Obsa Sule
Open in Telegram
Nashiidaalee fi dawaalee adda addaa argachuuf join my official channel Yada yoo qabattan kharaa khessatin link khana tuqa👇🏿👇🏿👇🏿👇🏿👇🏿👇🏿👇🏿👇🏿👇🏿👇🏿👇🏿https://t.me/Obsana
Show more610
Subscribers
No data24 hours
No data7 days
No data30 days
Posts Archive
610
السلام عليكم ورحمة الله وبركاته .. أصبحنا وأصبح الملك لله والحمد لله، يارب صبّح أحبتي بكل خير وبركة وسرور . اللهم آمين Baga Guyya Kabajamaf Jalatama Jumaa Gesse kan Gammachu Kan Milkii Siif Ha Tau Kan Dhukkuba Hundara Itti Fayyinu Kan Rakko Hundarra Itti Bilisomnu Siif Ha Tau Carra Garii Hiree Bareddun Siha Sif Hawwaa #amiinرب صلّ وسلم على سيدنا نبينا محمد، وعلى آله الطيبين، وأصحابه الغرّ المحجلين، واجمعنا بسيدنا وآل بيته وصحابته بالجنةيا من ترجون منه شفاعة صلوا عليه وسلموا تسليما
┊┊┊┊┊♥️ﷺﷺيا رب صبحهم جميعاً بالخير، والمغفرة، والتوفيق.. والله إني أُحِبُّ لكم الخير بالقدر الذي أحبه لنفسيﷺﷺﷺ
┊┊┊┊♥️ﷺﷺﷺﷺﷺ
┊┊┊♥️ﷺﷺﷺﷺﷺ
@obsasule
@obsasule
@obsasule
👆👆👆👆👆👆
610
🔥Arraba🔥
"Namooni fuulota isaanitin ibiddaa keessatti akka kufan kan isaan godhu bu'aa arraba isaanii male kan birootii?" (Hadiisa nabi Muhammad (SAW) tirmizitu gabaase)
Mu'uminni (namni amane) namaa hin arrabsu namalle hin abaaruu kashalabee salphataallee miti (Tirmizii)
Rasuul (SAW) "nama wantoota lama eegeef ani jannata wabii isaa ta'a" jedhan isaanis "Arraba isaati fi qaamaa saalaa isaati" jechuun dubbatani jiru
〰Namni Allahaa fi guyyaa dhumaatitti amanu hasawaa gaarii haa dubbatu ykn ammoo haa caldhisu" (nabi Muhammad (SAW) )
〰Imaam An-Nawaawiin yoo dubbatan " Namni dirqamoonni isaamummaa irratti mirkanaayu tokko haasawa akaaku hundaa irraa arraba isaa eeguu akka qabu beekuu fi wanti ifa ta'ee fi wanti faayidaa qabeessaa ta'e qofa yoo jiraate dubbachuu ykn ammoo hasawa isaa irraa of qusachuun karaa nabiyummaatii
Yaa ilaahi Arraba kenya tisii👇👇JOIN godhun Nuhordofaa
👇👇👇
@obsasule
@obsasule
@obsasule
610
إنَّ اللهَّ وَمَلائِكَتَهُ يُصَلّونَ عَلَى النَّبِيَّ يَا أَيُّهَا الَّذينَ
آمَنُوا صَلّوا عَلَيْهِ وَسَلَّمُوا
تَسْلِيمًا❤❤❤
@Hanuudi_Mohamed
@Hanuudi_Mohamed
610
Baga Nagaan dhuftani
Obboleewwan muslimaa
Kanneen wolitti Nuhidhe
Finyoon Obbolummaa
Hordoftoota Rasuulaa
Taatani kayiral Ummaa
kaadimee diinal Islaam
Hanga guyyaa qiyaamaa
Kan biyya hedduu jirtuuf
Hundi ilmaan muslimaa
Deeggaraa hojii kayirii
Balleessituu hiyyummaa
Gooftaan sihaa jaallatu
Male maaluman himaa
Baga Taatee Argamte
Atis kan kayiral ummaa
Yaarabbi Nuuf baayyisi
Hirmaataa Hojii kayirii
Hordoftoota sahaabaa
Fakkaataa Abaabakrii
Kan Miskiina Nyaachisu
Dhaaltuu hojii gaggaariii
Ati Nuuf heddummeessi
Shabaaba Akka umarii ......
👇👇👇👇👇👇JOIN
GODHAA👉👉 @obsasule
👇👇
@obsasule
610
Matta durree Naffee jau 👇👂mee dhageefadha gorssa mucaa xiqaa khanaa yaa ahbaabi .. wanuma nutti amma khessa jiruu wlh 😢😭 rabbin hamma namaa jalaa araba Khenya nagaya godhe ibida jahanam hammaa san jalaahis nuhaa baasu 😢🤲☝️
Mashalah Tabarakallah guddadhu ilma Diin khaddamu rabbii sihaa godhu.
@Hanuudi_Mohamed
@Hanuudi_Mohamed
610
Rakkon teenya guuddon nama du'e gageesinee jalaa deebi'u malee ..du'a iraanafachudha 😭😭😭😭 yaa allah khatima nu toolchi ☝️🤲
610
Hijaabni khoo bareedina khootti ❤
bareedina khootti ❤
Khabajaaf ulfiinaa dubrra islaamaati ❤ dubbartii islaamaatii ❤
@Hanuudi_Mohamed
@Hanuudi_Mohamed
