Dinnee_Didaa
Open in Telegram
Cunqursaa dadhabnee Baraafi gadaan Onnee haa horannu Marree gooloo sodaa Seenaan nu gaafataa Dhiiroo dinnee didaa! hordoftoota keenyaaf 1 walaloo 2 asoosama Join &share gochuu hin dagatinaa. Galatoomaa! Contact: @dinnedid_bot
Show more1 178
Subscribers
+124 hours
+17 days
-1430 days
Posts Archive
1 178
Bosona Oromiyaa!
Gaaddisa torban kuttaayee
Diriirfata warra ammayyaa
Qe'een munyuu gubatee
Mee dirmadhuuf abbayyaa
Jibaat keessa bobba'aa
Qeerransi warra arroojjii
Jiiti warra abeebee
Ta'uuf deema gammoojjii
Coqorsa hortee miixoo
Araddoo bolaafi suluu
Jabboonni warra daggoo
Mee maal yaa dheeddu?
Mee walitti asaasaa
Torban hora galaanii
Gaafa heeruun gubatu
Keessan maal jedha garaani?
Awaash atoo maal jettaa?
Kara dhidhimtee bahi
Deemsa kee maaliif dhaabdee?
Birmadhuu bira gahi
Gibee sirratti dhiise
Garaa keetin dubbadhu
Gubaa achii obsinaan
Ofii keetii gubadhu.
Bosonaa fi Gaarren oromiyaa gubataa jiraniif!
@dinnee_didaa
@dinnee_didaa
@dinnee_didaa
1 178
Guyyaa 40 haqa sabaaf Sooma Jabaan
Waada sabaa nyaatee garaan coome dabaan
Qaamaaf qalbii Keessan wereega gootanii
Dhugaan injifattu,dhiyotti hiikkamtu
diinota mootanii🙏
Kanuma,keenyas oluma
@KUUSHJIRRAA
@KUUSHJIRRAA
👆👆👆👆
1 178
HELOO!
Heloo yaa mangistii
Kan roobsitu bokkaa
Jiruun mi'aayeraam
Garamittan sokkaa
Jirtaa mee akkami
Nagaa fayyaa keetii
Haalli si'anaawoo
Garamitti si geessiti
Kalee siif bilbileen
Neetworkiin hin turree
Booda chaarjiin cufe
Ibsaan badee ture
Oduun filannoodhaa
Ati odeessaa jirtu
Sirritti hubadhu
Saba koo hin ilaallatu
Dhabi fayyaa nagaa
Kanan sitti himaafi
Ani xumureera
Jiruu irraa hafii!!!!
JOIN & SHARE
@dinnee_didaa
@dinnee_didaa
@dinnee_didaa
@dinnedid_bot
1 178
DA RA:
Kabajamtoota miseensota
channel @dinnee_didaa
yaada keessan karaa @dinnedid_bot nuuf erguu dandeessu.
❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️
GALATOOMAA
1 178
WALLOO!!
Dhagahaniiru ni beekna
Akkamitti dhagahuu didu
Siyaasatu badaaf callisan
Lubbuu ilma namaa badu
Nuti wal malee guutuu miti
Wal malees hin bareednu
Wallo cinaacha keenyaa
Cinaatti isin hin gannu
Yoo allaatidhaa malee
Maaltu reeffa lakkaa'e
Abbaa jabanoo hin beektuu
Isa diina akaaye
Raayyaaf raayituu malee
Eenyutu diina doollese
Warqituu hin yaadattuu
Maqdhalaan kan leellise
Karaa abbaa laafetin
Sareen daaraa siphattii
Dubbiin kan waloo malee
Kan WALLOO qofaa mitii!!
✍@dera_zreal
Join & share
@dinnee_didaa
@dinnee_didaa
@dinnee_didaa
1 178
GALATOOMAA!
Furdachuun salphaa ture
Akka namaa nyaattanii
Anaaf,Oromoof jecha
Ekeraa fakkaattani
Moroda xiiqiirratti
Soofamtan akka baalaa
Dhugaatu sin marare
Guddina garaa caalaa
Waa'ee keessaan barreessuuf
An' jechan dhabe homaa
Gatii nuuf kaffaltaniif
Ulfaadhaa, galatoomaa!
✍walo Leta
@dinnee_didaa
@dinnee_didaa
@dinnee_didaa
1 178
Of eeggannoo Ariifachiisaa Shawaa Kaabaa
Humni Addaa Naannoo Amaaraa Shawaa Kaabaa karaa Darraan sakatta'iinsa WBO'f eeyyama guutuu Komishiinii Poolisii Oromiyaa fi Naannoo Oromiyaa irraa argatee seenaa jira. Sakatta'iinsi WBO Zoonii Gidduu Galeessaa addatti Shaggar Kaabaa xiyyeeffannoo guddaan hojjetamaa jira. Uummanni keenya sochii Waraana Nafxanyaa jala bu'ee Gaachana isaa Waraana Bilisummaa Oromoof eeruu qulqulluu kennuu qaba.
መረጃ የአማራ ልዮ ሃይል በሰሜን ሸዋ ደራ በከል የኦሮሞ ነጻነት ሰራዊትን ለማደን ከኦሮምያ መንግስትና ከኦሮምያ ፖሊስ ኮምሽን ይሁኝታን አግኝቶ እየገባ ነው
የመካከለኛውን የኦነግ ክንፍ በተለይ የሰሜን ሸገር ጦር ላይ ትኩረት ለማድረግ እንቅስቅሴ ላይ ስላሉ በአካባቢው የምትገኙ ህዝባችንና ቄሮ ቢሊሱማ ኦሮሞ እሄንን ሴራ እንደተለመደው ተከታትላቹ መረጃ በፍጥነት እንድታቀብሉ እናሳስባለን !!
~Lafaan Geenya!
1 178
FILANNOO!
Kuma lamaaf torba
Saddeetin baradhaa
Woggaa shanan hardhaa
Filannoon filadha
Jedheen hawwee ture
Filannoo filachuu
Amma garuu dhiise
Hin fedhu nan galchu
Warri dhaaba kiyyaa
Bakka bu'oonni koo
Jedhee kanin yaade
Anaaf ta'u hirkoo
Filannicha keessaa
Erga dhoorkamanii
Akka sin morkanneef
Erga hidhamanii
``Filannoo filannoo'' jettee
Maaliif odeessita
Dhaabota kiyyawoo
Silaa hin hammeesitaa
Waa'ee isaa hin kaasin
Afaan kee narraa qabi
Dhimma filannoo kee
Gahe narraa dhaabi
✍@dera_zreal
@dinnee_didaa
@dinnee_didaa
@dinnee_didaa
1 178
Na Filadhaa!😁😁
Haroo wancii misoomseen
Dinagdee keessan cimsa
Juntaa barbadeesseen
Ameerikaas aarsaa
Egypt fi sudaan dura
Hin sodaadhu nan dhaabbadha
Ibsaa fi bishaan
Sukkaaraf zayitii
Bargarii fi piizaa
Manattin siniif raabsaa
Jireenya keessan boriif
Ana daraa filadhaa😜😜!
✍@dera_zreal
@dinnee_didaa
@dinnee_didaa
@dinnedid_bot
@dinnedid_bot
1 178
Gaachana Keenya!
Gidaamii hanga xirrootti
Elemoo hanga marrootti
Shinnigaa hanga wallootti
Harargee Afran-qallootti
Arsiidhaa hanga baalee
Amboo hanga salaalee
Gubbaa hanga gadiitti
Laggaasaa hanga nadhiitti
Jireenyaa hanga daadhiitti
Usmaayyoo hanga eebbisaatti
Yooseefi hanga Hacaaluutti
Hunduu gaachana keenyaa
Gaachana homtuu hin caalu!
@dera_zreal
JOIN $ SHARE
@dinnee_didaa
@dinnee_didaa
@dinnee_didaa
1 178
RA BI Official PAGE
"BARA DUKKANAATUU MOOHATAMNEE HIN GALLE"!
Channel koo kana jalatti!
-Waan Haaraa fi waqtaawaa
-Oolmaa Oromiyaa,Oromoo️
-Odeeffannoo yeroon wal qabatu
-Gorsa, seenaa, Siyaasa biyyaa
.....fi waan hedduu!
Yaada fi Gaafii @RVoro_bot dhaan koottaa!!
https://t.me/KUUSHJIRRAA
1 178
Borus... inuma jirra ganama
Civic,Civic
Akka argameen maxxansina
Hardhas maxxansaa oolle...
Borus isin faanuma jirra!
Kan hardhaa namooti irra deebiin nu gaafataa turtaniif maxxansaa jirra!!
kan Borutiif...
👇👇👇👇👇 join
@KUUSHJIRRAA
@KUUSHJIRRAA
Join join share godhaa
1 178
Borus... inuma jirra ganama
Civic,Civic
Akka argameen maxxansina
Hardhas maxxansaa oolle...
Borus isin faanuma jirra!
Kan hardhaa namooti irra deebiin nu gaafataa turtaniif maxxansaa jirra!!
kan Borutiif...
👇👇👇👇👇 join
@KUUSHJIRRAA
@KUUSHJIRRAA
Join join share godhaa
1 178
Borus... inuma jirra ganama
Civic,Civic
Akka argameen maxxansina
Hardhas maxxansaa oolle...
Borus isin faanuma jirra!
Kan hardhaa namooti irra deebiin nu gaafataa turtaniif maxxansaa jirra!!
kan Borutiif...
👇👇👇👇👇 join
@KUUSHJIRRAA
@KUUSHJIRRAA
Join join share godhaa
1 178
Dr.Hayile Fida
1.You don't Writing the religion
2.You can't advertising politics
3.Be bec
4
https://t.me/LelDr
1 178
😃carraa~gaari🎓
~~~~~~~~~~~~~~
Baraattoota kutaa 12tif
♡♡♡♡♡♡♡♡♡
Koroonan maqaa fuudhe
Isiin qabuus haalli baraa...
Rabbitu isiini jiraa
Isiinif bana karaa....
Sadaarka hedduu keessa
Biira ta'aa Garbuuni...
Bubbuulte dharri argaamtus
Hin hafaamu darbuuni...
Dukkaanni hammaam dheeratus
Hin balleessu ifa aduu...
Garaa sabbaatan marteeti
Dhadhaabbin haarme hin baduu..
Ministeerri barnoota
Maqaa dha'uus dhukkuuba...
Shirrii Keessaa jiraachun
Dhaloota garaa gubaa..
Milka'aa irra Aanaa
Qeerroo fi qarree hunduumtu...
Kan kufuu keessaan eegdu
Hin jiraatin haa dhuumtu...
🙏Qormaata Gaari! 🙏
@KUUSHJIRRAA
1 178
Borus Inuma jirra,Akka hin barannes beekna,barataan cinqaa, yaada heddu keessa dabreet hardha gahe,ammas waanuma gara garaatti jirtu borus isin faanuma jirra. ... gargaarsa rabbiitin.....
Civic qofa... sanis ni arganna jecha rabbitin
Isin join join... tayaa
👇👇👇👇
@KUUSHJIRRAA
@KUUSHJIRRAA
👆👆👆👆👆
Asiin koottaa nu Eegaa
5
Share share godhaa
Jirra,warri Kush Jirraaa
