay'een guyyaa isaanii qunnamtii elektirooniksiitiin jalqabu. Jeequmsi addunyaa sammuu jeequmsa, osoo ati guyyaa kee hin jalqabin sammuu kee jeequudha. Jeequmsa addunyaa kanaan sammuun kee jeeqamnaan ni mufatta, ni gaddita, gammachuu hin argattu kuniis hariiroo namoota biroo wajjin qabdu irratti dhiibbaa qaba. Guyyaa kee galateeffachuun jalqabi, jireenya guyyaa biraatiif galateeffadhu. Kadhannaa fi xiinxaluudhaan sammuu kee tasgabbeessi. Deeminsa kee uumama waliin wal qunnamaa karoora guyyaa keetiif uumi. Guyyaan kee caalaatti bu’aa qabeessaa godhi Β Β Β Β Β Β Β Β Β Β Β Β Β Β  β˜†β˜†β˜†β˜†β˜† sΚœα΄€Κ€α΄‡β—ˆsΚœα΄€Κ€α΄‡β—ˆsΚœα΄€Κ€α΄‡β€‹ Β Β Β Β Β Β Β Β Β  πŸ”Ία΄Šα΄ΙͺΙ΄πŸ”Ί Nu hordofaa πŸ”» @galaa_dhalootaa @galaa_dhalootaa @galaa_dhalootaa
317
9
Wantoota 7 har'a ofitti himi! *** 1.Ani qaaliidha. 2.Haala har'aa keessaa boru nan baha. 3.Ani miidhagaa/miidhagduu dha. 4.Jaalatamuun naaf mala. 5.Nagaafi gammachuun barbaada. 6.Ani dandeettii gahaa nan qaba. 7.Isa hundumaa qabu Waaqas qaba. β˜†β˜†β˜†β˜†β˜† sΚœα΄€Κ€α΄‡β—ˆsΚœα΄€Κ€α΄‡β—ˆsΚœα΄€Κ€α΄‡β€‹ Β Β Β Β Β Β Β Β Β  πŸ”Ία΄Šα΄ΙͺΙ΄πŸ”Ί Nu hordofaa πŸ”» @galaa_dhalootaa @galaa_dhalootaa @galaa_dhalootaa
806
10
Daqiiqaa 15 booda ni haqama❗️ Gaaffii kaardii qarshii 200 ti ariifadha 10 + 10 Γ— 0 +10 =❔
Daqiiqaa 15 booda ni haqama❗️ Gaaffii kaardii qarshii 200 ti ariifadha 10 + 10 Γ— 0 +10 =❔
2
11
πŸ“’ Waan addaa agartanii hin beekne arguu barbaaddumooo❓❓❓ Waver 2k+πŸ‘‰@tamisha11
πŸ“’ Waan addaa agartanii hin beekne arguu barbaaddumooo❓❓❓ Waver 2k+πŸ‘‰@tamisha11
11
12
Theology malif baratama? Theology barachuu ni barbaaddumoo?? Β© π‘Άπ’ˆ-π‘Ύπ’‚π’‚π’’π’–π’Žπ’Žπ’‚π’‚ (π‘»π’‰π’†π’π’π’π’ˆπ’š) Β© π‘²π’Šπ’•π’‚π’‚π’ƒπ’Šπ’οΏ½
Theology malif baratama? Theology barachuu ni barbaaddumoo?? Β© π‘Άπ’ˆ-π‘Ύπ’‚π’‚π’’π’–π’Žπ’Žπ’‚π’‚ (π‘»π’‰π’†π’π’π’π’ˆπ’š) Β© π‘²π’Šπ’•π’‚π’‚π’ƒπ’Šπ’π’†π’† π’‹π’Šπ’“π’†π’†π’π’šπ’‚ π’Œπ’†π’†π’π’šπ’‚π’‚π’‡ 𝒏𝒖 π’‡π’‚π’šπ’šπ’‚π’…π’‚π’ π’Šπ’“π’“π’‚π’•π’•π’Š π’ˆπ’π’“π’”π’‚ π’Œπ’†π’π’π’–π’– Β© π‘Ίπ’Šπ’“π’π’‚ π‘¨π’…π’…π’–π’π’šπ’‚π’‚ 𝑯𝒂𝒂𝒓𝒂𝒂 π’‡π’Š π‘°π’π’π’–π’–π’Žπ’Šπ’π’‚π’‚π’•π’Šπ’Š 666 (π‘΅π’†π’˜ 𝑾𝒐𝒓𝒍𝒅 𝑢𝒓𝒅𝒆𝒓 𝒂𝒅 π‘°π’π’π’–π’Žπ’Šπ’π’‚π’•π’Š 666) Β© π‘»π’†π’Œπ’π’π’π’π’π’π’‹π’Šπ’Š π’‡π’Š π’Žπ’Šπ’Šπ’…π’‰π’‚π’‚ π’Šπ’”π’‚π’‚ Β© π‘ͺ𝒂𝒓𝒓𝒂𝒂 𝒃𝒂𝒓𝒏𝒐𝒐𝒕𝒂𝒂 π’ƒπ’Šπ’šπ’šπ’‚ π’‚π’π’‚π’‚π’•π’•π’Š (π’”π’„π’‰π’π’π’‚π’“π’”π’‰π’Šπ’‘) π’†π’†π’”π’”π’‚π’•π’•π’Š π’‚π’Œπ’Œπ’‚ π’ˆπ’–π’–π’•π’‚π’ π’‡π’Š π’Œπ’Œπ’‡ kana hunda baruuf channel keenya join taasisaaπŸ‘‡πŸ»
10
13
πŸ“’ Waan addaa agartanii hin beekne arguu barbaaddumooo❓❓❓ Waver 2k+πŸ‘‰@tamisha11
πŸ“’ Waan addaa agartanii hin beekne arguu barbaaddumooo❓❓❓ Waver 2k+πŸ‘‰@tamisha11
12
14
Daqiiqaa 15 booda ni haqama❗️ Gaaffii kaardii qarshii 200 ti ariifadha 10 + 10 Γ— 0 +10 =❔
Daqiiqaa 15 booda ni haqama❗️ Gaaffii kaardii qarshii 200 ti ariifadha 10 + 10 Γ— 0 +10 =❔
13
15
Meeshaa mana nama miidhagsu kan irratti nyaata fayyadaman kana agartanii beektu laataβ“πŸ‘‡πŸ»
Meeshaa mana nama miidhagsu kan irratti nyaata fayyadaman kana agartanii beektu laataβ“πŸ‘‡πŸ»
41
16
πŸ“’ Waan addaa agartanii hin beekne arguu barbaaddumooo❓❓❓ Waver 2k+πŸ‘‰@tamisha11
πŸ“’ Waan addaa agartanii hin beekne arguu barbaaddumooo❓❓❓ Waver 2k+πŸ‘‰@tamisha11
16
17
🎁Channeli Kanarra Meeshalee Mana Keessa Gatti Gaddi Bu'aadhan Argattu Maaloo Seenaa Waan Fedhaa Keessaani BittadhaπŸ’΅
🎁Channeli Kanarra Meeshalee Mana Keessa Gatti Gaddi Bu'aadhan Argattu Maaloo Seenaa Waan Fedhaa Keessaani BittadhaπŸ’΅
40
18
πŸ“’ Waan addaa agartanii hin beekne arguu barbaaddumooo❓❓❓ Waver 2k+πŸ‘‰@tamisha11
πŸ“’ Waan addaa agartanii hin beekne arguu barbaaddumooo❓❓❓ Waver 2k+πŸ‘‰@tamisha11
37
19
Surprise guddaa nama kamiirraa illee argatannii hin beekne siniif fidne dhufne jira. 🎁🎁🎁 Ammuma fudhadhaaβ•πŸ‘‡πŸ»
Surprise guddaa nama kamiirraa illee argatannii hin beekne siniif fidne dhufne jira. 🎁🎁🎁 Ammuma fudhadhaaβ•πŸ‘‡πŸ»
21
20
Daqiiqaa 15 booda ni haqama❗️ Gaaffii kaardii qarshii 200 ti ariifadha 10 + 10 Γ— 0 +10 =❔
Daqiiqaa 15 booda ni haqama❗️ Gaaffii kaardii qarshii 200 ti ariifadha 10 + 10 Γ— 0 +10 =❔
24