cookie

We use cookies to improve your browsing experience. By clicking «Accept all», you agree to the use of cookies.

avatar

Shamarran jannata 😍😘

✍O Allah forgive me, ✍have mercy on me, ✍guide me, ✍ support me, ✍protect me, ✍provide for me and ✍elevate me. ✍Amen ya Rabbii ✍اللهم إني ✍ أسألك إيمانا دائما ✍وأسألك قلبا خاشعا ✍وأسألك علما نافعا ✍وأسألك يقينا صادقا

Show more
Finland1 268The language is not specifiedReligion & Spirituality41 548
Advertising posts
1 111Subscribers
No data24 hours
-67 days
-4230 days

Data loading in progress...

Subscriber growth rate

Data loading in progress...

Show all...
du'aa'ii nama ajaaibaa nama Abuu bakir siddiiq fakkaatu muslima itiyoophiyaatif kadhatan Aaaamiiin 🤲

Repost from Al-risala-tube
📚𝕃𝕖𝕖𝕟𝕛𝕚 𝕓𝕒𝕣𝕟𝕠𝕠𝕥𝕒 𝔸𝕢𝕚𝕚𝕕𝕒𝕒 K-8  Leenjii barnoota Amntii Waa'ee Aqiidaa.   Kutaa 8ffaa. ~~~~~~~~~~~~~~~~ barnoota Amntii Waa'ee Aqiidaa.   Kutaa 8ffaa. Waan hedduu irraa hubattu inshaa'allaah. --------- •Gaafileen Torbee dhufuu hundumtuu asuma keessaa qofa bahu, dubbisaa qophaawaa dursa deebisaa. ⏱ Daqiiqaa gabaabduu isinirraa fudhata.. ilaalchi sirrii sahaabaa, siraaxa, Qiyaamaa qabaachuu qabda , kanaaf kan biroos sirnaan hubachuuf seenaa dubbisaa.⤵️
Show all...
Repost from Al-risala-tube
Show all...
Musiibaa guddoo

 Seenaa rasuulaa kutaa 17ffaa  Musiibaa guddoo  Hoggaa Da’waan wal geeyse, Islaamni Jaziiraa Arabaa dhunfate, hoggaa Ilmaan namaa Amantii Rabbii tuuta tuutaan seenan, Nabiyyiin sallallaahu aleeyhi wasallam ajalli Isaa akka dhihaate hubate. *** Mallattoolee dhiheenya ajala (du’a) Nabiyyii sallallaahu aleeyhi wasallam: 1- Suuraan An-Nasrii bu’uu. 2- Jibriil wajjiin amata dhumaa hoggu lamaRamadaana kheeysa Qur’aana buusuu. 3- Ibaadaa kheeysatti Nabiyyiin sallallaahu Aleyhi wasallam jajjabaachuu. 4- I’itikaafa…

Repost from Al-risala-tube
KUTAA 13 ƒƒαα SEENAA RASUULAA IRRAA. ●KUTAA 13 ƒƒαα  Duula Fat’hii Makkaa Fathii Makkaa. https://telegra.ph/AL-RISALA-TUBE-06-29 Website: https://alrisalatube.blogspot.com/2020/06/kutaa-13-seenaa-rasuulaa-irraa.html
Show all...
AL-RISALA-TUBE

KUTAA 13 ƒƒαα SEENAA RASUULAA IRRAA.Baatii Ramadaanaa, Amata Hijirii 8ffaa kheeysa Fat’hiin Makkaa,Injifannoon Islaamaa guddoon argamte. Rabbiin Injifannoo saniinAmantii Isaatii fii Rasuula Isaa sallallaahu aleeyhi wasallam olSababaan duulli “Ghazwatu Fat’hi Makkaa” (Injifannoo Makkaa)argamteef: Banii Bakrii fii Qureeyshiin wal tahanii gosa Khuzaa’aatan Sulhii Hudeeybiyyaa irratti Rasuula sallallaahi wasallam wajjiintahuuf wa’ada seente gananii nama 20 irraa ajjeesan.69Amr bin Saalim Al-Khuzaa’ii Rasuula sallallaahu aleeyhi wasallambira Madiinaa dhufe. Rasuula Sallallaahu Aleeyhi Wasallam OsumaMasjida kheeysa taa’aa jiru itti ol seenee gubbaa dhaabbate.Ajjeechaa dagutti Qureeyshii fii Banii Bakri Isaan irratti raawwatteRasuulli sallallaahu aleeyhi wasallam: “Yaa Amr bin SaalimTumsamte (siifin tumsa)” je’een.Eegasi Makkaa irraa gosti Khuzaa’aa Maanguddoo gama Rasuulaasallallaahu aleeyhi wasallam ergan, waan argame hunda addaQureeyshiin dagachiisanii gosa Khuzaa’aa irraa ajjeesuun SulhiiHudeeybiyaa diiguu akka…

Repost from Al-risala-tube
 𝕃𝕖𝕖𝕟𝕛𝕚 𝕓𝕒𝕣𝕟𝕠𝕠𝕥𝕒 𝔸𝕢𝕚𝕚𝕕𝕒𝕒 K-3 Leenjii barnoota Amntii Waa'ee Aqiidaa.   Kutaa 3ffaa. •Aayaata tana Ulamaa’iin Aayaata qormaataa ja’aniin. Nama Rabbiin jaaladha ja’u dhugaa fi kijiba isaa wanni beekaniin aayaata tanaani. Aayaan tuni tami? Waan hedduu hubattu, rabbiin isin irraa haa jaalatu dubbisaa. --------- Website
Show all...
AL-RISALA-TUBE

 𝕃𝕖𝕖𝕟𝕛𝕚 𝕓𝕒𝕣𝕟𝕠𝕠𝕥𝕒 𝔸𝕢𝕚𝕚𝕕𝕒𝕒 K-3  Leenjii barnoota Amntii Waa'ee Aqiidaa.   Kutaa 3ffaa. BEEKKUMSA RABBIIF SABACHIISUU. [Ragaan] jecha isaati                                               : وَهُوَ ٱلۡعَلِيمُ ٱلۡحَكِيمُ  {Inni beekaadha, Ogeysa [waan hunda bakka isiin maltu kaayu].}  At-Tahrim: 2 |وَهُوَ ٱلۡحَكِيمُ ٱلۡخَبِيرُ| |يَعۡلَمُ مَا يَلِجُ فِى ٱلۡأَرۡضِ وَمَا يَخۡرُجُ مِنۡهَا وَمَا يَنزِلُ مِنَ ٱلسَّمَآءِ وَمَا يَعۡرُجُ فِيهَاۚ | {Inni Ogeysa [waan hunda bakka isiin maltu kaayu], Beekaa  keessaa fi gubbaati.…

Repost from Al-risala-tube
📚𝕃𝕖𝕖𝕟𝕛𝕚 𝕓𝕒𝕣𝕟𝕠𝕠𝕥𝕒 𝔸𝕢𝕚𝕚𝕕𝕒𝕒 K-7  Leenjii barnoota Amntii Waa'ee Aqiidaa.   Kutaa 7ffaa. ~~~~~~~~~~~~~~~~~~~~ barnoota Amntii Waa'ee Aqiidaa.   Kutaa 7ffaa. Waan hedduu irraa hubattu inshaa'allaah. --------- •Gaafileen Torbee dhufuu hundumtuu asuma keessaa qofa bahu, dubbisaa qophaawaa dursa deebisaa. ⏱ Daqiiqaa gabaabduu isinirraa fudhata.. ❗️Tuutti tuni maali jarri? Jaahmiyyaan,Mushabbihaan, Jabriyyaan,Qadariyyaan, Murji’aan,Wa’iidiyyaan, Mu’tazilaan, kanaaf kan biroos sirnaan hubachuuf seenaa dubbisaa.⤵️ https://t.me/iv?url=https%3A%2F%2Frss.bestbot.me%2Ftdil%2Fposts%2F16731250&rhash=27521eb450c138
Show all...
Repost from Al-risala-tube
Show all...
AL-RISALA-TUBE

Seenaa rasuulaa kutaa 12ffaaGhazwatu Zaatu-Riqaa’iGhazwatu Zaatu-Riqaa’iDuula Kheeybar boodaan duula “Ghazwatu Zaatu Riqaa’i” ja’amtuutu godhame. Wanni akkasitti moggaafamteef sababaa Sahaaboonni miila Isaanii irratti cirqii mammarataniifi, kopheen hin qaban ture. Ghazwatu Zaati Riqaa’i Afaan Oromootin duula gaafa carqii akka jechuuti. Isii keeysatti carqiin bakka kophee akka Isaaniif buutu miilatti mammaratan.Sababaan duulli Zaatu-Riqaa’ii argamteef: Gosa Ghaxfaanirraa tuutti waraanaa Madiinaa irratti lola banuuf akka walitti qabamaa jirtu oduun Rasuulli sallallaahu aleeyhi wasallam bira geeyse. Saniif jecha Sahaaboota 400 waliin Rasuulli Sallallaahu Aleeyhi Wasallam Madiinaa bahe.Gosti Ghaxfaan Rasuulli sallallaahu aleeyhi wasallam Madiinaa gama Isaanii bahuu dhageenyaan dheeysanii bakka hundaa dhabaman.Rasuulli sallallaahu aleeyhi wasallam bakka isaan walitti qabaman dhaqee nama tokkollee achii dhabe.***Rasuulli sallallaahu aleeyhi wasallam duula Zuutu Riqaa’ii keeysatti salaata Al-Khowfi (salaata yeroo sodaa)…

Repost from Al-risala-tube
༄ 𝕃𝕖𝕖𝕟𝕛𝕚 𝕓𝕒𝕣𝕟𝕠𝕠𝕥𝕒 𝔸𝕢𝕚𝕚𝕕𝕒𝕒 𝐊𝐮𝐭𝐚𝐚 2𝐟𝐟𝐚𝐚 ༄ Sifa rabbii yoo jedhamu, maal jechuudha. ༄Aayaanni bu’uraa ykn dustuura sifa Allaahaa ibsitu tami. ༄Adeemsi sirrii sifa rabbii keessatti. ༆ Ijoon dubbii #{wanni takkalleen Fakkaataa Isaa hin taane, Allaahaan dhagayaadha, argaadha}.  •inshaa'allaah waan hedduu hubattu. •⤵️instant view tuquun, Seenaa dubbisaa
Show all...
Repost from Al-risala-tube
༄ 𝕃𝕖𝕖𝕟𝕛𝕚 𝕓𝕒𝕣𝕟𝕠𝕠𝕥𝕒 𝔸𝕢𝕚𝕚𝕕𝕒𝕒 𝐊𝐮𝐭𝐚𝐚 1𝐟𝐟𝐚𝐚 ༄ Aqiidaa jechuun maali? ༄ i'itiqaad jechuun? ༄ iimaana jechuun? ༄ Allaahaatti amanuun: waan afur of keessaa qaba isaanis? ༆ Ijoon dubbii #Laa'ilaaha_illallaah Muhammadun_rasuulallah {A.s.w} ⤵️instant view tuquun, Seenaa dubbisaa
Show all...