en
Feedback
AVC - MUSLIM STUDENTS JEMA'A Official

AVC - MUSLIM STUDENTS JEMA'A Official

Open in Telegram

AMANTII IFII BEEKHUN QAROOMINA بلغو عني ولو كان ءايه Nuti barattoonni jama'aa Barattoota Muslimaa KAV caayaa islaamummaa jalatti wal geenyee milkii guyyaa boruu Aakhiraa fi addunyaaf imalla. Inshallah!!

Show more
999
Subscribers
No data24 hours
-77 days
-2630 days
Posts Archive
2⃣Yoo si Yaame Affeerraa Isaa fudhadhaa 3⃣Gorsa Yoo si Gaafate Gorsa Dhugaa Kenniif 4⃣Yoo Haxxifatee fi Rabbiin Galatoomfate Yarhamukallah Jedhaanii 5⃣Yoo Dhukkubsate Gaafadhaa 6⃣Yoo Du'es Awwaala Isaa irratti Argamaa Muslimirra gabafame Bakka;Masigiidaa Mishiin yookiin masaajidaa sheka Mahammad Aroole. Masigiiduu Rahmanni. Sa'aa; 2:00irratti. Hundii kessaanu Affeeramtanii jirtu.

السلام عليكم ورحمة الله وبركاته🥐🥐🎓🎓🎓🎓🎓🎓🎓🎓🎓🎓🎓🎓🎓🎓🎓🎓🎓🎓🎓🎓💪💪✍🫂🗣🗣🗣🗣 Kabajamtoota fi jalaatamaatota,miseensootaa AVCMSJ FI MUSLIMAA STUDENTS JAMA'AA tataan hundumaan keessaanu,akkasumas Kolleejjii fi Hawwaasa muslimaa Magalaa Harar  Hundaaf " Wamiichaa obbolummaa Islaamaa obboleeyyan keenya kan AFRAAN QALLO Koollajjii Jama'aa Barattoota Muslimaa irraatii Afeeraamatani jirtuu " woow woow woow woow woow Anaa Dhufuu isiin jennaa " halaa duree Barachiisuu hunda Xumree jira maree dhufaatii Kessaan Egaa Jiraa isiin Jennaa woow Woow Maraabbaan Maraabbaan Bikkaa yaa ikawaan musliminaa. Baga Rabbiin iffaaji waggaa dheertuu boodaa ittin isiin gahee, isiin Jennaa. Baga Gammaadaa Congratulations 🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹☝️🥀👔👔👔👔👔👔👔🌻🌼🌻🌼🌻🎗🎓🎓🎓🎓🎓🎓🎓🎓🎓🎓🎓🎓🎓🎓🎓🎓🎓🎓🎓🎓🎓🎓🎓🎓🎓🎓🎓🎓🌲🌳🌲🌳🌳🌲🌲🌳🌳🌲🪷🌙🌾💐🌻🌹❤️❤️❤️👔👔👔👔👔👔👔👔👔👔🥐🧇🥞🧇🧇🧇🧇🧇🥞🌭🍔🧆🥙🌮🥗🥘🏅🏅🏅🏅🏅🏅🏅🏅🏅🏆🏆🏆🏆🏆🏆🏆🏆🏆🏆🏆🏆🏆🏆🏆🏆🏆🏆🏆🏆 🎓🎓🎓🎓🎓🎓🎓🎓🎓🎓🧇🥞🧇🥞🧇🥞🧇 مرحبا بكم في  آنا قادمةإخواني وأخواتي المسلمين، طلابنا الأعزاء، الأهم أن الله أعطانا هذا الدين بمشيئته وأعطانا أخوة الإسلام أو الوصول مرحبا بكم. "Well go" Guyyaa :23/1/2017. Kamisaa fulaa kenyaa duraa. Inshaallaha Rabbiin Nagayaan ittin nuu haa gahuu jennaa,  Sagantaa kana irratti seenaan Jama'aa fi walaloon garaagaraa kan irratti dhihaatuudha, yoom kanaa qofa. 1. Nashiidaa. 2. Walaloo. 3. Qophii Bashannansisa fi Buhaarsitu. 4. Gorsaa ulamoota gurgurdoo garagaara. 5. Kenaa addaa addaa . Akkasumas daa'iiwwan gurguddoon magaalaa keenyaa irratti argamuun gorsa kan itti keenna Keessummoonni Affeeramani Urjii biyya fi dhalootaa Maraabbaan Bikkaa yaa Urjii biyya. Woowoo woowoo woowoo. Ulamoota kenyaa Kan affeeraman . 1. sheka shekkotaa sheka Jamal Abdulaahii Hasan. 2-Shek Mohammed Arrole  Barasisaa keesaafi alaa. Abbaa Ustaazoota fi Hufazotaa. 3.shek Tajuu Ahmad. Abbaa hiyyeessa fi Tokkummaa. 4.Shek Mahammed Amiin  duraa ta'aa Majilisaa Aanaa Hakiim 5. Ustaaz Riyaad Abdallaah. 6. Ustaaz Abdurahaman directory madarsa Bilala. 7. Ustaaz ibrahim Abdallaah yookiin Kantiibaa jechuun beekama. 8. Munashiidaa Naadiri Sheka Anaas. 9. Munashiidaa Mashaallahaa yookiin Abbaa Gammachiis. Akkasumas Ustaazonni Affeeramani jiruu.   woowoo woowoo kan dhufee argee Asalamaa achii  millaatu Ajaa'iba duubiiin basuumaa, sheka Mahammad Aroole kofalaafi bashaaasha duraanu nii beeytaa maliin siitti himaa ajaa'ibaa dubbiin giizumaa himttuu adumaa Eee taana ga'aa Mashaallahaa "ati laallan namaati toolu faan ogaa dhufaate daraan Mashaallahaa Mashaallahaa Mashaallahaa. Yaa babbaareedoo ilmaan hayyaa, faaya jiruu islaamiin Rabbiitu sii badheese Gammaadii. Allaahmaduullaah Rabbiil Aalamiin. Kottu waliin bareen kottu waliin baareen yaa obboleynaa muslimaa Nuttii isiin jalaan Rabbiif jecha wallif nuu haa dhisuu Rabbii guddaan Allaahmaduullaah Rabbiil Aalamiin qabaane karaa Islaamaana Hadiisa fi qur'aanaa,  Munashiidaa Ahmed Musaa Mumee woowoo woowoo. Dhufaa jiraa nuu egaa obboleewwan Islaamaa. Baga Rabbiin iffaajii waggaa dheertuu boodaa ittin isiin gahee, Baga Gammaadaan Baga Gammaadaan Congratulations 🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹☝️🥀👔👔👔👔👔👔👔🌻🌼🌻🌼🌻⭐️🌟🌟🎗 Gammaachuun teesan, Gammachuu Teenya. Gammachuu obboleeyan kenyaa Waliin haa  Qoodanuu. 🍀🍀Haqa muslimni tokko muslimarra qabu🍀🍀 1452- عَنْ أَبِي هُرَيْرَةَ ، قَالَ رَسُولُ اللَّهِ ﷺ: حَقُّ الْمُسْلِمِ عَلَى الْمُسْلِمِ سِتٌّ: إِذَا لَقِيتَهُ فَسَلِّمْ عَلَيْهِ، وإِذَا دَعَاكَ فَأَجِبْهُ، وإِذَا اسْتَنْصَحَكَ فَانْصَحْهُ، وإِذَا عَطَسَ فَحَمِدَ اللَّهَ فَسَمِّتْهُ، وإِذَا مَرِضَ فَعُدْهُ، وإِذَا مَاتَ فَاتْبَعْهُ. رَوَاهُ مُسْلِمٌ. ➡️Ergamaan Rabbii SAW Akkana Jedhaniiru Haqni Muslimni tokko Muslima Biraa irraa Qabu 6 jedhan Yaa Ergamaa Rabbii Maaliidha Jedhaniin ? 1⃣Isaanis akkana Jedhaniin Yoo Argitan Salaamtaa Jedhaanii

"Yeroon seyfii dha yoo hin murre si mura" "Ati ida'ama yeroo malee kan biraa miti"⑧ hiryoota kee irratti. Hiryaa ke kan fayyaddu yookin kan si fayyadu tahu qaba. Kana kan hin taane bu'aa siif hin qabu ittuu si balleessa. Duniyaatti milkayina irraa si hambisa Darbee aakira ille sitti dukkaneessa. Ha tahuti ati hiryaa akkamiiti? Garii moo kan balleesse badu. Har'a irraa eegali hiryaa kee waliin taahi maryadhu. Hiryummaan keessan kan itti fayyadamtanu male ka itti miidhamtanu akka hin taane sirritti irratti maryadha. "Namni amantii hiryaa isaa irratti tahaa dha kanaafu tokkon keessan eenyu waliin akka hiryaa taahe haa ilaalu." ⑨ Amala gaari gonfadhu. Suuta jedhi garuu duubatti hin hafin. Afaan keeti wanti hamaan hin bahin. Fuulli kee yeroo hunda seeqan ha uwwifamu. Namaan kan walii galu tahi namaaf salphaa tahi. Bakka geesse hundatti nagaa labsi. Nutti dhufee osoo hin taane nuuf dhufe kan jedhamtu tahi. Wal hin didin wal hin nyaatin. Haamii fi kijiba xalatomfadhu "Ummata jechuun amala jechuudha. Amala kan hin qabne ummatatti hin lakkayamu." (10) Jireenya barumsa kee keessatti bashannana kee waan faayidaa qabu taasifadhu. Kitaabota dubbisi. Yoo dandeesse akka gargaarsa jalqabaa (first aid)  tokando, hojii harkaa, biqiltu dhaabu yokiin akka itti dhaabanu baradhu fi kkf wantoota bu'aa qaban baradhu barsiisi. Gurmaayi naanno kee qulqulleessi. "Mataa kee lammii gahaa lammii dhaaf bu'a buusu tahi" (11) Walitti dhufeenya seeraan alaa saala faallaa irra fagaadhu. Seeraan kan itti geessu akka malee itti gahuuf jettee jireenya kee balleessin. Jireenya nama biraas hin balleessin. Kaayyoo kee irra hin gufatin. Fakkeenya badaas hin tahin "Walitti dhufeenyi badaan sammuu keetif dhukkubbii dha maati keetif cinqii ummataaf rakkoo geessisa"(12) Amaloota badaa irraa fagaadhu.namni kaayyoo qabu suusi wajjin wal hin tuttuqu. Namni kaayyoo isaatif bakka keennu waan badaa dhaan hin hidhamu. Galata dhaba hin tahin. Fkn ati kabajjee viillaa bareeda ykn makiina bareeda yookin maallaqa miliyena lakkooftee namni ati kenniteef fuuldura keetti yoo ibiddan gube maaltu sitti dhagahama namnis maal jedha ? Lubbuu Rabbiin  kabajaan siif kennee caati fi sigaaraan ajjeeste galata dhabummaan kana caale hin jiru "Suusi dhaan ofi miidhuufi ofi ajjeesu gidduu garaagarummaan jiru dheerina yeroo qofa" (13)Maatii keetiif gaarii tahi. Amma humni kee dandahu tahiif. Kan sitti gammadan male kan sitti qaana'an,  kan gammachiistu malee kan gaddisiistu. Kan boqochiistu male kan cinqitu hin tahin. Maatii kee irratti hirkataa taate dabalte yoo rakkisteen dhugumatti badii qabatteetta "ilmoon hin guddanne dugda irra tahe boya akkuma jedhamtu" (14) Kaayyoo qabaadhu. Kaayyoo keetif xaari. Gara kaayyoo keetitti deemii. Garam deemta? Sitti beekameera? Maali kan barbaaddu? Siif galaa? Sababa maal geessisa jirta? Kamiifu bahatti gahuuf gara dhihaatti hin deemamu. Xaafi facaasani baaqela hin eegan. Gabaabumatti kaayyoo kee kallattii kee beeki. "Kallatti itti deemu kan hin beekne karaan kamu isaan deema" (15) Fayyadama interneeti irratti murannoo qabaadhu. Yeroo salaata fi dubbisaa ke kan nyaatu, yaada ke kan balleessu, fakkiiwwan badaa ilaaluu irraa deddebi'anu yaaduun barbaachisaa dha. Social media amaleeffachuu irraa ofi eeggadhu. Yoo dandeesse TikTok kan jedhan irraa  utuu fagaattee gaarii dha Walumaa gala walitti dhufeenyi interneeti waliin qabdu kan si fayyadu malee kan si balleessu akka hin taane irra deddebi'i itti yaadi. Nagaan! https://t.me/AVCMSJ

Gorsa gabaabduu barattoota muslimaatif ~ Barnoonni eegalama jira. Yeroo qormaatni gahuu ofi cinquu Yookin xumura waggaa irratti cinqii keessa tahani firii eeguun bu'a hin qabu. Barattonni Sadarka kami irra iyyu jiran jalqaba irra egalanii itti qophaahutu irraa eegama. Namni onne irra itti qophahe fedhii Rabbiitin bu'aa ifaajii isaa hin dhabu. Laffaye yoo qabxii fiduu dhabee ille namni sababa geessise waan irraa eegamu bahate jira. Kana akka seensaatti yoon jedhe barattoonni firii jaraa irratti bu'a qabeessa akka tahanif ni gargaara kan ani jedhu qabxiile muraasa akka armaan gadiitti kaahera Tamsaasun yoo na gargaartan natti tolaii ① Barsiisa kee kabaji. Barsiisaan kee yoo miindaaf dalage iyyu sif bu'aa buuseera. Umurii isaas kabaji. Kan si barsiisu tuffachuun kan afaan si kaaye ciniinuu dha. Akka sitti gaddu hin taasisin. Galatatu malaafi "Barsiisaa tuffachuun beekumsa tuffachuu dha" "Kabajni ati beekumsaaf qabdu likkii kabaja barsiisaf qabduuni" ② Gargaara tahi Amma dandeetti keeti kan ati gargaartu barattoota dadhaboo hedduu nannoo kee jiru. Waan yeroo dhaf nyaatan kan hin qabne, kan samuna, kan kooppi, kiraa manaa, kan yaalii, kan dabtaraa, Hedduu dha. Yoo dandeesse gargaariin. Yoo hin taane itti gaafatamumma kee bahadhu. Barattoota dadhaboo qo'achiisi gargaari. Duniya irratti gammachuu itti argatta. Jireenya irraa baratta. Aakiraa dabalte badhaafamta. ③ Gandummaa irraa fagaadhu. Sanyumma haala kamiin iyyuu balaleffadhu. Warra sanyumma faarsan yoo damdeesse gorsi. Yoo hin taanee irra fagaadhu .sanyii keetiin eenyuu olis gadis miti. Tapha sanyummatiif ilkaan kee hin banin. Sanyiin nama hin waraanin sanyumman yoo namni si tuqe tuffadhu bira darbi. Akkuma namni si faarsun uma sif hin daballe namni si arrabsuunis umaa si hin hir'isu. Obsi sodaa akka hin taane sammuu keetti himi ④ Diini keetif yeroo kenni .ati diini kee malee duwwa dha milkaayinni diini dhan ala milkayina miti.  Yeroo waye diinii keeti barattu kutaa keessatti diiniin kee hin tuqamuu. oolmaan kee karooraan taha jireenyi kee dhandhama qabaata kanaafu Qur'ana Qara'i Qraasisi, Hadiisa baradhuu barsiisi. Da'awa gorsi, salaata salaati yeroo teessu yeroo deemtu zikrii heddummeyessi. Diini kee ofi irratti mullissi. Diinin kan odeessamu osoo hin taane kan jiraatamu dha "Diiniin kee jireenya keeti Diinin kee yoo hin jiraanne ati mataan kee hin jirtu" ⑤ Barnoota kee irratti itti gaafatamummaan sitti ha dhagahamu. Maatiin kan si erge waan gati hin qabneef miti. Mallaqa ,yeroo, dadhabbi ke gati hin dhabsiisin. kanaafu sirritti baradhu daree keessatti haalaan hordofi. Damnaqinan hirmaadhu haalan dubbisi. Hin dandahu jechu irra fagaadhu. Hanna hirkattumma dhiisi. Yaalii keetin bakka gaari gahuf onne qabaadhu. Hin shakkin yeroo yaltu bakka amma jirtu irra iddoo guddaa geessa. Sababa yaaluu dhiisutin meeqa kan akka dadhabatti ilaalamu. kani ofi hin beekne meeqa kan sammu cimaa qabu? Barachuun kee sirra darbee lammii dhaaf akka bu'a qabaatu hubadhu. "Education is a better safe guard of liberty than standing army" ⑥ Ofi tahi. Waan haaraya dhufe hunda hin hordofin. Ofi ketif kabaja kenni. Ati ashaangulliiti beeksisni irratti bahu miti. Waan fakkenya godhattu adda baasi. Warren amala gaari qaban fakkenya godhadhu. Ati uumama kabajama sammun siif kenname male karuma urani kan yaa'u bishaan boyii miti. "Mataa isaa kan hin arganne nama hordofaa jiraata " ⑦ Yeroo kee haalaan itti fayyadami. Si biratti qabeenya Rabbiin siif kenne keessa rakasni yeroo yoo tahe shakkii malee kasaarte jirta. Baabura gara dukkanaatti si geessu kortee jirta. Yeroo kee qaalii deebi'e hin argamne waan jireenya kee kessatti faayida hin qabne irratti hin balleessin. Kan ani jedhaa jiru yoo siif galaa jiraate wantoota fokkataa kannen akka muuziqa, fiilmii fi kkf kan bu'a hin qabne irraa fagaadhu. Kunnen bashannana yerootif suusi namatti tahu irra darbee bu'a tokkolle hin qabu

GAMTA JAMA'AA BARATTOOTA MUSLIMAA YUNIVARSIITII FI KOLLEEJJIILEE   kan qophaa'u fi hawwii guddaan kan eegamu sagantaan #FARE WELL kan bara 2016 Obboleewwan koo kan QARATI QURANA FI KITAABOOTA GARA GARA IRRAA BOQONNAAF itti gaggeessinuu kunoo gahee. Sagantaa kana irratti Kayyoo fi Barabaachisuma GAMTAA JAMA'AA fi walaloon garaagaraa kan irratti dhihaatuudha .Akkasumas daa'iiwwan gurguddoon magaalaa keenyaa irratti argamuun gorsa kan itti keennan   Guyyaa Alaada Adooleessa 14/11/2016 qophaa'ee isin eegaa. Sagantaa kanaa irratti bifa Ajaa'ibati Akkaa argamaatani dhamsaa kootti inshaallaha Barattoonii keenyaa wal kakaasuun, Ulamoota bifa Ajaa'ibatin, simmaan godhuu qaban Akkaa isaan nuura gamaadaaniti ,Barattoonii keenya kan  Kolleejjiilee addaa addaa keessatti argamatan Akkaa wal qabaatani dhuftaan  Abdi qabaa. 🤝🤝🤝🤝🤝🙏🤝🙏🙏🙏🙏 Akkasumas Keessummoonni waamichi isaaniif godhamee. Woowoo woowoo woowoo. Ulamoota kenyaa Kana 🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹 affeeraman . 1-Shek Jamal Abdulaahii Hasan. 2.shek Tajuu Ahmad 3.Shek Mahammed Amiin  duraa ta'aa Majilisaa Anaa Hakiim. 4.Shek Mahammed Aroole 5.shek Mahammed Al Habash 6. Ustaaz Nuur itti gafatamaa Ijaarsa Majilisaa Nannoon Harar. 7. Ustaz Abdurahaman( Director) Madrasaa Bilala Akkasumas Ustaazonni Affeeramani jiruu. Iddoo; Madarsa Bilala Sa'aa; 2:00irratti 🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹☝️☝️☝️☝️☝️☝️🕋🕋🕋🕋🕋🕋🕋🕋🕋🕋🕋🕋🗣🗣🗣🗣🗣🗣🗣🗣🗣🗣🗣🗣🗣🗣🗣🗣🗣🗣🗣🗣🗣🗣🗣🗣🗣🗣🗣🗣🗣🗣🗣🗣🗣🗣🌹🌹🌹🌹❤️❤️❤️🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🥀🥀🥀🥀🥀🕋🕋🕋🕋

As wr wb akkami ngy fayyaa keessanii kabajamtoota Barattoota miseensa jama’aa taatan hundi keessanuu muhaadaa gamtaa keenyaa dhuftanii akka qooda irraa fudhattaniin isinii dhaama Kun akka YUUNIVERSIITI FI KOLLAAJJII MAGAALA HARAR keessa jiru hundatti Afeeramtanii jirtu Saahibban keessan hunda nuuf afeeraa yeroo jedhametti argamaa bakka jedhamtanitti Guyyaaniis kunoo alhada dhufu kana sa'aa 2 irraa eegaleeti iddoon Madarasaa Bilal   GUYYAA SEENAA HAA TA'UU KONFOORANSII SEENAA QABEESSAA HAA TA'UU JAMA'AA BARATTOOTA MUSLIMAA KOLLEEJJII FI YUUNIVERSIITI MAGAALA HARAR ERGAA HUNDEEFFAMEE BOODA QOPHII MOHAADARAA YKN KONFOORANSII KANA QOPHEESSEE BARATTOOTA MUSLIMAA KOLLEEJJIILLEE FI YUUNIVERSIITI LLEE HUNDAA UTUBAA GAMTAA JALAATTI WALIITTI QABUUF ERGAA AMIIROOTA FI KOREE HUNDAA WAJJIIN YEROO 4FFAA MARII TA'EEN MUHADARAA KANA QOPHEESSEE JIRAA KANAF YAA NAMAA MUSLIMAA TAATE GUYYAAN ATII JAMA'AA BARATTOOTA MUSLIMAATII WAJJIIN DHAABBAATU GUYYAAN SAN AS DEEMAA JIRAA ALHAADA KANA AKKAA IRRAA HIN HAFNEE AMAANA IJAA TEE TAN BARREEFFAAMA KANA ARGIITE FI GURRAA AFFEERAA KANA DHAGAHEE YAA RABBII WAMICHAA DIIN DHAGAHUU FI ARGUU ISSAANI RAGAADHA ATI Anaafii isiniis warra qooda irraa fudhatu nu haa taasisu wal yaadachiisaa. Kheyriin isin haa yaadattu.

Oduu gammaachisa!! AWASH VALLEY COLLEGE MUSLIM STUDENTS JEMA'A taatan hundaaf. Akkasumas Barattoota Gamtaa Jama'aa Barattoota Muslimaa Yunivarsiitii fi Kolleejjiilee taatan hundumaan keessaanu Kan Rabbiin subhaanahu wa ta’aalaa Kalimaa takkaati irratti walitti nuu qabee Allaahmaduullaah Rabbiil Aalamiin, Inshaallaha Guyyaa Alaada Fuladuraa keenya Kana Muhaadara Guddoo Ajaa'iba, wan qabnuuf, Jechaa Barattonni keenya guyyaa boruu irraa kassaatin qophii gahaa Akka gottaani dhamsaa kiyyaa,  Egaa Akkuma addaa teenyaati Uniform taane argamuu qabnaa, Woow Woow Woow, Anaa Dhufuu siin jeenaa ❤️🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹☝️☝️☝️☝️🌹🌹🌹🌹🥀🌟🌹🌹🌹🌹🌟🥀🥀

Assalamu aleeykum waraahmatullaahi wabarakaatuhu 💡☪☪☪🕌🕌🕌🕋🕋 🧿Galatoomfachuu🏳️ 🌠 Namni xiqqoo argatee rabbiin hin galatoomfanne baay'ee argatus baay'ee argatus rabbiin hin galatoomfatu namni rabbiin hin galatoomfanne namas hin galatoofatu. (Beeyhaqiyyi) ⚖️Of-Madaaluu🏳️ 🌠 Salphina nama biraa dubbachuu yoo yaadde jalqaba salphina kee yaadadhu. (Raafi'iyyi) 🔮Dargaggummaa🏳️ 🌠 Namni dargaggummaan beekumsi jala darbe waan du'eef salaata janaazaa irratti salaati.   (Imaamu Shaafi'yyi) 🧬Of-eeguu🏳️ 🌠 Wanta afur irraa of eegi 1.Nama guddaa(kabajamaa) tuffachuu irraa 2.Nama beekaa dallansiisuu irraa 3. Nama badaa/hamaa  kabajuu irraa 4. Nama gowwaa(wallaalaa) waliin taphatuu(cooruu) irraa of eegi. 🕳Amala fokkataa🏳️ 🌠 Wanti afur mallattoo amala fokkataa irraa ijoodha 1. Iccitii baasuu 2. Namaan faallaa ta'uu/yaaduu 3. obboleyyan hamachuu 4. ollaa irratti dhara yookan shira xaxuu 💡Beekumsa🏳️ 🌠 Beekumsi waa sadi malee hin bareedu 1. wanta baratte/beekte irra deddeebitee laaluu 2. Wanta hin beekne beekuuf tattaaffii gochuu 3. wanta baratte/beekte namaaf dabarsuu 🧫Furmaata hinqabu🏳️ 🌠 Wantu sadi furmaata hin qabu 1. Hiyyummaa dadhabinaan wal qabate 2.  Diina/xalaata Waanyoon walqabate 3. Dhukkuba dullummaan walqabate 🧾Kabajaan baduu🏳️ 🌠 Wanti sadi kabajaa namarraa balleessu 1. Donyummaa/waanyummaa 2. Haafa'iinsa/Haafa'uu 3. Lola/Qaaqa 💊 Mallattoo Munaafiqaa🏳️ 🌠 Mallattoon munaafiqaa sadi 1. Yeroo dubbatu ni kijiba 2. Beellama ni diiga 3. Amaanaa yoo itti kennan ni gana/waakkata 🎛Hawwii🏳️ 🌠 Wanta sadi namni hunduu ni hawwa 1. Beekumsa 2. Qabeenya 3. Fayyaa 💎Gammachuu Dhiiraa🏳️ 🌠 Ilmi Dhiiraa wanta sadiin gammada 1. Mana bal'aa 2. Galii gahaa 3. Haadha manaa isa jaalattu ⏰Fayyadamuu🏳️ 🌠 Wanta shan wanta shan dura itti fayyadami -- Jiruu kee du'a kee dura -- Fayyaa kee Dhibee deura -- Dargaggummaa kee dullummaan dura -- Ara galfii kee tattaaffachuun dura 🤲 Rabbi nu haa tiysuu

እንኳን ለ1445ኛው ኢድ አል አድሃ (አረፋ) በዓል በሠላም፣ በፍቅር፣ በደስታ አደረሳችሁ! ኢድ ሙባረክ! Baga Ayyaana Iid-Al-Haadaa (Arafaa)tiin 1445tiif nagaan isin ga'e! Ayyaanni kan nagaa, jaalalaafi gammachuu isiniif haata'u! Iid-Mubaarak @AVCMSJ .

💐 AWASH VALLEY COLLEGE MUSLIM STUDENTS JEMA'A   wishes you and your family a very blessed, happy and peaceful Eid! 💐 🌹💥 Eid Mubarak!💥 🌹 🌖 May Allah (SWT) accept all of our good deeds & make us among those who will witness the next Eid. @AVCMSJ

Zikrii Irraa caalaa ta'e kan guyyaa Arafaa @AVCMSJ

✓Guyyaan arafaa ji'a Zul-hijjaa irraa guyyaa 9ffaati, sadarkaa guyyaan kun qabu keessaa; 1.Guyyaan gabroonni rabbii baayi'inaan ibidda irraa bilisa bahan guyyaa arafaati guyyaan sun ji'a Zul-hijjaa irraa guyyaa 9ffaati jechuun guyyaa boruuti 2.Guyyaan arafaa guyyaa Rabbiin Amantii islaamaa keessatti guuteedha 3.Guyyaa Rabbiin tolaa fi qananii isaa ummata Nabi muhammad (S A W) irratti dhangalaaseedha 4.Guddina guyyaa kanaa ibsuuf rabbiin itti kakate. (( "Samii abbaa orbitii urjiitiin (nan kakadha).Guyyaa beellamamaanis, Ragaa ba'aafi warra ragaan itti ba'amuunis (nan kakadhaa),")) suura al buruuj 85:1-3 Hadiisa abiihurayraa irraa gabaafame kessatti Ergamaan rabbii-salla allahu - alayhi wasallam- " Guyyaan beellamamaan: guyyaa qiyaamaati; raga ba'aan guyyaa jumu'aati; raga ba'amaan guyyaa Arafaa(zulhijjaa 9)ti." jechuun hiikaniiru. Ahmadtu gabaase. 5.Soomanni guyyaa arafaa jechuun ji'a Zul-hijjaa irraa guyyaa 9ffaa sababa soomana guyyaa arafaatin badii Waggaa dabarteetif badii Waggaa dhufuu Rabbiin siif araarama jedhan 6.Akkasumas hadiisa muslim gabaase keessattis ((" guyyaan tokkollee kan rabbiin gabroottan isaa ibidda irraa bilisa baasu kan guyyaa arafaa caalu hin jiru.")) Jechuun ergamaan rabbii dubbataniiru. Irra guddaan da'aa'ii(kadhaa) kadhaa guyyaa  arafaati. Irra caalaan waan  Anii fi ergamtoonni na duraa jedhanii  لا إله إلا الله وحده لا شريك له، له الملك وله الحمد وهو على كل شيء قدير". Gabbaramaan haqaa allahaa malee hin jiru. Tokkicha isaati qindiin isaaf kan hin jirre. Aangoo fi faaruunis kanuma isaa qofa.inni waan hundarrattuu danda'aadha jechuudha jechuun jaallallee fi ergamaan rabbii nu barsiisanii jiru." Tirmiziitu gabaase.

XIQQAATUUS INSHALLAH HANQALIID 🙏 ❤JAMA'AA BARATTOOTA MUSLIMAA KOLLEEJJII AWAASH VAALII
+1
XIQQAATUUS     INSHALLAH HANQALIID 🙏 ❤JAMA'AA BARATTOOTA MUSLIMAA KOLLEEJJII AWAASH VAALII

★. Sadaqaan kurna zul-hijjaa keessa kennatamtu Sadaqaa kurna boodaa ramadaanaa keessa kennatamtu irra caaltuudha. ★Sheikh ibn Useymiin Rahimahullah اللقاء الشهري 2/10

Hanga Xumuraatti Dubbistu Malee hin Darbin🙏👌👌👌 Ergamaan Rabbii صالي الله عليه وسلم Akkana jedhanii nuuf dhaaman. Ilmi namaa yeroo du'aan boqatu dalagaan isaa Adda citti jedhan. Kanniin Sadiinin alatti 1. Sadaqatul Jaariya Sadaqaa itti fufiinsa qabdu Nama kennateen alatti Sadaqaa itti fufiinsa qabdu kennatuu yoo dadhabnees karaa sadaqaan ittiin nama geessu diriirsinee haa deemnuu. 2. Beekkumsi duubatti haftee nama fayyadduun alatti. Beeknee beeksisuu yoo Beekkumsi Keenya gahaa hin tayin beekkumsa ulamaa'otaa gurra hawaasatiin haa geenyu. 3. Ilma Gaarii Du'aayii siif godhuun alatti jedhan. Ilma Keenya Ka beekkumsa qabu ka sammuun bilchaate kan kabaja abbaaf haadhaf qabu Akka tayu hunderraa haa kunuunsinu. Control haa goonu Ilma Gaarii argachuuf Abbaa Gaarii haa taanu. Asumaan Gorsa tanan isiniif qooduu niyyadheeti Rabbiin Nama Akkasii Nuhaa godhu Sababa malee hin kaafne. Dhugaa dubbachuuf Kaayyoo jam'aa keenyaa keessaa Gurguddaan hunduu as jalatti hammatamu isaan keessaa sadiin kana isiniif tuquu barbaade. 👌👌👌Kaayyoo jam'aa AVCMSJ 1. Aklaaqa Dargaggoota/Barattoota Muslimaa Mooraa Keessa Baratanii Sirreessuufi Irratti Istiqaamaa Akka qabaatan gochuudha. 2. Beekkumsa Diinifi Idilee Irratti Barataa Dhiibbaa uumuu dandayu (Efficiency) tayu ijaaruudha. Akkasumas Iddoo Gahe Kamittuu Islamic Power Tayuu kan qabu Build Gochuudha. 3. Gargaarsa Karaa (Internal & External) Tayeen Jechuun mooraan alaafii Mooraa keessatti Harka qalleeyyii Rakkatan cinaa dhaabbachuudha. Kanneen jalatti Baldhinaan Kaayyoo xixiqqoo qabuutu jira Inshallah Nama galmaan gayu Rabbiin Nuhaa taasisuu Namni Jam'aa Kun Kaayyoon isaa natti tola karaa sirriirra Jira jedhee itti amane Amantaa guutuun Seenee hojjetus qaba ka hojii eegale galmaan gayiinsa isaatif itti fufuu qaba. Hamilee namaa ykn nama tokko qofarratti depend tayuun Nurra hin jiraatu. «كلكم رَاعٍ، وكلكم مسؤول عن رَعِيَّتِهِ: الإمام رَاعٍ ومسؤول عن رَعِيَّتِهِ، والرجل رَاعٍ في أهله ومسؤول عن رَعِيَّتِهِ، والمرأة رَاعِيَةٌ في بيت زوجها ومسؤولة عن رَعِيَّتِهَا، والخادم رَاعٍ في مال سيده ومسؤول عن رَعِيَّتِهِ، فكلكم رَاعٍ ومسؤول عن رَعِيَّتِهِ».  Jam'aa irraa hin fagaatinaan dhaamsa Kiyya Namni itti fufsiisuu qabu Nuhi isini Warra Har'a Group kanarra jirtani Ebalu maaf balleessef Osoo hin taane Rabbiif jenne haa dalagnu inshallah HANQALIID  (HANQALIIX) EID AL-ARAFAA JAMA'AA KENYAAF XIQQAATUUS HAA ITTII SADAQAANUU NAMNII AKKAUNTI AWASH HIN QABNEES   ACCAUNTI NAMAATIIN ERGEE IDDOO SABAABA ( REASONS) JEDHUU SANATI MAQAA ISAA HAA BARREESSUU JZKL KEYRII KANAA HAA  SAAMMANUU AWASH BANK Account No. ☪️014251176089000 MAQAA: DURETI ABDALLA MOHAMMED, DURSE MOHAMMED AHMED and OBSA UMER YUSUF https://t.me/AVCMSJ

اسلام عليكم ورحمة الله وبركاته Assalaamu Aleeykum Warahmatullahi Wabarakaatuhu   miseensota SHUURAA jama'aa BARATTOOTA MUSLIMAA KOLLEEJJII AWAASH VAALII Guyyaa arafaa 1. Ibaadaa godhi guyyaa kee guutuu 2. Zikrii "laa ilaaha illallaahu wahdahu laasharika lahu, lahul mulku wa lahul hamdu wa huwa ala kuli shey'in qadrii" guddisi 3. Soomani maatii teetis soomansiisi 4. Duaaii akkaaan heddumeeysi. Irra caaltuun duaaii  ta guyyaa arafaati. Carraa tee lafa hin balleeysin. Allaah qabda isatti iyyadhu haajaa tee mara. 5. Facebook fii socail midiyaa guyyaa takkaaf irraa soomani. 6. Bakka socail midiyaa quraana fuudhi. Hoggaa lubbuun socail midiyaa feete hunda quraana, zikrii, duaaii, istighfaara malee jalaa didi 7. Sadaqadhu xiqqoo qabdurraa 8. Guyyaan arafaa guyyaa isa keeysa Islaamummaan guuttamte, amantiin filatamaan Rabbi biraa ilmaan namaatiif dhufe tolina isaa wajjiin guuttame, qananii guddoo Rabbiin Islaamummaa tanaan sirratti ole fakkari. 9. Magaalaa fii mana keeysattis takbiirtaa guddisi. https://t.me/AVCMSJ

XIQQAATUUS INSHALLAH HANQALIID 🙏 ❤JAMA'AA BARATTOOTA MUSLIMAA KOLLEEJJII AWAASH VAALII
XIQQAATUUS INSHALLAH HANQALIID 🙏 ❤JAMA'AA BARATTOOTA MUSLIMAA KOLLEEJJII AWAASH VAALII

Hanga Xumuraatti Dubbistu Malee hin Darbin🙏👌👌👌 Ergamaan Rabbii صالي الله عليه وسلم Akkana jedhanii nuuf dhaaman. Ilmi namaa yeroo du'aan boqatu dalagaan isaa Adda citti jedhan. Kanniin Sadiinin alatti 1. Sadaqatul Jaariya Sadaqaa itti fufiinsa qabdu Nama kennateen alatti Sadaqaa itti fufiinsa qabdu kennatuu yoo dadhabnees karaa sadaqaan ittiin nama geessu diriirsinee haa deemnuu. 2. Beekkumsi duubatti haftee nama fayyadduun alatti. Beeknee beeksisuu yoo Beekkumsi Keenya gahaa hin tayin beekkumsa ulamaa'otaa gurra hawaasatiin haa geenyu. 3. Ilma Gaarii Du'aayii siif godhuun alatti jedhan. Ilma Keenya Ka beekkumsa qabu ka sammuun bilchaate kan kabaja abbaaf haadhaf qabu Akka tayu hunderraa haa kunuunsinu. Control haa goonu Ilma Gaarii argachuuf Abbaa Gaarii haa taanu. Asumaan Gorsa tanan isiniif qooduu niyyadheeti Rabbiin Nama Akkasii Nuhaa godhu Sababa malee hin kaafne. Dhugaa dubbachuuf Kaayyoo jam'aa keenyaa keessaa Gurguddaan hunduu as jalatti hammatamu isaan keessaa sadiin kana isiniif tuquu barbaade. 👌👌👌Kaayyoo jam'aa AVCMSJ 1. Aklaaqa Dargaggoota/Barattoota Muslimaa Mooraa Keessa Baratanii Sirreessuufi Irratti Istiqaamaa Akka qabaatan gochuudha. 2. Beekkumsa Diinifi Idilee Irratti Barataa Dhiibbaa uumuu dandayu (Efficiency) tayu ijaaruudha. Akkasumas Iddoo Gahe Kamittuu Islamic Power Tayuu kan qabu Build Gochuudha. 3. Gargaarsa Karaa (Internal & External) Tayeen Jechuun mooraan alaafii Mooraa keessatti Harka qalleeyyii Rakkatan cinaa dhaabbachuudha. Kanneen jalatti Baldhinaan Kaayyoo xixiqqoo qabuutu jira Inshallah Nama galmaan gayu Rabbiin Nuhaa taasisuu Namni Jam'aa Kun Kaayyoon isaa natti tola karaa sirriirra Jira jedhee itti amane Amantaa guutuun Seenee hojjetus qaba ka hojii eegale galmaan gayiinsa isaatif itti fufuu qaba. Hamilee namaa ykn nama tokko qofarratti depend tayuun Nurra hin jiraatu. «كلكم رَاعٍ، وكلكم مسؤول عن رَعِيَّتِهِ: الإمام رَاعٍ ومسؤول عن رَعِيَّتِهِ، والرجل رَاعٍ في أهله ومسؤول عن رَعِيَّتِهِ، والمرأة رَاعِيَةٌ في بيت زوجها ومسؤولة عن رَعِيَّتِهَا، والخادم رَاعٍ في مال سيده ومسؤول عن رَعِيَّتِهِ، فكلكم رَاعٍ ومسؤول عن رَعِيَّتِهِ».  Jam'aa irraa hin fagaatinaan dhaamsa Kiyya Namni itti fufsiisuu qabu Nuhi isini Warra Har'a Group kanarra jirtani Ebalu maaf balleessef Osoo hin taane Rabbiif jenne haa dalagnu inshallah HANQALIID (HANQALIIX) EID AL-ARAFAA JAMA'AA KENYAAF XIQQAATUUS HAA ITTII SADAQAANUU NAMNII AKKAUNTI AWASH HIN QABNEES ACCAUNTI NAMAATIIN ERGEE IDDOO SABAABA ( REASONS) JEDHUU SANATI MAQAA ISAA HAA BARREESSUU JZKL KEYRII KANAA HAA SAAMMANUU AWASH BANK Account No. ☪️014251176089000 MAQAA: DURETI ABDALLA MOHAMMED, DURSE MOHAMMED AHMED and OBSA UMER YUSUF https://t.me/AVCMSJ