cookie

We use cookies to improve your browsing experience. By clicking «Accept all», you agree to the use of cookies.

avatar

✎ Seyf Al-Islɑɑm official 🇵🇸

Kaayyoon Channel kanaa Kaleessa Wal Yaadachisaa Boruuf wal Qopheessuudha. https://t.me/seyfal_islaam

Show more
Advertising posts
7 303
Subscribers
+824 hours
+727 days
+44630 days
Posting time distributions

Data loading in progress...

Find out who reads your channel

This graph will show you who besides your subscribers reads your channel and learn about other sources of traffic.
Views Sources
Publication analysis
PostsViews
Shares
Views dynamics
01
Share godhaa baadiyyaa fi bakka fagoo odeeffannoon hin geenye akka gahutti..jzk 👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇 Barri Muslimootaa fi Kiristaanota itti adda baasuu hin dandeenye (identity theft) dhufeera. 🤔🤔🤔🤔🤔🤔 Dalagaa Miishinarootaa 👇👇👇👇👇👇😁😁😁 ❄️ Islaamummaan wajji dorgomanii dadhabnaan 👉"Hijaabnis Nu irraa fudhatame malee keenya ture,"😁😁" 👉Areedaa fi Maqaanis keenya ture" jedhanii dheeressuu fi fafakkeessuu jalqabanii jiru. 👉 Akeekkachhisa Muslimoota hundaaf 👉nama hin beekne kan areeda dheeressee ykn dubartii jalbaaba fi niqaaba godhattee waa'ee islaamaa isinitti haasayu/haasoftu hanga qorattanii maalummaa isaa/ishee bartanitti iccitii keessan itti hin haasayinaa ykn hin bulchinaa👇👇👇👇👇👇👇 ❄️ Wallaahi waan fedhanis tahan waan fedhanis godhan abadan islaamummaa hin moo'an. Rabbitu akkana jedha. ❤ Qura'aana suuraa al imraan 3:139 وَلَا تَهِنُوا۟ وَلَا تَحْزَنُوا۟ وَأَنتُمُ ٱلْأَعْلَوْنَ إِن كُنتُم مُّؤْمِنِينَ "Yoo mu’uminoota taataniif isintu irra aanaa hin laafinaa; hin gaddinaas." ❤ Qur'aana suuraa saff 61:9 هُوَ ٱلَّذِىٓ أَرْسَلَ رَسُولَهُۥ بِٱلْهُدَىٰ وَدِينِ ٱلْحَقِّ لِيُظْهِرَهُۥ عَلَى ٱلدِّينِ كُلِّهِۦ وَلَوْ كَرِهَ ٱلْمُشْرِكُونَ "Inni Isa odoo mushrikoonni jibbanuu, amantiiwwan biraa hunda irratti ol taasisuuf jecha ergamaa Isaa qajeelfamaafi amantii haqaatiin ergeedha" ❤ Qur'aana suuraa al imrabn 3:120 إِن تَمْسَسْكُمْ حَسَنَةٌۭ تَسُؤْهُمْ وَإِن تُصِبْكُمْ سَيِّئَةٌۭ يَفْرَحُوا۟ بِهَا ۖ وَإِن تَصْبِرُوا۟ وَتَتَّقُوا۟ لَا يَضُرُّكُمْ كَيْدُهُمْ شَيْـًٔا ۗ إِنَّ ٱللَّهَ بِمَا يَعْمَلُونَ مُحِيطٌۭ . "Yoo toltuun wahii isin tuqe, isaan gaddisiisa.Yoo hamtuun isin tuqe immoo isheetti gammadu.Yoo isin obsitanii (Rabbiin) sodaattaniif malli isaanii homaa isin hin miidhu.Dhugumatti Rabbiin waan isaan dalagan (beekumsa Isaatiin) marsaadha." Yes👉Waan fedhanis dalagan sharrii fedhanis shiran abadan isaanii hin milkaa'u, yoo akkana jennu ammoo nutis ni rafna jechuu miti haqa nama haqa barbaaduun gahuu fi tattaaffachuun dirqama taati.Insha Allah! ❄️❄️❄️❄️❄️❄️❄️❄️❄️❄️❄️❄️❄️❄️❄️❄️❄️
1371Loading...
02
Media files
1300Loading...
03
Gariin namaa fakkeenya haxxishooti wayituma jireenya kee keessaa ba'an. ati alhamdulillah jechuun dirqama..! JOIN US: ❯❯ @seyfal_islaam ♡
2242Loading...
04
"Sababoota lamaaf kitaaba dubbifna: tokkoffaa itti bohaaruuf, lammaffaa ammoo ittiin of tuuluuf." #𝐵𝑒𝑟𝑡𝑟𝑎𝑛𝑑_𝑅𝑢𝑠𝑠𝑒𝑙𝑙 'Sadaffaan ammoo irraa barachuuf' jedheellee itti hin daballe, falaasaa rukutamaan kun. Iccitii keenya bakkee baase!
5964Loading...
05
ከአይኖቻችን የወደቁ እይታችንን ግልፅ አርገውልናል ።
6660Loading...
06
Geggeessaan jiruu keenyaa Rabbi taanaan maleessaa Osoo akka namaatii Du'uun keenya kaleessaa ~ Ogummaaf dandeettiinkoo Nan oolchineem miliqsee Guddaatu na gargaaree Uumaa kootu na tiksee ~ Qajeelummaaf aaga koo Miti anaan kan na turse Galatoomi Gooftaakoo Sin waama hunda dursee! JOIN US: ❯❯ @seyfal_islaam ♡
2 80021Loading...
07
Aadde! Jechaa walitti Aaddi Masaanuun. #Mammaaksa
6451Loading...
08
Yeroo hunda waan kolfuuf Hin mullatu Gaddi_koo Wal bareen jiraadha Dhokfadhee madaa koo Ogeessi silumaa Dhukkuba hin himatu Nagaadha inni jedha Kan Alaa daawwatu Nama kolfu irraa Gaddi hin mullatu. ✍ #Seyfalislaam JOIN US: ❯❯ @seyfal_islaam ♡
2 84520Loading...
09
Tan Kabajamuu Qabdu Haadha Malee Guyyaa Miti.
7452Loading...
10
🛖    ከቤቴ በር ላይ……… “ማስመሰልህን ውጭ አስቀምጠህ ግባ!” ብዬ ከፃፍኩኝ በኋላ; "ወደ ቤቴ የሚገባ አንድም ሰው ጠፋ" ይላል። https://t.me/hamdquante
7173Loading...
11
Robert Mugaabee ▬▬▬▬▬▬▬▬ ⩩ "Guyyaa mindaan siif kenname foon lukkuu nyaatta; ⩩ Gaafa mindaan sun xiqqoo hir'atte immoo oomisha lukkuu (hanqaaquu) nyaatta; ⩩ Yoo mindaan kee xiqqaachaa dhufu immoo nyaata lukkuun nyaattu (boqqolloo, mishingaafaa...) nyaatta ⩩ Yeroo mindattiin dhumtu, immoo atumti mataan kee lukkuu taatee oliif gadi deemtee yeroo kee fixxa!"😁 JOIN US: ❯❯ @seyfal_islaam ♡
5 14230Loading...
12
Kan an akkana si jaalladhu Jaalladhee mitiim ☺️
7604Loading...
13
"No free launch" jetti Faranjiin! "Namichatu paarkii bineensotaa ijaaree gatii seensaa $300 goonaan namuu seenuu dide. Gatii kana fooyyessee $200 goonaanis homtuu dide. $10 goonaanis homtuu seenuufii dide. Dhumarra gatii seensaa tola goonaan namni martuu seene. Erga namni martuu seenuu mirkaneeffateen booda Leenca hidhaatti jiru hiikee gadi dhiisee gatii bahumsaa 500$ godhe . Martuu mormii malee kaffalaa baqatee yaa'e. Jireenya keessatti waanta rakasaafi tola ta'e jaalachuun gatii nama baasisa." Moral of the story: Waan tola jedhamee namaaf laatamu fudhachuun dura, waan duuba jiru ilaaluun shaggaadha! JOIN US: ❯❯ @seyfal_islaam ♡
5 52139Loading...
14
አንድ ወጣት የወጣትነት ጊዜውን እንዲህ ያጫውተናል...    ወጣት በነበርኩበት ጊዜ ከቤት በጣም እርቅ ነበር አምሽቼ እገባለሁ ጧት እተኛለሁ ይህ የእለት እለት ተግባሬ ነበር የማመሸው ያለ ቁም ነገር ነበር  ።          ይህ ስራየ ደሞ ኡሚን በጣም ያናዳት ነበር ።  ቤት ስለማልበላ የጧት ውሎየን ተኝቼ ስለማሳልፍ ወደ ቤት ኡሚ ከተኛች ብኋላ ነበር የምመለሰው ።  ለሊት ድረስ መጠበቅ ሲከብዳት ፍሪጅ ላይ መልዕክት እያስቀመጠች መተኛት ጀመረች ። መልዕክቱም ምግብ የት እንዳለ ምን አይነት እንደሆነ ነበር ።  የሆነ ጊዜ ታዲያ የመልዕክቱ ይዘት ተቀየረ ትዕዛዝ ሆነ የቆሸሹ ልብሶችን ሰብስብ ..የቤተሰብ ፕሮግራሞችን ማስታወስ የመሳሰሉትን ሆነ..... በዚህ ሁኔታ ላይ እያለሁ ቀናቶች ሄዱ የሆነ ለሊት ላይ ወደ ቤት አምሽቼ ተመለስኩ ... የተለመደውን መልዕክት ፍሪጅ ላይ ተመለከትኩት ስንፍና ያዘኝና ሳላነበው ገብቼ ተኛሁ .... ጧት ላይ አባቴ አይኖቹ እንባ ሞልቷቸው ከእንቅልፌ ቀሰቀኝ ...    እናቴ ሙታ ነበር.... በጣም ደነገጥኩ አለቀስኩ የሰማሁት ነገር በጣም ተሰማኝ ማመን አልቻልኩም  አዘንኩ ። ራሴን አጠንክሬ እናቴን ቀበርናት ከሰዓት ላይ ወደ ቤት የተሰበረውን ልቤን ይዤ ወደ መኝታ ክፍሌ ገብቼ ልተኛ ስል የማታው የእናቴ ደብዳቤ ትዝ አለኝና ላነበው  ከፍሪጅ ላይ አንስቼ አመጣሁት ። መልዕክቱ ግን ሀዘን ውስጥ ይበልጥ አስገባኝ ከእስከዛሬው ለየት ያለ ነበር ። ምክሮች ወይም አቅጣጫ ማሳያ ትዕዛዝ አልነበሩም ... የኔ ውድ ልጅ በጣም ድካም እየተሰማኝ ነው ስትመጣ ቀስቅሰኝና ሀኪም ቤት ትወስደኛለህ ነበር የሚለው ራሴን መቆጣጠር አቃተኝ ስቅስቅ ብየ አለቀስኩ ግን ካለፈ ሆነ ነገሩ..... ትምህርቱም ለወላጆቻችሁ መልካም ነገርን ዋሉ በህይወት እያሉ ሲሞቱ ኸይር ይቆረጥባቹሀልና!
8361Loading...
15
Media files
7490Loading...
16
Nama yeroof si barbaadu. Ati guutumatti irraanfadhu.!
8653Loading...
17
Narraa Fagaattee Si malee Jiraachuu waan na barsiifteef #Galatoomi!
8202Loading...
18
Maal taate jedhamtee hoggaa gaafatamtu, waan taate ibsachuuf yeroo sitti ulfaatu si qunnamee hin beekhuu? #Broken💔
8895Loading...
19
Wanti Bu'aa siif hin Daballe Ba'aa siif Dabala.
1 0376Loading...
20
#Alhamdulillaah.... ✍ Guyyaa kankee keessatti homa Rabbii kankee irratti faarfattu ykn galateeffattu yoo arguu dadhabde, daqiiqaa muraasaaf qofa ija kankee dunuunfadhuu turi mee... Ifaan ijaa kan Rabbiin siif kenne qofti, silaa sekondii hunda galata Rabbiif galchuu si gaafata. Alhamdulillaah
1 0515Loading...
21
Ati Nama tokko Garuu..... Anaaf waan Hunda 😍
1 1743Loading...
22
አንድ ደሀ የሆነ ሰው ሶስት ብርቱካኖችን ገዛ የመጀመሪያው ሲቆርጠው የተበላሸ ሁኖ አገኘው! ሁለተኛውንም ሲቆርጠው የተበላሸ ሁኖ አገኘው ሶስተኛውን ማብራቱን አጠፍና ቆርጦ በላው ። አንዳንዴ ለመኖር ስንል ችላ ማለት ማወቅ አለብን ።
1 1261Loading...
23
Dubbiin mana barnoota bultii Addaa Beddelee dafamee dhaabsifamuu qaba. Barattoonni kun ijoollee xixiqqoo kutaa 8ffaa Xumuranii deemaniidha,dafanii rifatu ijoollee daa’ima kana yeroo achi keessatti walitti qabanu hordoffii gochuufiin barbaachisaadha. Mooraa kana keessatti barataan tokko barnoota isaa hordofaa Amantii barbaade hordofuu,waaqeffachuu danda’a. Haa ta’u malee M/barumsaa bultii Addaa Beddeleetti yeroo kanatti barattoota umurii daa’imummaatiin manaa bahan kan ammaaf waa adda baasanii hin beekne,sammuu qulqulluudhaan barusaaf of qopheessanii deeman hanga barruullee garaagaraa waan amantii islaamaa xureessu,waan sammuu namaa falmii keessa galchuufi fii Namoota hin bilchaane rifaasisu barruuleedhaan qophaa’e barataaf dhiyaate. akkasuma kun waan sadarkaa jaraatti deebii itti kennuu hin dandeenye barattootaan Raabsamuun isaa baayyee fokkisaadha Aadmaleedhas.barattoota kana hamilee jaraa hatee akka jarri xiyyeeffannoo barnootaa dhaban jara taasisa. Namni falmii Amantii barbaadu Mootummaa beeksisee karaa seera qabeessa ta’een falmuu danda’a.malee daa’ima xiqqoo manaa bahan gidduutti waan akkasii Uumanii jibbaan guddisuun barbaachisaa miti. Manni barumsaa hordoffii barbaachisu godhee Hatattamaan wanti kun utuu hin babal’atin to’achuun barattoonni sammuu nagaadhaan barnoota jaraatti akka deebi’an gochuun barbaachisaadha. Akkasuma #majlisni_Magaalaa_Beddelle guyyaa har’aa irraa Eegalee waan kana Hoogganaa mana barumsichaa waliin ta’uun waan kana ka’umsi eessa kan jedhu qulqulleeffachuun barbaachisaadha.
1 1413Loading...
24
Media files
1 0182Loading...
25
Tokkummaa Muslimoota M/Jimmaa fi Naannoo isii **    WAAMICHA SEENA-QABEESSA ///////////////////////////////////////////// Barattoota,Barsiisota,Hojjettootaa fi Du'aatota M/Jimmaa Maraaf. ============================= Leenjii~ Mataduree~Raajii Saayinsaawaa Qur'aana Kabajamaa fi Kompaaraatiivii (Scientific Miracles of the Holy Qur'an And religion comparative course) Leenjistootaa akka Biyyaatti Beekamoo ta'an Ustaz Mohammed khadiri fi Ustaz Umar Roobee Xinnaa iftaanii (Caamsaa 03/09/2016) Waaree dura 2:30-6:00 Waaree booda 8:00-10:00 City View Hotel 0941480065/0917931970/0917239959
1 0132Loading...
26
✍ ከፊሎቹ……… ከሸይጣን ያልተናነስክ ሸረኛ አርገው ይገምቱሃል; ሌሎቹ ደግሞ……… ከመላኢካ የምትመሳሰል ሷሊህ አርገው ያስቡሃል። የእነዝያ ወቀሳ አይጎዳህ: የእነርዚህ ሙገሳም አይጠቅምህ። ዋናው ቁምነገሩ……… 🫵አንተ አላህ ዘንድ ምን ዐይነት ሰው ነህ? የሚለው ነው!! JOIN US: ❯❯ @seyfal_islaam ♡
9271Loading...
27
Yaad-gorsa dubbisuu 1 Qormaata kitaaba dubbisuu keessatti nu mudatan keessaa Kitaabota waliin michummaa uumuun aadaa kitaaba guyya guyyaan dubbisuu horachuun isa ijoodha. Kanaafis, qabxiilee afran kanaa gaditti caqafaman fayyadamuun aadaa kitaaba dubbisuu fooyyeessuu ni dandeenya. 1. Hanga fedhe haa xiqqaatus guyyaatti fuula murtaa'e dubbisuu. 2. Gosa kitaaba nuuf mijatuu fi nutti tolu adeemsa dubbisuu keessatti adda baafachuu. 3. Hanga danda'ameen baasii baasuun kitaabota bitu. 4. walgahiilee fi gareewwan dubbisaa irratti hirmaachuun of jajjabeessuu fi yaada wal jijjiiruu yaalu. #read_to_change #kaayyoo_koof
9152Loading...
28
በእያንዳንዱ የህይወት እርምጃዎችህ ጥሩ አሻራን እየተውኩ እለፍ!
8682Loading...
29
◇ Saantimni ni iyya, qarshin saantimaa oli garuu sagale hin qabu, yeroo hunda bakki kee ol ka'aa ta'uu yoo beekte callisuu filadhu!✌️
1 0536Loading...
30
Callisuu kee keessatti wantoonni ati hin dubbanne baay'een akkuma jiran kolfa kee keessas wantoonni ati dhokfattu baay'etu jiru. JOIN US: ❯❯ @seyfal_islaam ♡
1 0434Loading...
31
✍" Gaarri Guddichi Keenya Gaafa Gaara aduniyaafii Galaana bahraatiin Gaafa wol argan....!! #Umriin_Jaraa Amaana #yaa_Rabbi...!!
1 0861Loading...
32
''Nuti nama hundaa caalaa ofii keenya osoo jaallannuu, yaada ofii keenyaa caalaa garuu kan namootaaf bakka laachuun keenya na ajaa'iba." JOIN US: ❯❯ @seyfal_islaam ♡
4 94013Loading...
33
✍ Karaa shamara tokkoo irratti qoree hin facaasin.... Maaltu beeka karaa sana keessa obboleettiin kee miila qullaa dabruu dandeessii.....! Dubbii nama hundaaf hin galle.
1 1585Loading...
34
Barumsi gaariin nuti barannu keessaa muraasni dogoggora yeroo darbe raawwanne irraa kan argannuudha. Dogoggorri darbe ogummaa fi milkaa'ina gara fuul-duraati. - Dr. Dele Turnar JOIN US: ❯❯ @seyfal_islaam ♡
1 1472Loading...
35
Bilbila namaa yeroo fuute ykn akka tasaa isaa koodiin banaa yoo argite lafaa fuutee mana message, imo, telegram, messenger.... daftee seentee hiccitii namaa baruuf hin ariifattu yoo tahe bilchaattee jirta, nama guddaa taatee jirta. Ati daa'imaa miti hiccitii namaa baruuf hin ariifatin. 🍃🥰Baxraaqqaa....😅 :¨·.·¨:  `·.   @Jaalala_qulqulluu🌹
1 1613Loading...
36
وَلَمْ أَكُنۢ بِدُعَآئِكَ رَبِّ شَقِيًّۭا አንተም በመለመኔ ጌታዬ ሆይ! (ምንጊዜም) ዕድለ ቢስ አልሆንኩም፡፡ 🥹🖤🤍 (19 : 4)
1 0923Loading...
Share godhaa baadiyyaa fi bakka fagoo odeeffannoon hin geenye akka gahutti..jzk 👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇 Barri Muslimootaa fi Kiristaanota itti adda baasuu hin dandeenye (identity theft) dhufeera. 🤔🤔🤔🤔🤔🤔 Dalagaa Miishinarootaa 👇👇👇👇👇👇😁😁😁 ❄️ Islaamummaan wajji dorgomanii dadhabnaan 👉"Hijaabnis Nu irraa fudhatame malee keenya ture,"😁😁" 👉Areedaa fi Maqaanis keenya ture" jedhanii dheeressuu fi fafakkeessuu jalqabanii jiru. 👉 Akeekkachhisa Muslimoota hundaaf 👉nama hin beekne kan areeda dheeressee ykn dubartii jalbaaba fi niqaaba godhattee waa'ee islaamaa isinitti haasayu/haasoftu hanga qorattanii maalummaa isaa/ishee bartanitti iccitii keessan itti hin haasayinaa ykn hin bulchinaa👇👇👇👇👇👇👇 ❄️ Wallaahi waan fedhanis tahan waan fedhanis godhan abadan islaamummaa hin moo'an. Rabbitu akkana jedha. ❤ Qura'aana suuraa al imraan 3:139 وَلَا تَهِنُوا۟ وَلَا تَحْزَنُوا۟ وَأَنتُمُ ٱلْأَعْلَوْنَ إِن كُنتُم مُّؤْمِنِينَ "Yoo mu’uminoota taataniif isintu irra aanaa hin laafinaa; hin gaddinaas." ❤ Qur'aana suuraa saff 61:9 هُوَ ٱلَّذِىٓ أَرْسَلَ رَسُولَهُۥ بِٱلْهُدَىٰ وَدِينِ ٱلْحَقِّ لِيُظْهِرَهُۥ عَلَى ٱلدِّينِ كُلِّهِۦ وَلَوْ كَرِهَ ٱلْمُشْرِكُونَ "Inni Isa odoo mushrikoonni jibbanuu, amantiiwwan biraa hunda irratti ol taasisuuf jecha ergamaa Isaa qajeelfamaafi amantii haqaatiin ergeedha" ❤ Qur'aana suuraa al imrabn 3:120 إِن تَمْسَسْكُمْ حَسَنَةٌۭ تَسُؤْهُمْ وَإِن تُصِبْكُمْ سَيِّئَةٌۭ يَفْرَحُوا۟ بِهَا ۖ وَإِن تَصْبِرُوا۟ وَتَتَّقُوا۟ لَا يَضُرُّكُمْ كَيْدُهُمْ شَيْـًٔا ۗ إِنَّ ٱللَّهَ بِمَا يَعْمَلُونَ مُحِيطٌۭ . "Yoo toltuun wahii isin tuqe, isaan gaddisiisa.Yoo hamtuun isin tuqe immoo isheetti gammadu.Yoo isin obsitanii (Rabbiin) sodaattaniif malli isaanii homaa isin hin miidhu.Dhugumatti Rabbiin waan isaan dalagan (beekumsa Isaatiin) marsaadha." Yes👉Waan fedhanis dalagan sharrii fedhanis shiran abadan isaanii hin milkaa'u, yoo akkana jennu ammoo nutis ni rafna jechuu miti haqa nama haqa barbaaduun gahuu fi tattaaffachuun dirqama taati.Insha Allah! ❄️❄️❄️❄️❄️❄️❄️❄️❄️❄️❄️❄️❄️❄️❄️❄️❄️
Show all...
👍 1 1
Gariin namaa fakkeenya haxxishooti wayituma jireenya kee keessaa ba'an. ati alhamdulillah jechuun dirqama..! JOIN US: ❯❯ @seyfal_islaam
Show all...
👍 3
"Sababoota lamaaf kitaaba dubbifna: tokkoffaa itti bohaaruuf, lammaffaa ammoo ittiin of tuuluuf." #𝐵𝑒𝑟𝑡𝑟𝑎𝑛𝑑_𝑅𝑢𝑠𝑠𝑒𝑙𝑙 'Sadaffaan ammoo irraa barachuuf' jedheellee itti hin daballe, falaasaa rukutamaan kun. Iccitii keenya bakkee baase!
Show all...
👍 8😁 4 1
Photo unavailableShow in Telegram
ከአይኖቻችን የወደቁ እይታችንን ግልፅ አርገውልናል ።
Show all...
👍 4
Geggeessaan jiruu keenyaa Rabbi taanaan maleessaa Osoo akka namaatii Du'uun keenya kaleessaa ~ Ogummaaf dandeettiinkoo Nan oolchineem miliqsee Guddaatu na gargaaree Uumaa kootu na tiksee ~ Qajeelummaaf aaga koo Miti anaan kan na turse Galatoomi Gooftaakoo Sin waama hunda dursee! JOIN US: ❯❯ @seyfal_islaam
Show all...
👍 6 4
Aadde! Jechaa walitti Aaddi Masaanuun. #Mammaaksa
Show all...
👍 1
Yeroo hunda waan kolfuuf Hin mullatu Gaddi_koo Wal bareen jiraadha Dhokfadhee madaa koo Ogeessi silumaa Dhukkuba hin himatu Nagaadha inni jedha Kan Alaa daawwatu Nama kolfu irraa Gaddi hin mullatu. ✍ #Seyfalislaam JOIN US: ❯❯ @seyfal_islaam
Show all...
👏 5👍 1
Tan Kabajamuu Qabdu Haadha Malee Guyyaa Miti.
Show all...
👍 5
🛖    ከቤቴ በር ላይ……… “ማስመሰልህን ውጭ አስቀምጠህ ግባ!” ብዬ ከፃፍኩኝ በኋላ; "ወደ ቤቴ የሚገባ አንድም ሰው ጠፋ" ይላል። https://t.me/hamdquante
Show all...
👍 6😁 1