Dinnee_Didaa
Open in Telegram
Cunqursaa dadhabnee Baraafi gadaan Onnee haa horannu Marree gooloo sodaa Seenaan nu gaafataa Dhiiroo dinnee didaa! hordoftoota keenyaaf 1 walaloo 2 asoosama Join &share gochuu hin dagatinaa. Galatoomaa! Contact: @dinnedid_bot
Show more731
Subscribers
No data24 hours
+27 days
+230 days
Loading data
Similar Channels
Tags Cloud
No data
Any problems? Please refresh the page or contact our support manager.
Incoming and Outgoing Mentions
---
---
---
---
---
---
Attracting Subscribers
October '26Oct '26
October '26
+6
in 0 channels
September '260
in 0 channels
Get PRO
August '260
in 0 channels
Get PRO
July '260
in 0 channels
Get PRO
June '260
in 0 channels
Get PRO
May '260
in 0 channels
Get PRO
April '260
in 0 channels
Get PRO
March '260
in 0 channels
Get PRO
February '260
in 1 channels
Get PRO
January '260
in 0 channels
Get PRO
December '250
in 0 channels
Get PRO
November '250
in 0 channels
Get PRO
October '250
in 0 channels
Get PRO
September '250
in 0 channels
Get PRO
August '250
in 0 channels
Get PRO
July '250
in 0 channels
Get PRO
June '250
in 0 channels
Get PRO
May '250
in 0 channels
Get PRO
April '250
in 0 channels
Get PRO
March '250
in 0 channels
Get PRO
February '250
in 0 channels
Get PRO
January '250
in 0 channels
Get PRO
December '24
+5
in 1 channels
Get PRO
November '24
+12
in 0 channels
Get PRO
October '24
+22
in 0 channels
Get PRO
September '24
+24
in 0 channels
Get PRO
August '24
+9
in 0 channels
Get PRO
July '240
in 0 channels
Get PRO
June '240
in 0 channels
Get PRO
May '240
in 0 channels
Get PRO
April '240
in 1 channels
Get PRO
March '240
in 0 channels
Get PRO
February '24
+3
in 0 channels
Get PRO
January '24
+29
in 0 channels
Get PRO
December '230
in 0 channels
Get PRO
November '230
in 0 channels
Get PRO
October '230
in 0 channels
Get PRO
September '23
+5
in 0 channels
Get PRO
August '23
+24
in 0 channels
Get PRO
July '23
+13
in 0 channels
Get PRO
June '23
+20
in 0 channels
Get PRO
May '23
+30
in 0 channels
Get PRO
April '23
+16
in 0 channels
Get PRO
March '23
+27
in 0 channels
Get PRO
February '23
+28
in 0 channels
Get PRO
January '23
+27
in 0 channels
Get PRO
December '22
+44
in 0 channels
Get PRO
November '22
+24
in 0 channels
Get PRO
October '22
+46
in 0 channels
Get PRO
September '22
+46
in 0 channels
Get PRO
August '22
+47
in 0 channels
Get PRO
July '22
+73
in 0 channels
Get PRO
June '22
+43
in 0 channels
Get PRO
May '22
+69
in 0 channels
Get PRO
April '22
+67
in 0 channels
Get PRO
March '22
+72
in 0 channels
Get PRO
February '22
+37
in 0 channels
Get PRO
January '22
+45
in 0 channels
Get PRO
December '21
+56
in 0 channels
Get PRO
November '21
+62
in 0 channels
Get PRO
October '21
+84
in 0 channels
Get PRO
September '21
+64
in 0 channels
Get PRO
August '21
+98
in 0 channels
Get PRO
July '21
+85
in 0 channels
Get PRO
June '21
+100
in 0 channels
Get PRO
May '21
+74
in 0 channels
Get PRO
April '21
+84
in 0 channels
Get PRO
March '21
+104
in 0 channels
Get PRO
February '21
+105
in 0 channels
Get PRO
January '21
+113
in 0 channels
Get PRO
December '20
+529
in 0 channels
| Date | Subscriber Growth | Mentions | Channels | |
| 15 October | +2 | |||
| 14 October | 0 | |||
| 13 October | +2 | |||
| 12 October | +1 | |||
| 11 October | 0 | |||
| 10 October | 0 | |||
| 09 October | 0 |
Channel Posts
+1
IRREECHA!
Miliyoonaan dachaanee
garaa gubna alagaa
irreechi irree keenyaa
bakka tokkummaafi nagaa
Keessaan dhiiga jaalalaa
irraan aadaa uffannaa
isaan gadi nu dhiibuu
nuti oluma guddanna!!!
Join and Share
@dinnee_didaa
@dinnee_didaa
@dinnee_didaa
| 2 | BAGA BARA HAARAAA 2019 GEESSAN
🌻🌻🌻🌻🌻🌻🌻🌻🌻🌻
Barri kun kan nagaa fi jaalalaa isiniif haa ta'u.
Ayyaana Gaarii Isiniif Haa Ta'u.
🌻🌻🌻🌻🌻🌻🌻🌻🌻🌻🌻
🌻🌻🌻🌻🌻🌻🌻🌻🌻🌻🌻
🌻🌻🌻🌻🌻🌻🌻🌻🌻🌻🌻
Maatii keenya hundaaf yeroo dhihootti bifa haaran nu eegaa.
🌻🌻🌻🌻🌻🌻🌻🌻🌻🌻🌻
Join and Share for more energy ⚡
@dinnee_didaa
@dinnee_didaa
@dinnee_didaa | 168 |
| 3 | Asoosama Miti!
Gurbaan tokko jira
Kan miilli gabatee
Muujaleen gar malee
Kan itti taphatee
Funyaan isaa furrii
Namuu ni tuffata
Jalaa baatoo namaa
Bututtuu uffataa.
Argattis fokkisaa
Fuullinis godeessa
Asoosama miti
Dhugaan sii odeessa.
Osuma jiraatuu
Asiif achi goree
Maatiinsaa hiyyeessa
Innimmoo waa hore.
Halkan guyyaa fiiguu
Hojii itti fufe
Miilli dabaan sunis
Sirra'aafii dhufe.
Gaafa 'kiisiin' ho'u
Fuulli ofiin ifti
Guutummaa guutuutti
Jijjiirame bifti.
Ofirraa urgufee
Huccuuf kophee moofaa
Konkolaataa bitee
Ofumasaa oofaa.
Intala sooressaa
Giiftii haadha simboo
Fuuchuuf jaarsa ergee
Mucaan miilli ximboo.
Jarris tole jedhan
Akkamittiin diduu
Warqii fidi jennaan
Isa warqii fidu!
Intallis jaalatte!
Jaalalaaf safuudha.
Mana viillaa keessa
Sireerra rafuudha.
"Fuulli maal fayyada
'Wassaanyii'n 'ganzabaa'
Miskiinatti heerumee
Maaliifan jazzaba?"
Jettee itt- heerumte
Intalli dureessaa.
Silaa waa dhabuutu
Edaa nu xureessaa!
Nutis "ayi qarshii"
Jennee dinqifannee
Waa dhabuu abaarree
Boonyee hiqqifanne."😎
✍️ @dera_zreal
Join and Share
@dinnee_didaa
@dinnee_didaa
@dinnee_didaa | 317 |
| 4 | Hacee😓😓😓
Murna yartuu xiqqoon
Seerri uumamaa cabee
Sabni guddaan tokko
Qaroo ija isaa dhabe!
Seenaa rirmi hin nyaatu💪
2018😓
@dinnee_didaa
@dinnee_didaa | 334 |
| 5 | Akka Ammaa!
Gaafa ijoollummaakoo
Yeroo afaankoo dammaa,
Dubbiin arrabakoo
Utuu hin ta'iin akka ammaa
Ijoollee ollaa wajjin 'qoda qodaa' jennee
Baalaan mana ijaarree,
Dhirsaaf niitii taanee achumatti wal fuunee
Horree wajjin jaarree
Dhoqqeen buddeen tolchaa
Corroqaan farsoo naqnee,
Kabajaan wal waamnee
Wajjin mana hiriyaa dhaqnee
Siree ijaarrannee
Baala reejjii murree
Waan warri gurguddaa godhan
Hundayyuu gochaa turree
Akka abba manaatti...🕴
Rakkoo manakoo keessaa
Gama maraanuu furee
Yeroo sana anumti kun
Manakoof bulchaan turee
#Garuu...
Har'a taa'ee yoon yaadu
Jaartiikoo ishee barasiin,
Bultii ijaarrattee jirti
Shaakala keenya yeroosiin 😂
✍️ @dera_zreal
Join and share 👇👇👇
@dinnee_didaa
@dinnee_didaa
@dinnee_didaa | 355 |
| 6 | Hardhan Gaabba!
Utuun miira siif hin qabaatin
Bineensa ta'uu koo
Osoon hin hubatin
Akkan bor si ganu
Utuun hin himatin
Gaafan kabaja keetti garaa jabaadhe
Maal qaba utuun dhalachudhaa baadhee
Jedheen hardha gaabbaa
Xurii gaabbii keessa dhaabbaa
Sanuu..........
Jaalalan si qabsiiseef
Kabajan si dhabsiiseef
Ergan si miidhee gaabbee
Of galaafachuufan dhaabbee
Utuun yaadu.....
Utuun gaabbu.....
Miirakoo qabbaneessuuf
Gaabbiikoo tasgabbeessuuf
Baabura miiraa yaabbadhee
Halaleen michoomfadhe
Ergasii kunoo hojiinkoo......
Jinniitti michoomudhaaf
Dindila baayyeen darba
Hoteelatti ol seenee
Shamarran baayyeen arga
Kitaaba seenaakoorra
Yaada gaabbiin dubbisa
Hoteelatti ol seeneen
Jinnii wajjin shubbisaa
Gaaf tokko akka carraa.......
Si'ii abdii kutatee
Jiruu ofii lagatee
Hoteela keessa warraaquu
Ani bineensi baraa
Qaama bituu yoon dhaqu
Hoteelan seene keessa
Situ jam'aa keessummeessa
Situu fiigaa kurkura
Situu qaama gurgura
AaAaAaAa... hardhan gaabba!
Join and Share
@dinnee_didaa
@dinnee_didaa
@dinnee_didaa
| 406 |
| 7 | Ramadan Mubarak
🕋🕋Have a blessed holy month!
#رمضان_كريم
Join and share
@dinnee_didaa
@dinnee_didaa
@dinnee_didaa | 420 |
| 8 | QAMADII !
Qamadichi faca’aa ture
Firii nyaachuun ga’ee
Maal-qaba osoo nyaate
Oromomti kun wal -ta’ee.
Qamadiin midhaanii
Booda daabboo ta’a
Eenyutu daabboo jibbee
ቁልቋል nyaatee alba’a ?
Facaafadhu garuu
Hin facaasin walkeessa
Tokko tokkoosaa nyaatee
Booda siis balleessaa!
✍️ dera_zreal
Join and share
@dinnee_didaa
@dinnee_didaa
@dinnee_didaa | 394 |
| 9 | Baga Geesaan CUUPHAA!
✝️✝️✝️✝️✝️✝️✝️
Iccitii isaa guddaa
abbaan ifa baasee
Ilmaa isa jaallatuu
gooftaa nuu badhaase
Maqaa sooratne
isa ittin bullu
Waaqayyoo nuuf keenne
affuura qulqulluu
Ofii irraat arginaan
yoordanoos uummaa isaa
Teellati deebi’ee
mul’isee sodaa isaa
Gooftaan hundaa uumee
gad of qabuudhaanii
Cuuphammudhan kunoo
nuuf bu’ee nagaanii
Daawit mul’ataasaan
akkumaa dubbaate
Arjummaan gooftichaa
sirriitti mul’aate
Lafti ifaan guutees
lammuun dukkanaa’uu
Jira yeroo dhiphuu
waaqni inni nuuf nahuu
Jireenyi garbummaa
seexana harkaa ba’ee
Aangoo Iyeesuusiin
hardha barbada’ee
Galataaf dhabbannee
nuuttis dhugaa baanaa
Maqaa Kiristoosiin
nama ifa taanaa
✍️Dirribaa Wagii
Ayyaana gaarii!
@dinnee_didaa
@dinnee_didaa
@dinnee_didaa | 400 |
| 10 | Gaaf_gaaf sitti tolee
Kokkolfaama oolta
Gaaf_gaaf of jibbitee
Ofiima kee lolta🤦🏼♂️
~
Gaaf_gaaf diinumatu
Onnee isaa siif bana
Gaaf_gaaf fira keetu
Raawwatee si gana
~
Gaaf_gaaf siif mijatee
Waanta nyaattus qabda
Gaaf_gaaf hiyyoomteetu
Waanta nyaattu dhabda
~
Quufas ha ta'u beela
Jiruun biyya lafaa
Guyyaa eega malee
Hundumtisaa hin hafa.
Join and share
@dinnee_didaa
@dinnee_didaa
@dinnee_didaa | 183 |
| 11 | Wa Islam❗️
Gaafa Naannoo Amaaraatti Masjiidonni Gubaman Tokkummaan Baanee Mormmachaa Turre. Tibba Kanas Dhimma Amantaa Ortodoksiin Walqabatee Deemaa Tures Tokkummaan Kaanee "Adii Uffanna Adii Dubbanna" Jennee Waliin Dhaabachaa Turre. Ammas Wajjumaan Falmmanna. Dhimma Amantaaf Siyaasaa Fiddanii Addaan Nu Qooduuf Hin Yaalina, Hin Milkooftan.
Amantiin Lubbuudha
Oromummaan Dhiiga
Nuti Tokkuma🙏🏼
Join and Share
@dinnee_didaa
@dinnee_didaa
@dinnee_didaa | 181 |
| 12 | “Akkan hin deebinetti
Deemeera yaa tiru
Na hin eegiin barataa koo
Anoo dhufaa hin jiru!
Sin barsiisa jedhee
Yaadee manaa ba’ee
Karaattin hafe egaa
Akka carraa ta’ee…
Amma dabtara kee cufii
Qalama kees qadaadi
Akkaataa itti boossee
Na awwaaltu yaadi…
Assignment bulchii
Gaaffii qabdus kaa’ii
Qe’ee maatii kiyyaa
Dhaqii gadda taa’i…
Konkolaataan ani ittiin
Si qaqqabuuf eege
Waadaa keenya nyaatee
Lubbuu koo wareege…
Beekumsa ani siif qooduuf
Umurii itti fixe
Dhiigaafi lafee koo waliin
Hallayyaatti lixe!
Kan nyaatte hin deebistu
Dacheen ni jabaatti
Ba’een karaatti hafe
Jedhi kaa nagaatti!”
Barsiisota Yuunivarsiitii Madda Walaabuu, kan har’a balaa konkolaataatiin dhumaniif gadda guddaatu natti dhaga’ame. Lubbuun keessan jannata haa boqottu obbolaan koo!
Join and Share
@dinnee_didaa
@dinnee_didaa
@dinnee_didaa | 2 600 |
| 13 | KA'EEN_CUUPHEE CABBAXA
Ati maaf Nan Hubattuu?
Maalumaaf Na Madeessitaa?
Garaacha Koo Na gubdee
Ilkaan Natti Addeessitaa?
Jaalalli Kee Naaf Gamee
Sammuu Kankoo Yaabbataa
Barakiinan Bishaan Ta'ee
Ka'een Cuuphee Cabbaxaa
Ati Maalumaaf Na Miitaa?
Ani Nama Dhugaatii
Aarri Koo Na Miidhee
Na Oolche Mana Dhugaatii
Wanta Baay'ee Na gootee
Na Tursiistee Si'oolii
Kopheen Madagaskar Hin Hafnee
Na Gurgursiftee Soolii
Jireenyiyyuu Qaala'ee
Wajjin Achi Dhiibnaa
Miila Keenya Jabeeffannee
Harka Wal Qabannee Cimnaa
Garuu.......
An Ammayyuu Sin Jaaladhaa
Koottu natti Galii
Dhiirri Duruu Dhiiraa
Takka Jala Sagalii
✍️ @dera_zreal
Join & Share
@dinnee_didaa
@dinnee_didaa
@dinnee_didaa | 139 |
| 14 | Osuma diinonnikee
Qottoo sitti qaranii
Copha dhiigaan lalistee
Hin jiraatta baraanii
Dibaabee gaafa yandoo
Narraa dhorkita cabbii
Si jalattan guddadhe
Burraaqaa akka jabbii
Dabareen sitti duultuus
Mootonnii Atsoota kaabaa~jabbootakee san fixaa
Gootaatu Har'aan si ga'e
Ofii mormasaa citaa
Wal geettii Oromootaa
Ulfoo kiyya yaa Odaa
Dagaagii nuuf jiraadhu
Qubsuma Warra Gadaa
✍️... Abraham Solomon | 141 |
| 15 | No text... | 1 |
| 16 | Eid-Mubarek
Hordoftooti Amantaa Musliimaa Marti Keessanuu Baga Geessan. Ayyaana Gaarii🙏🏼
Eid-Mubarek
join and share
@dinnee_didaa
@dinnee_didaa
@dinnee_didaa | 2 983 |
| 17 | Mo’aa waan hundaa Isa jiraataa
Kan du’an gidduu barbaadduu laataa?
Dhokatee hin hafne dhugaan ba’eera
Awwallis onee duwwaa ta’eera
Gooftaan Iyyesuus du’aa ka’eera!
Hordoftoonni amantaa Kiristaanaa hundi baga guyyaa yaadannoo du’aa ka’uu Gooftaa keenya Iyyesuus Kiristoosiin nagaan geessan!
Jaalala, kabaja, haqa, gaarummaafi qajeelummaa fakkeenya Gooftaa isa itti amanneetiin akka jiraannu nu haa gargaaru!
Ayyaana gaarii!
@dinnee_didaa
@dinnee_didaa
@dinnee_didaa | 2 346 |
| 18 | Hin du'in...!
Firris diinnis si jibbee
Sitti cufanis karra
Walumaan jiraanneet
Lakkoofsisna jaarraa
Marrimaankee si eeleet
Anaaf lapheen si buutii
Maaloo ijakee bani
Afuurakoo fudhuutii
Dukkana jiruu Kiyyaa
Duungoo keen naaf ibsitee
Har'a garaa jabaattee
Maaf ijatee dhamsitee?
Sin waama naaf awwaadhu
Hin callisin kichuukoo
An simalee hin jiraadhu
Maaloo hin du'in michuukoo
✍️ Abraham Solomon
Join and Share
@dinnee_didaa
@dinnee_didaa
@dinnee_didaa | 2 614 |
| 19 | RAMADAN KAREEM!! 🕌 🕋
Maatiiwwan Fi Hiriyyoota Keenya Kan Musliimaa Maraan Baga Isiniin Gahe!!🙏🏾
Sooma Nagaa Kan Wanti Yaaddan Hundi Itti Isiniif Milkaa’u Isiniif Haa Ta’u!!🙏🏾🙏🏾🙏🏾
Join and share
@dinnee_didaa
@dinnee_didaa
@dinnee_didaa | 1 435 |
| 20 | Xalayaa karaa @dinnedid_bot nuuf ergame.
Itti dhiyaadhaa........
Akkam abbaa koo nagaadha Ana ilmaa Kee ijjiguudha kan sirra fagoo jiru ya abbaa koo naf jirtaa naf jette wantii ati hin tane hin jiru maal jedhe si ibsuu abbaa koo na guddisuf wantii ati hin tane hin jiru Taaddase koo holmaan Kee narraa bayyatee amma immo walaloo xiqoo tokkon sif qaba seeqi naaf abbaa koo kokkolfii taphadhuu Anuu siifan gaddaa Gammachuu koos fudhuu warqee koodha atii qabeenya guddaa koo Daayimendii koodha ati kan caaltu waan hundaa Ana miti mucaa keef Addunyaa fi ni geessaa madaala koon Olii maalin si qixxeessa soora lubbuutti ifni fulaa keeti faaya miidhaga koo Ya abbaa koo kaleessa naf Taatee waan ta'uuf kan ulfaatuu Dugdi koo kanarra milkii kan Kee habaatuu naf seeqi naaf kolfii hamtuun sin arginii gadaa keef an jiraa Gammachuu kootin boonii Ana ilmaa Kee Arsii asallaan kan jiruu abbaa koo wallaggaa lixa Aaanaa Haaruu gandaa Yuukkirati kan argaamu Abbaa koo Tadase Wakgari dhaf nagaa wajjin
Isini Xalayaa, Walaloo fi erggaawwan biroos karaa
@dinnedid_bot
@dinnedid_bot yoo ergitan qilleessarra siniif oolchina. Galatoomaa.
Join & share
@dinnee_didaa
@dinnee_didaa
@dinnee_didaa | 160 |
