Gabatee Qoosaa😁🤣
Open in Telegram
*Kottu nutti dhiyaadhu. Kolfitee dadhabdee xiqquma ofitti boolaata😀
Show more984
Subscribers
No data24 hours
-27 days
-2030 days
Posts Archive
Ministeeri rayya ittisa biyya obbo lamma magarsaa midiyaa irrati dubbachuuf mirga isaani waan dhabaniif har'a akkana jechuun dubbatan. An kan midiyaaleratti akkan hin dubbanne na dhowwe dr abi...see
🌟🌟🌟🌟🌟🌟🌟🌟🌟🌟🌟🌟🌟
❕❕❕❕❕❕❕❕❕❕❕❕
Channalotin Armaan gadii Channalotaa dhugaa dhaa join godhadhaa Hordoftotaa kenyaa
❕❕❕❕❕❕❕❕❕❕❕❕
❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️
♻️✅ Filadhaa fayyadamoo ta'aa 👋👋
Maal barbaaddu?
Hunduu jiraa. Waliin tanee Afaan kenya ha gudiis nu.
Warren. Channel kessan nu wallii beksiisu fettan gara kanan galmaa'u dandesan @walaaoromo
Warren VIP barbaadan garaa @walaaoromo nu kunamu ni dandesan
✅ @walaaoromo
😜 @walaaoromo
🗣🗣🗣🗣🧣🧣🧣🧣🧣🧣🧣🧣🧣🧣🧣🧣
🌹🌹🌹🌹🌹
Chanaalota Gurguddoo Aadaa Seenaa fi Duudhaalee umaaata Oromo Dagaagsan Kan Isiin Join Gochuu qabdan
🌹JOIN 🌹
🗣🗣🗣🗣🗣🗣🗣
Channel Keessan bekksifachuuf galmaa
⚡️: @walaaoromo
⚡️: @walaaoromo
⚡️: @walaaoromo
✅✅✅✅✅✅✅✅✅✅✅✅
JOIN
✅✅✅✅✅✅✅✅✅✅✅✅
Ibnu_surur
📜 BARNOOTA TOOHIDAA 📚
🌹Assalamualyeekum
🌷Worahamtullaahi
🌻 wobarakaatu
بسم الله الرحمن الرحيم
DURSA JALQABA
✅ Galanni Kan Rabbii Aalamaati nagayaa fi Salaanni xumura Anbiyootaa fi Ergamaa nabiyyii keenya Muhammadii fi warra isaanii hundarratti haa jiraatu Eeganaa
🔻Kuni barnoota qabxiilee yaachisaa fi heddu
barbaachisaa ta’an akkasuma faayidaa guddaa qaban kan isaan malee dalagaan gabricha tokkoo fudhatama hin qabnee fi isa dhugoomsu malee Rabbiin gabricharraa kan hin jaalanne kan taye.. Itti fufa
Hordoftoota keenya jaallatamoo Sagantaa kana karaa toora Facebook fi WhatsApp irraanis kutaa jalqabaarraa eegallee jirra kan hordofuu/barachuu barbaaddan Facebook WhatsApp keenya JOIN & FOLLOW Gochuun fayyadamaa tahaa isiniin jenna 👇👇
https://chat.whatsapp.com/L93j0boaIWlGqz0qJ9zeh0
https://www.facebook.com/keyralumma
Maqaa Gootota Oromoo
Maqaa gootota oromoo wal ha yaadachiifnu.
============================
1. Taaddasaa Birruu
2. Waaqo Guutu
3. Agarii Tulluu
4. Elemoo Qilxuu
5. Abbishee Garbaa
6. Laggaasa Wagii
7. Huseen Bunee
8. Bakar Waare
9. Eebbisaa Addunyaa
10. Baayisa Taaddasaa
11. Magarsaa Barii
12. Gadaa Gammadaa
13. Baaroo Tumsaa
14. Abbomaa Mitikuu
15. Mucee Ahmed Mucee
16. Dirribee Jifaar
17. Jaagamaa Badhaanne
18. Tigist Maammoo
19. Alamuu Qixxeesaa
20. Oliqaa Dingil
21. Kabbadaa Buzuneesh
22. Abdataa Olaansa
23. Gaaddisaa Hirphaasaa
24. Kumaala Guddisaa
25. Abdiisa Guutu
26. Maammoo Mazamiir
27. Roobaa Buttaa
28. Abdiisa Agaa
29. Leenjisoo Diggaa
30. Tasfahuun Cammadaa
31. Hajii Adaam Saaddoo
32. Jaarraa Abbaa Gadaa
33. Mul’ata Fayyisoo
34. Guddinaa Tumsaa
35. Guutamaa Hawaas
36. Amiir Abdulfattaah
37. Haaylee Fidaa
38. Usmaayyoo Mussaa
39. Geexee Tafarii
40. Garasuu Dhukii
41. Sheek-Bakarii Saphaloo
42. Dagaa Doone
43. Alammayyoo Garbaa
44. Jaarsoo Waaqo
45. Hussein Abbaa Bulguu
46. Abbaa Faaroo
47. Badhaadha Darmoo
48. Muhammad Baladee
49. Nuur-Yisaaq Dhaddee
50. Dabalaa Oliqaa
51. Yayaa Alii Sire
52. Hayilaamariyaam Gammadaa
53. Argaaw Dinqaa
54. Daraara Kafanii
55. Kabbadaa Badhaasab
56. Lachiisa Fullaasa
57. Habtamu Bayyataa
58. Ibroo Shaxaa
59. Nuurresaa Girmaa
60. Haaylee Daasita
61. Ayyaantu Boraana
62. Milkeessaa Gadaa
63. Raggasaa Haayluu
64. Musxaafa Huseen
65. Tolaasa Dhufeera
66. Nadhii Gammadaa
67. Abdiisa Balchaa
68. Caalii Shoonee
69. Qeerroo Naggeesoo
70. Lammeesoo Booruu
71. Raggaasa Gammadaa
72. Birra Gammadaa
73. Fayyee Garasuu
74. Guraara Lataa
75. Hawaas Gadaa
76. Badhaasa Dilgaasa
77. Mulluu Wasaanu
78. Mul’isaa Gadaa
79. Badhoo Dachaasa
80. Buruysoo Boru
81. Dr-Tarrafaa W/tsaadiq
82. Kabbadaa Dirribaa
83. Iyyoob Taaddasaa
84. Lammaa Fidaa
85. Shiimalis Olaana
86. Mohammad Umar Qaadii
87. Asaffaa Namarraa
88. Musxafaa Haarawwee
89. Axinaaf yimaam
90. Araarsoo Wadaay
91. Ayaantuu Dagaa
92. Kumaala Karoorsaa
93. Shek-Mohammed Rashad Abdulle
94. Diimaa Guddinaa
95. Ahmed Taaqii
96. Mohammed Zakir
97. Musxafa hussen
98. Adem Dimma goota Agaazi haaxawee
99. Eliyaas Aliyyii Biyyoo karaabati Agaazi
harcaasse
100. Jaatanii Alii
101. Muhee Abdoo
102. Xahaa Abdii
103. Abdi Buuh
104. Abubakar Muussaa
105. Abdii Qophee
106. Ayyuub Abubakar
107.Bakaree Maayaa Sugee
108. Abdullaahi Luungoo
109. Muhammed Umar Bookhee
110. Buruuysoo Boruu
111. Ararsoo Boruu
112. Ibrahiim Bosharii
113. Aadam Diimaa
114.Aadam Dheree
115. Bakkalcha
116.Haaykal
117. Faaxumaa Galmoo
118.Aslii Oromoo
119. Ragggaatu Roobaa
120.Urjii Dhaabaa
121.Ayyaantuu Dagaa
122.Sartuu Magarsaa
123.Laalisee Roobaa Galmoo
124.Makiyaa Abdullahii
125.Ilfineesh Qannoo
126.Haaji Abdullahi Ganamoo
127.Tuujii Raggaasaa
128.Ayyaantuu Dagaa
129.Caamaa Nuur
130.Wadaay Galmoo Kormoosoo
131.Buttaa Roobaa
132.Dabbasaa Guyyoo
133.Abdulaahii Jirmaa
135.Jannaa Kanuu Jiloo
136.Waayyuu Waaree
137.Husseen Duulaa Ulee
138.Kadiir Waaqoo Shaaqee
139.Jeneraal Damisee Bultoo
140.Jeneraal Taarikuu Laayinee
141.Jeneraal Merdaasa Leellisaa
142.Mejer Jeneral Mariid Nugusee
143.Mejer Jeneraal Ammaha Desta
144.Jeneral Reggaasa Jimaa
145.Jeneraal Tesfaaye Tirfe
146.Jeneraal Muldhataa Bulii
147.Dejjazmash Kebede Buzune
148.Gabayyoo Gubee Gurmuu
149.Aluulaa Abbaanaggaa
150.Raas waale Bixxille(Buxxulle)
151.Abuunee Pheexroos (Magaarsaa Badhasaa)
152.Looreet Tseggaayee G/Madiin (Qawweessaa Luuccaa Roobaa )
153.Qusee Dinagdee F/habtegorgis
154.Dajjazmash Baalchaa Safoo
155.Jeneraal Jagamaa Keelloo
156.Jeneraal Garasuu Dhukii
157.Raas Abebe Aragga Becheree
158.Dajjaazmash Baqqalee Wayyaa
159.Dejjazmaash Balaay Zallaqaa Qilxuu
160.Sheek Muhammad Umar Qaadii ( Abbaa Alabaa)
161.Mullis Abbaa Gadaa
162. Abdulkariim Aadam Lakkuu ( Soowraa )
163. Umar Abuubakar Ibraahim
164. Muhammad Abdulkariim (Areedoo)
165. Muhammad Abdullaahi (Koosum)
166. Bakrii Ibraahim (Abbaa Fatoo)
167. Bakrii Ahmad Baabbilee
168.Muhammad Ahmad Umar
Ministeeri rayya ittisa biyya obbo lamma magarsaa midiyaa irrati dubbachuuf mirga isaani waan dhabaniif har'a akkana jechuun dubbatan. An kan midiyaaleratti akkan hin dubbanne na dhowwe dr abi...see
Ministeeri rayya ittisa biyya obbo lamma magarsaa midiyaa irrati dubbachuuf mirga isaani waan dhabaniif har'a akkana jechuun dubbatan. An kan midiyaaleratti akkan hin dubbanne na dhowwe dr abi...see
Namoonni telegramii fayyadamtan chaaneelii bareedduu armaan gadii kana hin qabdanu jedhee hin yaadu ani chaneelii kanatti baayyee gammadeera isinis join godhachuun gammachuu koo na wojjin qooddadhaa
Wolaloo baayyee namatti tolu daawwadhaa like share subscribe gochuu hin dagatinaa👇👇❤️👇
https://youtu.be/sHluKXhJHoo
https://youtu.be/sHluKXhJHoo
https://youtu.be/sHluKXhJHoo
ODUU GAMMACHIISAA
Abbootii chaaneelii hundaaf
Akkasumas namoota Hordoftoota chaanelii keessanii baayyifachuu barbaadu hundaaf promotionii haala miidhagaa ta'een hojjetamee miseensa (memberii) keessan kan isiniif baayyisu namni barbaaddan haala miseensa keessanii irratti hundaa'uun liinkii armaan gadiitiin nuqunnamuu dandeessu👇👇
Chaanelii miseensa 100 fi 300 gidduu jiru gara miseensa 1,000k tti Ol Guddisuuf 👇
@Islamnew_hiwote
Chaanelii miseensa 1,000k fi 5,000k gidduu jiru gara miseensa 7,000k tti ol guddisuuf 👇
@kaayyoo_koo
Chaanelii miseensa 10,000k qabu gara miseensa 15,000k tti ol guddisuuf 👉 @ibnul_islaam
Chaanelii miseensa 15,000k qabu gara 20,000k tti ol guddisuuf👇
@ibnul_islaam
Wolaloo baayyee namatti tolu daawwadhaa like share subscribe gochuu hin dagatinaa👇👇❤️👇
https://youtu.be/sHluKXhJHoo
https://youtu.be/sHluKXhJHoo
https://youtu.be/sHluKXhJHoo
#AMANTII_DHUGAA_FI_DHARAA_ADDAAN_BAASI
#KUTAA_8ffaa
ASALAAMU ALAYKUM WARAHMATULLAAHI WABARAKAATUHU
*#Islaamummaa Bareedduu #gochi isii hundi #ragaa #qabdu Rabbiin worrota hin argatiniille haa hiruu.*
👇🏻👇🏻👇🏻
*Suraa An-Nur 24:61* 👇
فَإِذَا دَخَلۡتُم بُيُوتٗا فَسَلِّمُواْ عَلَىٰٓ أَنفُسِكُمۡ تَحِيَّةٗ مِّنۡ عِندِ ٱللَّهِ مُبَٰرَكَةٗ طَيِّبَةٗۚ
Yeroo manneen seentan of irratti nagaa buusaa Kabajaa Rabbi biraa taate, barakeeffamtuu, qulqulluu taate (of irratti buusaa)
🍇🍇🍇🍇🍇🍇🍇
وعن أبي هريرة رضي الله عنه قال: قال رسول الله صلى الله عليه وسلم : "لا تدخلوا الجنة حتى تؤمنوا ولا تؤمنوا حتى تحابوا أولا أدلكم على شيء إذا فعلتموه تحاببتم؟ أفشوا السلام بينكم"
((رواه مسلم )).
Abuu Hurayraah irraa odeeffame (RA) ni jedhe. Ergamaan Rabbii (S.A.W) ni jedhe. "Hanga amantanitti jannata hin seentan. Hanga wal jaalattanittis hin amantan. Sila waan yoo isa hojjattan wal jaalattan isinitti akeekuu? *#Nagaa #wal #gaafachuu #baay'isaa."*
[Muslim].
Riyad as-Salihin
(The Book of Greetings)
Book 6, Hadith 848
🍇🍇🍇🍇🍇🍇🍇
*Luqaas 10:5* 👇
Mana tokko yommuu lixxan, duraan dursaatii ' *#Nagaan #mana #kanaaf #haa #ta'u!* ' jedhaa.
የሉቃስ ወንጌል 10:5 ወደምትገቡበት ቤት ሁሉ አስቀድማችሁ። *#ሰላም $ለዚህ #ቤት #ይሁን* በሉ።
John 1:15
Luke 10 5. And into whatsoever house ye enter, first say, *#Peace #be to this #house.*
🍇🍇🍇🍇🍇🍇🍇
*Luqaas 24:36* 👇
Jarreen lamaan kana utuu himaa jiranii Yesus ofii isaa isaan gidduu dhaabatee, *#Nagaan #isiniif #haa #ta'u!* isaaniin jedhe.
የሉቃስ ወንጌል 24 36 ይህንም ሲነጋገሩ ኢየሱስ ራሱ በመካከላቸው ቆሞ። *#ሰላም #ለእናንተ #ይሁን* አላቸው።
*Yohaannis 20:19/ Yohaannis 20:26*
🍇🍇🍇🍇🍇🍇🍇
*Yohannis Isa Sadaffaan 1:15* 👇
*#Nagaan #siif #haa ta'u,* firoonni kee nagaa siif ergu; tokkuma tokkoon maqaa dha'iitii firoota keenyatti nagaa nuuf himi!
3ኛ የዮሐንስ መልእክት 1 [15] *#ሰላም #ለአንተ #ይሁን።* ወዳጆች ሰላምታ ያቀርቡልሃል። ወዳጆችን በየስማቸው እየጠራህ ሰላምታ አቅርብልኝ።
🍇🍇🍇🍇🍇🍇🍇
Nageenni Rabbii isin irratti haa jiraatu jechuun seeraa kitaabota Amantii hundaa keessatti argamuu, akkam #bultan/#ooltan jedhanii nagaha wol gaafatuu yoo #aadaa taate malee #Amantii #kamuu keessatti waan jiruu mitii jechu.
Kanaafuu ' *#As-salaamu #Aleeykum'* (#Nageenni #Rabbii #sirratti #haa #jiraatu) Hawaasni Muslimaa woliin gaafatu, akkaataa Nabiyyoonni Rabbii #Yesuusille (#Iisaa nageenni Rabbii isa irratti haa jiraatu) dabalatee ittiin wol gaafataa turan ta'uu hubanna.
Worroonni maqaa Nabiyyii Rabbiitiin daldalu (Yesuus) ufii isa hordofna jedhuu ufii akkata inni nagaha itti nama gaafatuun nagaha wol gaafachuuyyu hin dandeenne.‼‼
Islaamumma seeraa fi gochi isiille wol simatu Rabbiin worrota hin argannee haa kennu.
Jallataa hunda Rabbiin haa qajeelchu.
Worronni baruumsa Amantii Islaamaa fi Kiristaanaa wol bira qabuun baratu barbaaddan garee Chaanaala asii gadii tuqaa seenaa 👇
https://telegram.me/Alburhaan_media
https://telegram.me/Barnootaafi
t.me/Alburhaan_media
#تفسيرسورةالغاشية
♢••●••~٦~••●••♢
{فِي جَنَّةٍ}
جامعة لأنواع النعيم كلها،
Jannanni gosoowwan qananii jedhamu hunda wolitti qabattuudha
{عَالِيَةٍ}
في محلها ومنازلها،
فمحلها في أعلى عليين،
ومنازلها مساكن عالية،
لها غرف ومن فوق الغرف غرف مبنية يشرفون منها على ما أعد الله لهم من الكرامة.
Aaliyatin jechuun mana worra jannataa kan sadarkaa olaanaa tahe
Mana hundaa olitti kan ijaaramee bootaa caalaa bareeda tahetti kabajaa jaraatiif kan rabbiin qopheesseef
{قُطُوفُهَا دَانِيَةٌ}
أي: كثيرة الفواكه اللذيذة، المثمرة بالثمار الحسنة، السهلة التناول، بحيث ينالونها على أي: حال كانوا، لا يحتاجون أن يصعدوا شجرة، أو يستعصي عليهم منها ثمرة.
Wonni isaan hachi keessatti chaatan gosoowwan firii adda addaa mi'aawaa kan tahe
Kutatanii nyaachuufis kan nama inrakkifne
Nan yaabaa kan hinqabne
Karaa laafaan kan akka barbaadan nyaatanuudha gosa
barbaadanirra
Nama jannata San badhaafamurraa Rabbiin nuhaataasisu
يتبع >>>> ٧
🌹🍃قناة تفسير السعدي🍃🌹
💫💫WANTOONI BARBAADAN HUNDU JIRA
➺MIDIYAALE BABEEKAMO
➺WAA'EE BARNOOTAA
➺SEENAA GOOTOAA
➺WAA'EE AMANTII
➺SIYAASA
➺OROMUMMAA
.
.
.
.
.
HUNDU JIRA ITTI MAKAMAA
🌟🌟🌟🌟🌟🌟🌟🌟🌟🌟🌟🌟🌟
❕❕❕❕❕❕❕❕❕❕❕❕
Channalotin Armaan gadii Channalotaa dhugaa dhaa join godhadhaa Hordoftotaa kenyaa
❕❕❕❕❕❕❕❕❕❕❕❕
❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️
♻️✅ Filadhaa fayyadamoo ta'aa 👋👋
Maal barbaaddu?
Hunduu jiraa. Waliin tanee Afaan kenya ha gudiis nu.
Warren. Channel kessan nu wallii beksiisu fettan gara kanan galmaa'u dandesan @walaaoromo
Warren VIP barbaadan garaa @walaaoromo nu kunamu ni dandesan
✅ @walaaoromo
😜 @walaaoromo
🗣🗣🗣🗣🧣🧣🧣🧣🧣🧣🧣🧣🧣🧣🧣🧣
🌹🌹🌹🌹🌹
Chanaalota Gurguddoo Aadaa Seenaa fi Duudhaalee umaaata Oromo Dagaagsan Kan Isiin Join Gochuu qabdan
🌹JOIN 🌹
🗣🗣🗣🗣🗣🗣🗣
Channel Keessan bekksifachuuf galmaa
⚡️: @walaaoromo
⚡️: @walaaoromo
⚡️: @walaaoromo
✅✅✅✅✅✅✅✅✅✅✅✅
JOIN
✅✅✅✅✅✅✅✅✅✅✅✅
Dubartoota 10 kan Rabbiin abaaree rahmata isaa irraa isaan fageesse kan Ñabiin { ﷺ} Salallahu Aleyi wasalam nuuf himan
↪Rabbiin ol ta'e nama tokko yoo jaalate jibriilitti hima ani nama kana nin jaaladha jedhe jibriil{A.S} jaalala isaa san malaykoota samii keessatti lallabee Rabbiin abaluun ni jaalata isinis jaaladhaa jedhaan, nama rabbiin jaalate isaanis ni jaalatu❤
Nama tokko yoo Rabbiin jibbes jibriil(A.S) malaykoota gaaraatti lallabee nama kana rabbiitu jibbee isinis jibbaa jedhaan isaanis ni jibbu😢
Dubartoonni Rabbiin abaaree rahmata isaa irraa isaan fageesse isaan kana⤵
1.Dubartii qaama ishee bareechisuuf jecha qaama ishee tumattuu fi tan tumtuu Fkn Niqqisaat isa jedhan fa'aa (Warra uumaa rabbii jijjiraan).
2.Dubartii nyaara haadduu fi tan haaddattu.
3.Dubartii bareeduma barbaaduuf jecha ilkaan tumattuu fi tan tumtu.
4.Dubartii rifeensa alaa fiddee ofitti qaxxaltu fi tan itti qaxxalattu《 Wiigii isa jedhamu sani》.
5.Dubartii yeroo Abbaan manaa ishee hirribaaf gara sireeti waame diddu.
6.Dubartii dhiiratti fakkaattu. Surree godhattee dhiiraa wojjin ooluu fa’aa
7.Dubartii qabrii ziyaartu.
8.Dubartii yeroo namni du'e suuraa nama sanii qabattee boochiftu.
9.Dubartii rifeensa mataa ishee akka dalluu gaalaatti ol dhaabdee hiitu.
10.Dubartii uffata qaama ishii mul'isu uffattee ummata keessa ooltu.
Hubadhaa.. kun Jecha kootii miti jecha Nabi Muhammad Salallahu Aleyi wasalam isaanis ofirraa fuudhanii hin dubbatan waan Rabbiin Ajaje qofa nutti geessan ykn nu dhaqabsiisan Nutis insha'allah Akkanumatti dhalootaaf daddabarsaa deemnaa! !
Wantoota kurnan kana keessaa tokko keessatti yoo Argamnee irraa deebi’uun keenya dirqama!
Mee oboleewwan islaamaa akka daawwitiitti keesatti of haa ilaallu irraa haa barannu! Namni tokko akka baratu yoo feete share godhii jazaa rabbirratti herreegadhu
Yaa rabbii rahmata kee irraa nu hin fageessin.
Youtube👇
https://www.youtube.com/channel/UCTFiNAQOHXblA19rrpUi_8A
Telegram👇
@Gaaddisa_dhugaa
@Bashashaa
@B_islaamummaa
T.me/gaaddisa_dhugaa
