fa
Feedback

فریب کلاهبرداران را نخورید! تل‌متریو این کانال‌ها را شناسایی و برچسب‌گذاری می‌کند 👉 برای مشاهده برچسب، اشتراک تهیه کنید

Dinnee_Didaa

Dinnee_Didaa

رفتن به کانال در Telegram

Cunqursaa dadhabnee Baraafi gadaan Onnee haa horannu Marree gooloo sodaa Seenaan nu gaafataa Dhiiroo dinnee didaa! hordoftoota keenyaaf 1 walaloo 2 asoosama Join &share gochuu hin dagatinaa. Galatoomaa! Contact: @dinnedid_bot

نمایش بیشتر
729
مشترکین
اطلاعاتی وجود ندارد24 ساعت
+27 روز
+230 روز

در حال بارگذاری داده‌ها

ابر برچسب‌ها
هیچ داده‌ای
مشکلی وجود دارد؟ لطفاً صفحه را تازه کنید یا با مدیر پشتیبانی ما تماس بگیرید.
اشارات ورودی و خروجی
---
---
---
---
---
---
جذب مشترکین
اکتبر '26
اکتبر '26
+4
در 0 کانال‌ها
سپتامبر '260
در 0 کانال‌ها
Get PRO
اوت '260
در 0 کانال‌ها
Get PRO
ژوئیه '260
در 0 کانال‌ها
Get PRO
ژوئن '260
در 0 کانال‌ها
Get PRO
مه '260
در 0 کانال‌ها
Get PRO
آوریل '260
در 0 کانال‌ها
Get PRO
مارس '260
در 0 کانال‌ها
Get PRO
فوریه '260
در 1 کانال‌ها
Get PRO
ژانویه '260
در 0 کانال‌ها
Get PRO
دسامبر '250
در 0 کانال‌ها
Get PRO
نوامبر '250
در 0 کانال‌ها
Get PRO
اکتبر '250
در 0 کانال‌ها
Get PRO
سپتامبر '250
در 0 کانال‌ها
Get PRO
اوت '250
در 0 کانال‌ها
Get PRO
ژوئیه '250
در 0 کانال‌ها
Get PRO
ژوئن '250
در 0 کانال‌ها
Get PRO
مه '250
در 0 کانال‌ها
Get PRO
آوریل '250
در 0 کانال‌ها
Get PRO
مارس '250
در 0 کانال‌ها
Get PRO
فوریه '250
در 0 کانال‌ها
Get PRO
ژانویه '250
در 0 کانال‌ها
Get PRO
دسامبر '24
+5
در 1 کانال‌ها
Get PRO
نوامبر '24
+12
در 0 کانال‌ها
Get PRO
اکتبر '24
+22
در 0 کانال‌ها
Get PRO
سپتامبر '24
+24
در 0 کانال‌ها
Get PRO
اوت '24
+9
در 0 کانال‌ها
Get PRO
ژوئیه '240
در 0 کانال‌ها
Get PRO
ژوئن '240
در 0 کانال‌ها
Get PRO
مه '240
در 0 کانال‌ها
Get PRO
آوریل '240
در 1 کانال‌ها
Get PRO
مارس '240
در 0 کانال‌ها
Get PRO
فوریه '24
+3
در 0 کانال‌ها
Get PRO
ژانویه '24
+29
در 0 کانال‌ها
Get PRO
دسامبر '230
در 0 کانال‌ها
Get PRO
نوامبر '230
در 0 کانال‌ها
Get PRO
اکتبر '230
در 0 کانال‌ها
Get PRO
سپتامبر '23
+5
در 0 کانال‌ها
Get PRO
اوت '23
+24
در 0 کانال‌ها
Get PRO
ژوئیه '23
+13
در 0 کانال‌ها
Get PRO
ژوئن '23
+20
در 0 کانال‌ها
Get PRO
مه '23
+30
در 0 کانال‌ها
Get PRO
آوریل '23
+16
در 0 کانال‌ها
Get PRO
مارس '23
+27
در 0 کانال‌ها
Get PRO
فوریه '23
+28
در 0 کانال‌ها
Get PRO
ژانویه '23
+27
در 0 کانال‌ها
Get PRO
دسامبر '22
+44
در 0 کانال‌ها
Get PRO
نوامبر '22
+24
در 0 کانال‌ها
Get PRO
اکتبر '22
+46
در 0 کانال‌ها
Get PRO
سپتامبر '22
+46
در 0 کانال‌ها
Get PRO
اوت '22
+47
در 0 کانال‌ها
Get PRO
ژوئیه '22
+73
در 0 کانال‌ها
Get PRO
ژوئن '22
+43
در 0 کانال‌ها
Get PRO
مه '22
+69
در 0 کانال‌ها
Get PRO
آوریل '22
+67
در 0 کانال‌ها
Get PRO
مارس '22
+72
در 0 کانال‌ها
Get PRO
فوریه '22
+37
در 0 کانال‌ها
Get PRO
ژانویه '22
+45
در 0 کانال‌ها
Get PRO
دسامبر '21
+56
در 0 کانال‌ها
Get PRO
نوامبر '21
+62
در 0 کانال‌ها
Get PRO
اکتبر '21
+84
در 0 کانال‌ها
Get PRO
سپتامبر '21
+64
در 0 کانال‌ها
Get PRO
اوت '21
+98
در 0 کانال‌ها
Get PRO
ژوئیه '21
+85
در 0 کانال‌ها
Get PRO
ژوئن '21
+100
در 0 کانال‌ها
Get PRO
مه '21
+74
در 0 کانال‌ها
Get PRO
آوریل '21
+84
در 0 کانال‌ها
Get PRO
مارس '21
+104
در 0 کانال‌ها
Get PRO
فوریه '21
+105
در 0 کانال‌ها
Get PRO
ژانویه '21
+113
در 0 کانال‌ها
Get PRO
دسامبر '20
+529
در 0 کانال‌ها
تاریخ
رشد مشترکین
اشارات
کانال‌ها
15 اکتبر0
14 اکتبر+1
13 اکتبر+1
12 اکتبر+1
11 اکتبر0
10 اکتبر0
09 اکتبر0
پست‌های کانال
IRREECHA! Miliyoonaan dachaanee garaa gubna alagaa irreechi irree keenyaa bakka tokkummaafi nagaa Keessaan dhiiga jaalalaa ir
+1
IRREECHA! Miliyoonaan dachaanee garaa gubna alagaa irreechi irree keenyaa bakka tokkummaafi nagaa Keessaan dhiiga jaalalaa irraan aadaa uffannaa isaan gadi nu dhiibuu nuti oluma guddanna!!! Join and Share @dinnee_didaa @dinnee_didaa @dinnee_didaa

2
BAGA BARA HAARAAA 2019 GEESSAN 🌻🌻🌻🌻🌻🌻🌻🌻🌻🌻 Barri kun kan nagaa fi jaalalaa isiniif haa ta'u. Ayyaana Gaarii Isiniif Haa Ta'u. 🌻🌻🌻🌻🌻🌻🌻🌻🌻🌻🌻 🌻🌻🌻🌻🌻🌻🌻🌻🌻🌻🌻 🌻🌻🌻🌻🌻🌻🌻🌻🌻🌻🌻 Maatii keenya hundaaf yeroo dhihootti bifa haaran nu eegaa. 🌻🌻🌻🌻🌻🌻🌻🌻🌻🌻🌻 Join and Share for more energy ⚡ @dinnee_didaa @dinnee_didaa @dinnee_didaa
168
3
Asoosama Miti! Gurbaan tokko jira ‎Kan miilli gabatee ‎Muujaleen gar malee ‎Kan itti taphatee ‎ ‎Funyaan isaa furrii ‎Namuu ni tuffata ‎Jalaa baatoo namaa ‎Bututtuu uffataa. ‎ ‎Argattis fokkisaa ‎Fuullinis godeessa ‎Asoosama miti ‎Dhugaan sii odeessa. ‎ ‎Osuma jiraatuu ‎Asiif achi goree ‎Maatiinsaa hiyyeessa ‎Innimmoo waa hore. ‎ ‎Halkan guyyaa fiiguu ‎Hojii itti fufe ‎Miilli dabaan sunis ‎Sirra'aafii dhufe. ‎ ‎Gaafa 'kiisiin' ho'u ‎Fuulli ofiin ifti ‎Guutummaa guutuutti ‎Jijjiirame bifti. ‎ ‎Ofirraa urgufee ‎Huccuuf kophee moofaa ‎Konkolaataa bitee ‎Ofumasaa oofaa. ‎ ‎Intala sooressaa ‎Giiftii haadha simboo ‎Fuuchuuf jaarsa ergee ‎Mucaan miilli ximboo. ‎ ‎Jarris tole jedhan ‎Akkamittiin diduu ‎Warqii fidi jennaan ‎Isa warqii fidu! ‎ ‎Intallis jaalatte! ‎Jaalalaaf safuudha. ‎Mana viillaa keessa ‎Sireerra rafuudha. ‎ ‎"Fuulli maal fayyada ‎'Wassaanyii'n 'ganzabaa' ‎Miskiinatti heerumee ‎Maaliifan jazzaba?" ‎ ‎Jettee itt- heerumte ‎Intalli dureessaa. ‎Silaa waa dhabuutu ‎Edaa nu xureessaa! ‎ ‎Nutis "ayi qarshii" ‎Jennee dinqifannee ‎Waa dhabuu abaarree ‎Boonyee hiqqifanne."😎 ‎ ✍️ @dera_zreal Join and Share @dinnee_didaa @dinnee_didaa @dinnee_didaa
317
4
Hacee😓😓😓 Murna yartuu xiqqoon Seerri uumamaa cabee Sabni guddaan tokko Qaroo ija isaa dhabe! Seenaa rirmi hin nyaatu💪 201+1
Hacee😓😓😓 Murna yartuu xiqqoon Seerri uumamaa cabee Sabni guddaan tokko Qaroo ija isaa dhabe! Seenaa rirmi hin nyaatu💪 2018😓 @dinnee_didaa @dinnee_didaa
334
5
Akka Ammaa! ‎Gaafa ijoollummaakoo ‎Yeroo afaankoo dammaa, ‎Dubbiin arrabakoo ‎Utuu hin ta'iin akka ammaa ‎ ‎Ijoollee ollaa wajjin 'qoda qodaa' jennee ‎Baalaan mana ijaarree, ‎Dhirsaaf niitii taanee achumatti wal fuunee ‎Horree wajjin jaarree ‎ ‎Dhoqqeen buddeen tolchaa ‎Corroqaan farsoo naqnee, ‎Kabajaan wal waamnee ‎Wajjin mana hiriyaa dhaqnee ‎ ‎Siree ijaarrannee ‎Baala reejjii murree ‎Waan warri gurguddaa godhan ‎Hundayyuu gochaa turree ‎ ‎Akka abba manaatti...🕴 ‎ ‎Rakkoo manakoo keessaa ‎Gama maraanuu furee ‎Yeroo sana anumti kun ‎Manakoof bulchaan turee ‎ ‎#Garuu... ‎Har'a taa'ee yoon yaadu ‎Jaartiikoo ishee barasiin, ‎Bultii ijaarrattee jirti ‎Shaakala keenya yeroosiin 😂 ‎ ✍️ @dera_zreal Join and share 👇👇👇 @dinnee_didaa @dinnee_didaa @dinnee_didaa
355
6
‎ Hardhan Gaabba! ‎Utuun miira siif hin qabaatin ‎Bineensa ta'uu koo ‎Osoon hin hubatin ‎Akkan bor si ganu ‎Utuun hin himatin ‎ ‎Gaafan kabaja keetti garaa jabaadhe ‎Maal qaba utuun dhalachudhaa baadhee ‎Jedheen hardha gaabbaa ‎Xurii gaabbii keessa dhaabbaa ‎ ‎Sanuu.......... ‎Jaalalan si qabsiiseef ‎Kabajan si dhabsiiseef ‎Ergan si miidhee gaabbee ‎Of galaafachuufan dhaabbee ‎Utuun yaadu..... ‎Utuun gaabbu..... ‎ ‎Miirakoo qabbaneessuuf ‎Gaabbiikoo tasgabbeessuuf ‎Baabura miiraa yaabbadhee ‎Halaleen michoomfadhe ‎ ‎Ergasii kunoo hojiinkoo...... ‎Jinniitti michoomudhaaf ‎Dindila baayyeen darba ‎Hoteelatti ol seenee ‎Shamarran baayyeen arga ‎Kitaaba seenaakoorra ‎Yaada gaabbiin dubbisa ‎Hoteelatti ol seeneen ‎Jinnii wajjin shubbisaa ‎ ‎Gaaf tokko akka carraa....... ‎Si'ii abdii kutatee ‎Jiruu ofii lagatee ‎Hoteela keessa warraaquu ‎Ani bineensi baraa ‎Qaama bituu yoon dhaqu ‎ ‎Hoteelan seene keessa ‎Situ jam'aa keessummeessa ‎Situu fiigaa kurkura ‎Situu qaama gurgura ‎AaAaAaAa... hardhan gaabba! Join and Share @dinnee_didaa @dinnee_didaa @dinnee_didaa ‎ ‎
406
7
Ramadan Mubarak 🕋🕋Have a blessed holy month! #رمضان_كريم Join and share @dinnee_didaa @dinnee_didaa @dinnee_didaa
Ramadan Mubarak 🕋🕋Have a blessed holy month! #رمضان_كريم Join and share @dinnee_didaa @dinnee_didaa @dinnee_didaa
420
8
QAMADII ! Qamadichi faca’aa ture Firii nyaachuun ga’ee Maal-qaba osoo nyaate Oromomti kun wal -ta’ee. Qamadiin midhaanii Bood
QAMADII ! Qamadichi faca’aa ture Firii nyaachuun ga’ee Maal-qaba osoo nyaate Oromomti kun wal -ta’ee. Qamadiin midhaanii Booda daabboo ta’a Eenyutu daabboo jibbee ቁልቋል nyaatee alba’a ? Facaafadhu garuu Hin facaasin walkeessa Tokko tokkoosaa nyaatee Booda siis balleessaa! ✍️ dera_zreal Join and share @dinnee_didaa @dinnee_didaa @dinnee_didaa
394
9
Baga Geesaan CUUPHAA! ✝️✝️✝️✝️✝️✝️✝️ Iccitii isaa guddaa abbaan ifa baasee Ilmaa isa jaallatuu gooftaa nuu badhaase Maqaa sooratne isa ittin bullu Waaqayyoo nuuf keenne affuura qulqulluu Ofii irraat arginaan yoordanoos uummaa isaa Teellati deebi’ee mul’isee sodaa isaa Gooftaan hundaa uumee gad of qabuudhaanii Cuuphammudhan kunoo nuuf bu’ee nagaanii Daawit mul’ataasaan akkumaa dubbaate Arjummaan gooftichaa sirriitti mul’aate Lafti ifaan guutees lammuun dukkanaa’uu Jira yeroo dhiphuu waaqni inni nuuf nahuu Jireenyi garbummaa seexana harkaa ba’ee Aangoo Iyeesuusiin hardha barbada’ee Galataaf dhabbannee nuuttis dhugaa baanaa Maqaa Kiristoosiin nama ifa taanaa ✍️Dirribaa Wagii Ayyaana gaarii! @dinnee_didaa @dinnee_didaa @dinnee_didaa
400
10
Gaaf_gaaf sitti tolee Kokkolfaama oolta Gaaf_gaaf of jibbitee Ofiima kee lolta🤦🏼‍♂️ ~ Gaaf_gaaf diinumatu Onnee isaa siif b
Gaaf_gaaf sitti tolee Kokkolfaama oolta Gaaf_gaaf of jibbitee Ofiima kee lolta🤦🏼‍♂️ ~ Gaaf_gaaf diinumatu Onnee isaa siif bana Gaaf_gaaf fira keetu Raawwatee si gana ~ Gaaf_gaaf siif mijatee Waanta nyaattus qabda Gaaf_gaaf hiyyoomteetu Waanta nyaattu dhabda ~ Quufas ha ta'u beela Jiruun biyya lafaa Guyyaa eega malee Hundumtisaa hin hafa. Join and share @dinnee_didaa @dinnee_didaa @dinnee_didaa
183
11
Wa Islam❗️ Gaafa Naannoo Amaaraatti Masjiidonni Gubaman Tokkummaan Baanee Mormmachaa Turre. Tibba Kanas Dhimma Amantaa Ortodoksiin Walqabatee Deemaa Tures Tokkummaan Kaanee "Adii Uffanna Adii Dubbanna" Jennee Waliin Dhaabachaa Turre. Ammas Wajjumaan Falmmanna. Dhimma Amantaaf Siyaasaa Fiddanii Addaan Nu Qooduuf Hin Yaalina, Hin Milkooftan. Amantiin Lubbuudha Oromummaan Dhiiga Nuti Tokkuma🙏🏼 Join and Share @dinnee_didaa @dinnee_didaa @dinnee_didaa
181
12
“Akkan hin deebinetti Deemeera yaa tiru Na hin eegiin barataa koo Anoo dhufaa hin jiru! Sin barsiisa jedhee Yaadee manaa ba’e
“Akkan hin deebinetti Deemeera yaa tiru Na hin eegiin barataa koo Anoo dhufaa hin jiru! Sin barsiisa jedhee Yaadee manaa ba’ee Karaattin hafe egaa Akka carraa ta’ee… Amma dabtara kee cufii Qalama kees qadaadi Akkaataa itti boossee Na awwaaltu yaadi… Assignment bulchii Gaaffii qabdus kaa’ii Qe’ee maatii kiyyaa Dhaqii gadda taa’i… Konkolaataan ani ittiin Si qaqqabuuf eege Waadaa keenya nyaatee Lubbuu koo wareege… Beekumsa ani siif qooduuf Umurii itti fixe Dhiigaafi lafee koo waliin Hallayyaatti lixe! Kan nyaatte hin deebistu Dacheen ni jabaatti Ba’een karaatti hafe Jedhi kaa nagaatti!” Barsiisota Yuunivarsiitii Madda Walaabuu, kan har’a balaa konkolaataatiin dhumaniif gadda guddaatu natti dhaga’ame. Lubbuun keessan jannata haa boqottu obbolaan koo! Join and Share @dinnee_didaa @dinnee_didaa @dinnee_didaa
2 600
13
KA'EEN_CUUPHEE CABBAXA Ati maaf Nan Hubattuu? Maalumaaf Na Madeessitaa? Garaacha Koo Na gubdee Ilkaan Natti Addeessitaa? Jaal
KA'EEN_CUUPHEE CABBAXA Ati maaf Nan Hubattuu? Maalumaaf Na Madeessitaa? Garaacha Koo Na gubdee Ilkaan Natti Addeessitaa? Jaalalli Kee Naaf Gamee Sammuu Kankoo Yaabbataa Barakiinan Bishaan Ta'ee Ka'een Cuuphee Cabbaxaa Ati Maalumaaf Na Miitaa? Ani Nama Dhugaatii Aarri Koo Na Miidhee Na Oolche Mana Dhugaatii Wanta Baay'ee Na gootee Na Tursiistee Si'oolii Kopheen Madagaskar Hin Hafnee Na Gurgursiftee Soolii Jireenyiyyuu Qaala'ee Wajjin Achi Dhiibnaa Miila Keenya Jabeeffannee Harka Wal Qabannee Cimnaa Garuu....... An Ammayyuu Sin Jaaladhaa Koottu natti Galii Dhiirri Duruu Dhiiraa Takka Jala Sagalii ✍️ @dera_zreal Join & Share @dinnee_didaa @dinnee_didaa @dinnee_didaa
139
14
Osuma diinonnikee Qottoo sitti qaranii Copha dhiigaan lalistee Hin jiraatta baraanii Dibaabee gaafa yandoo Narraa dhorkita ca
Osuma diinonnikee Qottoo sitti qaranii Copha dhiigaan lalistee Hin jiraatta baraanii Dibaabee gaafa yandoo Narraa dhorkita cabbii Si jalattan guddadhe Burraaqaa akka jabbii Dabareen sitti duultuus Mootonnii Atsoota kaabaa~jabbootakee san fixaa Gootaatu Har'aan si ga'e Ofii mormasaa citaa Wal geettii Oromootaa Ulfoo kiyya yaa Odaa Dagaagii nuuf jiraadhu Qubsuma Warra Gadaa ✍️... Abraham Solomon
141
15
بدون متن...
1
16
Eid-Mubarek Hordoftooti Amantaa Musliimaa Marti Keessanuu Baga Geessan. Ayyaana Gaarii🙏🏼 Eid-Mubarek join and share @dinnee
Eid-Mubarek Hordoftooti Amantaa Musliimaa Marti Keessanuu Baga Geessan. Ayyaana Gaarii🙏🏼 Eid-Mubarek join and share @dinnee_didaa @dinnee_didaa @dinnee_didaa
2 983
17
Mo’aa waan hundaa Isa jiraataa Kan du’an gidduu barbaadduu laataa? Dhokatee hin hafne dhugaan ba’eera Awwallis onee duwwaa ta
Mo’aa waan hundaa Isa jiraataa Kan du’an gidduu barbaadduu laataa? Dhokatee hin hafne dhugaan ba’eera Awwallis onee duwwaa ta’eera Gooftaan Iyyesuus du’aa ka’eera! Hordoftoonni amantaa Kiristaanaa hundi baga guyyaa yaadannoo du’aa ka’uu Gooftaa keenya Iyyesuus Kiristoosiin nagaan geessan! Jaalala, kabaja, haqa, gaarummaafi qajeelummaa fakkeenya Gooftaa isa itti amanneetiin akka jiraannu nu haa gargaaru! Ayyaana gaarii! @dinnee_didaa @dinnee_didaa @dinnee_didaa
2 346
18
Hin du'in...! Firris diinnis si jibbee Sitti cufanis karra Walumaan jiraanneet Lakkoofsisna jaarraa Marrimaankee si eeleet An
Hin du'in...! Firris diinnis si jibbee Sitti cufanis karra Walumaan jiraanneet Lakkoofsisna jaarraa Marrimaankee si eeleet Anaaf lapheen si buutii Maaloo ijakee bani Afuurakoo fudhuutii Dukkana jiruu Kiyyaa Duungoo keen naaf ibsitee Har'a garaa jabaattee Maaf ijatee dhamsitee? Sin waama naaf awwaadhu Hin callisin kichuukoo An simalee hin jiraadhu Maaloo hin du'in michuukoo ✍️ Abraham Solomon Join and Share @dinnee_didaa @dinnee_didaa @dinnee_didaa
2 614
19
RAMADAN KAREEM!! 🕌 🕋 Maatiiwwan Fi Hiriyyoota Keenya Kan Musliimaa Maraan Baga Isiniin Gahe!!🙏🏾 Sooma Nagaa Kan Wanti Yaa
RAMADAN KAREEM!! 🕌 🕋 Maatiiwwan Fi Hiriyyoota Keenya Kan Musliimaa Maraan Baga Isiniin Gahe!!🙏🏾 Sooma Nagaa Kan Wanti Yaaddan Hundi Itti Isiniif Milkaa’u Isiniif Haa Ta’u!!🙏🏾🙏🏾🙏🏾 Join and share @dinnee_didaa @dinnee_didaa @dinnee_didaa
1 435
20
Xalayaa karaa @dinnedid_bot nuuf ergame. Itti dhiyaadhaa........ Akkam abbaa koo nagaadha Ana ilmaa Kee ijjiguudha kan sirra fagoo jiru ya abbaa koo naf jirtaa naf jette wantii ati hin tane hin jiru maal jedhe si ibsuu abbaa koo na guddisuf wantii ati hin tane hin jiru Taaddase koo holmaan Kee narraa bayyatee amma immo walaloo  xiqoo tokkon sif qaba seeqi naaf abbaa koo kokkolfii taphadhuu Anuu siifan gaddaa Gammachuu koos fudhuu warqee koodha atii qabeenya guddaa koo Daayimendii koodha ati kan caaltu waan hundaa Ana miti mucaa keef Addunyaa fi ni geessaa madaala koon Olii maalin si qixxeessa soora lubbuutti ifni fulaa keeti faaya miidhaga koo Ya abbaa koo kaleessa naf Taatee waan ta'uuf kan ulfaatuu Dugdi koo kanarra milkii kan Kee  habaatuu naf seeqi  naaf kolfii hamtuun sin arginii gadaa keef an jiraa Gammachuu kootin  boonii Ana ilmaa Kee Arsii asallaan kan jiruu abbaa koo wallaggaa lixa Aaanaa Haaruu gandaa Yuukkirati kan argaamu Abbaa koo Tadase Wakgari dhaf nagaa wajjin Isini Xalayaa, Walaloo fi erggaawwan biroos karaa @dinnedid_bot @dinnedid_bot yoo ergitan qilleessarra siniif oolchina. Galatoomaa. Join & share @dinnee_didaa @dinnee_didaa @dinnee_didaa
160