Personal Development
Open in Telegram
Wanta barbaaddu argachuuf gatii baasu qabdu baasi. Deemsi karaa dheeraa tarkaanfii 1 irraa egala
Show more6 927
Subscribers
No data24 hours
-187 days
-8030 days
Posts Archive
6 927
3 DAYS LEFT: Withdrawals Are Opening!
Mark your calendars!
On December 20th, USDT and $TONARX withdrawals go live on Tronkeeper!
Get ready to unlock your rewards and take full control of your earnings.
The countdown is on – 3 days to go!
Stay tuned. Big things are coming!
6 927
Never depend on a single income
make an investment to create a
second source.” Warren Buffett
Madda galii babal'ifachuu
Diversifying income sources
"Gabrummaa hanqina maallaqaa jalaa ba'uun qabsoo madda galii dabalataa gabbifachuu gaafata.
"Dingadeen bilisummaa hin qabdu taanaan siyaasaanis ta'e sammuu kee keessatti bilisummaa qabaachuu hin dandeessu"
"
Imala qabsoo #diinagdee keessatti, meeshaa waraanaa dargaggoonni jalqaba irratti hidhachuu qabu ANI NAN DANDA'A isa jedhamuudha"! Dr. Gutu Tesso
Wantoota guddina dinagdee
keessatti murteessoo ta'an.
1. Of jijjiiruu
2. Mul'ata qabaachuu fi karooraan jiraachuu
3. Aadaa hojii gaarii gabbifachuu
4. Madda galii babal'ifachuu
5. Amala qusannaa jabaa horachuu
6. Baasii hin malle hir'isuu
7. Idaa hamaa keessa akka hin seenne of-eeguu
8. Qabeenya horachuu
9. Beekumsaan of qaraa adeemu
✅ jalqaba #Dolara10n argattu nama #Invite gochuu qofaan $100 Ol argachuu dandeessu
👇
Eegaluuf liinkiin kunooti
👇✅👇
https://t.me/TronKeeperBot/app?startapp=5932461404
6 927
Waliif Qooduun nama 1f Karaa haataanu💟
Baayyina:1000 ol Barbaada
Qaxarriin: Dhaabbii
#Tajaajila_Immigireeshiniif lammummaa
# Ethiopian Immigration and Citizenship Service
Guyyaan Galmeen:Qidaamee(Sanbata Xiqqaa) dabalatee 9-25/4/2017
Yaadachiisa
•Ragaalee barnootaa fi muuxannoo hojii barbaachisoo ta’an footokoppii orijinaala fi hin deebine qabatanii deemuudhaan.
Bakki Galmee:
👉 Qaamaan Finfinnee, Piyassa, Gamoo Inat biratti Biiroo Ethiopian Immigration and Citizenship Service jedhutti argamuun Galmaa'uu dandeessu.
👉 akkasumas
👉Qaamaan Argamuun Waajjira Kantiibaa Bulchiinsa Magaalaa Diree daawaatti
👉Qaamaan Adaamaa, Biiroo Immigration tti argamuun Galmaa'uu dandeessu.
👉Akkasumas naannoo Oromiyaatiin ala kan jiran Biiroo waajjira Pirezidaantii keessatti qaamaan galmaa'uu akka dandeessan isin beeksifna jedhu.
👉 Gitoota hojii muuxannoo hojii barbaadaniif muuxannoo hojii barbaachisaa ta’e kennuu qabu.
👉 Gitoota hojii digirii waggaa zeeroo barbaadaniif ragaa Qormaata Yuunivarsiitii Bahuu (Exit Exam) kan darbe/te fi qabxiin eebba yunivarsiitii dhiirotaaf 2.5, dubartootaaf 2.00 ta’uu qaba.
👉 Warreen Diploma ykn barnootaa Level Dorgomaniif ragaa COC dhiyeessu qabu.
👉 Dorgomtoonni gitoota hojii waggaa zeeroo barbaadu irratti Dorgoman bara 2015 irraa kaasee kan eebbifaman Ta'u qabu.
👉 Dorgomtoonni ulaagaa guutanii fi filataman leenjii dhaabbatichi kennu fudhachuuf fedhii qabaachuu qabu.
👉 Warri umuriin isaanii waggaa 35 fi isaa gadi ta’e ragaa barnoota kutaa 8ffaa dhiyeeffachuu qabu.
👉Hojii dhaabbatichi itti ramade kamiyyuu irratti hojjechuuf fedhii kan qabu/du .
👉Dorgomtoonni dandeettii afaan biyya keessaa fi alaa adda addaa qaban ni jajjabeeffamu;
👉 dubartoonni ni jajjabeeffamu;
👉 Dorgomtoonni dandeettii kompiitaraa bu’uuraa qaban ni jajjabeeffamu jedha.
✅Telegramii irraas galii argadhaa
Link kanaan seenaa, Walaffeerraa Hojjedhaa
✅ jalqaba #Dolara10n argattu nama #Invite gochuu qofaan $100 Ol argachuu dandeessu
👇
Eegaluuf liinkiin kunooti
👇✅👇
https://t.me/TronKeeperBot/app?startapp=5932461404
6 927
Tajaajila Immigireeshiniif lammummaa
Namoota 1,000 ol barabaada
Qabxiin dhiiraafi 2.5 fi ol
Shamarraniif 2: fi ol
✅Telegramii irraas galii argadhaa
Link kanaan seenaa, Walaffeerraa Hojjedhaa
✅ jalqaba #Dolara10n argattu nama #Invite gochuu qofaan $100 Ol argachuu dandeessu
👇
Eegaluuf liinkiin kunooti
👇✅👇
https://t.me/TronKeeperBot/app?startapp=5932461404
6 927
✅Telegramii irraas galii argadhaa
Link kanaan seenaa, Walaffeerraa Hojjedhaa
✅ jalqaba #Dolara10n argattu nama #Invite gochuu qofaan $100 Ol argachuu dandeessu
👇
Eegaluuf liinkiin kunooti
👇✅👇
https://t.me/TronKeeperBot/app?startapp=5932461404
6 927
1.Job title: Banking Career Opportunity Announcement
Registration link: https://career55.sapsf.eu/sfcareer/jobreqcareer?jobId=3544&company=cooperat05
NOTICE:
Interested applicants should submit their education credential and relevant work experience through the below link. The document should be PDF format and each file size shall not exceed 1MB.
•Remuneration: As per the bank’s salary and benefits structure.
•Closing date: 5 working days from the date of the announcement.
•Female candidates are strongly encouraged to apply.
•Only shortlisted applicants will be contacted.
• Application deadline: December 21, 2024.
6 927
+2
Waliif Qoodaa💟🙏
Waajjira Fayyaa Godina Shawaa Bahaa
Muuxannoo:0 fii isaa ol
Ogummaa:
# Digirii jalqabaa
👉 Pharmacy
👉 Midwifery
👉HO
👉Nurse
👉 Enviromental Health
#Diploma
👉 Clinical Nurse
👉 Midwifery
👉Drugist
👉Lab Technician
👉HIT
Galmeen:
4-14/4/2017
Bakki Galmee: Waajjira Fayyaa Godina Shawaa Bahaa kutaa HR tti galmaa'uu dandeessu
Qulqullinaan ilaaluuf
🔵Tellegram Channel
✅Odeeffannoo dabalataaf 👇👇https://t.me/adeemsacima
https://t.me/adeemsacima
✅Telegramii irraas galii argadhaa
Link kanaan seenaa, Walaffeerraa Hojjedhaa
✅ jalqaba #Dolara10n argattu nama #Invite gochuu qofaan $100 Ol argachuu dandeessu
👇
Eegaluuf liinkiin kunooti
👇✅👇
https://t.me/TronKeeperBot/app?startapp=5932461404
6 927
+1
👉ሌሎች የስራ ማስታዎቂያዎችን ለማየት ከስር ያሉትን ሊንኮች በመጫን በየቀኑ የሚወጡ ስራዎችን በስልክዎ ወይም በኮምፒተርዎ ይከታተሉ👇👇👇
🔵Tellegram Channel
6 927
+1
Tronkeeper irratti iftaan irraa eegalee USDT hojjachaa turtan baafachuu ni eegalama jedhameera.
Warri hin jalqabin ammas guyyootni muraasni jira dhaqqabadhaa...👇
6 927
🚀Tronkeeper: The Roadmap is Set!
Here’s what’s coming:
🤑20 Dec – Opening of USDT and $TONARX Withdrawals
The wait is over! Start claiming your assets.
🔨25 Dec – Deactivation of Mining
Time to wrap up mining operations.
📈31 Dec – MEXC Exchange Listing Announcement
Get ready to take $TONARX to the next level!
💰31 Dec - 3 Jan – USDT and $TONARX Transfers
Your rewards are on the way — straight to your wallet.
🆕3 Jan - 5 Jan – Tronkeeper’s New Phase
A new era begins. Are you ready?
📢 Stay tuned. Big things are happening!
6 927
#Dolaara Meeqa hojjettan? Hanga ammaa
#Guyyaa 15 qofaatu hafe
#Dolaara hojjettan gara qarshii Keenyatti jijjiiruuf yeroon dhihaattega
#Guyyaa 15 qofaatu hafe list ta'uuf
✅Galmaa'uu qofaan $10 Nama #Invite gochuun #Bonus $50 Argattu
#Dolaara meeqa hojjettan?
Tronkeeper Kana Salphaatti Waan Hojjattamudha Hadara irraa fayyadama
Taphi TronKeeper kun bifa haaraan garee haaraa jalatti gurmeessuu jalqabeera $TRONARX hiruu eegaleera.
Akka haaraatti seentanii taphachuudhaan USDT, TRX, TON, TRONARX argachuu dhaan yoo 5 ol argattan USDT irraa kan hafe gara Bytbit ykn Binance fa'atti USD dhaan dabarfachuu dandeessu..
✅Deemsi Tarkaanffii #Tokko irraa Eegala dhugaa jiru hojjetanii baru #Jabaadhaa hojjedhaa #Telegramii irraas galii argadhaa
Gareen haaraa kunoo👇
✅Telegramii irraas galii argadhaa
Link kanaan seenaa, Walaffeerraa Hojjedhaa
✅ jalqaba #Dolara10n argattu nama #Invite gochuu qofaan $100 Ol argachuu dandeessu
👇
Eegaluuf liinkiin kunooti
👇✅👇
https://t.me/TronKeeperBot/app?startapp=5932461404
6 927
Milkaa'inni irra deddeebi'anii yaaluu
fi Abdii muruu dhiisuu irraan dhufti
#Toomaas Ediisan abbaan argannoo ‘Ampuulii’ ijoollummaa isaatti barnoota dadhabuudhaan mana barumsaa irraa akka ar'atamu taasifame. Guyyaa tokko barsiiftuun isa barsiiftu xalayaa akkas jedhu barreessitee itti laattee akka inni galee maatii isaatti kennuuf itti himte. Xalayichi akkas jedha. “Toomiin kee barumsa waan hin dandeenyeef,akka lammata mana barumsaatti hin ergine!’’ jettee xalayaa barreessitee isumatti laatte.
#Ediisan dubbisuu waan hin dandeenyeef, xalayicha osoo banee hin ilaaliin akkuma jirutti galchee harmee isaatti laate. Harmeen isaa xalayicha dubbistee, hirqistee boosse. Innis harmee isaatiin.....“Maal taate?” jedhee gaafate. Isheenis....“Toomiin kee cimaadha!” jettee barsiiftuun kee xalayaa naaf barreessite......“Kana booda mana barumsaa hin deemtu. Manumattin si barsiifadha!” jetteen Toomiidhaan.
Akka seenaan isaa jedhutti ji'oota lama qofa barate Toomaas Ediisan. Garuu, abbaa argannoo addunyaa kanaa ifa nuuf laataa jirtuuti. Ampuulii kalaquuf yeroo 9999 yaalee, si'a 10000 irratti milkaa'e. Isayyuu xumura irratti ampuulii kalaqee hojjettoota isaa keessaa nama tokkotti akkanni bakka wayii ka'uuf itti laate. Innis harkaa fuudhee battaluma sanatti ampuulichi lafa harkaa rukutee caccabe. Eediisan dadhabbii amma kanaa itti dadhabee.....yeroo amma kanaa itti fixee yommuu jalaa caccabu, baay'ee nama hin aarsu. Nama aarsa dhugaa dubbachuuf! Ammas abdii muree hin dhiisne. Irra deebi'ee hojjechuu isaati. Hojjetee ammas hojjetaadhuma gaafa jalqabaa sanatti deebisee laate.
Hojii #Eedisan kana irraa irra deddeebi'anii yaaluun milkaa'ina akka namaaf argamsiiftu barachuun baay'ee salphata. Abdii muruu dhiisuu dabalatee jechuudha.
#HeneriiFoordii abbaan argannoo konkolaataa, guyyaa tokko akkas jedheen Eedisaniin...“Wanti kun tasumaa hin danda'amu;koottuutii na waliin kaampaanii koo keessa hojjennaa!” jedheen. Kanas hin dhageenye inni. Xumura irratti ampuulii hojjetee...“Inni ati hin danda'amu jette sun;ni danda'ama!” jechuun ampuulicha itti agarsiisuu danda'eera. Ajaa'iba!
Pirezedaantii Ameerikaa 16ffaa kan ture #AbrahaamLiinkan waggaa isaa 52ffaatti Ameerikaa bulchuuf carraa argate. Sanaan dura garuu kufaatii danuu jireenya isaa keessatti nama keessummeessedha. Garuu, mormiiwwanii fi kufaatii amma kanaatiif abdii muree dhiisuu hin dandeenye. Irra deddeebi'ee yaaluudhaan milkaa'eera!
Bulchaan guddaan Afrikaa Kibbaa duraanii, #NelsanMaandellaan bilisummaa uummata gurraachaa fiduuf waggoota 27'f mana siirreessaa keessa ture. Achiitii ba'ee Pirezedaantii Afrikaa Kibbaa ta'uu danda'eera. Wal-qixxummaa Adiif Gurraachaas mirkaneessuu danda'eera. Badhaasa beekamaa Addunyaa ‘#NobelPeacePrize’ fudhachuus danda'eera. Ajaa'iba. Wanti hundi kutannoo gaafatti!
Walumaagalatti, waan hundi kutannoo, irra deddeebi'anii yaaluu, abdii muruu dhiisuu irraan dhufa! Via leadership
6 927
Waan yaadde argachuuf, waan qabdu dhabda, Yoo hin obsine lameenuu dhabda, kanaafuu obsa qabaadhu👍
6 927
Robert Mugaabee
▬▬▬▬▬▬▬▬▬
Yeroo tokko Robert Mugaaben dubbii dinqisiisaa waa'ee sirna Bulchiinsa Afrikaa irratti dubbatee ture!
➛ Barattoonni ciccimoon Sadarkaa 1ffaa irratti argaman qabxii olaanaa warri qaban ogeessa fayyaa fi enginera ta'u!
➛ Barattoonni jiddu galeessi sadarkaa 2ffaa irratti argaman immoo seera baratanii warra sadarkaa tokkoffaa bulchu!
➛ Sadarkaa 3ffaa irratti kan argaman kanneen kutaa 8 baratanii, poolisii dorgomuun warra sadarkaa 1ffaa fi 2ffaa jiran kan bulchanii dha. Yoo barbaadan ni reebu! Qaama hir'isu! Yoo barbaadan ni ajjeesu!
➛ Sadarkaa dhumaa irra kanneen jiran kanneen homaa hin baratin immoo qaalluu fi xonqaayii ta'uun namoota hundumaaf fala himu! jedhee ture!
6 927
1. 𝐉𝐚𝐚𝐥𝐚𝐥𝐥𝐢 𝐬𝐢𝐫𝐫𝐢𝐭𝐭𝐢 𝐣𝐚𝐚𝐥𝐚𝐜𝐡𝐮𝐮𝐧 𝐚𝐥𝐚 𝐪𝐨𝐫𝐬𝐚 𝐛𝐢𝐫𝐚𝐚 𝐡𝐢𝐧 𝐪𝐚𝐛𝐮.:-𝐇𝐞𝐧𝐫𝐲 𝐃𝐚𝐯𝐢𝐝 𝐓𝐡𝐨𝐫𝐞𝐚𝐮
____
2. 𝐒𝐚'𝐚𝐚𝐭𝐢𝐢 𝐭𝐨𝐤𝐤𝐨 𝐝𝐚𝐥𝐚𝐠𝐚𝐚 𝐭𝐨𝐤𝐤𝐨 𝐦𝐚𝐥𝐞𝐞 𝐛𝐚𝐥𝐥𝐞𝐞𝐬𝐮𝐮𝐟 𝐧𝐚𝐦𝐚 𝐡𝐚𝐝𝐡𝐨𝐨𝐟𝐭𝐮𝐮 𝐪𝐚𝐛𝐮 𝐭𝐨𝐤𝐤𝐨𝐨𝐟 𝐠𝐚𝐭𝐢𝐢𝐧 𝐣𝐢𝐫𝐞𝐞𝐧𝐲𝐚𝐚 𝐢𝐬𝐚𝐚𝐟 𝐡𝐢𝐧 𝐠𝐚𝐥𝐥𝐞.:- 𝐂𝐡𝐚𝐫𝐥𝐞𝐬 𝐃𝐚𝐫𝐰𝐢𝐧
___
3. 𝐘𝐚𝐫𝐚𝐚𝐧 𝐝𝐚𝐛𝐫𝐞 𝐠𝐚𝐚𝐫𝐢𝐢 𝐝𝐡𝐮𝐟𝐮 𝐚𝐤𝐤𝐚 𝐝𝐡𝐢𝐢𝐛𝐮𝐮𝐟 𝐡𝐢𝐧 𝐞𝐞𝐲𝐲𝐚𝐦𝐢𝐧.
__
4. 𝐌𝐚𝐚𝐥𝐥𝐚𝐪𝐧𝐢 𝐠𝐚𝐦𝐦𝐚𝐜𝐡𝐮𝐮 𝐛𝐢𝐭𝐮𝐮 𝐡𝐢𝐧 𝐝𝐚𝐧𝐝𝐚'𝐮. 𝐆𝐚𝐫𝐮𝐮 𝐡𝐢𝐲𝐲𝐮𝐦𝐦𝐚𝐚𝐧 𝐡𝐨𝐦𝐚𝐚 𝐛𝐢𝐭𝐮𝐮 𝐡𝐢𝐧 𝐝𝐚𝐧𝐝𝐚'𝐮.
__
5. 𝐍𝐚𝐦𝐨𝐨𝐧𝐧𝐢 𝐭𝐨𝐤𝐤𝐨 𝐭𝐨𝐤𝐤𝐨 𝐬𝐢 𝐣𝐚𝐚𝐥𝐚𝐜𝐡𝐮𝐮 𝐡𝐢𝐧 𝐝𝐚𝐧𝐝𝐚'𝐚𝐧; 𝐬𝐚𝐛𝐚𝐛𝐧𝐢 𝐢𝐬𝐚𝐚 𝐤𝐚𝐫𝐚𝐚𝐦𝐚𝐚𝐧 𝐤𝐞𝐞 𝐬𝐞𝐞𝐱𝐚𝐚𝐧𝐚 𝐢𝐬𝐚𝐚𝐧𝐢𝐢 𝐰𝐚𝐚𝐧 𝐦𝐮𝐟𝐚𝐜𝐡𝐢𝐢𝐬𝐮𝐮𝐟𝐢𝐢 𝐝𝐡𝐚
6 927
External Vacancy Announcement!
Oromia Bank Dire Dawa District Office is seeking qualified and competent candidates for Branch Manager I.
For more information about the position, qualifications, and application process, please check the attached document below.
6 927
External Vacancy Announcement!
Oromia Bank Dire Dawa District Office is seeking qualified and competent candidates for Branch Manager I.
For more information about the position, qualifications, and application process, please check the attached document below.
6 927
✅Telegramii irraas galii argadhaa bara gaarii akka hojjettanitti kan argattaniidha
Link kanaan seenaa, Walaffeerraa Hojjedhaa
✅ jalqaba #Dolara10n argattu nama #Invite gochuu qofaan $60 Ol argachuu dandeessu
👇
Eegaluuf liinkiin kunooti
👇✅👇
https://t.me/TronKeeperBot/app?startapp=5932461404
6 927
Madda galii babal'ifachuu
Diversifying income sources
"Gabrummaa hanqina maallaqaa jalaa ba'uun qabsoo madda galii dabalataa gabbifachuu gaafata.
"Dingadeen bilisummaa hin qabdu taanaan siyaasaanis ta'e sammuu kee keessatti bilisummaa qabaachuu hin dandeessu"
"
Imala qabsoo #diinagdee keessatti, meeshaa waraanaa dargaggoonni jalqaba irratti hidhachuu qabu ANI NAN DANDA'A isa jedhamuudha"! Dr. Gutu Tesso
Wantoota guddina dinagdee
keessatti murteessoo ta'an.
1. Of jijjiiruu
2. Mul'ata qabaachuu fi karooraan jiraachuu
3. Aadaa hojii gaarii gabbifachuu
4. Madda galii babal'ifachuu
5. Amala qusannaa jabaa horachuu
6. Baasii hin malle hir'isuu
7. Idaa hamaa keessa akka hin seenne of-eeguu
8. Qabeenya horachuu
9. Beekumsaan of qaraa adeemu
