AVC - MUSLIM STUDENTS JEMA'A Official
Open in Telegram
AMANTII IFII BEEKHUN QAROOMINA بلغو عني ولو كان ءايه Nuti barattoonni jama'aa Barattoota Muslimaa KAV caayaa islaamummaa jalatti wal geenyee milkii guyyaa boruu Aakhiraa fi addunyaaf imalla. Inshallah!!
Show more999
Subscribers
No data24 hours
-77 days
-2630 days
Posts Archive
Dhiirota irra dubartootaaf jannata seenuun salphaadha,ﷺ Dubartiin salaata isii waktii shananii yoo salaatte, baatii (Ramadaana) yoo soomte, qaama isii yoo tikfatteefi abbaa warraa isiitiif yoo ajajamte balbala feeteen jannata seeni jedhamaani jedhan.
Bakka saddeettan Malaa'ikaan du'aa'ii itti siif gootu beektaa__?
Ragaa hadiisa Rasuulaa wajjiin (SAW).
1) Yoo Salaata jama'aa saffii 1ffaa keessatti salaatte... Ragaan isaa hadiisa... 👇
• قال رسول الله صلى الله عليه وسلم: «إن الله وملائكته يصلون على الصف الأول»
📙 [صحيح الجامع (1840)]
2) Erga salaata irraa baatee masjida keessa kan turtu yoo taate.... Ragaan isaa👇
• عن أبي هريرة قال: قال رسول الله صلى الله عليه وسلم : «إن الملائكة تصلي على أحدكم ما دام في مجلسه، تقول : اللهمّ اغفر له، اللهم ارحمه، ما لم يحدث»
📙 [صحيح مسلم (٦٤٩)].
3) Yeroo dhibamaa gaafattu... Ragaan isaa hadiisa... 👇
• عن علي بن أبي طالب رضي الله عنه عن النبي صلى الله عليه وسلم قال: «ما من رجل يعود مريضاً ممسياً، إلا خرج معه سبعون ألف ملك يستغفرون له حتى يصبح، وكان له خريف في الجنّة، ومن أتاه مصبحاً خرج معه سبعون ألف ملك، يستغفرون له حتى يمسي، وكان له خريف في الجنة»
📙 [صحيح الجامع (5717)
4) Obboleessa Rabbii keetiiif jecha jaalatte ziyaaraadhaaf yoo imaltu.... Ragaan isaa hadiisa👇
• عَنْ أَبِي هُرَيْرَةَ، عَنِ النَّبِيِّ صَلَّى اللَّهُ عَلَيْهِ وَسَلَّمَ: «أَنَّ رَجُلًا زَارَ أَخًا لَهُ فِي قَرْيَةٍ أُخْرَى، فَأَرْصَدَ اللَّهُ لَهُ عَلَى مَدْرَجَتِهِ مَلَكًا، فَلَمَّا أَتَى عَلَيْهِ قَالَ: أَيْنَ تُرِيدُ ؟ قَالَ: أُرِيدُ أَخًا لِي فِي هَذِهِ الْقَرْيَةِ. قَالَ: هَلْ لَكَ عَلَيْهِ مِنْ نِعْمَةٍ تَرُبُّهَا؟ قَالَ: لَا، غَيْرَ أَنِّي أَحْبَبْتُهُ فِي اللَّهِ عَزَّ وَجَلَّ. قَالَ: فَإِنِّي رَسُولُ اللَّهِ إِلَيْكَ بِأَنَّ اللَّهَ قَدْ أَحَبَّكَ كَمَا أَحْبَبْتَهُ فِيهِ»
📙 [صحيح مسلم (٢٥٦٧)].
5) Obboleessa keetiiif bakka inni si bira hin jirretti du'aa'iidhaan yeroo yaadattu....Ragaan isaa hadiisa....👇
• عن أبي الدرداء عن النبي صلى الله عليه وسلم قال: «دعوة المرء المسلم لأخيه بظهر الغيب مستجابة، عند رأسه ملك، كلما دعا له بخير قال الملك الموكل به: آمين، ولك بمثل.»
📙[صحيح مسلم (٢٧٣٢)].
6) Yeroo keeyrii nama barsiiftu kamuu..... Ragaan isaa... 👇
• روى الترمذي في سننه عن أبي أمامة أن الرسول صلى الله عليه وسلم قال: «إن الله وملائكته وأهل السموات والأرض حتى النملة في جحرها، وحتى الحوت، ليصلون على معلم الناس الخير.»
📙[صحيح الجامع (1838)].
7) Yoo xahaaraa irratti ati rafte... yeroo raftu wuduu'aan yoo rafte. Ragaan isaa hadiisa👇
• عن ابن عمر أن رسول الله صلى الله عليه وسلم قال: «من بات طاهرًا، بات في شعاره ملك، فلا يستيقظ إلا قال الملك: اللهم اغفر لعبدك فلان، فإنه بات طاهرًا.»
📙 [صحيح ابن حبان (1051)].
8) Yeroo Suhuura qabattu... Ragaan isaa hadiisa👇
• عن ابن عمر رضي الله عنهما أن رسول الله صلى الله عليه وسلم قال: «إن الله تعالى وملائكته يصلون على المتسحرين».
📙 [صحيح ابن حبان (٣٤٦٧)، السلسلة الصحيحة (٣٤٠٩)].
✍ Atis keeyrii barsiiftee du'aa'ii isaanii argachuuf share godhi.
https://t.me/AVCMSJ
❤️❤️As_Wr_Wb❤️❤️
💚MAASHA_ALLAAH💚
Yaa obbolessa kiyya qaalii, Wly Bly torbaan keessaa guyyaa lamaan kana dhuftee yoo baratte wanni sirraa irratu tokkolleen waa hin jirtu osoo ati teeysuu ykn raaftuu barachumatti jirra ,siitu hafe malee namni waa hin hafne kaanee wal kakaasuun dirqama Rabbiin nurra kaaye tahuu haa beeknuu
yaa obbolessa kiyya qaalii fi gaarii, yaa obboleettii tiyya qaalii fi gaarii
yeroo harkaa qabanitti fayyadaamuun Aaqilummaadha, Bu'aan Isaa arra namatti hin mul'atu garuu
guyyaa silaa yeroo saniiti fayyadamee jettee gaabbitu ni dhufa
Osoo hin gaabbinee yerotti fayyadami
kanaaf osoo yeroo qabnuu itti haa fayyadamnuu jechuun dhaamsa obbolummaati
Wly Bly dhugaa dubachuuf
warri dhuftanii sagantaa tana irraa qooda fudhattan hedduu nama gammachiiftan
🌺MAASHA_ALLAAH🌺 Jabaadhaa Jabaadhaa wal haa jajjabeeysinuu harka wal qabnee gara fuulduraatti haa ceenuun baana
osuma kuun taa'e nu daawwatuu Ittuma fuufna , Bi'iznillaah fuuldurri Ifaadha🔯
JZKL JABAADHAA Rabbiif jechaan Isin Jaaladha❤️❤️❤️💚💚💚
As wr wb
Bismillaah jalqaabaa duubbii haa ta'uu
Sagantaa kana hordoofaa
Inshaallaha yoo rabbiin jedhee Sagantaa biraattis itti dabaluun kenyaa hin hafuu kanaaf Sagantaa kana hordofaa yaada addaa yoo jiraate kitaaba biraa dabaluu danddeenyaa kanaaf
☪بسم الله الرحمن الرحيم☪🌹🌹🌹
الحمد لله رب العالمين والصلاة والسلام على رسول الله:-
👈يقول الله تعالى:(" وذكر فإن الذكرى تنفع المؤمنين") الذاريات
👉Rabbiin oltahe akkas jedha (" Yaadachiisi yaadachiisuun Mu'miintoota ni fayyaddii") zaariyaat
" Saturday" qaraati guyyaa saftii yeroo hunda egallee waan jirruuf yeeron akka dhuftan anaa dhufuu isiiniin jenna!!!!!.
Gama dhiiraatin Jechuu kooti guyyaa saftii, waliif dhaamaa wal qabadhaa kottaa, karaa keessatin waliif ergaa dhamsaa kiyya!
👉Sagantaa baranoota Guyyaa saftii hin dagatinaa.
Obboleeyyan keenya yaadachiisuun ajaja Rabbii hojiirra ha oolchisuu.
Yoo Xiqqaate Namni Tokko Hiriyaa Isaa Nama 5 fi Isaa ol qabadhaa Koottaa Wajjiin barannee wallaala ballerinas
Insha_ALLAAH Dhaamsa Kana Akka Hojiirra Oolchitan Abdiin Qaba
Boruu ganama
Sa'atii 2:00irratti
Iddoo masgidaa Arategna/ Immamu Ahmed
INSHA_ALLAAH. Boruu ganama Barattoota College biraatis waan dhufaniif jecha, isiinis Barattoota kenyaa siriti akka dhufaanif jechaa ergaa wal biraan gahaa
❤️Guyyaa Gaarii qabaadhaa
Du'aiis Godhaa
🌺Kheyriin Isin Haa Barbaaddu🤲🤲🤲Beekumsa Islaamummaa Argachuuf!
Beekumsi Amantii Islaamaa Nama Hunda Irratti Barachuun Dirqama. Hanga Danda'een Barachuu Qaba. Ajrii Guddaas Itti Argata.
Anas Ibn Malik Irraa Akka Odeeffametti Ergamaan Rabbii ﷺ Akkana Jedhan " Beekumsi Amantii Islaamaa Muslima Hunda Irratti Dirqama. Nama Beekumsa Baratu Wanti Hundi Araarama Isaafa Kadhata. Qurxummiin Bishaan Keessa Jirus Araarama Isaaf Kadhatti" Sahih Al-Jami'i
عن أنسُ بنُ مالكٍ رضِيَ اللهُ عنه: أنَّ رسولَ اللهِ صلَّى اللهُ عليه وسلَّمَ قال: "طلَبُ العِلْمِ فَريضةٌ على كلِّ مُسلِمٍ، وإِنَّ طالبَ العلمِ يستغفِرُ له كلُّ شيءٍ ، حتى الحيتانِ في البحرِ" صحيح الجامع
Beekumsa Barnoota Gosa Garagaraa irraa argattan Telegrama Kanniin Join Godhaa⤵️⤵️
@AVCMSJ
@AVCMSJ
@AVCMSJ
Beekumsa Islaamummaa Argachuuf!
Beekumsi Amantii Islaamaa Nama Hunda Irratti Barachuun Dirqama. Hanga Danda'een Barachuu Qaba. Ajrii Guddaas Itti Argata.
Anas Ibn Malik Irraa Akka Odeeffametti Ergamaan Rabbii ﷺ Akkana Jedhan " Beekumsi Amantii Islaamaa Muslima Hunda Irratti Dirqama. Nama Beekumsa Baratu Wanti Hundi Araarama Isaafa Kadhata. Qurxummiin Bishaan Keessa Jirus Araarama Isaaf Kadhatti" Sahih Al-Jami'i
عن أنسُ بنُ مالكٍ رضِيَ اللهُ عنه: أنَّ رسولَ اللهِ صلَّى اللهُ عليه وسلَّمَ قال: "طلَبُ العِلْمِ فَريضةٌ على كلِّ مُسلِمٍ، وإِنَّ طالبَ العلمِ يستغفِرُ له كلُّ شيءٍ ، حتى الحيتانِ في البحرِ" صحيح الجامع
Beekumsa Barnoota Gosa Garagggtg araa irraa argattan Telegrama Kanniin Join Godhaa⤵️⤵️
#Wantoota Ergamaan rabbi irraa nu dhoowwe
Nabi Muhammad SAW..
1- Haala janaabdaa qabduun nyaachuu irraa, akkana jedhe ammas : inni hiyyummaa dhaala
2- Bitaan nyaachuu irraa ammas irkatanii nyaachuu irraa
3 - Qeensa ilkaaniin ifirraa ciruu/muruu irraa..
4 - Mana fincaanii keysattii fi yaroo fincaanutti jiran haasawuu irraa..
5- Bishaan kheysatti,fi muka firii qabu jalatti fincaanuu irraa..
6- Bishaan jilbiinfatanii dhuguu irraa akka beyladaati akkana jedhe ergamaan rabbi S A W harka keessaniin dhugaa isiin irra caalaa meeshaa keessaniiti..
7- Zahaba/fiddaa Keessatti dhuguu irraa ..
8- Nyaata afuufuu irraa yookaa bootaa sujuudaa afuufuu irraa..
9- Qabrii fi karaa fi bootaa gaalli itti hidhamuu fi ka'abaa gubbatti salaatuu irraa ..
10- Nama hamatuu irraa, nama nama hamatu dhaggeeyfachuurraa..
11- Qaama / owraa obboleessa muslima laaluu irraa akkana jedhe ergamaan rabbi S A W namni owraa obboleessa isaa ka muslima xiinxalee ilaale malaa'ikaa kuma torbaatamatu isa abaara..
12- Dubartiin owraa /qaama saalaa dubartii laaluu irraa..
13- Hayawaana ibiddaan gubuu irraa..
14- Kinniisa ajjeesuu irraa..
15- Fuula nama dhahuu ( rukutuu )irraa ..
16- Balfa ( qoshaashaa )mana keessa bulchuu irraa akkana jedhe ergamaan rabbi S A W mana keessan keessa hin bulchinaa balfa isiin teessuma sheyxaanaatii ..
17- Nama walitti diruurraa, nama nama walitti diru dhaggeeyfachuurraa..
18- Haasawa kijibaa haasawuurraa..
19- Guyyaa jum'aa haasahuu irraa..
20- Yeroo aduun olbaatu salaatuu irraa haga olfuudhamtutti likkii xiyyaa hoggaa isiin dhiitus.
21- Guyyaa jaha soomuu irraa, guyyaa fixrii, guyyaa shakkii , guyyaa gorraasaa , guyyaa ayyaamu attashriiq..
22- Miila tokkotti kophee uffatanii miila tokkoon qullaa deemuurraa..
23- Dubartiin janaazaa hordofuu irraa ..
25- Dubartiin if mimmiidhagsuu irraa jaarsa isiitiif malee..
24- Dubartiin shittoo dibachuurraa..
25- Dubartiin mana isii irraa bahurraa hayyama jaarsa isii malee yoo baate malaa'ikaan samii keessa jirtu hundi ni abaarti wanni isiin bira dabritu hundi haga gara mana isii deebitutti ..
26- Dhala nyaachuurraa, dhala fudhachuurraa..
27- Gubboo nyachuurraa, gubboo nyaachisuurraa..
28- Wallee fi wallisaa dhaggeeyfachuurraa..
29- Suuraa kaasuu irraa akkana jedhe ergamaan rabbi S A W namni suuraa/fakkii kaase guyyaa qiyaamaa rabbiin isa ciinqa ruuhii itti afuufi jedheenii garuu itti afuufuu hin dandahu ...
30- Rabbitti qindeeysuu (sharraksiisuu) irraa
31- Rabbiin malee kakatuu irraa dhoowwe jira
Anaa fi isiniis nama waan dhagayetti fayyadamu RABBI nuhaa taasisu.
Beytaa maaliif dirqama sirratti taha share godhuun !?
sababaan namni ilmii diinii takka beekee isii nama hin barsiisin guyyaa qiyaamaa ni gaafatama
Akka sibiratti dhaabbatu hin taasisin namni keyrii irratti nama qajeelchu akkuma nama dalageeti.
Dubiisii Yoo gesiitee salwataa busii Nabiyyii irratti 💚صلی اللہ علیہ وسلم
...💚Jzk keyran ..🍃
☪بسم الله الرحمن الرحيم☪🌹🌹🌹
الحمد لله رب العالمين والصلاة والسلام على رسول الله:-
👈يقول الله تعالى:(" وذكر فإن الذكرى تنفع المؤمنين") الذاريات
👉Rabbiin oltahe akkas jedha (" Yaadachiisi yaadachiisuun Mu'miintoota ni fayyaddii") zaariyaat
" Sunday" Dubartotaa Maaddaa Haraashii qaraati guyyaa Alhadaa yeroo hunda Boru Irraa Eegaluuf waan jiruuf yeeroon akka dhuftan an haa dhufuu isiin jenna!!!!!.
Karaa keessaatiin waliif ergaa dhamsaa kiyya!
👉Sagantaa baranoota Guyyaa Alhaada hin dagatinaa. Warrii wal dorgoomu haa wal dorgoomuu,
Obboleeyyan keenya yaadachiisuun ajaja Rabbii hojiirra Oolchuudha.
Boruu ganama
Sa'atii 2:00irratti
Iddoo masgidaa Arategna/ Immamu Ahmed
👉🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🤲🤲🤲🤲🌹🌹🌹🌹🌹🌹❤️❤️❤️❤️🌻🌻🌻👍👍👍👍🌻🌻❤️❤️❤️❤️❤️🌻🌻❤️🌻🌻🌻🌻❤️❤️❤️❤️🕌🕌🕌🕌🕌🕌🕌🕌🕌🕌🕌🕌🕌🕌🕌🕌🕌🕌🗣🗣🗣🗣
👍AMANTIIN TEENYA
~ Waliif obsuu!
~ Waliif dhoksuu!
~ Waliif dhiisuu!
~Wal gorsuu!
~ Wal eebbisuu!
~ Wal jabeessuu!
~ Wal kabajuu!
~ Wal qajeelchuu!
~ Wal ijaaruu!
~ Humna waliif ta'uu!
~ Tokkummaan jiraachuu dha.
🖐اسلام عليكم ورحمة الله وبركاته🖐
Akkam Jirtan Jam'aa Barattoota Muslimaa Koolleejjii Awaash Vaalii
Eegaa Akkuma Jenneen Barattonni Dhiiraa Sagantaa Qaraatii Guyyaa Saftii Irraatti Haala Gaariin Warri Dhufe Qara'ee Galee Jira
INSHA_ALLAAH Kana Caalaa Akka Foyya'u Abdii Qabna Guyyaan Numa Dabra Garuu Guyyaa Dabru Kana Keessatti Waan Gaarii Mullistee Dabruu Qabda
Kun Dhaamsa Obbolummaati
Rabbiin Nuuf Haa Laaffisu
Eegaa Barattoonni Shamarranii Guyyaa Boruu Jechuuniis Al_Hadaa
05/04/2015
Ganama Sa'a 2:00 Irratti Qaraatii Qabdu Akka Irraa Hin Hafne
Namni Barreeffama Kana Arge Akka Obboleetti Tee Tan Sitti Dhihaattutti Himtu Jechuu Barbaanna ISHA_ALLAH Barattoota Dhiiraatiin Dorgomaa
Rabbiin Warra Irraa Fayyadamu Nu Haa Taasisu
❤️Halkan Gaarii❤️
Habibi har'a daree deemte moo daree dhiistee dormii keessa ciiftee obboleettii koo ati hoo????
Habibi gorsa kana onnee kee irraa dhaggeeffadhu
Barnoota keetiif itti gaafatamummaa sitti haa dhagahamu. Maatiin kan si ergan taphaaf. Maallaqni, yeroo fi humni ba'aa jira. Kanaaf dhugaadhan baradhu. Kutaa keessatti akka gaariitti hordofi. Dammaqinaan hirmaadhuu. Akka gaariitti qoʼadhu. Hifannaan ofitti hin fudhatin. "hin danda'u" hin jedhin. Namarraa Waraabuu, hirkattummaa jibbi. Tattaaffii keetiin galmaan ga’uuf onnee qabaadhu. Hin shakki! Yoo carraaqxe boru bakka har'a jirtu ni caalta. Sammuu qaroo osoo qabuu laffa'uu dhabuun meeqa keenya akka dadhabaatti ilaalama? Barachuun kee si bira darbu lammiif faayidaa guddaa akka qabu hubadhu.
"Education is a better safeguard of library than a standing army. "
ሀቢቢ ዛሬ ክላስ ገብተሀል ወይስ ክላስ መሄድ ደብሮህ ዶርም ተኝተሀል ፣ እህቴ አንቺስ????
ሀቢቢ ይህን ምክር ከልብህ ስማኝ
በትምህርትህ ላይ ሃላፊነት ይሰማህ። ቤተሰብ የላከህ ለዋዛ አይደለም። ገንዘቡም፣ ጊዜውም፣ ድካሙም ዋጋ አይጣ። ስለዚህ በወጉ ተማር። ክፍል ውስጥ በሚገባ ተከታተል። ንቁ ተሳትፎ ይኑርህ። በሚገባ አጥና ። ስንፍናን አትቀበል። "አልችልምን" አርቅ ። ኩረጃን፣ ጥገኝነትን ተፀየፍ። በጥረትህ የተሻለ ደረጃ ላይ ለመድረስ ወኔ ይኑርህ። አትጠራጠር! ስትጥር ዛሬ ካለህበት የተሻለ ትሆናለህ። ባለ መጣሩ እንደ ሰነፍ የሚታይ፣ እራሱን የማያውቅ ስንት ባለ ብሩህ አእምሮ አለ?! መማርህ ካንተ አልፎ ለወገን የሚተርፍ ዋጋ እንዳለው ተረዳ።
"Education is a better safeguard of liberty than a standing army."

"Education is a better safeguard of liberty than a standing army."ሀቢቢ ዛሬ ክላስ ገብተሀል ወይስ ክላስ መሄድ ደብሮህ ዶርም ተኝተሀል ፣ እህቴ አንቺስ????

Repost from AWASH VALLEY COLLEGE _ Official Channel
''Beeysisa Waamichaa...!!''
Beeysisa Barattoota Haarayaaf:
Barattoonni Bara Barnootaa 2016tti Kollejjii Awaash Vaaliitti Barachuuf galmooytan hundi akkaataa sagantaa armaan gadii kanaan barnoonni waan eegaluuf tartiiba itti aanee jiru kanaan akka of qopheeysitan isin yaadachiifna.
1ffaa. Guyyaa Wixataa/Isniinaa, Muddee 08/2016 hanga guyyaa 10/04/2016tti barattoonni daftanii akka galtanii iddoo jireenyaa keessan mijjeeyfattan.
2ffaa. Guyyaa 11-12/04/2016 kollejjichatti argamuudhaan sagantaa isiniif bahee jiru, akka laallattanii kooppii godhattan
3ffaa. Guyyaa 13/04/2016, Sagantaan guddoon hubannoo/ Orientation/ waan jiruuf hundi keessan akka irratti hirmaattan
4ffaa. Muddee 15/2016 barnoonni ifaan ifatti kan jalqabuu waan taheef hundi keessan meeshaalee barnootaa guuttattanii akkaataa sagantaa keessaniitiin daree barnootaa keessanitti argamtanii barnoota akka jalqabdan cimsinee yaadachiifna.
Kolleejjii keessan, kollejjii Awaash Vaalii..!!
Horaa Bulaa!!
Aselamualeykum werahmetullahi weberekatuhu
ebbifamtoonni Dec,16,2023 hundi baga gammaddan!!
Guyyaa sabti muddle,6 ,2016
Haramaya University Afran_kallo -Hall
Yuuniversiitii Haramaayaa
Galma Afran_Qalloo
Kun milkaa’ina dhumaa kee osoo hin taane, kun, milkaa’inni kee karaa jireenya kee tokko akkasumas maatii fi biyyoota kee akka uumuuf ykn jijjiiruuf dandeettii kee guutuu akka invast gootu si taasisa.
Dandeettiin kee yeroo turtii mooraa keessa jirtu walitti qabde kun akka riqicha dandeettii kee isa qabatamaa jijjiirama qabatamaa wajjin walqabsiisuudha. Egaa amma kana irratti biyyi keenya Itiyoophiyaan rakkoon mudate, amma biyya Aabbaa keenya OROMIYAA gargaaruuf yeroo dhiibbaa guddaa qabdu keessa jirta.
Dhumarratti, eebbiin kee siifi maatii kee qofaaf osoo hin taane, eebbiin kee biyya Aabbaa keetiifis.
Baga gammaddan!!!
JAMA'AA BARATTOTAA MUSLIMAA KOLLEEJJII AWAASH VAALII
@AVCMSJ
@AVCMSJ
@AVCMSJ
ROC
WIIRTUU QORANNOO FI AADAA ISLAAMAA
Giddugala Qorannoo fi Aadaa Islaamaa
Giddugala Qorannoo fi Aadaa Islaamaa
Giddu-galli Qorannoo fi Aadaa Islaamaa dhaabbata miti mootummaa dhalootaan jiraatudha. Manni Maree Waliigalaa Dhimma Islaamummaa Itiyoophiyaa 中中C 1207/2012 中2 中 200/009/15 ПФ) 23/12/2015 yeroon qophii duraa kaayyoo hundeeffamee fi socho'aa jiru galmaan gahuu danda'u xumuree jira. Giddu-galli Deh giddu-gala qorannoo gosa isaa POMEDIRIA dhimma POW-Islam waliin hundeeffamee fi hojii qorannoo barsiisa Islaamaa irratti hundaa’uun hojjetame irratti hundaa’uun giddu-galli kun ummata Muslimaa fi kutaalee hawaasaa fayyadamoo ta’uu danda’an tajaajiluuf hundeeffame bu’aa hojii irraa argame. Kana hojiirra oolchuuf damee adda addaatiin socho'a.
Islaamummaan qajeelfama guutuu jireenyaa fi gahee inni gama jireenyaa hundaan qabu ta’uu isaa ibsuuf kan hojjetu yoo ta’u, bu’aan qorannoo fi qo’annoo barsiisa Islaamaa irraa argame rakkoon Musliimootaa fi hawaasa bal’aa akkamitti furmaata argachuu akka danda’u agarsiisuuf gumaacha ni qabaata . Kana malees, wiirtuu seenaa Muslimoota Itiyoophiyaa qorachuu fi galmeessuu fi eenyummaa adda addaa gidduutti tumsaa fi tumsa akka qabaatuuf hojjatudha. Biqiltuu dha
Qurxummii giddu galeessaa
Giddugalli qorannoo fi aadaa Islaamaa muummee sagal hundeesse
Duudhaalee hawaasummaa, dinagdee, aadaa fi xiinsammuu hawaasa Islaamaa fi Musliimaa ilaallataniifi guddina biyyattiif gumaachan irratti qorannoo gaggeessuu.
2 Bu’aa qorannoo fi misoomaa simpooziyeemii, konfiraansii, seminaara keessatti karaa miidiyaalee adda addaa fi filannoo maxxansaa dhiyeessuu;
Aadaa seenaa fi gatiin hawaasa Muslimaa itti calaqqisu
Seenaa hawaasa Muslimaa: Namoota mallattoo gatii fi safuu dhiisaniif sagantaa beekamtii fi badhaasa biyyoolessaa qopheessuu.
5 Hojii qorannoo fi qorannoo irratti hundaa’uun tajaajila ijaarsa dandeettii fi leenjii kennuu;
5 Tajaajila qorannoo irratti hundaa’e hayyoota amantii fi barsiisonni hawaasa Musliimaatiif kennan
Ergaa Guddaa Islaamaa (Mqasid al-Sharia), CU(x( )221744 41) 6כר (Alkoun Wol Hayat) fi walumaa galatti waltajjiiwwan hayyootaa fi leenjii aantummaa Islaamaa qopheessuu.
3 nagaa biyyaa, ijaarsa dimokiraasii fi misooma itti fufiinsa qabu keessatti
Amantii fi aadaa adda addaa gidduutti walitti dhiyeenya, tokkummaa fi tumsa uumuuf hojjechuu;
Obboleewwan barnoota baratteen diinii kanaaf maal gumaachitetta?
Akkamu yoo ta’e Deebiin keenya kanaaf gara fulduraattii maal gumaachuufii yaadde!!
Kanaaf jam'aan keenya kana ilaalchisuun sagantaa adda ta'e barattoota keenyaaf akka ta'uttii sagantaa qaraatii Quraana fi kitaaba garaa garaa akka barattaan masjiidaa Ollaa kessaanitii akkaa barachuu dandeessaaan qopheessuun keenya nii yaadatamaa Barattootnii qara'uu jalqabee jiruus ni jiruu garuu kan hangaa ammaatti hin jalqabiin hoo maal egaa jirtuu kheeyriin ni ulffaata
Akkuma barnoota akkadamii qu'aataan malee qabxii gaarii fiduun hin danda'amu kana namni hundii itti ni ammana haa ta'uu malee ossoo akkas ta'uu beekuu kan hin qu'aanes ni jiraa garuu kan akkasii San yeroo qormaata hatuu qofaa furmaanni isaa
Ati kana laameen kessaa kamii ?
Kanaaf Diiniif hoo hojjachuuf maal qoppooftan diiniif hojjachuuf qopha'uun qaraatii Quraana fi kitaaba barbaada kanaaf maal irraa jirtaa of laali essaa akkaa jirtuu
Yoo xiqqaatee Daqiiqaa 30 qaraatiif yoo kenniitaan ni milkooftaan inshaallaha
Diin islaamaatti jabbaadha diin issiin qabaa
اسلام عليكم ورحمة الله وبركاته
Assalaamu Aleeykum Warahmatullahi Wabarakaatuhu
Habiibii, barumsa baratten amantii keetif maal gumaachite?
Ukhtii, ati hoo maal gumaachite?
Homaa. jechuu yoo ta'e deebiin keenya gara fuulduraatti hoo maal gumaachuuf yaanne!!
وعلیکُم سلام ورهمتُلَّاهِ وبرکاتُه
Ee Dhugaa Keeti Abshir Waan Dandeenyuun Qabeenyarraa
Yaadaan
Maallaqaan
Waan Jam'aan Keenya Nurraa Barbaadu Hundaan INSHA_ALLAAH Cinaa Jirra!