en
Feedback
Hamba Media

Hamba Media

Open in Telegram

Oduu Ammee

Show more
1 028
Subscribers
No data24 hours
No data7 days
No data30 days
Posts Archive
A
A

Amajji 27,2023 Waliif TV, Finfinnee Cichoominaa fi dadhabbii guddaa booda Seenaa haaraa Eegalaa jirra. Page kana waliif qooda
Amajji 27,2023 Waliif TV, Finfinnee Cichoominaa fi dadhabbii guddaa booda Seenaa haaraa Eegalaa jirra. Page kana waliif qoodaa Nu eegaa Ibsa Miidiyaaf kennuuf jirra.

photo content

Warreen isiin booharsa,irraa barata jirtanu subscribe osoo hin godhiin jirtaan subscribe godha nu jabeessađŸ™đŸ„°

●Dhugummaa namaa cimaa/cimtuu yoo taate! Akka salphaatti nama tokkoo jireenya kee keessa hin seensisiin.Akkasumas nama jireen
●Dhugummaa namaa cimaa/cimtuu yoo taate! Akka salphaatti nama tokkoo jireenya kee keessa hin seensisiin.Akkasumas nama jireenya kĂše keessaa,bakkaa laatteefi keessummessitee tokkoo,akka salphaattii jireenyaa kee keessa hin baasin.dhuma irratti garuu nama tokkoo jireenyaa kee keessaa yoo baastee/jireenyaa kee ala yoo taasiiftee, har'aas ta'e bor yoomiyyuu taanan tasumayyuu jireenya keetti hin deebiisin.Miidhaa malee faayidaa sif hin qabu. Murtoo mataakeefi ejjennoo dhuunfaa kee qabaadhu.sana booda enyullee yoo sitti dhiyaate waan sif dabalu hin qabu. Akkasumas yoo sirraa fagaatees waan sitti hirdhisuus hin qabu. ●#ilaalcha_namaa_....... Namoonni tokko tokkoo gaafa sitti dhiyaatan,waanuma jireenyaa keeti jireenyaa biroo siif dabalan itti fakkaata😁 Gaafammo sirraa fagaatan waanuma si miidhani,jireenyaa kees balleessani sokkan itti fakaata. #Inni_kun_ilaalcha_gowwummaati.đŸ€ Dursa mataakeef ta'i jiraadhu. yoos namoomtee nama biroofillee taatee argamuu danddessa!

photo content

Hill kitaaba gabaabdu ‘ The Magic Ladder to Success’ barreessee kan ture ennaa ta’u, irra deebiin gaafa qindeessu mata duree ‘Yaada addaa afurtama’ mallaqa argachuuf jedhu itti eda’uun kitaaba ‘The Law of Success’ jedhutti jijjire. Yaada Hill kaase keessaa tokko buufata gaazii Motaristootni guyyaa yookaan halkan utuu hin jedhin ofiin of tajaajilan, hannaa hir’isuuf furtuu malee cufuun haala itti danda’amu fi haala utuu humna namaa hin barbaadin itti biqiltoota bishaan obaafamuun danda’amu ture. Yaada isaa kana kan barreesse bara 1930’moota keessa ennaa ta’u kun ammoo akkam Hill nama mul’ataa akka ta’e kan argisiisu dha. Nama mul’ataa ta’uu isaaf ragaa cimoo kan biroo kan ta’u kan biroon kitaabootni of gargaaruu irratti yeroo ammaa barreeffaman hedduun waggaa saddeettama dura isa inni barreessee bifa biroon barreessun malee adda ta’uu dhiisuu isaaniiti. Har’a kitaabni hedduun akka waan qajeelfama haraa kalaqamee kan milkaa’ina mirkaneessutti seera wal-harkisuu (Law of attraction) irratti barreeffamanii jiru. Hill garuu waa’ee qajeelfama kana kan barreesse barruu ‘Hill’s Golden Rule Magazine’ jedhamuun beekamu irratti Seera walitti firoomaa (Law of retaliation) jechuun Bitootessa 1919 barreessee ture. Kitaabota hedduu irratti har’a maqaan isaa nii ka’a. Haaluma kanaan nama barreessaa yookaan lallabaa kaka’umsaa jiraatee darbe yookaan jiraachaa jiru keessaa kan akka isaa maqaan isaa ka’uun waan inni jedhe wabeeffatame hin jiru. Jechamootni isaa yeroo tokko tokko akkuma inni jedhetti yeroo fudhachuun dhimmi itti bahamu; yeroo biroo ammoo jijjirama xiqqoo faana dhimma itti bahama. Hill kitaaba isaa baay’ee beekama kan ‘Think and grow rich’ jedhu qixxe lamaan kufaatii diinagdee guddicha jedhamuun yeroo beekamutti barreesse. Kitaaba isaa sana yeroo sanatti beeksiisuuf kan hagas mara dhama’e ta’uu baatullee, hamma har’aatti kitaaba gurguramaa jiru dha. Har’a Kitaabni isaa ‘Think and grow rich’ jedhu kun guutummaa addunyaa irratti Koopiin Miliyoona Jaatamaa ol kan gurgurame ennaa ta’u, waggaa waggaatti koopiin miliyoona tokko ammallee nii gurgurama. Har’a kitaabni tokko baay’ee gurgurame kan jedhamu yoo Koopiin kuma dhibbaan lakkaa’amu gurgurame ennaa ta’u, Kitaabotni Hill garuu hundi isaanii kanaa ol gurguramanii jiru. Baay’een hojii isaatii garuu gurgurtaan Koopii miliyoonaan ol galmeessanii jiru. Kitaabni tokko har’a kan inni gabaa irratti barbaadamu yeroo ganna lama hin caalle jechuun dubbatu manneen maxxansa. Kitaabotni Hill garuu kanaan ala. Kitaabni isaa kan ‘law of success’ bara 1928 kaasee hamma ammaatti, ‘Think and grow rich’ bara 1937 hamma ammaatti, ‘Master key to riches’ kan jedhu bara 1945 hamma ammaatti, ‘Success Through a Positive Mental Attitude’ jedhu bara 1960 hamma ammaatti, Grow rich with peace of mind kan jedhu bara 1967 hamma ammaatti, akkasumas ‘You can work your own miracles’ kan jedhu ammoo bara 1971 hamma ammaatti mana maxxansaa galuun kan maxxansamanii gurguramuutti jirani. Karaa biraan yeroo ibsamu, kitaabni Hill yeroo inni jalqaba irratti barreesseen ol har’a gurgurama. — Don M. Giriin Dayirektera Olaanaa Faawundeeshinii Naapoliyoon Hill (Barruun kun seensa Kitaaba Naappoliyoon Hill Kanbiroo #Temeishrak iin hiikamee hinmaxxanfami jirurraa kan fudhatamedha.)

Daandii galma keetiirra yeroo Imaltuu kan SI kuffisuuf tattaafatan xaa'oo galma keetii ta'uđŸ„°

photo content

photo content

Muldhaata koo danda'e galmaan hin gahu hin jedhin....dubbisa gaarii Waan dabarsiite ilaaltee madaallii kee hin xiqqeessiin. Gatiin ati ofiif kennitu--hamma ofi tulummaa hin taanetti -- ha guddatu.nama akkaana akkaana tahe osoon jiru,umuriin koo akkana tahe utuu jiruu,dinaagdeen koo akkana ta'e osoo jiruu,sadarkaan barnoota koo akkana ta'ee osoo jiruu jettee mudaa bayee of irraatti lakkaa'uudhaan mul'ata ke hin awwaalin.utuu sadarkaa barnootaatuu murteessa ta'ee,silaa Edisen namnii jia sadii qofa barate argaannoowwan gurguuddoo hin abuuruu;silaa namnii barnoota sad1ffaa hin xummuurre Henerii Foord yeroo jalqabaaf konkolataa hin kalaqu ture,sila namni barnoota kutaa muraasa qofa barate Abrahaam Linkeen geggeessa cima dachee Amerika hin tahu ture... Fira dhabuuf of hin tuffatin.nama dhabuun bara kana keessati akka nama miidhu nan beeka.garuu,namnii amma dhumaati si cinaa hin dhabbatu bor ofi biraa dhabda.nama dhabdeef bakka uumaan siif yaade hin hankaaktu.karaarra bubbuulta taha,daftee gahuu dadhaabda taha malee inuma geessa.Maaltu beeka? Rabbii waan nama sii dhowwatef fira ciima si dhowwaateef waan nama garaa sitti jabeessef qaba.namnii guyya tokko si gargaare waaga meeqa hasa'a.guyyaa ati iddoo guddaa geessu "utuu ani hin jiree namittin kun nama hin taatu turte" jedhe si qeequ danda'a..uumaan ke galata isa namoota waliin qodaachu wan hin barbaanneef qofaa isaa si gargaaruu barbaada.qofa isa muldhaata ke galmaan sif gahu barbaada ta'a.kanaafuu,yeroo namnii ati abdatte dugda sitti gatuu yeroo haadhoon ke harkaa isa si dhookfatu hin gaddiin..jaldhaatan miti waaqatu akkas akka tahu barbaada...sabaaboota adda adda lakkoofte of tuffachuudhan mul'ata kee hin awaalin.haamileen kee jabaa haa ta'u.hubaadhu du'a dhugaa kan duutu guyyaa itti onneen kee dha'aana dhaabdu miti.guyyaa itti maatiin bo'aan sanduuqa awwaalcha keessa si ka'aan lafa awaalan si dhaqan miti,guyyaa boolla biraati seena awaala ke dubbiisan miti.guyyaa sana miti kan ati duute! Guyyaa abdii kutte dha..share

photo content

Gonkuma hin dhabbattin... Yoo dandeesse fiigii, yoo fiiguu dadhaabdeemmo adeemi,yoo adeemu dadhaabdemmoo sussuki.gonkuma hin hin dhabbattin amma dandeessu gara fuula duratti adeemi.... martiin luter king

namootni bira Akka isiinif beeksifnu barbaaddanu nu qunnaama

subscribe godhaafii

photo content

namootni you tube keessan beeksiffachu barbaaddaani keessan nu qunnaama