AVC - MUSLIM STUDENTS JEMA'A Official
Open in Telegram
AMANTII IFII BEEKHUN QAROOMINA بلغو عني ولو كان ءايه Nuti barattoonni jama'aa Barattoota Muslimaa KAV caayaa islaamummaa jalatti wal geenyee milkii guyyaa boruu Aakhiraa fi addunyaaf imalla. Inshallah!!
Show more999
Subscribers
No data24 hours
-77 days
-2630 days
Posts Archive
Jalaa bultii eebbaa jama'aa baratoota muslima kolleejjii Awaash vaalii bara 2017
Boruu
Barattoota kenyaa akkam jirtan kan bahaa, kan dhihaa, kan kibbaa kan Kaabaa, lafa jirtan maratti salaamtaan kiyyaa kan onneerraa maddee Yaadaan farda yaabbate Dirre jaalalaa keessaa gulufaa baakka Jirtan maratti isin haa dhaqqabu isiniin jechaa
Akkuma beekkamu 𝑮𝒖𝒚𝒚𝒂𝒂 𝒃𝒐𝒓𝒖𝒖 𝒋𝒆𝒄𝒉𝒖𝒖𝒏 𝒔𝒂𝒃𝒕𝒊𝒊𝒅𝒉𝒂 𝒚𝒌𝒏 𝒔𝒂𝒎𝒃𝒂𝒕𝒂 𝒙𝒊𝒒𝒒𝒂𝒂 𝒂𝒌𝒌𝒖𝒎𝒂 𝒂𝒔𝒊𝒊𝒏 𝒅𝒖𝒓𝒂𝒂 𝒅𝒉𝒂𝒈𝒂𝒚𝒂𝒂 𝒋𝒊𝒓𝒕𝒂𝒏 𝒈𝒂𝒎𝒕𝒂𝒂𝒏 𝒎𝒖𝒔𝒍𝒊𝒎𝒂 𝒄𝒐𝒍𝒍𝒆𝒈𝒆 𝒂𝒘𝒂𝒔𝒉 𝒗𝒂𝒍𝒍𝒆𝒚 𝒈𝒖𝒚𝒚𝒂𝒂 𝒃𝒐𝒓𝒖𝒖 𝒖𝒍𝒂𝒎𝒂𝒂'𝒐𝒐𝒕𝒂 𝒌𝒆𝒆𝒏𝒚𝒂 𝒌𝒂𝒏 𝒊𝒅𝒅𝒐𝒐 𝒈𝒂𝒓𝒂𝒈𝒂𝒓𝒂𝒂 𝒋𝒊𝒓𝒂𝒂 𝒂𝒌𝒌𝒂 𝒊𝒔𝒂𝒂𝒏 𝒃𝒂𝒓𝒂𝒕𝒕𝒐𝒐𝒕𝒂 𝒌𝒆𝒆𝒏𝒚𝒂 𝒌𝒂𝒏 𝒂𝒎𝒎𝒂 𝒆𝒚𝒃𝒊𝒇𝒂𝒎𝒖𝒖𝒇 𝒒𝒐𝒑𝒉𝒊𝒊𝒓𝒓𝒂 𝒋𝒊𝒓𝒂𝒏 𝒌𝒂𝒏𝒂 𝒏𝒖 𝒆𝒆𝒚𝒃𝒊𝒔𝒂𝒏𝒊𝒊𝒇 𝐮𝐥𝐚𝐦𝐚𝐚'𝐨𝐨𝐭𝐚 𝒏𝒖𝒖𝒇 𝒂𝒇𝒆𝒆𝒓𝒂𝒏𝒊𝒊 𝒋𝒊𝒓𝒂𝒏 𝒘𝒂𝒂𝒏 𝒕𝒂𝒂𝒕𝒆𝒆𝒇 𝒉𝒖𝒏𝒅𝒊 𝒌𝒆𝒆𝒔𝒔𝒂𝒏 𝒆𝒚𝒃𝒂 𝒕𝒂𝒏𝒂𝒓𝒓𝒂𝒕𝒕𝒊 𝒂𝒌𝒌𝒂 𝒉𝒊𝒓𝒎𝒂𝒂𝒕𝒕𝒂𝒏 𝒊𝒔𝒊𝒏 𝒃𝒆𝒚𝒔𝒊𝒇𝒏𝒂
𝑮𝒖𝒚𝒚𝒂𝒂 𝒃𝒐𝒓𝒖𝒖 𝒔𝒂'𝒂𝒂 2;00 𝒊𝒓𝒓𝒂𝒕𝒕𝒊 𝒔𝒂𝒈𝒂𝒏𝒕𝒂𝒂𝒏 𝒏𝒊 𝒋𝒂𝒍𝒒𝒂𝒃𝒂 𝒘𝒂𝒂𝒏 𝒕𝒂'𝒆𝒆𝒇 𝒉𝒖𝒏𝒅𝒊 𝒌𝒆𝒆𝒔𝒔𝒂𝒏 𝒂𝒌𝒌𝒂 𝒅𝒉𝒖𝒇𝒕𝒕𝒂𝒏𝒊𝒊 𝒈𝒂𝒎𝒎𝒂𝒄𝒉𝒖𝒖 𝒒𝒐𝒐𝒅𝒅𝒂𝒕𝒕𝒂𝒏 𝒈𝒂𝒎𝒂𝒏𝒖𝒎𝒂𝒂𝒏 𝒊𝒔𝒊𝒏 𝐡𝐮𝐛𝐚𝐜𝐡𝐢𝐢𝐟𝐧𝐚
𝐈𝐝𝐝𝐨𝐨𝐧 𝐞𝐞𝐬𝐬𝐚 𝐣𝐞𝐜𝐡𝐮𝐮𝐧 𝐤𝐞𝐞𝐬𝐬𝐚𝐧 𝐡𝐢𝐧 𝐨𝐨𝐥𝐮?
𝒊𝒅𝒅𝒐𝒐𝒏 𝒎𝒂𝒏𝒂 𝒃𝒂𝒓𝒖𝒎𝒔𝒂𝒂 𝒔𝒂𝒅𝒂𝒓𝒌𝒂𝒂 𝒍𝒂𝒎𝒎𝒂𝒇𝒇𝒂 𝒋𝒖𝒊𝒏𝒆𝒓
𝒘𝒂𝒂𝒏 𝒕𝒂'𝒆𝒆𝒇 𝒉𝒖𝒏𝒅𝒊 𝒌𝒆𝒆𝒔𝒔𝒂𝒂𝒏 𝒅𝒉𝒖𝒇𝒕𝒂𝒏𝒊𝒊 𝒅𝒖𝒘𝒂𝒂'𝒊𝒊𝒍𝒆𝒆 𝒖𝒍𝒂𝒎𝒂𝒂'𝒐𝒐𝒕𝒕𝒊𝒏 𝒕𝒆𝒆𝒏𝒚𝒂 𝒏𝒖𝒖𝒇 𝒈𝒐𝒐𝒕𝒖 𝒂𝒌𝒌𝒂 𝒇𝒖𝒅𝒉𝒂𝒕𝒕𝒂𝒏𝒊 𝒇𝒊𝒊 𝒂𝒌𝒌𝒂 𝒈𝒂𝒎𝒎𝒂𝒄𝒉𝒖𝒖 𝒒𝒐𝒐𝒅𝒅𝒂𝒕𝒕𝒂𝒏 𝒊𝒔𝒊𝒏𝒊𝒊𝒏 𝒋𝒆𝒏𝒏𝒂𝒂
𝒔𝒉𝒂𝒂 𝒔𝒉𝒂𝒎𝒃𝒂𝒂 𝒋𝒂𝒕𝒕𝒂𝒏𝒊𝒊 𝒂𝒌𝒌𝒂 𝒅𝒉𝒖𝒇𝒕𝒕𝒂𝒏 𝒂𝒃𝒅𝒊𝒊𝒏 𝒒𝒂𝒃𝒂
𝐁𝐚𝐠𝐚 𝐆𝐚𝐦𝐦𝐚𝐝𝐝𝐚𝐧 🎊🎉
𝐂𝐨𝐧𝐠𝐫𝐚𝐭𝐮𝐥𝐚𝐭𝐢𝐨𝐧𝐬🎊🎉
السلام عليكم ورحمة الله وبركاته🥐🥐🎓🎓🎓🎓🎓🎓🎓🎓🎓🎓🎓🎓🎓🎓🎓🎓🎓🎓🎓🎓💪💪✍🫂🗣🗣🗣🗣
Kabajamtoota fi jalaatamaatota,miseensotaa Jama'aa Barattoota Muslimaa Koollejjii Awaash Vaalii tataan hundumaan keessaanu,akkasumas Kolleejjii fi Hawwaasa muslimaa Magalaa Harar Hundaaf " Wamiichaa obbolummaa Islaamaa obboleeyyan keenya kan Jama'aa Barattoota Muslimaa Koollejjii Awaash Vaalii irraatii Afeeraamatani jirtuu " woow woow woow woow woow Anaa Dhufuu isiin jennaa " halaa duree Barachiisuu hunda Xumree jira maree dhufaatii Kessaan Egaa Jiraa isiin Jennaa woow Woow Maraabbaan Maraabbaan Bikkaa yaa ikawaan musliminaa.
Baga Rabbiin iffaaji waggaa dheertuu boodaa ittin isiin gahee, isiin Jennaa.
Baga Gammaadaa
Congratulations 🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹☝️🥀👔👔👔👔👔👔👔🌻🌼🌻🌼🌻🎗🎓🎓🎓🎓🎓🎓🎓🎓🎓🎓🎓🎓🎓🎓🎓🎓🎓🎓🎓🎓🎓🎓🎓🎓🎓🎓🎓🎓🌲🌳🌲🌳🌳🌲🌲🌳🌳🌲🪷🌙🌾💐🌻🌹❤️❤️❤️👔👔👔👔👔👔👔👔👔👔🥐🧇🥞🧇🧇🧇🧇🧇🥞🌭🍔🧆🥙🌮🥗🥘🏅🏅🏅🏅🏅🏅🏅🏅🏅🏆🏆🏆🏆🏆🏆🏆🏆🏆🏆🏆🏆🏆🏆🏆🏆🏆🏆🏆🏆
🎓🎓🎓🎓🎓🎓🎓🎓🎓🎓🧇🥞🧇🥞🧇🥞🧇
مرحبا بكم في آنا قادمةإخواني وأخواتي المسلمين، طلابنا الأعزاء، الأهم أن الله أعطانا هذا الدين بمشيئته وأعطانا أخوة الإسلام أو الوصول مرحبا بكم.
"Well go"
Guyyaa :30/2/2017. sabtii fulaa kenyaa duraa.
Inshaallaha Rabbiin Nagayaan ittin nuu haa gahuu jennaa, Sagantaa kana irratti seenaan Jama'aa fi walaloon garaagaraa kan irratti dhihaatuudha, yoom kanaa qofa.
1. Nashiidaa.
2. Walaloo.
3. Qophii Bashannansisa fi Buhaarsitu.
4. Gorsaa ulamoota gugur-doo gargaara.
5. Kenaa addaa addaa .
Akkasumas daa'iiwwan gurguddoon magaalaa keenyaa irratti argamuun gorsa kan itti keenna Keessummoonni Affeeramani Urjii biyya fi dhalootaa Maraabbaan Bikkaa yaa Urjii biyya.
Woowoo woowoo woowoo.
Ulamoota kenyaa Kan affeeraman .
1. sheka shekkotaa sheka Jamal Abdulaahii Hasan.
2-Shek Mohammed Arrole Barasisaa keesaafi alaa. Abbaa Ustaazoota fi Hufazotaa.
3.shek Tajuu Ahmad. Abbaa hiyyeessa fi Tokkummaa.
4.Shek Mahammed Amiin duraa ta'aa Majilisaa Aanaa Hakiim
5. Ustaaz Riyaad Abdallaah. [kombolchaa irraa
6. ustaaz Hakim Hassen [diree Dawa irraa ]
.HOGGANTOOTA KOOLLEEJJII AWAASH VAALII KESSAA MURAASA ISAANI
1. Musteefa Mohammed general Manager
2. Yusuf Abebe A/V/dean
3. Nesradiin Yaqub AVC Finance
4.Mohammed Reshiid A/v/dean of Hundene campus
Akkasumas Ustaazonni Affeeramani jiruu.
woowoo woowoo kan dhufee argee Asalamaa achii millaatu Ajaa'iba duubiiin basuumaa, sheka Mahammad Aroole kofalaafi bashaaasha duraanu nii beeytaa maliin siitti himaa ajaa'ibaa dubbiin giizumaa himttuu adumaa Eee taana ga'aa Mashaallahaa "ati laallan namaati toolu faan ogaa dhufaate daraan Mashaallahaa Mashaallahaa Mashaallahaa.
Yaa babbaareedoo ilmaan hayyaa, faaya jiruu islaamiin Rabbiitu sii badheese Gammaadii. Allaahmaduullaah Rabbiil Aalamiin. Kottu waliin bareen kottu waliin baareen yaa obboleynaa muslimaa Nuttii isiin jalaan Rabbiif jecha wallif nuu haa dhisuu Rabbii guddaan Allaahmaduullaah Rabbiil Aalamiin qabaane karaa Islaamaana Hadiisa fi qur'aanaa, Munashiidaa Ahmed Musaa Mumee woowoo woowoo.
Dhufaa jiraa nuu egaa obboleewwan Islaamaa.
Baga Rabbiin iffaajii waggaa dheertuu boodaa ittin isiin gahee,
Baga Gammaadaan
Baga Gammaadaan
Congratulations 🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹☝️🥀👔👔👔👔👔👔👔🌻🌼🌻🌼🌻⭐️🌟🌟🎗
Gammaachuun teesan, Gammachuu Teenya.
Gammachuu obboleeyan kenyaa
Waliin haa Qoodanuu.
@AVCMSJ

BEEKSISA!!!.
Jama'aa Barattoota Muslimaa koollejjii Awaash vaalii hundaaf.
Aselamu aleykum warehmatullah waberkathu
🎓CONGRATULATIONS TO ALL OUR JAMAA STUDENTS GC PROGRAM IS COMING!!!!!
🎓🎓🎓🎓🎓🎓🎓🎓🎓🎓🎓🎓🎓🎓🎓🎓🎓🎓🎓🎓🎓🎓🎓🎓🎓🎓🎓🎓🎓🎓.
Hundii kessaan kan miseensota AVC Muslimaa Jama'aa
Taatan akkasumas ustaazoota Amiiroota channel fi Group kana Jalaa jirtaan Bakkuma Jirtanitti Salamtaan kiyyaa kan onnee irraa maddiitee qilleensaa jaalala yaabbate baakka Jirtanitti issiin haa dhaqabuu jechaa mee Namni Salamtaa warraa Jannataa kan naa Jalaa deebisuu
Alhamdullilah sumaa allaahmaduullaah, Baga Rabbiin Nagayaa Garaa Iffaajjii teessan taan waggaa dheertuuti fulaa achii isiin deebisee jechaa Rabbiin Nagayaa ittiin nuu haa gahuu isiin jedhaa, Akkumaa Beekkamu Jama'aan keenya Waggaati Sagantaalee Gurguddoo Al_lamaa Adeemsisaa Turun isaa Nii yaadatamaa .
✓Kanaaf jama'aan waggoota baayyeedhaaf kan nu waliin tajajila turan Barattoota Muslimaa Jama'aa keenyaatiif sagantaa well go/Farwell Kanaaf, Jamaaan keenya, ji'aa 12ffaa keessa. Sagantaa kana irratti
✓waraqaa Ragaa kenuufi.
✓Badhaasoota addaa addaa qopheesufi.
✓Namoota Hirmaannaa cimmaa fi kitaabotii addaa addaa Baraattanis Badhaasa, dhuunfaanis Ta'ee akka waliigalaatti kan qopheesu ta'a. inshaallaha
Kanaaf asuma irraa egale qophii keenya haa egaluun dhamsaa kiyyaa, inshaallaha, Bifa midhagaa fi Hawwatan, Bashannansisa, Kanaaf Guyyootaa Hafaan kanana keessatti qophii Ajaa'iba godhuu qabnaa Congratulations
Oduu gammachiisaa!!!
Baga Gammaadaa
Congratulations 🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹☝️🥀👔👔👔👔👔👔👔🌻🌼🌻🌼🌻🎗🎓🎓🎓🎓🎓🎓🎓🎓🎓🎓🎓🎓🎓🎓🎓🎓🎓🎓🎓🎓🎓🎓🎓🎓🎓🎓🎓🎓🌲🌳🌲🌳🌳🌲🌲🌳🌳🌲🪷🌙🌾💐🌻🌹❤️❤️❤️👔👔👔👔👔👔👔👔👔👔🥐🧇🥞🧇🧇🧇🧇🧇🥞🌭🍔🧆🥙🌮🥗🥘🏅.
Allaahmaduullaah Rabbiil Aalamiin!!!.
Barattoota Jama'aa Muslimaa Koollejjii Awaash vaalii hundaaf.
Aselamu aleykum warehmatullah waberkathu
🎓CONGRATULATIONS TO ALL OUR JAMAA STUDENTS GC PROGRAM IS COMING!!!!!
🎓🎓🎓🎓🎓🎓🎓🎓🎓🎓🎓🎓🎓🎓🎓🎓🎓🎓🎓🎓🎓🎓🎓🎓🎓🎓🎓🎓🎓🎓.
Hundii kessaan kan miseensota AVC Muslimaa Jama'aa
Taatan akkasumas ustaazoota Amiiroota channel fi Group kana Jalaa jirtaan Bakkuma Jirtanitti Salamtaan kiyyaa kan onnee irraa maddiitee qilleensaa jaalala yaabbate baakka Jirtanitti issiin haa dhaqabuu jechaa mee Namni Salamtaa warraa Jannataa kan naa Jalaa deebisuu
Alhamdullilah sumaa allaahmaduullaah, Baga Rabbiin Nagayaa Iffaajjii waggaa dheertuu boodaa Bu'aa keessaani argiitaan Baga Gammaadaan Baga Gammaadaan Congratulations "
jechaa Rabbiin Nagayaa ittiin nuu haa gahuu isiin jedhaa, Saftii Taana
inshaallaha "
Barattoota Muslimaa Yunivarsiitii fi Kolleejjiilee Magaalaa Harar Maraaf: Akkasumas
Hawaasa muslimaa maraaf: akkuma beekkamu
AWASH VALLEY COLLEGE MUSLIM STUDENTSJEMEA
Bara baraan kan qophaa'u fi hawwii guddaan kan eegamu sagantaan " Geessa Barattoota "
inshaallaha, Guyyaa MURAASA qofatu nuuf hafee waan ta’eef wal yaadachisa,
يقول الله تعالى:(" وذكر فإن الذكرى تنفع المؤمنين") الذاريات
👉Rabbiin oltahe akkas jedha (" Yaadachiisi yaadachiisuun Mu'miintoota ni fayyaddii") zaariyaat.
akkasumas Eebbifamantooni keenya Yeroon wan isiin irraa egaamu hundaa akka qopheeffatanii Dhamsaa kiyyaa, inshaallaha gammaa keenya dursiine isiin bekkisaa turuun keenyaa nii yaadatamaa, wan gamaa keenyaan egaamu inshaallaha Guyyaa Roobi Guyyaa Dhumaati waan ta'eef yeroon akkaa itti yaadan akkasumas Guyyaa saftii san bifa Midhaagaa fi hawwaataan akka argaamatan asuma isiin bekkisaa, Matti keessaanis qbaatani akka dhuftaan jechuun barabaada.
wal kakaasaa ergaa wal biraan gahaa.
FARE WELL kan Bara 2016 Obboleewwan keenya Eebbifaman itti gaggeessinu kunoo gahee jira
Dhamsaa Wal Biraan gahaa isiinii jenna.
Eebbifamtoota keenya Baga nagayaan Guyyaa Eebbaa Geessan "WELL Go "CONGRATULATIONS "
👉Sanbata xiqqaa[ONKOLOLEESSA) 30/02/2017] AVC Muslim Jama'aa sagantaa (Muhaadara) Guddoon Ulamaa'ootaa fi keeysummoonni kabajaa,fi maatiin Eebbifamtoota FI hawaasni bal'aan iddoo argamanitti Eebbisiisuuf qophii isaa xumuree isin afeeraa !!!. sa'atii 2:00:7:00 local time.
Iddoon: Galmaa Juniorii Manaa Baranoota sadarkaa lamaf magalaa Harar. Mee isaa jaate hin Rakkaatin siifan himaa, Saajjgaraajja gad Rowad Hotel cinnaa karaa achii goruu achii seentu. ↪️↗️.
Sa'aa; 2:00irratti https://t.me/AVCMSJ
Repost from N/a
Issiin egaa jiraa sagantaan bareedduun kuun isiin egaa jiraa