en
Feedback
✎ 𝐒𝐄𝐘𝐅𝐀𝐥-𝐈𝐒𝐋𝐀𝐌 🇵🇸

✎ 𝐒𝐄𝐘𝐅𝐀𝐥-𝐈𝐒𝐋𝐀𝐌 🇵🇸

Open in Telegram

Kaayyoon Channel kanaa Kaleessa Wal Yaadachisaa Boruuf wal Qopheessuudha. https://t.me/seyfal_islaam

Show more
7 395
Subscribers
No data24 hours
-127 days
-4830 days
Posts Archive
Repost from Miiltoo production
Miiltoo 18 Sagantaan keenya Fakkeenya jaalalaa 3 haala hawwataafii miidhagaadhaan itti fufee jira ሚልቶ 18 የፍቅር ተምሳሌት ለየት እና ደመ
+4
Miiltoo 18 Sagantaan keenya Fakkeenya jaalalaa 3 haala hawwataafii miidhagaadhaan itti fufee jira ሚልቶ 18 የፍቅር ተምሳሌት ለየት እና ደመቅ ባለ ሁኔታ እንደ ቀጠለ ይገኛል።

Dubartiin Sammuu Qajelaa Qabdu Yaadaa fi qaama ishee Eeggachuufis Ta'ee Haguuggachuuf Ajaja Dhiiraa Hin eeggattu.
Dubartiin Sammuu Qajelaa Qabdu Yaadaa fi qaama ishee Eeggachuufis Ta'ee Haguuggachuuf Ajaja Dhiiraa Hin eeggattu.

Abbaa Gaaddisaa 💚 رحمك الله يا صاحب الظلال
Abbaa Gaaddisaa 💚 رحمك الله يا صاحب الظلال

Repost from Miiltoo production
Marsaalee 17 Walitti aansuudhaan bifa ho'aa ta'een kan isiniif dhiyaataa ture waltajjiin miiltoo, har'as marsaa 18ffaa, fakke
Marsaalee 17 Walitti aansuudhaan bifa ho'aa ta'een kan isiniif dhiyaataa ture waltajjiin miiltoo, har'as  marsaa 18ffaa, fakkeenya jaalalaa 3ffaa isin biraan gahuuf beellama isaa qabateera. Sanbata guddaa Qaammee 1/2018 ,ganama sa'atii 2:30 irraa jalqabee galma hoteela haniilaandiitti kan gaggeeffamu ta'a. ___ ለተከታታይ 17 ዙሮች በድምቀት ሲከወን የቆየው ሚልቶ እነሆ በ18ኛ ዙሩ የፍቅር ተምሳሌት 3 በአዲስ አቀራረብ አዲስ ይዘት ወደናንተ ለመድረስ ቀን ተቆርጧል። #ጳጉሜ 1 2018 እለተ እሁድ ከጠዋቱ 2:30 ጀምሮ በሀኒላንድ ሆቴል አዳራሽ በድምቀት ይከናወናል። #ሚልቶ_ፕሮዳክሽን #miiltoo_production #የፍቅር_ተምሳሌት_3 #Fakkenya_jaalalaa_3

اللَّهُمَّ صَلِّ وَسَلِّمْ عَلَى خَيْرِ الْخَلْقِ مُحَمَّدٍ ﷺ

. High level መታደል is በደበረን ሰዓት የኛን ደስታ ለመመለስ የሚጥሩልን ሰዎች መኖር🤌

እርሷን ስፈልግ ጌታዬን አገኘሁት! ጌታዬን ስጠጋ ደግሞ የሷን ልብ በስጦታ መልክ አበረከተልኝ።
እርሷን ስፈልግ ጌታዬን አገኘሁት! ጌታዬን ስጠጋ ደግሞ የሷን ልብ በስጦታ መልክ አበረከተልኝ።

« Dubartii yeroo ati waan hunda dhabde cinaa kee / Si faana turte, 'Waan dhabde yeroo argattu' wanti hundi isheedhaf mala! » @seyfal_islaam

ተስፋ ሰቶ ከማቁሰል ጀሊል ይጠብቀን

" መኖር የተካኑ " በመከራ ሆነው ተመስገን የሚሉ፣ እንዴት መታደል ነው ቢገባቸው ቃሉ፣ ዓለም በፈተና ጠፍራ ይዛቸው፣ ተመስገን ይላሉ በመታደላቸው፣ ሲወድቁም ሲነሱ የሚያመሰግኑ፣ በተስፋው ብርሀን መኖር የተካኑ፣ ያስቀኑኛል እኔን ከደላቸው በላይ፣ በችግር ውሰጥ ሆነው የሚያዩ ወደላይ፣ አምላክን ተማምነው ፈተናን ያልፈሩ፣ በመራብ ውስጥ ሆነው ፍሬን የሚያፈሩ፣ ካላቸው ቀንሰው ሌላን የሚያጎርሱ፣ በስውር ሸሽገው ሳይተርፍ የሚያለብሱ፣ እንዲህ ነው መታደል ቃሉን ለተረዱ፣ አምላክን ፍለጋ ልብን ያሰናዱ።

Mallattoo Injifannoo Muslimaa Waadaa Rasuulaa ﷺ Mirkaneesse Ayasofya (Hagia Sophia) 💪 **** Kunoo waggoota jaha guuteera 🕌 🏪 July 24 labsii Pirezidaantii Türkiye Tayyip Erdoğan baasan hordofuun Ayasofya akka masjiidaatti erga irra deebiin banamee diinii fi hawaasa Muslimaa tajaajilu jalqabee kunoo waggaa 6 ta'eera. 🇹🇷 Ayasofyan (Hagia Sophia) jalqaba bara 537 AD keessa Empayerii Bizantiinootaan akka waldaa Kiristiyaanaa Ortodoksii isa guddicha addunyaatti ijaaramee waggoota 900 ol tajaajilaa erga turee booda, bara 1453 keessa injifannoo Sultaan Mehemed Lammaffaan (Fatih) booda gara Masjiida jijjiirame. ⭕ Haa ta'u malee bara 1935 keessa pireezidantii jalqabaa Turkii Mustafaa Kemaal Ataturkiin (Mustafa Kemal Atatürk) tajaajilli amantii, diinii addaan citee masjiida irraa gara Muuziyeemiitti geeddarame. Murteen kun Kiristiyaanota adduunya baay'ee kan gammachiises ture. 👉 Ta'ullee, seenaa dheeraa kanaan booda bara 2020 keessa deebi'ee akka masjiidaatti akka banamu ta'eera. 🕌 Ayasofya gara masjiidaatti akka deebi'u gochuu isaanii hordofee hawaasni Kiristiyaanaafi mootummaaleen akkasumas qaamoleen mormii qaban Idiil-Aduunyaa Erdoğan irratti sadarkaa aduunyaatti mormii jabaa gageessaa turani. 🇹🇷🕌 Garuu Erdoğan mormiifi iyya sana maraaf osoo bakka hin kennin, Masjiida mallattoo injifannoo fi qaroomina siyaasaafi seenaa Islaamaa ta'e kana Diiniifi Muslimaaf banuun waadaa Rasuulaa ﷺ fi wabii injifannoo Suulxaana dargaggeessaafi waraana isaa faarfamtuu Muhaammad Al Faatih kabachiisan. ☝️ Alhamdulillaah kunoo, bakkalchichi erga deebi'ee Azaana dhageessisuufi ibaadaan asheetuu eegalee har'i waggaa 6ffaa isaa guuteera. Warri iyyu garuu hanga ammaa gubatee ciinca'aa jira. © Amar Temam

ኢላሂ…🤲 ያየህብኝን ፥ አታሳይብኝ፣ እኔ እና አንተ የምናውቀውን ፥ አትንገርብኝ። እያየኸኝ ነው ፥ የወንጀል ሸክም አደካክሞኛል፣ የተውከኝ ዕለት… ያበቃልኛል። ቆሸሽክ ብለህ፥ አልገፋኸኝም። ከንፁህ ደጅህ… ሰተርከኝ አይደል? በዛውም ማረኝ ፥ በነካው እጅህ።🤲

Ijoollee Keessaan Waa'ee khiyaanaa (Ganuu) Barsiisuu yoo Barbaaddan Suuraa kana Agarsiisaa, Nama Ganuun maal akka ta’e sirrii
Ijoollee Keessaan Waa'ee khiyaanaa (Ganuu) Barsiisuu yoo Barbaaddan Suuraa kana Agarsiisaa, Nama Ganuun maal akka ta’e sirriitti galaafii. Suuraan kun Nama Qulqulluu fi Kabajamaa, Nama Gadhee fi Hamaa, Nama Haqaa fi Gantuu wal biratti Argita. ​#Mursii_Hoogganaa_shahiida

"إنما تنجح الفكرة إذا قَوِيَ الإيمان بها، وتوفّر الإخلاص في سبيلها، وازدادت الحماسة لها، ووُجِدَ الاستعداد الذي يحمل على التض
"إنما تنجح الفكرة إذا قَوِيَ الإيمان بها، وتوفّر الإخلاص في سبيلها، وازدادت الحماسة لها، ووُجِدَ الاستعداد الذي يحمل على التضحية والعمل لتحقيقها." الإمام #حسن_البنا

. The feeling... ደስተኛ አደለንም ደሞም አልከፋንም በቃ it just empty and tired of በሁሉም ነገር❤️‍🩹

. ከሆነ ጥሩ.... ካልሆነም በጣም ጥሩ! .....❤️‍🩹