en
Feedback
Personal Development

Personal Development

Open in Telegram

Wanta barbaaddu argachuuf gatii baasu qabdu baasi. Deemsi karaa dheeraa tarkaanfii 1 irraa egala

Show more
6 927
Subscribers
No data24 hours
-187 days
-8030 days
Posts Archive
#Ethiopian_Immigiration_Sitizenship_Service For Fresh & Exp Required No:1000++ Fresh Graduates CGPA 2.5 male 2 for female Waliif Qooduun nama 1f Karaa haataanu💟 Baayyina:1000 ol Barbaada Qaxarriin: Dhaabbii # Ethiopian Immigration and Citizenship Service Galmeen:Qidaamee(Sanbata Xiqqaa) dabalatee 9-25/4/2017 Yaadachiisa •Ragaalee barnootaa fi muuxannoo hojii barbaachisoo ta’an footokoppii orijinaala fi hin deebine qabatanii deemuudhaan. 👉 Waajjira dhaabbata, Finfinnee,Piazza, Gamoo Inat biratti argamutti akkasuma 👉 Waajjira Kantiibaa Bulchiinsa Magaalaa Direedaawaatti, 👉Akkasumas naannoo hunda keessatti waajjira Pirezidaantii keessatti qaamaan galmaa'uu akka dandeessan isin beeksifna jedhu. 👉 Gitoota hojii muuxannoo hojii barbaadaniif muuxannoo hojii barbaachisaa ta’e kennuu qabu. 👉 Gitoota hojii digirii waggaa zeeroo barbaadaniif ragaa Qormaata Yuunivarsiitii Bahuu fi qabxiin eebba yunivarsiitii dhiirotaaf 2.5, dubartootaaf 2.00 ta’uu qaba. 👉 Warreen Diploma ykn barnootaa Level Dorgomaniif ragaa COC dhiyeessu qabu. 👉 Dorgomtoonni gitoota hojii waggaa zeeroo barbaadu irratti Dorgoman bara 2015 irraa kaasee kan eebbifaman Ta'u qabu. 👉 Dorgomtoonni ulaagaa guutanii fi filataman leenjii dhaabbatichi kennu fudhachuuf fedhii qabaachuu qabu. 👉 Warri umuriin isaanii waggaa 35 fi isaa gadi ta’e ragaa barnoota kutaa 8ffaa dhiyeeffachuu qabu. 👉Hojii dhaabbatichi itti ramade kamiyyuu irratti hojjechuuf fedhii kan qabu/du . 👉Dorgomtoonni dandeettii afaan biyya keessaa fi alaa adda addaa qaban ni jajjabeeffamu; 👉 dubartoonni ni jajjabeeffamu; 👉 Dorgomtoonni dandeettii kompiitaraa bu’uuraa qaban ni jajjabeeffamu jedhu.

photo content
+9

photo content

photo content
+9

1. 𝐉𝐚𝐚𝐥𝐚𝐥𝐥𝐢 𝐬𝐢𝐫𝐫𝐢𝐭𝐭𝐢 𝐣𝐚𝐚𝐥𝐚𝐜𝐡𝐮𝐮𝐧 𝐚𝐥𝐚 𝐪𝐨𝐫𝐬𝐚 𝐛𝐢𝐫𝐚𝐚 𝐡𝐢𝐧 𝐪𝐚𝐛𝐮.:-𝐇𝐞𝐧𝐫𝐲 𝐃𝐚𝐯𝐢𝐝 𝐓𝐡𝐨𝐫𝐞𝐚𝐮 ____ 2. 𝐒𝐚'𝐚𝐚𝐭𝐢𝐢 𝐭𝐨𝐤𝐤𝐨 𝐝𝐚𝐥𝐚𝐠𝐚𝐚 𝐭𝐨𝐤𝐤𝐨 𝐦𝐚𝐥𝐞𝐞 𝐛𝐚𝐥𝐥𝐞𝐞𝐬𝐮𝐮𝐟 𝐧𝐚𝐦𝐚 𝐡𝐚𝐝𝐡𝐨𝐨𝐟𝐭𝐮𝐮 𝐪𝐚𝐛𝐮 𝐭𝐨𝐤𝐤𝐨𝐨𝐟 𝐠𝐚𝐭𝐢𝐢𝐧 𝐣𝐢𝐫𝐞𝐞𝐧𝐲𝐚𝐚 𝐢𝐬𝐚𝐚𝐟 𝐡𝐢𝐧 𝐠𝐚𝐥𝐥𝐞.:- 𝐂𝐡𝐚𝐫𝐥𝐞𝐬 𝐃𝐚𝐫𝐰𝐢𝐧 ___ 3. 𝐘𝐚𝐫𝐚𝐚𝐧 𝐝𝐚𝐛𝐫𝐞 𝐠𝐚𝐚𝐫𝐢𝐢 𝐝𝐡𝐮𝐟𝐮 𝐚𝐤𝐤𝐚 𝐝𝐡𝐢𝐢𝐛𝐮𝐮𝐟 𝐡𝐢𝐧 𝐞𝐞𝐲𝐲𝐚𝐦𝐢𝐧. __ 4. 𝐌𝐚𝐚𝐥𝐥𝐚𝐪𝐧𝐢 𝐠𝐚𝐦𝐦𝐚𝐜𝐡𝐮𝐮 𝐛𝐢𝐭𝐮𝐮 𝐡𝐢𝐧 𝐝𝐚𝐧𝐝𝐚'𝐮. 𝐆𝐚𝐫𝐮𝐮 𝐡𝐢𝐲𝐲𝐮𝐦𝐦𝐚𝐚𝐧 𝐡𝐨𝐦𝐚𝐚 𝐛𝐢𝐭𝐮𝐮 𝐡𝐢𝐧 𝐝𝐚𝐧𝐝𝐚'𝐮. __ 5. 𝐍𝐚𝐦𝐨𝐨𝐧𝐧𝐢 𝐭𝐨𝐤𝐤𝐨 𝐭𝐨𝐤𝐤𝐨 𝐬𝐢 𝐣𝐚𝐚𝐥𝐚𝐜𝐡𝐮𝐮 𝐡𝐢𝐧 𝐝𝐚𝐧𝐝𝐚'𝐚𝐧; 𝐬𝐚𝐛𝐚𝐛𝐧𝐢 𝐢𝐬𝐚𝐚 𝐤𝐚𝐫𝐚𝐚𝐦𝐚𝐚𝐧 𝐤𝐞𝐞 𝐬𝐞𝐞𝐱𝐚𝐚𝐧𝐚 𝐢𝐬𝐚𝐚𝐧𝐢𝐢 𝐰𝐚𝐚𝐧 𝐦𝐮𝐟𝐚𝐜𝐡𝐢𝐢𝐬𝐮𝐮𝐟𝐢𝐢 𝐝𝐡𝐚

Intalli abbaa Duulaa Gammadaa abbaa warraa ishee waliin ukkaamfamtee gadhiifamuuf qarshii miliyoona 16 gaafatamte. Tibbana Maatiin Abbaa Duulaa Gammadaa hukkamsamuun maallaqa gaafatamuu isaa miidiyaaleen gabaasaa jiru. Qondaala mootummaa olaanaa, nama paartii OPDO gadi dhaabuurraa qabee PP duuba jiraachuun isaa himamu abbaa Duulaa jalaa maatiin hidhattootaan ukkaanfamuun barameera. Namootni ukkaanfaman Intala Abbaa Duulaa Aadde Soorettii fi Abbaa Manaa ishee Obbo Mootii yoo ta'an, namootni ukkaanfaman hiikamuuf qarshii miliyoona 16 kaffaluu akka qaban gaafataman jedhame. Ta'us intalli abbaa Duulaa Gammadaa abbaa isheetti bilbilachuun namoota ishee ukkaamsan tohannaa jala oolchisuu dandeesseetti jedhame. Qarshii gaafatamte osoo hin kaffalin hiikamuu danda'uu ishees ibsame. Kanneen ishee ukkaamsan akka isheen maatii aangaa'otaa taate hin beeknu jechuu isaaniis EthioForum gabaasee jira. Maddeen odeeffannoo akka jedhanitti gareen gocha kana raawwatan miseensa humna addaa Oromiyaa yoo ta'an, taateen kun Mojootti uumamuu isaa gabaafameera.

photo content

Intalli abbaa Duulaa Gammadaa abbaa warraa ishee waliin ukkaamfamtee gadhiifamuuf qarshii miliyoona 16 gaafatamte. Tibbana Maatiin Abbaa Duulaa Gammadaa hukkamsamuun maallaqa gaafatamuu isaa miidiyaaleen gabaasaa jiru. Qondaala mootummaa olaanaa, nama paartii OPDO gadi dhaabuurraa qabee PP duuba jiraachuun isaa himamu abbaa Duulaa jalaa maatiin hidhattootaan ukkaanfamuun barameera. Namootni ukkaanfaman Intala Abbaa Duulaa Aadde Soorettii fi Abbaa Manaa ishee Obbo Mootii yoo ta'an, namootni ukkaanfaman hiikamuuf qarshii miliyoona 16 kaffaluu akka qaban gaafataman jedhame. Ta'us intalli abbaa Duulaa Gammadaa abbaa isheetti bilbilachuun namoota ishee ukkaamsan tohannaa jala oolchisuu dandeesseetti jedhame. Qarshii gaafatamte osoo hin kaffalin hiikamuu danda'uu ishees ibsame. Kanneen ishee ukkaamsan akka isheen maatii aangaa'otaa taate hin beeknu jechuu isaaniis EthioForum gabaasee jira. Maddeen odeeffannoo akka jedhanitti gareen gocha kana raawwatan miseensa humna addaa Oromiyaa yoo ta'an, taateen kun Mojootti uumamuu isaa gabaafameera.

Waan Kana Itti Yaadi! Guyyoota siif kenname hundumaa sirnaan irratti hojjechuuf Sammuu kee qopheessi! Altokko waan kana itti
Waan Kana Itti Yaadi! Guyyoota siif kenname hundumaa sirnaan irratti hojjechuuf Sammuu kee qopheessi! Altokko waan kana itti yaadi, dogoggora kee hundaaf yaada garaa kee geeddari! Guyyoota dabarsite keessatti bu'aa hojii Keetii herreegi! Waan guddaa hojjettee yoo jiraatte galateeffadhu. Yoo itti gaddite gatii dhiisi malee waa'ee waan darbee utuu gaabbituu yeroo kee hin balleessin! Murteessii jireenya haaraa jalqabi! Boqonnaa isa jalqabaa irratti uumaa kee galateeffadhuu eegali. Isa itti aanu hundumaatti mo'icha galmeessita. Sammuu kee beekumsa baachisi malee oduu bara si'anaan hin butuchin. Gurra kee gara barsiisa gaariitti qabi! Humna kee immoo waan hundee qabu irratti bobbaasi! Yoo dandeesse amala nama wajjin si jiraachisu horadhu. Nama naamusa qabu ta'i. Nama rakkate gargaaruu hojii kee godhadhu! Kaayyoon jireenya dhala namaa tokko namoota biroof taajajila kennuu, waan gaarii yaaduu fi gargaaruudha. Sammuu kee Leenjisi!   (Train your mind)

Galmeen Barattoota Qormaata Kutaa 12ffaa Bara 2017 Fudhatanii Mudde 6, 2017 Eegala – BBO Galmeen barattoota qormaata biyyaale
Galmeen Barattoota Qormaata Kutaa 12ffaa Bara 2017 Fudhatanii Mudde 6, 2017 Eegala – BBO Galmeen barattoota qormaata biyyaaleessaa kutaa 12ffaa bara 2017 fudhatanii Mudde 6, 2017 Interneetiin kan eegalu ta’uu Biiroon Barnoota Oromiyaa beeksise. Manneen Barnootaa kumni 1 fi 280 Barattoota isaanii qorsiisuuf qophii taasisaa jiraachuu himeera. Barattoota Istriimii Saayinsii Hawaasaa kumni 90 fi 877 kan Saayinsii Uumamaa kumni 100 fi kumni 28 fi 423, waliigalaan Oromiyaatti barattoonni kumni 200 fi kumni 19 fi 300 qormaaticha fudhachuuf qophii taasisaa jiraachuu biirichi ibseera. Qormaatni modeelaa gahumsa barattootaa madaaluuf kennamu ammoo walakkeessa baatii Amajjii kan kennamu ta’uu biirichi fuula miidiyaa hawaasummaa isaan beeksiseera. SABA GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA! Asiniis Galii argadhaa ✅Telegramii irraas Eegaluuf liinkiin kunooti 👇✅👇 https://t.me/TronKeeperBot/app?startapp=5932461404

https://t.me/adeemsacima https://t.me/adeemsacima ✅Telegramii irraas galii argadhaa Link kanaan seenaa, Walaffeerraa Hojjedha
+2
https://t.me/adeemsacima https://t.me/adeemsacima ✅Telegramii irraas galii argadhaa Link kanaan seenaa, Walaffeerraa  Hojjedhaa ✅ jalqaba #Dolara10n argattu nama #Invite gochuu qofaan $60 Ol argachuu dandeessu 👇 Eegaluuf liinkiin kunooti 👇✅👇 https://t.me/TronKeeperBot/app?startapp=5932461404

©Dubbii warra sadii akka sadiin fixan. 1 Dubbii warra gowwaa sossobaan fixan. 2 Dubbii warra hayyuu dhugaa itti himuun fixan.
©Dubbii warra sadii akka sadiin fixan. 1 Dubbii warra gowwaa sossobaan fixan. 2 Dubbii warra hayyuu dhugaa itti himuun fixan. 3 Dubbii warra lugnaa sodaachisaan fixan 👉 🔗

Kaka’umsi akka deemtu si taasisa, naamusni garuu akka guddattu si taasisa. Hammam dandeettii akka qabdu ykn carraa meeqa akka
Kaka’umsi akka deemtu si taasisa, naamusni garuu akka guddattu si taasisa. Hammam dandeettii akka qabdu ykn carraa meeqa akka argattu homaa hin qabu. Yoo guddachuu barbaadde, walsimachuun furtuudha! Eegaluuf liinkiin kunooti 👇✅👇 https://t.me/TronKeeperBot/app?startapp=5932461404

Barakat Alleehiinyi adabbii cimaa waggaa 10 fi Birrii miiliyoona 3.8'n adabame Finfinnee, Sadaasa 30, 2017 (FMC) – Birrii Biiliyoona 25 taaksii waliin dhahuun kan himatame Barakat Alleehiinyi adabbii cimaa waggaa 10 fi Birrii miiliyoona 3.8'n adabameera. Manni Murtii Olaanaa Federaalaa Lidaataa Dhaddachi ramaddii 1ffaa Dhimmoota Yakka Malaammaltummaa oolmaa har’aan ragaa bitaa fi mirgaan dhiyaate qorachuun murtoo adabbii dabarseera. Manni murtichaa himatamaan yakka ittiin himatame raawwachuu erga mirkaneesseen booda himatamaan guutummaatti yakkamaadha jedheera. Haaluma kanaan Dhaddachichi dhimmoota adabbii salphisan 5 shakkamaan dhiyeeffate fudhachuun adabbii cimaa waggaa 10 fi Birrii miiliyoona 3.8 akka adabamu itti murteesseera. Namni dhuunfaan kun nagahee sobaa qopheessuun daldaltootaa fi dhaabbileef gurgurtaa Birrii biiliyoona 30 olii raawwachuun yakka waliin dhahuun cimaan shakkamee to’atamuun isaa kan yaadatamuudha. Taarik Addunyaatu gabaase. #Oromia #Ethiopia

Rooban jaalladha jetta garuu dibaabee kee banatta.Aduun jaalladha jetta garuu bakka gaaddisaa barbaadda.Qilleensan jaalladha jetta garuu foddaa kee  cufatta. Kanaafiidha yeroo ati sin jaalladha anaan jettu kanan sodaadhuuf.

Eegaluuf liinkiin kunooti 👇✅👇 https://t.me/TronKeeperBot/app?startapp=5932461404
Eegaluuf liinkiin kunooti 👇✅👇 https://t.me/TronKeeperBot/app?startapp=5932461404

✅𝗦𝗲𝗲𝗿𝗼𝘁𝗮 𝗝𝗶𝗿𝗲𝗲𝗻𝘆𝗮𝗮 𝗕𝗮𝗿𝗯𝗮𝗮𝗰𝗵𝗶𝘀𝗼𝗼 𝗷𝗮𝗵𝗮 (6): 1. Utuu hin kadhatin durs amani! Akka Amantaa keett
✅𝗦𝗲𝗲𝗿𝗼𝘁𝗮 𝗝𝗶𝗿𝗲𝗲𝗻𝘆𝗮𝗮 𝗕𝗮𝗿𝗯𝗮𝗮𝗰𝗵𝗶𝘀𝗼𝗼 𝗷𝗮𝗵𝗮 (6): 1. Utuu hin kadhatin durs amani! Akka Amantaa keetti kadhannaa egali 2. Utuu hin dubbatin... dhaggeeffadhu! 3. Utuu hin baasin... argadhu! 4. Utuu hin barreessin... yaadi! 5. Utuu hin dhaabin... yaali! 6. Utuu hin du'in... Jiraadhu! 👇

Jireenya Keessatti Seerota Salphaa Sadii: ~ Yoo duukaa hin deemne Waan barbaadde Yoomiyyuu hin qabaattu. ~ Yoo hin gaafatin, Deebiin kee Yeroo Hundaa LAKKI ta'a. ~Fuulduratti yoo hin tarkaanfanne,Yeroo hundumaa Bakka Tokko jiraatta.

𝗝𝗲𝗰𝗵𝗼𝗼𝘁𝗮 𝗯𝗲𝗲𝗸𝘁𝗼𝘁𝗮𝗮 ✰ Nama tokkoo ol jaalatta taanaan keessa kee kan jiru memory cardii dha malee Onnee miti.       Roobart Mugaabee. ✰ “Mo’attoonni waan adda ta’e hojjetu miti waanuma jiru karaa adda ta’een hojjetu.”        Shiiv keeraa. ✰ “Namni kamillee miilla dhoqqeedhaan sammuu koorra akka ejjetuuf hin eeyyamu.”       M. Gaandii. ✰ “Dukkanni dukkana hin ibsu; Ifatu dukkana ibsa. Jibbi jibba in ari’u; jaalalatu jibba ari’a.”        Maartiin Luuter Kiingi. ✰ “Muka ija qabutti dhagaan darbatamu baayyeedha.”        Shiiv keeraa. ✰ “Hin danda’amu kan jedhamu wanta hin hojjetamne qofadha.”          N. Maandellaa. ✰"Dukkana guddaa keessa ifa xiqqoon darbuu dandeessa"        Abdii Taammanee. ✰ "Gaa'ela osoo qabduu barattoota dubaraatu si gammachiisa yoo ta'e haadha warraa keef yuunifoormii barataa bitiif."         Roobart Mugaabee. ✰ “Haala si mudatu waliin jireenyakee wal fudhachiisuuf yaalii godhi malee; akkan barbaadu ta’uu qaba hin jedhin.”       Maartiin Luuter Kiingi. ✰ “Addunyaan kun bor ni baddi yoo naan jedhan illee har’a sanyii facaasuu hin dhiisu.”        Maartiin Luuter Kiingi. ✰ “Namni tokko yommuu kufu hin injifatamu, yommuu abdii kutatu injifatama.”         Riichaard Niiksoon. ✰ "Of wallaaluun of awwaaluudha"         Miratuu Shaanqooo. ✰ "Namni waan siin jedhu hindhabu ofiinuu waa jedha waan ta'eef"         Abdii Taammanee. ✰ “Namni dogoggora hojjetee hin beekne nama homaa tokko yaalee hin beeknedha.”         Albeert Inistaayin. ✰ “Nagaan waliigalteedhaan malee humnaan hin argamu.”         Albeert Inistaayin. ✰ “Sababan gatiittii namoota gurguddoo irra dhaabbadheefan namoota kaan caalmaatti fageessee ilaaluu danda’e.”         Iyezak Niiwtan. ✰ "Of beekuuf murtoo hinqabdu taanaan of beektes murtoo hinmurteessitu"         Miratuu Shaanqoo. ✰ “Hiyyeessa taatee dhalachuun kee dogoggora kee miti, carraadha. Hiyyeessa taatee du'uun garuu dogoggora keeti.”           Biil Geet. ✰ "Haasaa abbaan barbaade bulbulu ani hindhugu"            Abdii Taammanee. ✰ “Karaa milkaa’inatti geessu hin beeku yoon ta’ellee karaa kufaatiitti geessu nan beeka, innis namoota hundaa gammachiisuuf dhama’uudha.”          Biil Koosbiil ✰ “Kun hundumtuu ta’ullee ammayyuu ilmaan namootaa gaariidha jedheen yaada.”            Haannaa Firaank. ✰  “Maqaa diinota keefi hojii isaan si irratti hojjetan hin irraanfatin, balleessaa isaaniif garuu dhiifama godhi.”            Joon F Keenedii. ✰ “Addunyaa kana irraa wanti baay’ee nama gaddisiisu utuu ija qabanii mul’ata dhabuudha.”             Heelen Kiiler. ✰" Waaqatu na muude, isatu na buusa"            Roobart Mugaabee. ✰ “Hiyyumnis ta’e sooromni bu’aa ilaalcha keenyaati.”              Naappooliyoon Hiil. ✰ “Carraatti cimseen amana yoon jabaadhee hojjedhe immoo carraawwan hedduu akkam argadhus nan amana.”            Toomaas Jeefersen. ✰ “Kaleessa caalaa bortu sitti dhihoodha.”             Miratuu  Shanqoo

photo content