cookie

We use cookies to improve your browsing experience. By clicking «Accept all», you agree to the use of cookies.

avatar

OroIspoortii™️

🔯Isportii Jalalaafi🔯 ⚽ Oduu isportii yeroo isaa eggatee 💶 Jijjirraa taphatotaa 📒 Seenaa taphatotaa 🖥️ Tamsasaa kallattii 🔊 Oduu bashanasisaa 📳 Yaada qabdanif Fi Naman Cross gochuu bardananii👉 @Abdii1222

Show more
Ethiopia1 492The language is not specifiedSports4 428
Advertising posts
14 789
Subscribers
+524 hours
-247 days
+7630 days
Posting time distributions

Data loading in progress...

Find out who reads your channel

This graph will show you who besides your subscribers reads your channel and learn about other sources of traffic.
Views Sources
Publication analysis
PostsViews
Shares
Views dynamics
01
✅Taphoota har'a taphataman 💠Taphoota gulaallii geeba adunyaa 10:00 🔰 Kaameroon Keep Vardee waliin 01:00 🔰 Gaambiyaa Sisheels waliin 💠Taphoota madaallii gahumsaa. 01:45 🔰 Porchugaal Kirooshiyaa waliin 01:45 🔰 Siwdin Sarbiyaa waliin 01:45 🔰 Siwzerland Ostriyaa waliin 02:30 🔰 Deenmaark Norweey waliin 03:00 🔰 Beeljem Lukzanbarg waliin 04:30 🔰 Ispeen Ayerlaand Kaabaa waliin          
9460Loading...
02
✅Taphoota kaleessa taphataman. 💠Gulaallii geeba adunyaa Keeniyaa 1-1 Burundii Moozanpiik 0-2 Somaliyaa  Zimbaabuwee 0-2 Lesettoo  Madagaskar 2-1 Koomoros Yugaanda 1-0 Bootsuwaana Kotdivaayer 1-0 Gaaboon  Moorokoo 2-1 Zaambiyaa   Naayjeeriyaa 1-1 Afriikaa Kibbaa  💠Taphoota madaallii gahumsaa Ingilaand 0-1 Ayislaand Jarmaan 2-1 Griik  Poolaand 3-1 Yukireen Skootlaand 2-2 Filaand           
8991Loading...
03
📊 Gareen biyyaalessaa Ingilaand taphoota shanan darban irratti:- Taphoota 2 moo'atame Taphoota 2 qixa ba'e Tapha 1 injifate         
7160Loading...
04
🎖 Taphattoota Yuuroo irrattii goolii heedduu galchuudhaan sadarkaadhaan.          
7200Loading...
05
✅Garee Jarman geba Awurooppaa 2024 iratti hirmatu.          
6620Loading...
06
🔥🔥Channallii Kubbaa Millaa Deggartotaa kilbaa Hundaa of kessaattii qabatee🔥🔥 Chaanaalii  Kunii  jaallatamumma guddaa horacha jiruniin  sa'aatii 24 waa'ee Kubbaa millaa kan irraa argattan yoo tahuu Join gochuun itti dabalama 😍👇 @Gadaaisport @Gadaaisport
2170Loading...
07
✅Tapha michummaa amma taphatamaa jiru. ⏱Xumurame Inglaand 0-1 Aayislaand                       ⚽️Toreystson 13'           
9450Loading...
08
https://t.me/haMster_kombat_bot/start?startapp=kentId392933174 Play with me, become cryptoexchange CEO and get a token airdrop! 💸 2k Coins as a first-time gift 🔥 25k Coins if you have Telegram Premium
1690Loading...
09
✅Liigiin Faransaay bara dorgommii dhufuuf hanga ammatti dhaabbata Biroodkaastii taphoota isaanii bitu hin arganne. Kana jechuun bara dorgommii dhufu kilaboonni galiin tamsaasa irraa argatan hin jiru jechuudha.           
1 0440Loading...
10
Taphataan cimaa Arsenaal bara kanaa ifoomeera! Taphataan sarara gidduu Arsenaal lammii Noorweey Maartiin Odegaard taphataa cimaa Arsenaal bara dorgommii 2023/24 ta'uun filatameera. Odegaard booda Raayis sadarkaa lammaffaa, Wiliyaam Saaliibaan sadarkaa 3ffaa bahuun xumureera.          
1 2050Loading...
11
Gaareet Saawuzgeet leenjisaa Maanchistar Yunaayitid ta'uuf filannoo lakkoofsa tokkoo ta'ee fudhatama. - Richfay          
1 0990Loading...
12
✅Garee biyyaalessaa Ispeen tapha geba Awurooppaa iratti hirmaatu.           
1 1180Loading...
13
✅️Official Chelsiin Tosin Aderaabiyoo mallatteessisifachuu isaanii ifoomsaniiru. ➮ Fabrizio Romano           
1 0850Loading...
14
✅Jeemiy Vaardiin waligaltee hanga Waxabajjii 2025 Lester Siitii keesa isa tursiisu mallatteesse jira.            
9890Loading...
15
✅Toonii Kroos ganna kana kubbaa taphachuun booda Akaadamii Riyaal Maadriid kessatti akka hojetu beeksiseera.               
9910Loading...
16
✅Markees Raashfoord hagayya 2023 konkolaata saffisa hiyamame ol konkolaachisuu isaan adabbii qarshii ykn heyyamni konkolachisumma yeroof jalaa Ugguramuu akka danda'u gabaafameera. Manni murtii bellama Fulbaana 27, 2024tti murtoo dabarsuuf qabateera. Markes Rashfoordis safisa jedhameen ol konkolaachisaa akka ture amaneera.             
1 0460Loading...
17
Gabatee Sadarkaa Liigii 1ffaa Oromiyaa Torbee 6ffaa , Ramaddii D
1 0931Loading...
18
✅Taphoota har'a taphatamu. 💠Gulaallii geeba adunyaa 10:00 🔰 Keeniyaa Burundii waliin 10:00 🔰 Moozanpiik Somaliyaa waliin 10:00 🔰 Zimbaabuwee Lesettoo waliin 01:00 🔰 Madagaskar Koomoros waliin 01:00 🔰 Yugaanda Bootsuwaana waliin 04:00 🔰 Kotdivaayer Gaaboon waliin 04:00 🔰 Moorokoo Zaambiyaa  waliin 04:00 🔰 Naayjeeriyaa Afriikaa Kibbaa waliin 💠Taphoota madaallii gahumsaa 03:45 🔰 Ingilaand Ayislaand waliin 03:45 🔰 Jarmaan Griik waliin 03:45 🔰 Poolaand Yukireen waliin 03:45 🔰 Skootlaand Filaand waliin         
1 2772Loading...
19
Maanchistar Yunaayitid Erik Ten Haag hojirraa kan ari'an yoo tahe Mawurishiyoo Poochetinoon filannoon isaanii isa jalqabaati.     Fabrizio Romano🎖           
1 2020Loading...
20
Cheelsiin Maykil Olisee Kiristaal Paalaas irraa fudhachuu karoora isaanii ganna kanaa keessa tokko akka ta'e gabaafameera. Taphataan ganna 22 kun Paawondii miliyoona 60tti tilmaamameera. #Standard          
1 1310Loading...
21
✅Cheelsiin Benjamiin Seeskoon cinaatti  Domniik Kalveert Lewin hordofaa jira. Taphatan kun waligalteen isaa Everten waliin qabu bara 2025 xummurama. Everten taphataa kana bilisaan dhabuu isaan dura gurguruu barbaada. #Mail         
1 1210Loading...
22
Cheelsiin jijjirraa ganna kanaan maallaqa olaanaan Juuliyaan Alvaarez Maanchister Siitii irraa mallatteessifachuuf gaaffii akka dhiyeessan gabaafamera. [ gastonedul ]         
1 0740Loading...
23
https://youtu.be/ESWZBIip1cc?si=Va7iR1x0pBH6qRQS
2130Loading...
24
✅Tapha gulaallii geeba adunyaa amma xummurameen gareen biyyaalessaa Itiyoophiyaa Ginii Bisaaw waliin 0-0 bahaniiru. Share 🔥 📶 @OroIspoortii2 🔥 📶 @OroIspoortii2
1 4130Loading...
25
✅Tapha gulaallii geeba adunyaa amma xummurameen gareen biyyaalessaa Itiyoophiyaa Ginii Bisaaw waliin 0-0 bahaniiru.
180Loading...
26
✅️OFFICIAL Garee biyyaaleessa Ingilaand EURO 2024'f gara Jarmaan imaluuf filataman.                 
1 3810Loading...
27
✅️Kiiliyaan Mibaappeen Riyaal Madriid keessatti miindaa isaa torbaniin €575,000 ni argata.🇫🇷 [COPE]      
1 2841Loading...
28
Arsenal Amaduu Onaaanaa mallatteessifachuuf yoo barbaadu turtii isaa Evertan walin qabu irratti dubbii eegaleera. Fabrizio Romano         
1 1911Loading...
29
Cheelsiin Konor Gaalaagar gurguruuf paawundii miliyoona 50 ol barbaadu. [Fabrizio Romano ]        
1 1531Loading...
30
➡️Jams Maadison kaampii garee biyyaallessa Ingilaand gadhiisee baheera. (David Ornstien )           
1 1831Loading...
31
Torbeen 6ffaa Liigii 1ffaa Oromiyaa Ramaddiin D Kamisa boruu itti fufuun ni gaggeeffama Kamisa boruu B/M Adabbaa vs B/M Raayituu ⏰ 2:00 Madda Walaabuu B/M Jajuu fi Seensa Baalee ⏰ 3:00 M.W.2ffaa Hora Booqaaa vs Boqqojjii ⏰ 4:00 Madda Walaabuu Arsii Roobee vs Aanaa Ginniir ⏰ 6:00 Madda Walaabuu B/M Diksisii fi Alii ⏰ 8:00 Madda Walaabuu Saambituu fi B/M Ginniir ⏰ 10:00 Madda Walaabuu
1 5431Loading...
32
Kylian Mbappé tapha kalessaa biyya isaaf taphate irratti ⚽ Goolii 1 🎯 2 mijeessee kenneera 📊 9.3 Rating
1 3331Loading...
33
Tapboota Michoomaa Kalessaa Taphataman Denmark 2-1 Sweden Norway 3-0 Kosovo  Belgium 2-0 Montegrol France 3-0 Luxembourg Spain 5-0 Andorra
1 2200Loading...
34
✅Taphoota gulaallii geeba Adunyaa kan ramaddii Afriikaa 01:00 🔰 Giinii Bisaaw Itiyoophiyaa waliin 04:00 🔰 Aljeeriyaa Giinii waliin 04:00 🔰 Ijiipt Burukinaa Faasoo waliin 04:00 🔰 Maalii Gaanaa waliin 04:00 🔰 Seenegaal DR Koongoo waliin              
1 1500Loading...
35
✅Tapha michummaa kallesa galgalaa gareen biyyaalessaa Faransaay Lukzaanbarg 3 fi 0 injifateera. Keliyaan Mbaapeen tapha kana iratti goolii tokko yoo lakkoofsisuu kubbaa lama gooliif mijessuun kenneera.            
9990Loading...
36
✅Keevin Debruynee kallesa galgala tapha 100ffaa garee biyyaalessaa Beeljemiif hiriree taphachuu danda'eera. Tapha har'aan Beeljem Montenegiro 2 fi 0 yoo injifatu Keevin Debruyneen taphaan Liyaandro Troosaard penaaliitiin goolii Beeljeem lamaan lakkoofsisaniru.            
9510Loading...
37
✅Taphatan sarara ittisa Livarpuul Kalviin Raamseen ergisaan gara Wigaan Atleetik imaleera.            
9500Loading...
38
✅Manchister Yunaayitid waligaltee Jonii Evaans fi Toom Hiiteen dheeressuuf marii eegalaniiru.            
1 1400Loading...
39
✅Kilabiin Yuliyaan Alvaareez fudhachuu barbaadu Pawoondii miliyoona 100 dhiyeessu akka qabu Maan Siitiin beeksiseera.            
9910Loading...
✅Taphoota har'a taphataman 💠Taphoota gulaallii geeba adunyaa 10:00 🔰 Kaameroon Keep Vardee waliin 01:00 🔰 Gaambiyaa Sisheels waliin 💠Taphoota madaallii gahumsaa. 01:45 🔰 Porchugaal Kirooshiyaa waliin 01:45 🔰 Siwdin Sarbiyaa waliin 01:45 🔰 Siwzerland Ostriyaa waliin 02:30 🔰 Deenmaark Norweey waliin 03:00 🔰 Beeljem Lukzanbarg waliin 04:30 🔰 Ispeen Ayerlaand Kaabaa waliin          
Show all...
👍 3🖕 2
Photo unavailableShow in Telegram
✅Taphoota kaleessa taphataman. 💠Gulaallii geeba adunyaa Keeniyaa 1-1 Burundii Moozanpiik 0-2 Somaliyaa  Zimbaabuwee 0-2 Lesettoo  Madagaskar 2-1 Koomoros Yugaanda 1-0 Bootsuwaana Kotdivaayer 1-0 Gaaboon  Moorokoo 2-1 Zaambiyaa   Naayjeeriyaa 1-1 Afriikaa Kibbaa  💠Taphoota madaallii gahumsaa Ingilaand 0-1 Ayislaand Jarmaan 2-1 Griik  Poolaand 3-1 Yukireen Skootlaand 2-2 Filaand           
Show all...
2👍 1
Photo unavailableShow in Telegram
📊 Gareen biyyaalessaa Ingilaand taphoota shanan darban irratti:- Taphoota 2 moo'atame Taphoota 2 qixa ba'e Tapha 1 injifate         
Show all...
Photo unavailableShow in Telegram
🎖 Taphattoota Yuuroo irrattii goolii heedduu galchuudhaan sadarkaadhaan.          
Show all...
Photo unavailableShow in Telegram
✅Garee Jarman geba Awurooppaa 2024 iratti hirmatu.          
Show all...
Photo unavailableShow in Telegram
🔥🔥Channallii Kubbaa Millaa Deggartotaa kilbaa Hundaa of kessaattii qabatee🔥🔥 Chaanaalii  Kunii  jaallatamumma guddaa horacha jiruniin  sa'aatii 24 waa'ee Kubbaa millaa kan irraa argattan yoo tahuu Join gochuun itti dabalama 😍👇 @Gadaaisport @Gadaaisport
Show all...
Join
Gadaaisport
Photo unavailableShow in Telegram
✅Tapha michummaa amma taphatamaa jiru. ⏱Xumurame Inglaand 0-1 Aayislaand                       ⚽️Toreystson 13'           
Show all...
Repost from Gadaa Isportii™®
https://t.me/haMster_kombat_bot/start?startapp=kentId392933174 Play with me, become cryptoexchange CEO and get a token airdrop! 💸 2k Coins as a first-time gift 🔥 25k Coins if you have Telegram Premium
Show all...
Hamster Kombat

Just for you, we have developed an unrealistically cool application in the clicker genre, and no hamster was harmed! Perform simple tasks that take very little time and get the opportunity to earn money!

✅Liigiin Faransaay bara dorgommii dhufuuf hanga ammatti dhaabbata Biroodkaastii taphoota isaanii bitu hin arganne. Kana jechuun bara dorgommii dhufu kilaboonni galiin tamsaasa irraa argatan hin jiru jechuudha.           
Show all...
👍 1

👍 10