2 164
Subscribers
No data24 hours
-27 days
-730 days
Posts Archive
Repost from Elias Kasa Legal Service.
Qaj. galmeessaa fi kenna waraqaa ragaa Lafa Baadiyyaa Lakk. 03/2017
Repost from Muhammedteyib Nure:Judge
1️⃣.Dambii Sirna Raawwannaa Naamusaa fi Dhiyeeffannaa Komii Hojjattoota Mootummaa Naannoo Oromiyaa Lakk.36/1996,
2️⃣.Labsii Hojjattoota Mootummaa Lakk.61/1995 Labsii Hojjattoota Mootummaa Naannoo Oromiyaa Lakk.215/2011 tiin fooyya'e.
3️⃣.Labsii Lakk.76/1996.
4️⃣.Dambii Sirna Raawwannaa Naamusaa fi Dhiyeeffannaa Komii Hojjattoota Mootummaa Federaalaa Lakk.77/2002.
5️⃣.Qajeelfama Hundeeffama Koree Naamusaa Manneen Hojii Godinaalee,Aanaalee fi Bulchiinsa Magaalotaa ilaalchisee gaafa 14/01/2003 irraa eegalee hojiirra oole.
👉Bakka tokkotti qindaa'an Pdf dhaan buufadhaa dubbisaa.
⚖️Haqaaf haqaan hojjanna!!
Repost from Elias Kasa Legal Service.
𝐐𝐚𝐣𝐞𝐥𝐣𝐞𝐞𝐥𝐟𝐚𝐦𝐚 𝐥𝐚𝐤𝐤. 25/2016
𝐐𝐚𝐣𝐞𝐞𝐥𝐟𝐚𝐦𝐚 𝐌𝐢𝐧𝐝𝐚𝐚 𝐟𝐢 𝐅𝐚𝐚𝐲𝐢𝐝𝐚𝐚𝐥𝐞𝐞 𝐇𝐨𝐠𝐠𝐚𝐧𝐬𝐚 𝐀𝐚𝐧𝐚𝐚𝐥𝐞𝐞 𝐟𝐢 𝐆𝐚𝐧𝐝𝐨𝐨𝐭𝐚 𝐌𝐨𝐨𝐭𝐮𝐦𝐦𝐚𝐚 𝐍𝐚𝐚𝐧𝐧𝐨𝐨 𝐎𝐫𝐨𝐦𝐢𝐲𝐚𝐚 𝐌𝐮𝐫𝐭𝐞𝐞𝐬𝐬𝐮𝐮𝐟 𝐁𝐚𝐡𝐞
+9
Qindeessummaa Mana Murtii Ol’aanaa Godina Harargee Bahaa fi Waajjira Aadaa fi Turizimii Godina Harargee Bahaatiin Jaarsoolii Manneen Murtii Aadaa waliin karaa Viidiyoo Konfaransiitiin mariin bal'aan gaggeeffamee jira.
(Onkololeessa 24/2017,MMOGHB, Harar) Qindeessummaa Mana Murtii Ol’aanaa Godina Harargee Bahaa fi Waajjira Aadaa fi Turizimii Godina Harargee Bahaatiin Jaarsoolii Manneen Murtii Aadaa waliin karaa Viidiyoo Konfaransiitiin mariin bal'aan gaggeeffamee jira.
Marichi Pirisdaantii Mana Murtii Ol'aanaa Godina Harargee Bahaa kabajamoo Obbo Bukaar Kadiiroo fi itti gaafatamtuu Waajjira Aadaa fi Turizimii Godina Harargee Bahaa kabajamoo Aadde Saadaa Abraahimiin karaa Viidiyoo Konfaransiitiin haala miidhagaa ta'een gaggeeffamee jira.
Kominikeeshinii Mana Murtii Ol'aanaa Godina Harargee Bahaa
Repost from Muhammedteyib Nure:Judge
LEENJII Kanfaltii Abbaa Seerummaa MMOGAL Haaraasirrii (1).pptx7.92 KB
Repost from Elias Kasa Legal Service.
Aangoo Manneen Murtii, Murtii Bulchiinsaa Keessa Deebiin Ilaaluuf Qaban (Judicial Review) : Kenniinsa Waraqaa Ragaa Abbaa Qabiyyummaa Lafa Magaalaa, Haqamiinsa Isaafi Kenniinsa Iddoo Bakka Bu’iinsaa Lafa Mana Jireenyaa Magaalaa Qofa Irratti Xiyyeeffachuun
Desalegn B.
Repost from PIL - Public International Law
On October 4, the Court of Justice of EU for the first time in its history annulled an international agreement (EU-Morocco agreement on Fisheries and Agricultural Products) for violation of international law (the right to self-determination of the people of Western Sahara).
