en
Feedback
Obsa Sule

Obsa Sule

Open in Telegram

Nashiidaalee fi dawaalee adda addaa argachuuf join my official channel Yada yoo qabattan kharaa khessatin link khana tuqa👇🏿👇🏿👇🏿👇🏿👇🏿👇🏿👇🏿👇🏿👇🏿👇🏿👇🏿https://t.me/Obsana

Show more
610
Subscribers
No data24 hours
No data7 days
No data30 days
Posts Archive
42 لو كنت غالي عليك.mp33.30 MB

Sallallaahu alleeyhi wasallaam ❤ Habibi yaa rasullallaah ❤ @Hanuudi_Mohamed

4_6001510372824063315.mp323.73 MB

Nasheed_Ya_Adheeman_Ahmed_Bukhatir_نشيد_يا_عظيما_أحمد_ب_medium.mp33.52 MB

Hijaabii Hayaati ❤ @Hanuudi_Mohamed @Hanuudi_Mohamed

Seenaa gabaabduu tana obsaan dubbisi bira hin kutin si fayyadu hin oluu As wr wb Seenaa hantuutaa fi leencaa Hantuutni tokko lafaa kha'e ofitti amanttumman mootii daggalaa leencaan akkana je'e yaa mooti daggala hoggu takka ofitti amantumman dubbachu niin dandaha je'een Leenci seeqeeti dubbadhu ya jeyna je qishna itti godhe Hoggaa kana hantuutni akkana je'een ani baatii tokko keessattin si ajjeesuu dandaha je'een Leenci itti kolfe ati moo je'een Hantuunnis ee baatuma takka naaf kenni je'een Leencis hayaa garuu baatii tokko keessatti yoo na hin ajjeesne anaatu si ajjeesa je'een Guyyootiin ni dabre Torbaan duraa leenci waan hantuni je'een yaadate kofluu eegale Torbaan lammadaa manaamaan hantuunni akka isa ajjeesu laalee xiqqo sodaachuu eegale Torbaan sadaffaa Sodaan isa moohatee yoo dhugaan na ajjeese ho je ifiin haasawu eegale Torbaan afraffa Leenci sodaan du'e osuma ofiin haasawuu Guyyaan yammu dhihaatu hantuutaa fii bineensoonni garii mana leencaa dhaqan yammu dhaqa leenci du'ee jira Hantuunni akka balaa eeggachuun summii tahe ni beekha ture Saahib leenci san atii beekhi hantuunnis koroonaa ati eegaa jirtu kana yoomuma na qaba jette sodaan furmaata takka hin qabu of eeggannoon gahaadha Dubbifte ka xumurte yoo tahe galatoomi ammas rabbi keef galata galfadhu isaan gargaarsifadhu waa hundumaa Ws wr wb Nashiidaalee fi dawaalee adda addaa argachuuf join my official channel Yada yoo qabattan kharaa khessatin link khana tuqa👇🏿👇🏿👇🏿👇🏿👇🏿👇🏿👇🏿👇🏿👇🏿👇🏿👇🏿https://t.me/Obsana

🎼ሀምዛ ዓሊ ☆ 04:56 ☆ 4.58 MB 🎼 @Hanuudi_Mohamed

👆👆👆👆As wr wb khiwani fila JOIN Godha chanala kan 👆👆👆👆👆👆👆

💕Aasiyaa ☆ Urjii⚘ @Aasiyaa_Urjii😊 https://t.me/asyabntalaslam

😭Nutii ho yom qa'ranaa😭 👇👇👇👇👇 JOIN Hagonu @obsasule @obsasule @obsasule

S❤ A ❤W 👇👇👇JOIN hagonu @obsasule @obsasule @obsasule

By Abdul Aziz Amiin 👇👇👇 @obsasule @obsasule @obsasule

New Nashida Iqraa'kitabalah By Abdul Aziz Amiin 👇👇👇join @obsasule @obsasule @obsasule
New Nashida Iqraa'kitabalah By Abdul Aziz Amiin 👇👇👇join @obsasule @obsasule @obsasule

Nashiidaa bareedduu tana naaf afeerama ❤😊 S.a.w @Hanuudi_Mohamed

As wr wb Akkmi jirtan jalawan kiya dawaa adaada isinif as'dhiyesa jira Chanala kana join godhu hin dagatina aksumatiile itii wal afera Jzk 👇👇👇👇👇👇👇 @barnotais @barnotais @barnotais

💘Wanti gaariin ani jireenya koo keessatti hojjadhe si jaalachuudha. Keennaan gaariin jireenya koo keesatti fudhadhe jaalala teeti. Namni gaariin addunyaa kanarratti na mudatees sihi. Sin jaaladha💜💜 فِـَـــَـــََدِاَكََ اَبٓٓٓي وََ اَِمَــََــيِ ياََرَســَــــوََِلَ اَللَه ❤ﷺ♥️ @Hanuudi_Mohamed @Hanuudi_Mohamed

♻️♻️♻️♻️♻️♻️♻️♻️♻️♻️♻️♻️ Ammanti kee yoo hin jaalannee Akkamitti qaamni biroo Ammatii kee jaalachuu danda'a⁉️ Diin islaamJaaladhuu akkasumas guddisii kallatti hundaan hanga dandeessuun. #JOIN The Best isalamic Channels‼️

Channel kana irraa waanta Haraawa salphatii argachuu dandessa 👉 Quran & Hadith 👉Baruumsa islamaa 👉Gorsaa 👉 Nashidalee garaagara 👉 Video islamaa

🔥Arraba🔥 "Namooni fuulota isaanitin ibiddaa keessatti akka kufan kan isaan godhu bu'aa arraba isaanii male kan birootii?" (Hadiisa nabi Muhammad (SAW) tirmizitu gabaase) Mu'uminni (namni amane) namaa hin arrabsu namalle hin abaaruu kashalabee salphataallee miti (Tirmizii) Rasuul (SAW) "nama wantoota lama eegeef ani jannata wabii isaa ta'a" jedhan isaanis "Arraba isaati fi qaamaa saalaa isaati" jechuun dubbatani jiru 〰Namni Allahaa fi guyyaa dhumaatitti amanu hasawaa gaarii haa dubbatu ykn ammoo haa caldhisu" (nabi Muhammad (SAW) ) 〰Imaam An-Nawaawiin yoo dubbatan " Namni dirqamoonni isaamummaa irratti mirkanaayu tokko haasawa akaaku hundaa irraa arraba isaa eeguu akka qabu beekuu fi wanti ifa ta'ee fi wanti faayidaa qabeessaa ta'e qofa yoo jiraate dubbachuu ykn ammoo hasawa isaa irraa of qusachuun karaa nabiyummaatii Yaa ilaahi Arraba kenya tisii👇👇JOIN godhun Nuhordofaa 👇👇👇 @obsasule @obsasule @obsasule