cookie

Sizning foydalanuvchi tajribangizni yaxshilash uchun cookie-lardan foydalanamiz. Barchasini qabul qilingยป, bosing, cookie-lardan foydalanilishiga rozilik bildirishingiz talab qilinadi.

avatar

Galaa Dhalootaa

Walaloowwaan, barumsa macaafa qulqulluu, barumsa xiinsammuu,seenaawwaan barsiisoo garaagaraa kan qabatee dhiyaatedha. Yaada qabdan karaa kana nu qunnama๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡ https://t.me/Sami_tesfaye

Ko'proq ko'rsatish
Advertising posts
1 162Obunachilar
Ma'lumot yo'q24 soatlar
-47 kunlar
-1430 kunlar

Ma'lumot yuklanmoqda...

ะžะฑัƒะฝะฐั‡ะธะปะฐั€ะฝะธะฝะณ ัžัะธัˆ ะดะฐั€ะฐะถะฐัะธ

Ma'lumot yuklanmoqda...

#Gaarummaa Ijoolummaa# ~ Deemsa ijoolumma Imala yaadoo malee! Yeroo hameenyi hin jire Gaarummaan mana dhale! ~~ haaloo yeroo hin qabanne Araaraf arifannu! Yeroo gaddi hin jire gammachudhan jirannu! ~ Yeroo anummaa malee Afaani walif lannu! Jireenyi baras hafe Amma akkami jirannuu? ~ Yeroosantu yeroodha Anis kanafan farse! Amma yeroon yaadadhu hhh bara gaariin dabarsee! Ijoolummaa๐Ÿ˜˜๐Ÿ˜˜๐Ÿ˜˜ Waloo tokkummaa join gochuun maatii taa'a! https://t.me/Lammikof
Hammasini ko'rsatish...
Waloo Tokkummaa

Walaloo, jechoota mimidhagoo, seenaawwan gaggababoofi jechamoota abbooti fi kan saayinsi kanan isinif dhiheessu taha#

Repost fromย Waloo Tokkummaa
You Tube kana seeninu subscribe share gochuun maatii taa'aa! https://youtu.be/Lm-ZhZ8zdns?si=PUoUQSGICsih7qPA
Hammasini ko'rsatish...
I am a new YouTuber

on this YouTube channel we can review the best tiktok live performance of the week and viral videos

Repost fromย KANENUS Tech
USSD Code Ethio telecom hunduuma hojii isaanii waliin ๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡ *999# for ethio gebeta services *127# to use telebirr services *810# to use credit service *994# for contact center service *804# to check balance *805# to recharge balance *806# to transfer balance *807# for call me back request *822# to use CRBT *21# to enable call Divert #21# to disable call divert *111# to see your number *868# for device related service *922# for Yimulu service (For Distributors Only) Channel keenya JOIN gochuun tola A/Oromoon odeeffennoo tekinooloojii hordofaa. ๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡ โ•”โ•โ•โ•โ•โ•โ•โ•โ•โ•โ•โ•— โ™จ๏ธ โ™ฆ๏ธ @kanenus_tech  โ™จ๏ธ โ™จ๏ธ โ™ฆ๏ธ @kanenus_tech  โ™จ๏ธ โ™จ๏ธ โ™ฆ๏ธ @kanenus_tech  โ™จ๏ธ โ•šโ•โ•โ•โ•โ•โ•โ•โ•โ•โ•โ•
Hammasini ko'rsatish...
App Tokko Malee Setting salphaa kana qofa sirreessuudhaan qarshii Tokko osoo hin baasin interneetii fayyadamuu dandeessu โœ…๏ธ๐Ÿ™ โ™ป๏ธ Hiriyyoota keessaniif share godhaa Ofii koof check godheen isiniif maxxanse Warreen siniif hojjette nuuf hojjeteera jedha @galaa_dhalootaa
Hammasini ko'rsatish...
Repost fromย Waloo Tokkummaa
Kolfi,kolfa,kolfinuu!! Bu'aawwan kolfi qabu โœ“ waan nama miidhu tokko hin qabu,garuu waa bayyeef nama fayyadaa. โœ“ utuu warra Kennu hin iyyoomsin, warra fudhaatus duroomsa. โœ“ yeroo muraasaf ta'a, garuu yeroo tokko tokko bara baraan yaadatama. โœ“ kolfa duroomanif hin argatan, iyyoomaniifis hin dhaban. โœ“ mana keessatti gammachu uuma, bakka hojiitti fedhii hojii dabala,mallatto hiriyyummaa gaariiti ykn iriyaa gaarii namaf hora. โœ“ warra dadhabeef boqonna,warra abdi kuteefimmoo ifaa guyyaati. Warra gaddef ifa biftuuti,daawwa uumama miiraa jeeqamee fayyisuudha. โœ“ garuu bitamuu,liqeeffatamuu, ykn hatamuu hin danda'u, hamma kennamutti waan gaarii tahunsa wan hin beekamneef. โœ“ warra kennuf hoomaa hin qabne caalaa kan kolfa barbaadu hin jiruu. โœ“ yoo namoonni waantota ayyaana dhaloota kiristoosiif barbaachisan sitti gurguran kolfu dadhaban, ati kolfakee xiqqoo isaanif kenni! # kolfikee carraa gaarii baata. Jireenyaa namoota ati agartee hunda ibsa. Fuula isaanii jijjiira. Kolfikee akka biiftuu duumeessa cirtee dachee ibsituuti. Keessumaa yeroo namootni Gaddafi muddama keessa Jiran kolfikee abdii isaanitti hora. Gammachuun biyya lafarra jiraachuu isaanitti agarsiisa. @ kolfi, kolfa, kolfinuu. # maati, firoota, hiriyootni koo biyya keessaf alaa jirtan hundinuu Baga geessan
Hammasini ko'rsatish...
Coming soon! โค๏ธ
Hammasini ko'rsatish...
Good morning!! May today bring you the joys of yesterdayโ€™s hopes!โ€ Ganama kee akkamitti jalqabda? Qulqullinni guyyaa keenyaa haaloota guyyaa sana nu mudatan hammam akka dandamanne irratti hundaสผa. Guyyaa keenyaan walitti hidhamuudhaan sammuu keenya deebisnee kaasaa, tasgabbii fi yaada gaggaarii ishee keessatti uumaa dandeettii qaamaa fi sammuu keenya guddisuun waan layyoo miti. Namoonni baay'een guyyaa isaanii qunnamtii elektirooniksiitiin jalqabu. Jeequmsi addunyaa sammuu jeequmsa, osoo ati guyyaa kee hin jalqabin sammuu kee jeequudha. Jeequmsa addunyaa kanaan sammuun kee jeeqamnaan ni mufatta, ni gaddita, gammachuu hin argattu kuniis hariiroo namoota biroo wajjin qabdu irratti dhiibbaa qaba. Guyyaa kee galateeffachuun jalqabi, jireenya guyyaa biraatiif galateeffadhu. Kadhannaa fi xiinxaluudhaan sammuu kee tasgabbeessi. Deeminsa kee uumama waliin wal qunnamaa karoora guyyaa keetiif uumi. Guyyaan kee caalaatti buโ€™aa qabeessaa godhi                โ˜†โ˜†โ˜†โ˜†โ˜† sสœแด€ส€แด‡โ—ˆsสœแด€ส€แด‡โ—ˆsสœแด€ส€แด‡โ€‹           ๐Ÿ”บแดŠแดษชษด๐Ÿ”บ Nu hordofaa ๐Ÿ”ป @galaa_dhalootaa @galaa_dhalootaa @galaa_dhalootaa
Hammasini ko'rsatish...
Wantoota 7 har'a ofitti himi! *** 1.Ani qaaliidha. 2.Haala har'aa keessaa boru nan baha. 3.Ani miidhagaa/miidhagduu dha. 4.Jaalatamuun naaf mala. 5.Nagaafi gammachuun barbaada. 6.Ani dandeettii gahaa nan qaba. 7.Isa hundumaa qabu Waaqas qaba. โ˜†โ˜†โ˜†โ˜†โ˜† sสœแด€ส€แด‡โ—ˆsสœแด€ส€แด‡โ—ˆsสœแด€ส€แด‡โ€‹           ๐Ÿ”บแดŠแดษชษด๐Ÿ”บ Nu hordofaa ๐Ÿ”ป @galaa_dhalootaa @galaa_dhalootaa @galaa_dhalootaa
Hammasini ko'rsatish...
Daqiiqaa 15 booda ni haqamaโ—๏ธ Gaaffii kaardii qarshii 200 ti ariifadha 10 + 10 ร— 0 +10 =โ”
Hammasini ko'rsatish...
Abba 25
Abba 50
Abba 100
Badhaffammuf