cookie

We use cookies to improve your browsing experience. By clicking «Accept all», you agree to the use of cookies.

avatar

OroIspoortii™️

🔯Isportii Jalalaafi🔯 ⚽ Oduu isportii yeroo isaa eggatee 💶 Jijjirraa taphatotaa 📒 Seenaa taphatotaa 🖥️ Tamsasaa kallattii 🔊 Oduu bashanasisaa 📳 Yaada qabdanif Fi Naman Cross gochuu bardananii👉 @Abdii1222

Show more
Ethiopia1 565The language is not specifiedSports4 268
Advertising posts
14 920
Subscribers
-524 hours
+87 days
+8030 days

Data loading in progress...

Subscriber growth rate

Data loading in progress...

Ministerri barnootaa ibsa hin eegamnne baase jira seenaa ilaala🤯
Show all...
👎 7
Join 🙆‍♂️
Photo unavailableShow in Telegram
🚨 Akka seera UEFA tti Haarii Keen fi Daani Olmoo tapha borii irratti goolii galchuu yoo hin dandeenye Kopheen Warqee taphattoota goolii wal qixa galchanii jahaaf dorgommii waancaa Awurooppaa amma goolii galchitoota olaanaa ta'e irratti ni badhaafama. Haaluma kanaan: ■ Koodii Gaakpoo ■ Haarii Keen ■ Jamaal Musiilaa ■ Daani Olmoo ■ Joorji Mikawtadez ■ Ivaan Shiraanz Bor tapha xumuraatiin Haarii Keen fii Olmoon yoo hin galchine Hunduu carraa injifachuu qabu.          
Show all...
👍 13 2
Photo unavailableShow in Telegram
🚨 🛑Kaalafiyor gara Arsenaal deemu akka barbaadu beeksiseera! Taphataan sarara ittisaa lammi xaaliyaani Riikaardo Kaalafiyor gara Arsenaal deemu akka barbaadu hooggantoota Bolonyaatti himeera. Arsenaalifi Bolonyaan dhimma taphatichaa irratti marii irra jiru haa ta'uyyu maleee taphatichi Bolonyaa irra ka'ee Arsenaalitti makamuudhaaf dhiibbaa gochaa akka jiru gabaafameera. [Sport Witness]          
Show all...
👍 2
Photo unavailableShow in Telegram
🚨 Aston Viilaan Amadu Onaana Everton irraa mallatteessisuuf baay'ee dhihaateera! ✍️🦁🇧🇪 Kaffaltiin jijjiirraa: €60m.           (Madda: Deevid Ornstein)              
Show all...
👍 1
Photo unavailableShow in Telegram
✅️Istaatiksiisii walitti dhufeenya morkattoota tapha xumuraa Waancaa Awurooppaa 2024 tahan Ispeen fi Ingilaand: 👕 Yeroo 27 waliin taphatan. 🏴󐁧󐁢󐁥󐁮󐁧󐁿 Yeroo 14 Ingilaandtu injifate. 🇪🇸 Yeroo 10 Ispeentu injifate. 🤝 Yeroo 3 immoo wal qixaan xumuran. Tapha xumuraa borii irratti maaltu uumama laata?            
Show all...
🍾 2👍 1
Photo unavailableShow in Telegram
✅Taphattoonni Piriimiyerliigii Ingiliiz biyyoota lameenii tapha xumuraa Yoro 2024 irratti              
Show all...
👍 2
Photo unavailableShow in Telegram
Taphatoota Inglaand dorgommii geeba Awurooppaa 2024 iratti gahumsa guddaa agarsiisan. 🥇 7.26 - Juud Beelingham 🥈 7.18 - Diklyaan Reeys 🥉 7.03 - Bukaayoo Saakaa (via WhoScored)            
Show all...
👍 1
Photo unavailableShow in Telegram
Shaampiyoonaa Kilaboota Naannolee Itiyoophiyaa Dirree Dawaatti dorgomamaa jiruun Kilaboonni Oromiyaa lama Meeboon Roobee fi Gadab Hasaasaan tapha nuusa xumuraaf darbaniiru . Tapha Nuusa Xumuraan Meeboon Roobee , B/M Gubbaa waliin yoo taphatu , Gadab Hasaasaan Jinkaa waliin walitti dhufaniiru . Dorgommiin Marsaa Nuusa Xumuraa Wiixata dhufu Istaadiyeemii Internaashinaala Dirree Dawaatti dorgomama .
Show all...
Ministerri barnootaa ibsa hin eegamnne baase jira seenaa ilaala🤯
Show all...
Join 🙆‍♂️
Photo unavailableShow in Telegram
ODUU GAMMACHIISAA ✅Dhuguman isiniin jedha an channel kanarraa fayyadameera. Namoota betting taphataan qofaaf!! chaanaalii bareedaa betting tola isiniif laatu banamee Jira isinis irraa fayyadamaa https://t.me/+onrTWB6suGxjM2U0
Show all...
Choose a Different Plan

Your current plan allows analytics for only 5 channels. To get more, please choose a different plan.