en
Feedback
Mana Murtii Aanaa Dadar

Mana Murtii Aanaa Dadar

Open in Telegram

Haqaaf Haqaan Hojjenna !!

Show more
2 164
Subscribers
No data24 hours
-27 days
-730 days
Posts Archive
+1
👉Murtii Haaraa L.G 242695 ta'ee gaafa 4/2/2017 ooleen MMWFDHI kenname .(Murtii LG 250725 tae irratti kenname jijjiree jira) 👉MMWFDHI galmee lakk. 250725 ta’e irratti dhaddacha gaafa 27/10/2016 ooleen Abbaan Seeraa dhaddacha Mana Murtii Federaalaa irratti moggaafamee hojjachuuf sadarkaa Mana Murtii sanatti hojjachuu kan dandeessisu muudama Mana Maree BBU qabaachuu qaba jedheera. Murtiin Abbaan Seeraa osoo MMBU muudama Mana Murtichaa irratti akka hojjatu dandeessisu hin argatin keessatti moggaafamee hojjate fudhatama hin qabu jechuun murteessee jira. 👉Haa ta'u malee murtiin kun turtii naannoo ji'a sadii booda jijjiramee jira. Bu'uuruma kanaan abbaan seeraa sadarkaa mana mirtii sanatti muudama mana maree yoo qabaachu baatees rammaddii yeroodhaan gumii bulchiinsa abbootii seeraatiin rammadame kan hojjatuu waan ta'eef murtiin kennuus fudhatama kan qabudhaa jechuun murtiin duraan kenne jijjiramuu isaa abbootii seeraa torbaan murtii kenne jira. Murtiin guutuu kunoo dubbisa!!!👇👇👇👉https://t.me/eluLaw

+1
243973.pdf5.58 KB

በፌደራል ፍርድ ቤቶች አዋጅ ቁጥር 1234/2013 አንቀጽ 26 ስር እንደተደነገገው አምስት ዳኞች በተሰየሙበት የሰበር ችሎት የተሰጠን ትርጉም በተለያዩ ምክንያቶች ማሻሻል አስፈላጊ ሆኖ ሲገኝ ከሰባት
+2
በፌደራል ፍርድ ቤቶች አዋጅ ቁጥር 1234/2013 አንቀጽ 26 ስር እንደተደነገገው አምስት ዳኞች በተሰየሙበት የሰበር ችሎት የተሰጠን ትርጉም በተለያዩ ምክንያቶች ማሻሻል አስፈላጊ ሆኖ ሲገኝ ከሰባት ያላነሱ ዳኞች በተሰየሙበት የሰበር ችሎት እንዲታይ እንደሚደረግ እና በዚህ መልኩ የሚሰጠው የህግ ትርጉም ውሳኔው ከተሰጠበት ቀን ጀምሮ በማናቸውም ደረጃ ለሚገኝ የፌደራል ወይም የክልል ፍርድ ቤት አስገዳጅ እንደሚሆን ተመልክቷል፡፡ በዚህ መሰረት በ2015ዓ.ም እና 2016 ዓ.ም ከሰባት ያላነሱ ዳኞች በተሰየሙበት የሰበር ችሎት ውሳኔ የተሰጠባቸውን ጉዳዮች አጭር መግለጫ እንደሚከተለው አቅርበናል፡፡ የውሳኔዎቹን ሙሉ ግልባጭ በፍርድ ቤቱ ዌብሳይት https://www.fsc.gov.et/ ወይም በአማራጭ የቴሌግራም ቻናላችን https://t.me/fscethiopiaPR ላይ በመግባት የውሳኔዎቹን ሙሉ ግልባጭ ማግኘት ይችላሉ፡፡ መልካም ንባብ የፌደራል ጠቅላይ ፍርድ ቤት ኮሚዩኒኬሽንና ስትራቴጂያዊ አጋርነት ዳይሬክቶሬት

LEENJII HAALAA FI SIRNA ITTI FAYYADAMA MURTIIWWAN HIIKA SEERAA DIRQISIISAA DHADDACHA IJIBBAATAA(By Elias k.(Bara 2017)

+1
Bu'uura Labsii 1156/2011tiin Maanaajaroonni Dameelee Baankii Hojii Gaggeesitoota akka hin taanee DhIMMWF murtii dirqisisaa kennee jira. https://t.me/binimoslawyer

Repost from Firew Law Office
📎 Labsii Soorama Hojjattoota Mootummaa Federaalaa lakk.1267/2014.

Repost from Desalegn B.
TRANSFER OF OWNERSHIP OVER MOTOR VEHICLES                 By Muradu Abdo ✍️Barreeffamni gabaabaan pdf dhaan olitti dhoobame kun (☝️☝️☝️) waliigalteen bittaafi gurgurtaa konkolaataa tokko raawwatamee xumurameera, mirga abbaa qabeenyummaa bitataatti dabarseera jedhamuuf ulaagaan guutamuu qabu maal kan jedhu waliin wal qabata. ✍️Konkolaataan qabeenya socho'aa addaa ta'uufi qabeenya socho'aa biroo irraa haala addaatiin ilaalamuu kan qabu ta'uus ni ibsa. ✍️Konkolaataan tokko waliigaltee barreeffamaa qaama ilaallatu fuulduratti mirkanaa'ee, teechifameen kan gurgurame ta'ullee hanga libireen maqaa isa bitateetti hin jijjiiramnetti abbaa konkolaatichaati jedhamee kan itti gaafatamummaa fudhachuu qabu isa gurgure jedhamuu akka qabus ni addeessa. ✍️Dhuma irratti, barreessaan kun hiikkoon dhaddacha Ijibbaataa MMWFtiin Galmee Lakk.24643 ta'e irratti kenname sirrii ta'uu ibsuun, garuu Beeksisa Seeraa (Legal Notice) Lakk.360/69 qofa bu'uura godhachuun murtiin kenname gahaadha (ifadha) jedhamee akka callifamuu hin qabne akka hin qabneefi bitataan mirgichi jiraachuu isaa libireedhaan (Title Certificate Book) yoo hubachiise malee mirga garee 3ffaa irratti akka ittisaatti kaasuu argachuu hin danda'u, ykn waliigalteen bittaafi gurgurtaa konkolaataa yoo galmaa'e malee garee 3ffaa irratti bu'aa seeraa hin qabaatu jedhamee ifatti tumamuu qaba jechuun seera baastuudhaafis yaada dhiyeessuun gudunfeera.         Desalegn B.

Repost from Desalegn B.
A COMMENTARY ON THE LAW OF AGENCY-REPRESENTATION IN ETHIOPIA                           By W. L. Church Desalegn B.

ሰ/መ/ቁ 114927     መስከረም 27 ቀን 2009 ዓ/ም የፍ/ብ/ሕ/ቁጥር 2143(2) አተረጓጎም በተጠሪ ደንበኛ ንብረት ላይ ጉዳት አደረሰ የተባለው የአመልካቾች ተሸከርካሪ አሽከርካሪ የወንጀል ሕግ አንቀፅ 506(1(ሐ)) ተጠቅሶ የወንጀል ክስ ቀርቦበት ድርጊቱ ስለመፈጽሙ የቀረበ ማስረጃ የለም ተብሎ ምንም መከላከል ሳያስፈልገው በነጻ ተሰናብቷል። በፍ/ብ/ሕ/ቁጥር 2143(2) ስር ጉዳቱ በወንጀል የሚያስቀጣ ሆኖ በሚል የተቀመጠው የድንጋጌው አቀራረፅና ይዘቱ ሲታይ ለጉዳቱ የተከሰሰ ሰው በወንጀል ችሎቱ ነፃ መውጣቱ ይርጋውን ወደ ሁለት አመት ዝቅ የሚያደርገው መሆኑን የሚያስገነዝብ ሳይሆን ጉዳቱ በራሱ የወንጀል ድርጊት መሆኑ ብቻ የይርጋውን ጊዜ በወንጀል ሕጉ በተመለከተው የይርጋ አቆጣጠር ለማስላት የሚገባ መሆኑን የሚያስገነዝብ ነው፡፡ የድንጋጌው የእንግሊዝኛው ቅጂ ሲታይም "where a damage arises form the commission of a criminal offence in respect of which the Penal code prescribes a longer period of limitations, the latter period shall apply to the action for the damage." በሚል የተቀመጠ ሁኖ እናገኘዋለን፡፡ የዚህ ድነጋጌ ይዘትና መንፈስ የሚያሳየው ጉዳቱን ያስከተለው ድርጊት በወንጀል ሕጉ የወንጀል ድርጊት ተብሎ የሚወሰድ ስለመሆኑ እንጂ ድርጊት ፈጸሚው የግድ በወንጀል ጥፋተኛ ሁኖ መገኘትን ለይርጋ አቆጣጠር መለኪያ ሊሆን የሚችል አለመሆኑን ነው፡፡  በዚህ ረገድ ይህ ሰበር ሰሚ ችሎት በሰ/መ/ቁጥር 61326 በቀረበው ጉዳይ ላይ በአዋጅ ቁጥር 454/97 አንቀፅ 2(1) ድንጋጌ አግባብ በየትኛውም እርከን የሚገኝ ፍርድ ቤትን የሚያስገድድ የህግ ትርጉም ሰጥቶአል፡፡ በዚህ ትርጉም ጉዳቱ በወንጀል ድርጊት የተከሰተ መሆኑ ብቻ ሳይሆን በወንጀል ጥፋተኛ ሁኖ መገኘትን ወይም በወንጀሉ ጉዳይ የማስረጃውን ምዘና ሁሉ የሚመለከት ነው ከተባለ በውጤቱ ለጉዳት ካሳ ተጠያቂ የሚሆኑ ሰዎች(ለምሳሌ ጥፋት ሳይኖር ኃላፊነት ያለባቸው ሰዎች)ሁሉ ተጎጂዎችን እንዳይክሱ የሚያደርግ የሚሆን መሆኑ የሚታመን ስለመሆኑም ተገልጾአል፡፡ ስለሆነም የድንጋጌው አስገዳጅ ትርጉም ጉዳቱ በወንጀል የሚያስቀጣ መሆኑ የሚለው የድንጋጌው ሐረግ ተከሳሽ በወንጀል ጥፋተኛ ሁኖ መገኘትን የሚያሳይ ሳይሆን ጉዳቱ በወንጀል ሊያስጠይቅ በሚችል ድርጊት መከሰቱ ከተረጋገጠ ብቻ የይርጋ ጊዜ ርዝመት ሊሆን የሚገባው በወንጀል ሕጉ ስር የተመለከተው የይርጋ ጊዜ መሆኑን የሚያሳይ ነው፡፡   በአመልካቾች ተሽከርካሪ አሽከርካሪ በተጠሪ ደንበኛ ተሽከርካሪ ላይ ለደረሰው ጉዳት የወንጀሉ ድርጊት ሊያስጠይቅ የሚችለው የሕግ አግባብ ሲታይ ይርጋው አስር አመት ስለመሆኑ ከኢ.ፌ.ዲ.ሪፐብሊክ የወንጀል ሕግ አንቀፅ  506(1(ሐ) እና 224(1(ሐ)) ድንጋጌዎች ጣምራ ንባብ ለመገንዘብ ይቻላል፡፡ ከዚህ አኳያ ድርጊቱ ተፈጸመ የተባለው መስከረም 14 ቀን 2005ዓ/ም ሁኖ ክሱ የቀረበው ሁለት አመት ከአለፈ መሆኑ በፍሬ ነገር ደረጃ ግራ ቀኙን ያላከራከረ ጉዳይ በመሆኑ ድርጊቱ በወንጀል የሚያስጠይቅ ድርጊት ነው ከተባለ ይርጋው በፍ/ብ/ሕ/ቁጥር 2143 (2) እና ከላይ በተጠቀሱት የወንጀል ሕግ ድንጋጌዎች መሰረት የአስር አመት የይርጋ ጊዜ አላለፈም፡፡  

የመሬት ይዞታ መብትና በመሬቱ ላይ የተሠራ ቤት ባለቤትነት ጥያቄ: በፍርድ ላይ የቀረበ ትችት                      በሞላ መንግሥቱ               Desalegn B.

QAJEELCHITUU (GUIDELINES) BARREEFFAMA MANNEEN MURTII OROMIYAA (Bara 2011)

👉Laabsii VAT haaraa lakk. 1341/2016 mirkannaa'e. 👉አድሱ የተጨማሪ እሴት ታክስ አዋጅ ቁጥር 1341/2016.