en
Feedback
Hamba Media

Hamba Media

Open in Telegram

Oduu Ammee

Show more
1 028
Subscribers
No data24 hours
No data7 days
No data30 days
Posts Archive
Burtukaan Miidhaaksaa Godina Walaayitaatti adeemsa filannoo gaggeeffamaa jiru daawwatan Walitti Qabduun Boordichaa adeemsa Fi
+2
Burtukaan Miidhaaksaa Godina Walaayitaatti adeemsa filannoo gaggeeffamaa jiru daawwatan Walitti Qabduun Boordichaa adeemsa Filannoo murtoo uummataa kana kan daawwatan godinichatti buufataalee filannoo magaalaa Sooddootti argamanitti ta’uu TOI tu gabaase. Bulchiisa magaalichaatti buufataaleen filannoo 187 kan argaman yoo ta'u buufatalee kanatti raawwachiistoonnii filannoo 935 kan argaman ta'uun himameera. Walaayittati adeemsi filannoo murtoo uummataa irra deebiin gaggeeffamaa jiru karaa nagaatiin adeemsifamaa jiraachuun eerameera.

MAXXANSA DHUUNFAA MUCAAN FB KANA NAAF BEEKSISI JEDHE Magee Buree jedhama Hojii aartii keessatti karaa Tv Moo'aa Diraamaa torbee torbeen darbu hojjaata... Amma immoo Dorgommii Odaa electronics Qopheesse irratti Dorgomaa ta'ee waan jiruuf like naaf godhaati badhaasa #Laptop na moosisa jedhee keessan gatii ergateef maxxansineef... Aartistoota Lafaa dhufoo ni jabeessina... Warreen waan akkasii irratti Hirmaata jirtan Link keessa ergadha👇👇👇👇👇👇👇👇 https://www.facebook.com/100066024049609/posts/534660288744768/?mibextid=rS40aB7S9Ucbxw6v

maxxansa dhuunfaa Gareen CDB badhafamtootni keenya namootni 400 oliif BADHAASA isaan hin qaqqabsiifne obsaan nu eegaa nama add godheef hin goone adda bafachuuf turre isiinin jedheera

Oduu AagaađŸŽ‰đŸ„°đŸ„° Sirni Eebbaa Barattoota Mana Barumsaa Jeneraal Waaqoo Guutuu Lakkoofsa 2ffaan, Magaalaa Finfinneetti Gaggeef
Oduu AagaađŸŽ‰đŸ„°đŸ„° Sirni Eebbaa Barattoota Mana Barumsaa Jeneraal Waaqoo Guutuu Lakkoofsa 2ffaan, Magaalaa Finfinneetti Gaggeeffamaa Jira. Sirni Eebbaa Barattoota Mana Barumsaa Jeneraal Waaqoo Guutuu Lakkoofsi 2ffaan, Magaalaa Finfinnee Kutaa Magaalaa Kolfee Qoraaniyoo, Mana Barumsaa Waaqoo Guutuu lakkoofsa 2ffaatti gaggeeffamaa jira. Sirna eebba Barattootaa kan irratti Maanguddoonni, Abbootiin Gadaatiifi Maatii Barattootaa argamuun, gammachuu Barattoota kana waliin qooddachaa jiru. Manni Barumsaa Jeneraal Waaqoo Guutuu laakkoofsi 2ffaan, dhiyeenna Kana  Daa'imman 1000 ol simachuun barsiisaa kan jiru yoo ta'u, bara kana immoo Barattoota guulantaa 3ffaa barnoota isaanii xumuran, Barattoota170 guyyaa har'aa eebbisiisaa jira. Hawaasni Oromoo kutaa Magaalaa kana keessa jiraatu sirna eebba kana irratti, Uffata aadaa isaanii uffatanii argamuun sirnicha bareechanii jiru.

Dorgommii kalaqaa "#Solve_It" bara 2023 irratti galmeen gaggeeffamuu eegaleera. Dorgommiin kun magaalota 6 jechuunis Finfinne
+1
Dorgommii kalaqaa "#Solve_It" bara 2023 irratti galmeen gaggeeffamuu eegaleera. Dorgommiin kun magaalota 6 jechuunis Finfinnee, Wolaayitaa Sooddoo, Dasee, Jimmaa, Baahir Daar fi Dirreee dhawaatti kan gaggeeffamu ta'a. Bara kanas yaada kalaqaa dargaggoota gara furmaata bu’uuraatti jijjiiruuf deeggarsi Birrii 1000,000  ramadameera. Dargaggoonni dorgommii kalaqaa "Solve IT 2023" irratti Hirmaatanii hojii isaaniif ka'umsa kan ta'uu danda'u badhaasa birrii 1000,000 qabu kana irraatti  akka hirmaatan affeeramaniiru. Dargaggoonni yaada kalaqaa qaban as https://solveit-et.com irratti galmaa'uu dandeessu. Odeeffannoo dabalataaf ➭ Bot Telegiraamii: @solveit_et_bot Imeelii: contact@solveit-et.com irratti ergaa Lakk bilbilaa: 0991440049 ☝☝☝☝

Sirni Eebbaa "HACHALU ART MODELING ACADEMY" Magaalaa Buraayyuu, Hoteela Guuteetti Gaggeeffamaa Jira. Sirni eebba Barattoota "
+1
Sirni Eebbaa "HACHALU ART MODELING ACADEMY" Magaalaa Buraayyuu, Hoteela Guuteetti Gaggeeffamaa Jira. Sirni eebba Barattoota "Moodeliingii" , Kan "Model" Shaamarree Burtukaan Abarraan durfamu "Hachalu Art Academy", Magaalaa Buraayyuu Hoteela Guuteetti, bakka Artistoonni, keessummoonniifi jiraattonni Magaalaa Buraayyuu hedduun argamanitti adeemsifame Jira... Har'a Immoo kan Hawwii modeling academy Hotela Ililliitti ni eebbisiisa

Beeksisa dhuunfaa👇👇 Maqaa Badhafamtoota garee CDB irraa dhufaan darbinee darbinee ASI irratti maxxansuuf dirqamneerra nu of
Beeksisa dhuunfaa👇👇 Maqaa Badhafamtoota garee CDB irraa dhufaan darbinee darbinee ASI irratti maxxansuuf dirqamneerra nu ofkolcha🙏 Taddee...0913****00 Nafyad....0933***71 Misiraq......0937****89 Caaltuu.....0931****78 Meli.........0921*34 Tg.......0962****40 Yonaas......0917***04 Mustefa.....0945****39 Abro.....0923****11 Dagi.....0910****82 Gadise.....0929*00 Birahanu.....0914****88 Burtukan.....0921****88 Namoota 36tu nu hafa

Kaayyoo kee galmaan gahuuf wantoota 5 kana godhi! 1. Jechoota namaa "Maal naan jedhan" sammuu kee ol otuu hin ta'in miila kee
Kaayyoo kee galmaan gahuuf wantoota 5 kana godhi! 1. Jechoota namaa "Maal naan jedhan" sammuu kee ol otuu hin ta'in miila kee jala kaa'i. 2. Rakkina amma keessa jirtuu fi cinqii sitti jirtu kana kaleessa kee yaadachuun, Fuul-dura kee Abdachuun bira kuti. 3. Ogummaa keetii fi cimina kee namatti himuu osoo hin ta'in hojjachuun agarsiisi. 4. Kaayyoo qabaachuu kee malee kaayyoo kee maal akka ta'e namatti hin odeessin. Maalif yoo jatte? Namni kaayyoo kee yoo itti himte karaa itti kuftu siif mijjeessa waan ta'eef. 5. Taatee argamuu, (Ofitti amantummaan hojjachuu) waan dubbistaniif Galatoomaa🙏

Dorgommii ICT sa'aatii saddeetiif tureerratti hirmaannee 3ffaa baane - Barataa Naa'ol Taaddasaa Dorgommii Tekinoloojii Qunnam
Dorgommii ICT sa'aatii saddeetiif tureerratti hirmaannee 3ffaa baane - Barataa Naa'ol Taaddasaa Dorgommii Tekinoloojii Qunnamtii Odeeffannoo (ICT) Huawei torban muraasa dura biyya Chaayinaa magaala Shenzhen keessatti adeemsifameen Itoophiyaan biyyoota biroo waliin dorgomuun sadarkaa sadaffaa qabachuun xummurteetti. Barattoota sagal Itoophiyaa bakka bu’uun dorgomicharratti hirmaatan keessaa tokko immoo Godina Harargee Lixaa Aanaa Daaro Labuu magaalaa Micataa keessatti dhalatee kan guddate barataa Naa'ol Taaddasaati. Barataa Naa’ol, “dorgommii kana akka dorgomnu erga barre kaasnee injifachuuf shaakalaa fi kitaabota adda addaa dubbisaa turre,” jechuun hime. BBC'tti hime.

Maqaa badhafamtoota Garee CDB irraa dhufaan👇👇👇👇 Eldu......0934*88 Carraa.....0975****12 Efu .....0966****43 Seenaa Abera......0965****01 Fraol......0917****55 Elias.....0921*77 Mohammad 0927*90 Muddiin....0913****70 Tigist Indalkachew.....0938*84 itti fufa ... garee CDB irraa

Badhafamtoota guyyaa har'aa keessa muraasa.. koket....0945****19 sennii mangasha.... 0934****88 Alemayehu........0945***34 GETU.....0923*78 Jiituu..... 0919*80 Aster....0967*70 Genni....0944*87 mammee... 0915**89 Gechi man.....0973****32 Badhafamtoota Garee CDB irraa muraasaa ...... badhafamtoota qarshii 300 Turtii dakika muraasaa boodaa ammaas ni maxxanfama... maqaan badhafamtoota 🙏

Waraanni Bilisummaa Oromoo walwaraansa tibba kana humnoota mootummaa waliin taasiseen humnoota mootummaa irraan hubaatii gees
+1
Waraanni Bilisummaa Oromoo walwaraansa tibba kana humnoota mootummaa waliin taasiseen humnoota mootummaa irraan hubaatii geessisuu hime. WBOn akka jedhutti, giddugala Oromiyaatti walwaraansa jabaatu deemaa jira. Godina Shawaa Lixaa aanaalee Meettaa Roobii fi Jalduutti walwaraansa tibbana tureen loltoota mootummaa 45 ajjeesuu fi meeshaalee waraanaa heddu booji'uu himeeti jira. Akkasuma tarkaanfii aanaa Ada'aa Bargaa iddoo Odaa Daalotaa jedhamutti fudhateenis loltoota mootummaa hedduun ajjeesuu fi madeessuu beeksiseeti jira. Lola tibbanaatiin AKM 30, Sniparii 2, rasaasa kuma 5 akkasumas boombii harkaa 27 booji'uu WBOn himeeti jira. Kana malees hidhannoo 26, rasaasa diishqaa saanduqa lama, Qumbullaa mortara 2 booji'uu ibseeti jira. Dhimma kana ilaalchisuun hanga oduun kun qindaa'etti mootummaan waan jedhe hin qabu. Oduu walqabateen mootummaan loltootaa fi meeshaalee waraanaa gurguddoo kokolaattota gurguddoo 200 caalaniin lixa Oromiyaatti erguu namoonni ijaan argan himaani

Maqaa Badhafamtoota marsaa kana.. kan Garee CDB irraa dhufaan... Fayisa.....0904***22 Eebbisee.....0966****70 Margee.... 0923***00 Dirribaa....0915***80 Abdu.....0932****66 Amanuel......0944****71 Gadise....0967****43 Seenaa....0900****39 Hawwii... 0912****44 Boni Oro......0953****17 Amarechi....0917****54 Itti fufa Warreen maqaan keessan keessa hin jirree obsaaan nu eegaa

Maqaa namoota galgala kana Group CDB irratti badhafamaan keessa muraasa Girma Finfinnee irraa......0923****47 Caaltuu Adamaa irraa*0947**98 Fraol Nagallee irraa .....0988***33 Seenaa Mulat.. Finfinnee irraa... 0956*77 Eldana Bishooftuu irraa.....0901***34 Mesi salaalee 0974*33 Muka xurrii irraa Boni west...0933****78 Gimbii irraa Hani...0945****70 Buraayyuu irraa itti fufa Baga gammaddan

Magaalaa Finfinneetti shakkamaan Meeshalee waraanaa seeraan ala Mana jireenyaa isaa keessatti kuusee argame to’atamuu isaa, P
Magaalaa Finfinneetti shakkamaan Meeshalee waraanaa seeraan ala Mana jireenyaa isaa keessatti kuusee argame to’atamuu isaa, Poolisiin Federaalaa beeksise. Heeruu Hawaasa irraa argate bu’uureffachuun, Qajeelchi Waliigalaa Qorannoo Yakkaa Poolisii Federaalaafi Tajaajilli Nageenya Odeeffannoo Biyyaalessaa waliin ta’uun, sakatta’insa Mana jireenyaa shakkamaa kana irratti taasisaniin, Meeshaalee kana Mana isaatti to'achuu ibsan. Shugguxiiwwan garaagaraa 64, Rasaasaa shugguxiifi Kilaashii 587 akkasumas, Birrii Kuma 197 fi 400 Mana shakkamaa kana keessatti to'achuu isaa, Poolisiin Federaalaa beeksise.

Dorgommii Daayimandi Liigii marsaa 5ffaa Osloo Norwayitti dorgomameen Atileet Yoomiif Qajeelchaa injifateera. Meetira 5000’n
+1
Dorgommii Daayimandi Liigii marsaa 5ffaa Osloo Norwayitti dorgomameen Atileet Yoomiif Qajeelchaa injifateera. Meetira 5000’n kan hirmaate Yoomiif Qajeelchaa dorgomicha daqiiqaa 12:41:73’n xumuruun mo’ate. Sa'aatiin inni ittiin xumure kunis riikardii bakkichaa, sa'aatii saffisaa baranaa fi sa'aatii fooyyee dhuunfaa isaa tahuun galmaa’eefira. Riikardiin bakkichaa waggoota 20 dura daqiiqaa 12:52.26'n Qananiisaa Baqqalaatiin qabamee ture. Atileetiin Yugaandaa Jaakoop Kipliimoo Yoomiif waliin morkii obsa fixachiisaa taasisuun ‘Fhoto Finishing’ sadarkaa 2ffaa bahe.

Naayijeeriyaatti bidiruun dhidhimuun namoonni 150 du’uun himame Bidiruun namoota feetee imalaa turte Naayijeeriyaa Laga Niija
Naayijeeriyaatti bidiruun dhidhimuun namoonni 150 du’uun himame Bidiruun namoota feetee imalaa turte Naayijeeriyaa Laga Niijar jedhamu keessatti dhidhimuun lubbuun namoota 150 darbuu fi hedduun miidhaa cimaaf saaxilamuuf himameera. Namoonni kunneen bidiruu kanaan gara bakka qophii cidhaa imalaa akka turan gabaasaaleen ni mul'isu. Bidiruun kun kutaa Bulchiinsa Niijar irraa gar Kwaaraa imalaa akka turte aanga’oonni naannichaa himaniiru. Maddi balaa kanaas maal akka ta'e hin baramne jedhame. Bulchaan naannoo Kwaaraa, Abduul Raahmaan Abdul Razzaaq akka jedhanitti, ‘‘namoonni baayyeen du’uufi kaan achi buuteen saanii dhabamaniiru’. Bakka balaa mudate kanaan namoonni 150 ol du’uunsaanii mirkanaa’eera jedhan. Hojiin Lubbuu baraaruu ammallee itti fufuu ibsaniiru. Baatii darbe keessa bidiruun tokko dhiheenya bulchiinsa Sokotootti dhidhimtee namoonni 14 du’uun kan yaadatamu ta’uu BBCn gabaaseera.

Magaalaa Naqamtee, Giddaa Ayyaanaafi daandii aanota biroo waluunnamsiisu irratti sababoota caccabuu daandiifi rakkoo nageenya
+2
Magaalaa Naqamtee, Giddaa Ayyaanaafi daandii aanota biroo waluunnamsiisu irratti  sababoota caccabuu daandiifi rakkoo nageenyaaf jecha imaltoonni balaaf saaxilamuu jiraattonni himan.  Humnoonni naannoo Amaaraatii dhufan tibbana konkolaataa uummataa Ukkeefi Angar Guuteerraa ba'uun gara Magaalaa Naqamtee deemaa turerratti bakka addaa Keenyaaf jedhamutti saamicha raawwataniiru jedhan. Daandii irratti saamichi waraana mootummaa jiraachuufi ajjeechaan humnoota Amaaraan imaltootarratti raawwachuu dabalatee caccabuun daandii balaa ulfaataaf uummata saaxilee jiraachuu odeeffanneerra.

Maqaan badhafamtoota asi irratti maxxanfama

Qoramaanni kuutaa 8ffaa Naannoo Oromiyaa Waxabajjii 26 eegala-BBO Qormaatni Kutaa 8ffaa Naannoo Oromiyaa Waxabajjii 26, 2015
Qoramaanni kuutaa 8ffaa Naannoo Oromiyaa Waxabajjii 26 eegala-BBO Qormaatni Kutaa 8ffaa Naannoo Oromiyaa Waxabajjii 26, 2015 irraa eegale kan kennamu ta’uu Biiroo Barnootaa Oromiyaa beeksise. Biirichatti akka beeksisetti qormaanni kutaa 8ffaa akka naannootti kennamu Waxabajjii 26 eegala. Haaluma kanaan manneen barnootaa, barsiisonnii fi maatiin barattootaa deeggarsi barattootaaf taasisan cimee akka itti fufu gaafateera. Barattoonni bara qormaata fudhatanis qophii barbaachisaa akka taasisan dhaamuu ragaan Biiroon Barnootaa Oromiyaa dhaameera.