en
Feedback
Obsa Sule

Obsa Sule

Open in Telegram

Nashiidaalee fi dawaalee adda addaa argachuuf join my official channel Yada yoo qabattan kharaa khessatin link khana tuqaπŸ‘‡πŸΏπŸ‘‡πŸΏπŸ‘‡πŸΏπŸ‘‡πŸΏπŸ‘‡πŸΏπŸ‘‡πŸΏπŸ‘‡πŸΏπŸ‘‡πŸΏπŸ‘‡πŸΏπŸ‘‡πŸΏπŸ‘‡πŸΏhttps://t.me/Obsana

Show more
610
Subscribers
No data24 hours
No data7 days
No data30 days
Posts Archive
Hijaab Al-Ansar Cover @Jabe29 @Jabe29 @jabe29

Watch "New oromoo nasheed HIJAABA ba by Al Ansar Inshad Gruop From #DAMMAQI Albam" on YouTube https://youtu.be/moY1keVEjkI

Assalamu Aleykum wa Rahmatullahi wa barakatu @Sagnta_Guyyaa_Arra_siiraa Hayyuu beekamaa qara'aa qur'anaa uqbaa ibni Aamiir _____________________ Yeroo qur'aana qara'u sagalee daraan bareeda fi miidhagaa qaba ture. Halkan tasgabbaayaa yeroo irra hedduun uumama Rabbii hirribaan moo'atamu inni gara kitaaba Rabbii deebi'uun aayatoota isaa kan mimmiidhagaa ta'an qara'uu jalqaba. Sahaabonni kabajamoon heddu akkaataa qaraatii isaatin onneen isaanii ni harkifama ture. Guutun qaama isaanii jijjiirameetin sodaa Rabbii kan tooftaa qaraatii isaatin uumameen imimmaan isaanii gadii jiguu jalqaba. Umar ibni Al-khaxxaab (RA) yeroo tokko isa afeeraniitin "Uqbaa! mee qur'aana Rabbii irraa kutaa murtaa'e naaf qara'i" jedhaniin. "Tole ani ajajamaadha. Yaa Amiiral-mu'iminiin!" Jechuun qara'uufii jalqabe. Umar bareeduma sagalee kiyyaa yoo dhagayan hanga areedni isaanii imimmaanin jiidhutti hiqqifatanii booyan. Uqbaan qur'aana harka isaatin barreeffames qaba ture. Hanga yeroo dhiyootti qur'aanni uqbaa kun masjida beekamaa Gibxi (masri) keessatti argamuu fi maqaa uqbaa ibni Aamiriin (RA) moggaaffame keessatti argamaa ture. Barreeffamni kitaabichii akka harka Uqbaatin barreeffame ibsu dhuma kitaaba qulqulluu (qur'aana) kana irratti katabamee jira. Qur'aanni kun hodhawwaan qur'aana kan duriiti fi hanga yeroo dhiyoo turan keessaa tokko ta'us galmeewwan daran qaalii ta'an kan biraa wajjiin sababaa dantaa dhabiinsa muslimootatiin badeera. Ga'ee inni gama jihaadatiin godhe ilaalchisee ammoo Uqbaan (RA) nabiyyii (SAW) maddii ta'ee waraana uhud irraatti hirmaatun isaati fi sochiiwwan loltummaa kan sana booda turan irrattis isaan irraa akka hin bahin bekun qofti gahaadhaa. Eeyyen! Goota beekamaa keessattuu qabsoo Damaasqoo bilisa baasuf godhame irratti homaa adda durummaan enyummaa isaanii mul'isan keessaa tokko ture. Tajaajila guddaa inni godhe xiyyeefannaa keessa galchuun yero sana ajajaa waraana muslimaa kan turan Abuu Ubeeydaah ibni Al-Jarraah (RA) oduu bilisa bahuu Damaasqoo umar ibni Al-Khaxxaabif (RA) akka geessu gara madiinaa isa ergee jira. Uqbaan deemsa rakkisaa guyyoota sagalii fi halkan torba fixe booda oduu kana umariif (RA) geesse jira. Uqbaan (RA) jihaadaf jaalala guddaa kan qabuu waan ta'eef hadiisota waa'ee jihaada nabiyyiin (SAW) dubbatan qomatti qabachuuni fi isaan muslimootaf dabarsuun ogeessa addaa ta'uu danda'eera. Leenjiin uqbaan (RA) caalatti jaalatus waraana darbachuu ture. Uqbaan (RA) dhibamee kan dadhabe Gibxii keessatti ture. Ijoollee isaa walitti qabeetin "yaa ilmaan tiyya! Waa sadi irraa uf eegaa: Madda amanamaa irraa yoo hin ta'in, Uqbaan nabiyyiin akkana naan jedhan jedhe jedhamee waan isinitti himamu hin fudhatinaa; iddoo itti gaafatamaa irraa yoo teessan idaa hin baay'isinaa liqii hin fudhatinaa; Shi'irii bu'aa hin qabne hin katabinaa; akka onneen keessaan qur'aana irraa gara shi'irichaa hin jallanne uf eegaa" jechuun gorsa isaa kan dhumaa dhaamef. Xumurame fadhii Rabbiiti Ngytii naaf jiradhaa obbaleyan koo 🌷🌷🌷🌷🌷🌷🌷🌷🌷🌷 @obsasule @obsasule @obsasule πŸ‘†πŸ‘†πŸ‘†πŸ‘†πŸ‘†πŸ‘†

Muaz-Remadan_Ringtone.mp31.22 MB

Watch "Ramadan Nasheed; Nashiida afaan oromo ; Islamic Nasheed; by AL ANSAR INSHAD DAWA GROUP NEW NESHID" on YouTube https://youtu.be/qhLP9duA5Ew

Karoora saamanaaf πŸŒ™πŸŒ™ Ramadan Kareem πŸŒ™πŸŒ™ @Hamdi_abdujabar @Hamdi_abdujabar πŸ‘†πŸ‘†join & share πŸ‘†
+6
Karoora saamanaaf πŸŒ™πŸŒ™ Ramadan Kareem πŸŒ™πŸŒ™ @Hamdi_abdujabar @Hamdi_abdujabar πŸ‘†πŸ‘†join & share πŸ‘†

As wr wb warren miseensa channel kana taatanii fi warren tahuf yaaddani mijjuu dhabaan asirra haftan hundinuu nagenyi mootich
As wr wb warren miseensa channel kana taatanii fi warren tahuf yaaddani mijjuu dhabaan asirra haftan hundinuu nagenyi mooticha bakkuma jirtaniti akka rooba gannaatti Haa robu isinirratti Eega obboleyan kenya FOWZAN ABADALA FI EYMAN MAHAMMAD afaanota gara garaa afuriin nashida ajaa'iba tan qalbii nama hawwatu akkasumas tan sammu nama bohaarsitu tan mata dureen isii Ψ£ΨͺΩ‰ Ψ±Ω…ΨΆΨ§Ω†/Ramadan is coming / Ramadanni dhufe jattu isin biraan gahuuf qophi hunda xumuranii guyyaa arraa jum'aa 1/08/2013 halkaln sa'aa 1:00 Channel YouTube kenyaa kan fowz tube jadhu irratti nu eegadha isinini jedhan ws wr wb akkasumas waren channalichaf haarawa taatan subscribe share godhun walif raabsa like godhuunis nu jajjabeessa ngy turaa

❀πŸ₯°β€ @Hanuudi_Mohamed @Hanuudi_Mohamed
❀πŸ₯°β€ @Hanuudi_Mohamed @Hanuudi_Mohamed

Halal Concert BaatiiRamadaanaa Sababeeffachuun Sagantaa Addaa taateeQophooytee isiinEegaa jirti Irraa hinhafiina Hundi kessan
Halal Concert BaatiiRamadaanaa Sababeeffachuun Sagantaa Addaa taateeQophooytee isiinEegaa jirti Irraa hinhafiina Hundi kessan Afeerramtanii jirtan Guyyaa Alhadaa 3/08/2013Sa.aa 2:30Iddoo Ethioxaliyan

Irra hedduun Khenya hadiisa khana share godhaa jirra obaleeyan πŸ‘‡πŸ‘‡...jacha khana share godhu irraa iff haa eganu ahbaabi πŸ‘‡video khanarati kha bareefame jiruu khana Ergamaan rabbii s.a.w ) namni na khijibsisee quubsuma isaa ibidda khesati haa qoophefatuu nun ja'aa πŸ˜₯😭 ... akkana jachun ) waan rasuli hadiisa khesati nuuf hin dabarssiin . Rasulaatu jae jachun khijibbee jachudha .. ( rabbin warra dhugaa dubbatee milkaawu nuhaa godhu 🀲🀲🀲 @Hanuudi_Mohamed