Gabatee Qoosaa😁🤣
Open in Telegram
*Kottu nutti dhiyaadhu. Kolfitee dadhabdee xiqquma ofitti boolaata😀
Show more984
Subscribers
No data24 hours
-27 days
-2030 days
Posts Archive
As wr wb chaaneloota bebbeekamoo armaan gadii join gochuu hin dagatinaa kun beeksisa chaaneelii marsaa 2ffaati namoonni marsaa 3ffaatti beeksifachuu barbaaddan karaa @kaayyoo_koo tiin galmaahuu dandeessu chanalota armaan gadii Join gochuu hin dagatinaa👇👇
🌷Assalamualyeekum
🌷Worahamtullaahi
🌻wobarakaatuhu kabajamoo
🌻 jaallatamoo
🌻 hordoftoota
🌻keenya 👇
🌷🌷🌷🌷🌷🌷🌷🌷🌷
🌻🔶Ergaman allah ﷺ akkana jahan⤵🌻
"Namni narrati salawata tokko busee, allahn isa irrati salawata kudhan irrati busaa."
SALLUU ALA NNABIYYI
SALLII NABIIRRATTI BUUSAA👇
👇👇👇👇
🌷Sallallaahu aleyhi wosallam
Sallallaahu aleyhi wosallam
ﷺﷺﷺ ﷺﷺﷺ ﷺﷺﷺ
ﷺﷺﷺ ﷺﷺﷺ ﷺﷺﷺ
📚[MUSLIMTU GABAASE
♻️Rassulli Rabbii ﷺ
akkana jedhan guyya qiyaamaa 😭😭ilmi namaa
Hundi qaama qullaa kan uffata hin qabne
miila qullaa kan kophee hin qabne QABRII
♻️Irraa kaafamee gara dirree QIYAAMAATTI walitti
qabama jedhan hoggaa kana Aa'ishaan haati mu'umintootaa (r,a) akkana jatteen yaa rasuulallah dhiiraa fi shamarran wal ilaalamo/♻️Wal hin qaanfatanii?? jatteen rasuullis akkana jedhanii deebisaniif ya Aa'ishaa bar dubbiin akka arra
Ilaalluu kanaa mitii ilmi namaa yeroo qabrii irraa
♻️Kaafamu lubbuu kiyya lubbuu kiyya / nafsii nafsii jachaa ibidda jahannam ilaalee hundi
Namaa Akka waan dhugee machaa'eetti hatii ilmoo isii wallaalte jaarsi jaartii wallaalee obboleeyyan
wal baqatanii / wal dheysanii jedhaniin
♻️Ya ahbabii rabbiin guyyaa Cinqaan hammaattu san ija Rahmataatiin nu haa ilaalu
Yaa Rabbi Nama Aamiin jedhe Qeebaliif
Nama Aamiiin jedhee #share godhe
Addunyaatti jiruu gaarii Aakiratti jannatul firdoowsiin badhaasi
Youtube👇
https://www.youtube.com/channel/UCTFiNAQOHXblA19rrpUi_8A
Join👇👇
@Gaaddisa_dhugaa
@bashashaa
@b_islaamummaa
🌟🌟🌟🌟🌟🌟🌟🌟🌟🌟🌟🌟🌟
❕❕❕❕❕❕❕❕❕❕❕❕
Channalotin Armaan gadii Channalotaa dhugaa dhaa join godhadhaa Hordoftotaa kenyaa
❕❕❕❕❕❕❕❕❕❕❕❕
❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️
♻️✅ Filadhaa fayyadamoo ta'aa 👋👋
Maal barbaaddu?
Hunduu jiraa. Waliin tanee Afaan kenya ha gudiis nu.
Warren. Channel kessan nu wallii beksiisu fettan gara kanan galmaa'u dandesan @walaaoromo
Warren VIP barbaadan garaa @walaaoromo nu kunamu ni dandesan
✅ @walaaoromo
😜 @walaaoromo
🗣🗣🗣🗣🧣🧣🧣🧣🧣🧣🧣🧣🧣🧣🧣🧣
🌹🌹🌹🌹🌹
Chanaalota Gurguddoo Aadaa Seenaa fi Duudhaalee umaaata Oromo Dagaagsan Kan Isiin Join Gochuu qabdan
🌹JOIN 🌹
🗣🗣🗣🗣🗣🗣🗣
Channel Keessan bekksifachuuf galmaa
⚡️: @walaaoromo
⚡️: @walaaoromo
⚡️: @walaaoromo
✅✅✅✅✅✅✅✅✅✅✅✅
JOIN
✅✅✅✅✅✅✅✅✅✅✅✅
Rasuula irratti (Sallallaahu aleeyhi wasallam) Nagayaa fi Rahmata guyyaa Jumu'aa buusuun irra caalaa guyyaa hafaniiti. Hankan isii (kamisni halkan) irra caaltuu halkaniiti. Rasuulli Sallallaahu aleeyhi wasallam akkana jedhan: "Irra caalaan guyyaa keessanii guyyaa Jumu'aati, Isii keessa Nagayaa fi Rahmatarraa narratti buusuu baay'isaa."
Kanaafuu rahmata irratti buusuu haa baayyifnu sallalaahu aleyhi wosalam
الصلاة علی النبي ﷺ يوم الجمعة أفضل من بقية الأيام،وليلتها أفضل الليالي، قال رسول الله ﷺ: (إن من أفضل أيامکم يوم الجمعة فأکثروا علي من الصلاة فيه)
💌 Assalamualyeekum Worahamtullaahi wobarakaatu jaalalloowwan koo hundi nagaafii rahmanni rabbii isiniif hajiraatuu jechaa waamicha ykn gahee amantaan koo islaamummaan narraa qabu isiniin gahuun barbaada innis waamicha gara barnootawwan dursuu qaban kan akkaan barbaachiisoo tahan kan isiin maletti amantaan keenyaa fi dalgaan amantaa keenyaa dhaabbachuu ykn qeebalamuu indandeenye barnoonni sunis maali yoo jettan kunoo kanneen gadii kana ⤵️ 👇
➡️ Barnoota Toohidaa
➡️ Barnoota Aqiidaa
➡️ Barnoota waa'ee iimaana
➡️ Barnoota Seenaa/siiraa
Obboloowwani fi obboleettin koo hundi akka gama barnoota kanaa dhuftanii barattan hiriyoottan keessanis garas affeeruun ykn ergaa keenya kana shear forward gochuun Gahee amantaan keessan isinirraa qabu bahadhaa isiniin jenna
⤵️ kan gadii kana tuqaa👇
B A R N O O T A S A L A A T A A
✍𝓫𝔂 𝓐𝓫𝓭𝓾𝓵𝓪𝔃𝓲𝔃 𝓐𝓱𝓶𝓮𝓭𝓭𝓲𝓲𝓷
Kutaa 2ffaa
W U D U ' A
👉Shuruuxa(Ulaagaalee) Wudu'aa
Namni salaataaf wadda'atuuf deemu tokko jalqaba ulaagaalee wudu'aa kurnan(10) armaan gadii guuttachuu qaba.
A, Islaamummaa, ( islaamummaa qabaachuu)
B, Al aqli, (sammuun nagaa ta'uu)
C, Attamayizu, (Umriin gahuu)
D, Niyyaa, (Wudu'aaf niyyachuu, dalagaan namaa niyyaadhaan fayyaa ta'a)
E, Kutuuf niyyachuu dhabuu(yoo wanti tokko uumame wudu'a dhiiseen deema akka jechuuti)
F, Istanja(erga boolii baanee booda bishaaniin of qululleessuu) fi istajmara(dhagaadhaan of qulqulleessuu).
G, Bishaan fi meeshaan isaa qulqulluu(bishaan Nuri ittiin wada'annu fi meeshaan ittiin bishaan naqannus xahaara ta'uu)
H, Halaal tahuu bishaanichi,
I, Waan bishaan akka qaamatti hin seenne taasisu ofirraa kaasuu(hamartii, sa'aatii, qalama qeensaa,....kkfk)
J, yeroon salaataa gahuu, nama rakkoo fayyaa qabuuf (Rakkoo fincaan qabachuu dadhabuu)
✍DIRQAMOOTA WUDU'AA
◇◇◇◇◇◇◇◇◇◇◇◇◇
1,Fuula dhiqachuu(lulluuqqii fi funyaan bishaaniin qulqulleeffachuu wajjiin)
2, Haraka lamaan ciqilee wajjiin dhiqachuu
3, Mataa ;gurra wajjiin haxaawuu
4, Miila lamaan koomee wajjiin dhiqachuu
5, Walduraaduuba( tartiiba) isaa eeggachuu
6, Wudu'ichi guutuu tahuu
👉Waajiba Wudu'aa👉Bismillah(Maqaa Rabbiitiin jalqaba) jechuu!!!
✍Wantoota wudu'a diigan
◇Wantoonni wudu'a keenya nu jalaa diiguu dandahan saddeeti(8)
Isaanis👇
1, Qaawa lamaaniin waan bahu
2, Waan fokkotaa qaama namaa irraa bahan
Fkn ◇dhiiga Humnaa olii
◇Funuuna guddaa
◇ Haqqee
3, Yoo tasa of wallaale (dhukkubni gaggabdoo yoo nama qabe)
4, Dubartii(haadha mana ofii tuquu fedhiidhaan) dubartii ajnaba xuquun silumaa haraama!
5, Qaama saalaa namaa tuquu (Kamiyyuu haa tahu)
6, Foon Gaalaa nyaachuu
7, Du'aa dhiquu? (Tarii yeroo sanatti qaama saalaa du'aa sanaas dhiquuf jecha waan tuquuf)
8, Islaamummaa irraa deebi'uu(Rabbiin nuhaa tiksu)
Ergaa barnoota guddaa qabu kana firaa fi hiriyyoota keessaniif share/forward gochuun ajrii dalagadhaa!!!
Barnoota babbareedaa akkasii argachuuf chaanaalii keenya @Kennaapost join godhaa!!
👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇
@Kennaapost @Kennaapost
T.me/Kennaapost
ODUU ARIIFACHIISAA
Namoonni telegramii fayyadamtan hundi keessan nageenya mobaayila keessanii eeguuf veiw gochuu qabdu VEIW gochuuf VEIW kan jedhu ammuma tuqaa
Namni hundumtuu ogeessa garuu dandeettiifi ga'umsa qurxummii qorachuuf qurxummicha fudhattee muka yoo yaabbatte qurxummiin sun bara jireenyasaa hundumaa 'ani gatii hin qabu'jedhee amanee jiraata"-Albert inistaayin.
@cuunfaaseenaa.
Assalaamu'aleykum worahmatullaahi wobarakaatu obboleewwan muslimaa hundi keessan dhimma kana irratti hirmaadhaa youtube n tokko hojii jalqabuuf namoonni 1,000 (kumni tokko) Subscribe gochuu barbaachisa garuu nuti miidiyaa ummata muslimaa tajaajilu Subscribe gochuuf nutti ulfaata? Garuu maaliifi jedhaa itti yaadaa Osoo miidiyaa waa'ee amantii keenyaatiin wol faallessu ta'ee namoonni meeqa subscribe akka godhu beektu Silaa kan dursuu qabu dhimma amantii keenyaati Nuti ergaa isiniif dabarsuuf dursa gargaarsa rabbii barbaanna itti aansuun gargaarsa keessan barbaanna kanaafuu nutu wol gargaara nutu woliif tumsa Subscribe godhaa haamilee nuuf ta'aa nu jajjabeessaa liinkii gadii kana tuquun subscribe nuuf godhaa
👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇
https://www.youtube.com/channel/UCTFiNAQOHXblA19rrpUi_8A
Wolaloo gabaabduu armaan gadii kanas dhaggeefadhaa waan baayyee irraa baradhaa👇👇👇
https://youtu.be/sHluKXhJHoo
Shamarree kana yoo tuqxe maaliif uffatashee baasti sitti fakkata!
👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇
´´´████████´´´´
´´`´███▒▒▒▒███´´´´´
´´´███▒●▒▒●▒██´´´
´´´███▒▒▒▒▒▒██´´´´
´´´███▒ 👄▒▒██´
´´██████▒▒███´´´´´
´██████▒▒▒▒███´´
██████▒▒▒▒▒▒███´´´´
´´▓▓▓▓▓▓▓▓▓▓▓▓▓▒´´
´´▒▒▒▒▓▓▓▓▓▓▓▓▓▒´´´´´
´.▒▒▒´´▓▓▓▓▓▓▓▓▒´´´´´
´.▒▒´´´´▓▓▓▓▓▓▓▒
..▒▒.´´´´▓▓▓▓▓▓▓▒t
´▒▒▒▒▒▒▒▒▒▒▒▒
´´´´´´´´´███████´´´´
´´´´´´´´████████´´´´´´
´´´´´´´█████████´´´´´
´´´´´´██████████´´´
´´´´´´██████████´´
´´´´´´´█████████´
´´´´´´´█████████´
´´´´´´´´████████´´´
▒▒▒▒▒
▒▒▒▒
▒▒▒▒
▒▒▒▒
▒▒▒▒
▒▒▒▒
▒▒▒▒
▒▒▒▒
▒▒▒▒
███▒▒
███████
█ ███ █_███
Maanguddoon Itoophiyaa ganna '114 Covid-19’rraa bayyaanatan’
*****
Maanguddoon Itoophiyaa ganna 114 koronaavayirasii irraa bayyannachuu isaani hogganaa hospitalaa manguddoon kun itti wal’aanamaa turanii kan ta’an Dr Yaareed Agidew Feesbuukii gubbatti maxxansaniiru.
Tarii maanguddoon kun Afrikaa keessaa nama umuriin guddaa vaayirasichaan qabamanii bayyanatan tahuu hin oolanis jedhamaa jira.
Maxxansa Afaan Amaraan barreessaniin Dr Yaared “Amma gutuummatti bayyaannataniiru. Fayyaa gaarii qabu,” jedhan.
“Hojjatootonni fayyaa keenyaa fayyaafi jireenya dheera haa qabaatani,” jedhan.
Maddi toora telegraama BBC irraayyi
t.me/Alburhaan_media
Shamarree kana yoo tuqxe maaliif uffatashee baasti sitti fakkata!
👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇
´´´████████´´´´
´´`´███▒▒▒▒███´´´´´
´´´███▒●▒▒●▒██´´´
´´´███▒▒▒▒▒▒██´´´´
´´´███▒ 👄▒▒██´
´´██████▒▒███´´´´´
´██████▒▒▒▒███´´
██████▒▒▒▒▒▒███´´´´
´´▓▓▓▓▓▓▓▓▓▓▓▓▓▒´´
´´▒▒▒▒▓▓▓▓▓▓▓▓▓▒´´´´´
´.▒▒▒´´▓▓▓▓▓▓▓▓▒´´´´´
´.▒▒´´´´▓▓▓▓▓▓▓▒
..▒▒.´´´´▓▓▓▓▓▓▓▒t
´▒▒▒▒▒▒▒▒▒▒▒▒
´´´´´´´´´███████´´´´
´´´´´´´´████████´´´´´´
´´´´´´´█████████´´´´´
´´´´´´██████████´´´
´´´´´´██████████´´
´´´´´´´█████████´
´´´´´´´█████████´
´´´´´´´´████████´´´
▒▒▒▒▒
▒▒▒▒
▒▒▒▒
▒▒▒▒
▒▒▒▒
▒▒▒▒
▒▒▒▒
▒▒▒▒
▒▒▒▒
███▒▒
███████
█ ███ █_███
Assalaamu'aleykum worahmatullaahi wobarakaatu obboleewwan muslimaa hundi keessan dhimma kana irratti hirmaadhaa youtube n tokko hojii jalqabuuf namoonni 1,000 (kumni tokko) Subscribe gochuu barbaachisa garuu nuti miidiyaa ummata muslimaa tajaajilu Subscribe gochuuf nutti ulfaata? Garuu maaliifi jedhaa itti yaadaa Osoo miidiyaa waa'ee amantii keenyaatiin wol faallessu ta'ee namoonni meeqa subscribe akka godhu beektu Silaa kan dursuu qabu dhimma amantii keenyaati Nuti ergaa isiniif dabarsuuf dursa gargaarsa rabbii barbaanna itti aansuun gargaarsa keessan barbaanna kanaafuu nutu wol gargaara nutu woliif tumsa Subscribe godhaa haamilee nuuf ta'aa nu jajjabeessaa liinkii gadii kana tuquun subscribe nuuf godhaa
👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇
https://www.youtube.com/channel/UCTFiNAQOHXblA19rrpUi_8A
Wolaloo gabaabduu armaan gadii kanas dhaggeefadhaa waan baayyee irraa baradhaa👇👇👇
https://youtu.be/sHluKXhJHoo
Ajaa'iba Qurxummii
🦈🦈🦈🦈🦈🦈
➦Qurxummiin Wantoota addunyaa kanarraa ulfaatina guddaa qaban keessaa tokko.
➦Qurxummiin magaalli dheerinni isaa meetira 33 ni caala.
➦Ulfaatinni isaa toonii 175,tooniin tokko kuntaala meeqa?
➦Ulfaatinni Arraba isaa qofti toonii 3 madaala jedhan.
➦dhahannaan onnee waan tokkoo hanga guddinni isaa dabalaa deemuun xiqqaataa deema.
➦Lafeen isaa qofti toonii 20 madaala.
➦Ulfaatinni Ilmoo isaa ulfaatinna ilmoolee bineensota hundaa ni caala.
Ilmoon tokko yeroo dhalatu ulfaatinni isaa toonii lama madaala.
➦Ilmoon qurxummii dhalatee waggaa tokkotti haadha isaatti qixxaata.
➦Dhugamatti maaltu qurxummii akkanatti guddise?
ulfaatinni isaa dachaa 25 Arba caala jedhan.?
#Itti_fufa...
Youtube keenya? argachuuf👇
https://www.youtube.com/channel/UCTFiNAQOHXblA19rrpUi_8A
Share godhaa👇👇👇👇
@Gaaddisa_dhugaa
@Bashashaa
@b_islaamummaa
