en
Feedback
Hamba Media

Hamba Media

Open in Telegram

Oduu Ammee

Show more
1 028
Subscribers
No data24 hours
No data7 days
No data30 days
Posts Archive
#Dorgommii 1ffaan Qarshii 500 2ffaan Qarshii 200 3ffaan Qarshii 100 kuniis Group telegram armaan gadii kan karaa Waajjira #CDB kan karaa nama dhuunfaa yeroof maqaa isaa hin beeksifne eegalame.. group link armaan gadii irratti nama 50 add gochuu dhaan #carraa dhaan badhafama ta'a... Dorgommiichi guyyaa muraasaf kan turu abbaan carraas Karaa #Group kana kan beeksifamu ta'a.. Isiinis lakkofsa carraa 1-200 gidduu lakkofsa feetan telegram'icha irratti maxxanfattu .. namni tokko carraa lamaan dorgomuu danda'a Hubachiisa Bakka bu'iinsaan fudhadhee maxxanse! link kanaan carraa keessan yaala🙏🏃🏃 https://t.me/+ZrTacKC8MPQ1ZDJk

TikTokera beekamtuu kana meeqaan keenyatu beeka?
TikTokera beekamtuu kana meeqaan keenyatu beeka?

Namootni tokko tokko waadaa guddaa siif galanii garuu tasummattuu waan siifaan godha jedhan gochuu caalaa yeroo isaan SI miid
Namootni tokko tokko waadaa guddaa siif galanii garuu tasummattuu waan siifaan godha jedhan gochuu caalaa yeroo isaan SI miidhantu mul'aata.. namni ati itti hin yaadne immoo osoo ati hin beekiin oolmaa gaarii siif oola🙏🥰 turtii gaarii

Rikoordii Abbaa manaa gabaabaa fi haadha manaa dheeraa! Leensa Ciloo fi Baraaqoo Muudaa rikoordii addunyaa abbaa warraa gabaa
+3
Rikoordii Abbaa manaa gabaabaa fi haadha manaa dheeraa!   Leensa Ciloo fi Baraaqoo Muudaa rikoordii addunyaa abbaa warraa gabaabaa fi haadha warraa dheeraan qabame cabsaniiru.  Leensa Ciloo 165 cm, Baraaqoo Muudaa ammoo 89 cm dha.  Kanarraa kan ka’e waraqaa ragaa Galmee Ajaa’iba Afrikaa badhaafamaniiru.

#YuunivarsitiiHarraambee Yuunivarsiitiin Harraambee Yuunivarsiitii Bundi waliin waliigaltee mallatesse! Yuunivarsiitiin Harra
#YuunivarsitiiHarraambee Yuunivarsiitiin Harraambee Yuunivarsiitii Bundi waliin waliigaltee mallatesse! Yuunivarsiitiin Harraambee Yuunivarsiitii Bundi Indooneeshiyaa waliin dhimma barnoota, aadaa fi qoranoon waliin hojjachuuf waliigaltee mallatteesseera. Waliigaltechas Abbaa Qabbenyaa Yuuniversiitii Harraambee Obbo Fayyisaa Araarsaa fi Hojii Gaggeessaa Olaanaa Yuunivarsiitii Bundii Luhuur Dooktar Injiinar Wendi Usinotii mallatteessaniiru. Waliigaltee mallatteeffamees qulqulina barnootaa mirkaneessuuf hojjetamaa jiru cimsuu fi hariiroo biyyoota lamaanii haala guddisuun danda'amurratti waliin hojjechuuf kan dandeessisuudha jedhameera.

#YaamichaUwwisaMiidiyaalee Koongirasiin Federaalawaa Oromoo (KFO)n haala yeroo biyyaa fi murtiiwwan Koree Jiddugala KFO ilaal
#YaamichaUwwisaMiidiyaalee Koongirasiin Federaalawaa Oromoo (KFO)n haala yeroo biyyaa fi murtiiwwan Koree Jiddugala KFO ilaalchisee ibsa ijjanno kenna. Kanaafuu miidiyaaleen ulaagalee armaan gadii guuttan guyyaa boruu Ebla 28,2015 ALI guyyaa keessaa sa'aa 9:30 irratti waajjira muumicha KFO Addababayii Meeksikootti argamuun gabaasuu ni dandeettan. * Eejansii Miidiyaa Itoophiyaa Irraa heeyyama qabaachuu. * Waraqaa Eenyumma Miidiyaa irraa dhufanii qabachuu. Koongirasii Federaalawaa Oromoo (KFO)

Raayyaan Ittisa Biyyaatti Ajajni Kibbaa horsiisee bultoota Booranaaf deeggarsa taasise! Raayyaan Ittisa Biyyaatti Ajajni Kibb
+2
Raayyaan Ittisa Biyyaatti Ajajni Kibbaa horsiisee bultoota Booranaaf deeggarsa taasise! Raayyaan Ittisa Biyyaatti Ajajni Kibbaa horsiisee bultoota Godina Booranaa hongeen miidhamaniif deeggarsa taasiseera. Mindaafi nyaata isaanii irraa hir'isuun marsaa 2ffaaf nyaata daa'immanii kuntaala 200, uffataafi kophee deeggarsa taadiisuu Itti Gaafatamaan Loojistiksii Koloneel Ayyalaa Tikkuyyee himan. Bulchaan Godina Booranaa Obbo Abdisalaam Waariyoon deeggarsa Raayyaan Ittisaa Biyyaa marsaa 2ffaa taasiseef galateeffachuu ragaan Waajjira Kominikeeshiniin Godina Booranaarraa argame ni mul'isa. Odeeffannoo wayitaawaa mara argachuuf karaa miidiyaa keessanii kan ta'e karaa page kana nu hordofa..

photo content
+5

photo content
+9

photo content
+9

photo content
+1

photo content

Gatii madalawaa dhaan hin gurgurama Dubai dha dhufe gatiin 9600 qofa kan namni itti fayyadamee dha
Gatii madalawaa dhaan hin gurgurama Dubai dha dhufe gatiin 9600 qofa kan namni itti fayyadamee dha

meti jedhama fuula fb Koo irraan Wal barra link fb Koo isiiniifan ka'a.. jireenya gammachuuf gayilaan barbaada..
meti jedhama fuula fb Koo irraan Wal barra link fb Koo isiiniifan ka'a.. jireenya gammachuuf gayilaan barbaada..

photo content
+1

photo content
+3

photo content

Sirni hundeefama Waliif 'Television' eebba Maanguddoo fi Abbootii Amantaan eegalee jira
Sirni hundeefama Waliif 'Television' eebba Maanguddoo fi Abbootii Amantaan eegalee jira

photo content

Amajji 27,2023 Waliif TV Finfinnee Dhaabbanni Tv Waliif Finfinnee Hoteela Internaashinaalii Ililliitti hundeeffamuun isaa ifoome. Finfinnee, Amajjii 27,2023 | Waliif Tv | Qaama warraaqsa diinagdee Oromoo keessa tokko kan tahe dhaabbanni Tv Waliif hundeeffamuun isaa ifoomeeti jira . Qaawwa gama Miidiyaatiin ummanni Oromoo qabu guutuufi duuchuuf Miidiyaan Oromoo qaama warraaqsa diinagdee sabichaa keessaa isa tokko tahuudhaan hundeeffamuun guyyaa kana bakka hundeessitoonni Miidiyichaa, Boordiin Miidiyichaa, Abbootiin Gadaa, Abbootiin Amantii, keessumoonni kabajaa , namoonni Miidiyaatii fi barreessitoonni akkasumas qaamni garagaraa argamanitti hundeeffama isa ifa taasiseeti jira . Bu'uuruma kanaan Tv ' n Waliif toora xiyyeeffannoo isa guddaa bashannansiisuu fi barsiisuu, oduufi odeeffannoo lammiiwwan biraan gahu, akkasumas diinagdee fi kalaqa, hawaasummaa fi qarooma, aadaa fi seenaa, aartii fi muziqaa irratti fuulleeffachuun kan hojjatu tahuu isa himee kan jiru yoo tahu; Tv 'n Waliif guddina Industirii Miidiyaa Oromoo keessatti dhaabbata miidiyaa bifa adda tahee fi roga guddina Industirii miidiyaa biyyattii keessatti hin baramneen ummatatti as bahuuf jiru tahuun isa sirna bu'uureeffama Miidiyichaa irratti kan dubbatame tahuu isaatiifi miidiyichi qaama warraaqsa diinadee Oromoo keessa isa akkaan guddaa fi murteessaa tahuu isaa ummanni hubatee tumsa isarraa eeggamu gama maraan bahachuu qabas ja'aameeti jira . Dhaabbanni Tv ' Waliif dhaabbata meeshaa Industurii Miidiyaalee ammayyaa olaanaa hunda guuttachudhaan, ogeeyyii Miidiyaa muuxannoo yeroo dheeraa qabanii fi Gaazexeessitoota bulleeyyii ummata isaanii biratti hojii boonsaa hojjataa turaniin maqaa gaarii qabaniin dhaabbata hundeeffameedha . Waliif Tv dhaabbata Miidiyaa biyyattii keessaa isa tokko tahuu fi dhaabbata Miidiyaa guddicha argaa dhageetti lammiiwwanii tahuun hojjatu yoo tahu, dhabbatichi guddina Industirii Miidiyaa biyyatti keessatti roga haarawa kana dura Miidiyaaleen irratti hin hojjatinii fi hojiilee adda tahan hedduu qabachuun miidiyaa hojii fi ilaalcha haarawa gadi bahaa jirus jedhameeti jira Sirna bu'uureeffama Miidiyichaa irrattis lammiiwwan biyyatti hundi hundeeffamuun dhaabbata Tv Waliif itti ifoome irraa jalqabuun Aksiyoona bitachudhaan Abbaa Miidiyaa tahu akka dandahanis ifoomeeti jira . Haaluma kanaan lammiiwwan aksiyoona bitachuu barbaaddan dhaabbata Tv Waliif Baankii Hojii Gamtaa Oromiyaa, Baankii Awaash, Baankii Siinqee, Baankii Oromiyaa, Baankii Gadaa, fi Baankii Daldala Itoophiyaa naannoo isaanii jiru hunda argachuu akka dandahaanis jedhame kan jiru yoo tahu, fi gatiin aksiyoona tokkoo Qarshii ( Birrii ) kuma tokko tahuu fi namni tokko al tokkotti aksiyoona kudhanii hanga kuma lamaa bitachuu akka dandahu ifa taheeti jira, kana jechuun ammoo namni tokko Qarshiidhaan ( Birridhaan ) qarshii kuma kudhanii (10, 000 ) hanga Miliyoona lamaatti ( 2,000,000 ) bitachuu dandaha jechuudha . Dhaabbanni Miidiyaa Waliif hojjattootaa fi gaazexeessitoota Miidiyaa FIB kan duraaniin dhaabbata Tv bu'uureeffameedha. Ji'oota dura tuutni Miidiyaa FIB bara durii kunniin dabaa fi shiraan hojii isaanii irraa gaggeeffamanii turuun isaanii kan yaadatamu yoo tahu , gareen FIB durii kunis guyyaa har'aa jechuunis Amajjii 27, 2023 Finfinnee Hoteela Internashinaalii Ililliitti dhaabbata Miidiyaa Waliif bu'uuressuu isaa ifa taasisuun, lammiiwwanii biyyattii fi dhaabileen kamiyyuu aksiyoona bitachuun abbaa Miidiyaa kana akka tahaniif hulaa ( balbala ) isaa baneeti jira . Amajjii 27, 2023 Waliif TV Ilaalcha Haaraa Gabaasni kan Uudii Muussaati