Personal Development
Open in Telegram
Wanta barbaaddu argachuuf gatii baasu qabdu baasi. Deemsi karaa dheeraa tarkaanfii 1 irraa egala
Show more6 927
Subscribers
No data24 hours
-187 days
-8030 days
Posts Archive
6 927
+1
Itiyoophiyaatti seera arjooma isparmii, arjooma qaamaa fi gargaarsa fayyaatiin du'uu hayyamu ragga'e.
Manni Maree Bakka Bu'oota Ummataa Labsii Tajaajila Fayyaa fi Bulchiinsaa raggaasiseera. Labsiin kun tajaajila fayyaa kanaan dura Itiyoophiyaatti eegalamee hin beekne akka eegaluu fi tajaajila haaraa kan kennu ta’uu ibsameera.
Fakkeenyaaf, dhukkubsattoota fayyuu hin dandeenye gargaarsa hakiimaatiin akka du’an, arjooma qaamaa bilisaa, arjooma isparmii fi tajaajila yaalaa haaraa biroo ni hayyama.
SABA GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA!
✅Odeeffannoo dabalataaf
👇👇https://t.me/adeemsacima
https://t.me/adeemsacima
Fuula facebook keenyaas hordofaa
👇👇
https://www.facebook.com/jechoota.beektotaa
6 927
Oduu: Sandaafaatti konkolaachiftoonni baajaajii "leenjii milishaa dirqamaa" akka fudhatan ajajaman
Naannoo #Oromiyaa magaala #Sandaafaatti konkolaachiftoonni baajaajiifi gaarii fardaa "dirqamaan akka leenji’an" ajajni darbuu konkolaachiftoonni Addis Standard'tti himan.
Akkaataa qajeelfama kanaatiin, konkolaachiftoonni baajaajiifi gaarii fardaa hundi ganama sa’aatii 12:30 hanga 3:00 tti leenjii akka fudhatan ajajamaniiru. Qajeelfamni kuni tajaajila geejjibaarratti dhiibbaa uumeera.
https://addisstandard.com/Afaanoromoo/?p=5415
6 927
Jijjiirraa
Armauer Hansen Research Inistitute
Baayyina:12
Galmeen hanga:2/5/2017
Bakki Galmee: Armauer Hansen Research Inistitute
6 927
External Vacancy Announcement!
Oromia Bank is seeking qualified and competent candidates. For more information about the position, qualifications, and application process, please check the attached document
✅Odeeffannoo dabalataaf
👇👇https://t.me/adeemsacima
https://t.me/adeemsacima
Fuula facebook keenyaas hordofaa
👇👇
https://www.facebook.com/jechoota.beektotaa
Link to apply for the vacancy? https://erp.orointbank.com.et/jobs
6 927
External Vacancy Announcement!
Oromia Bank is seeking qualified and competent candidates. For more information about the position, qualifications, and application process, please check the attached document Above
Link to apply for the vacancy? https://erp.orointbank.com.et/jobs
6 927
#Vacancy
=======
Commercial Bank of Ethiopia would like to invite qualified and interested job seekers to apply for the following positions:
1. Yoga Coach
2. Aerobics Coach
3. GYM Coach
Interested and qualified job seekers should apply through CBE career website (https://vacancy.cbe.com.et) from December 30, 2024 – January 05, 2025.
For requirements and other detail information, please use the following link:
https://combanketh.et/cbeapi/uploads/Gym_Vacancy_3bcaeba73d.pdf
6 927
Dooktar Teedroos Adhaanoom haleellaa qilleensarra lubbuun ooluu ibsame
Daayrektarri Olaanaan Dhaabbata Fayyaa Addunyaa Dooktar Teedroos Adhaanoom haleellaa Qilleensaaa Israa'eel raawwaterraa lubbuun ooluu gabaafame.
Israa'eel haleellaa qilleensaa cimaa magaalaa guddoo Yeeman Sana'aatti bu'uuraalee misooma waraanaa Finciltoota Hawutiirratti raawwachuu ibsameera.
Waayita haleellaan kun raawwatu Dooktar Teedroos Buufata Xiyyaaraa Sana'aa keessa turuu fuula miidiyaa hawaasummaa isaaniin ibsaniiru.
Isaanii fi hiriyoonni isaa haleellaa raawwatamerraa lubbuun ooluu isaanii eeraniiru.
Buufatichi tajaajila kennuu hanga eegalutti achuma turuuf dirqamuu Dooktar Teedroos himaniiru.
6 927
#Bakka_hojii_duwwaa
Dhaabbata Pireesii Itoophiyaa.
Afaan Oromoo dabalee gitoota hojii addaAadda argachuuf
🔵Tellegram
✅Odeeffannoo dabalataaf
👇👇https://t.me/adeemsacima
https://t.me/adeemsacima
Fuula facebook keenyaas hordofaa
👇👇
https://www.facebook.com/jechoota.beektotaa
6 927
Addis Ababa City Administration Revenue Bureau
Baayyina:15
Bakki Galmee: Finfinnee,Naannoo Gamtaa Afrikaa, Naannoo Hoteela Gannat biratti Biiroo Galiiwwanii Bulchiinsa Magaalaa Finfinneetti Galmaa'uu dandeessu.
Galmeen Hanga:22/4/2017
6 927
Naayijeeriyaa kibba baha magaalaa Okjaatti qoodinsa nyaataa bilisaa irratti waldhibbaa fi dhidhiittaa rawwatameen lakkoofsi namoota du'anii 22 gahuu poolisiin beeksiseera.
Torban kana keessa wayita nyaanni bilisaan raabsamuu ture irratti namoonni wal caccabsanii du'uun kuni yeroo sadaffaafi.
Torban kana keessa yeroo nyaanni tolaan dhihaatu namoonni du'uun isaanii kan mirkanaa'e kun yeroo sadaffaadhafi.
Qoodinsi nyaata bilisaa kun Ayyaanaa Qillee kabajamu ilaalchisee Sanbata darbe taasifame irratti mudate.
Ruuzii fi zayita argachuuf ariifachuun namoonni hedduun walirra baba'anii du'an jedhame.
Guyyaadhuma kana haaluma wal fakkaataan waldaa Kaatolikii magaalaa guddoo Naayijeeriyaa, Abujaa, keessatti mudateen namoonni kudhan du'aniiru.
Jalqaba torban darbee gaafa guyyaa Roobiis magaalaa Ibaadaan keessatti sagantaa agarsiisa Ayyaana Qillee irrattii daa'imman 35 du'anii, namoonni 6 ammoo hospitaala seenuu poolisiin biyyattii himee ture.
Poolisiin lubbuun namootaa akkanatti badu kun akka dhaabatuuf hojjettoonni gargaarsaa hojii tola ooltummaa gaggeessuun dura aanga'ootaatti akka beeksisan akeekkachiisee jira.
Namni ijaan arge Tooyin Abdul Qaadrii dhaabbata oduu AFP'tti akka himanitti, Abuujaatti Waldaa Kaatolikii Qulqulluu Sadan tokkummaa keessatti gargaarsi yeroo raabsame namoonni hedduun balbala mana kiristaanichaa irratti wal dhiibuun balbala cabsaniiru.
Sababa kanaan maanguddoonni illee miidhamuu fi daa'imman afur du'uu poolisiin beeksiseera.
Ibsa Amnesty International taatee kana hordofuun baaseen, "Mootummaan Pirezidaantii Bola Tinubuu beela bal'aa, hoji dhabdummaa olaanaa fi qaala'iinsa jireenyaa olaanaa biyyattii keessatti mul'atu hatattamaan furuuf dursa kennuu qaba."
Naayijeeriyaa keessatti baasii nyaataa fi geejjibaa ji'oota 18 darban qofa keessatti dachaa sadii ol dabaleera.
Qaala'iinsi jireenyaa addunyaa fi tarkaanfiiwwan mootummaan akka deeggarsa boba'aa dhaabuun wal qabatee qaala'iinsi jireenyaa daran hammaateera.
Pirezidanti Bolaa Tinubuu akka jedhanitti, "Yeroo gammachuu fi ayyaanaa kana lammiilee keenya haala gaddisiisaa kanaan namoota jaallatan dhabaniif guddaa gaddina, akka jajjabina argataniif kadhannaan keenya isaan waliin jira," jedhan.
Mootummoonni naannolee fi poolisiin bakkeewwan namoonni walitti qabamanitti tarkaanfiiwwan to'annoo cimaa akka hojiirra oolchanis dhaamaniiru.
Namoota lubbuun isaanii dhaban yaadachuuf qophiiwwan bashannanaa mootummaan isaanii karoorfate akka haqaman ajaja dabarsaniiru.
Torban torbee Ibaadaan keessatti taateen muudates kanumaan kan wal fakkaatu yoo ta'u sagantaa bashannanaa sana irratti qopheessitootni nyaatni bilisaa akka raabsamu ibsuu isaanitiin daa'immaan kumni 5 ol bakka sanatti argamanii ture.
Wayita qopheessitoonni nyaata hiruu jalqabanitti walirra babbahuun daa'imman 35 battalumatti du'anii kanneen muraasa ta'an ammoo gara hospitaalattii geeffamanii turan.
Naayijeeriyaan rakkoo dinagdee dhaloota keessatti isa hamaa jedhameen wal'aansoo qabaa kan jirtu yoo ta'u, sababii kanaatiif jecha sagantaa qoodinsa nyaataa namoota harka qal'eeyyi kana irratti irra deddeebiin namootni lubbuu dhabaa jiru.
🔵Tellegram Channel
✅Odeeffannoo dabalataaf 👇👇https://t.me/adeemsacima
https://t.me/adeemsacima
Fuula facebook keenyaas hordofaa
👇👇
https://www.facebook.com/jechoota.beektotaa
6 927
ለአዲስ ፓስፖርት አመልካቾች
አሻራና ፎቶ ለመስጠት በቀጠሮ ቀንዎ ሲመጡ
- የታደሰ መታወቂያ
- ኦርጅናል የልደት ሰርተፍኬት
- ያመለከቱበትን ፕሪንት አውት ይዘው መምጣትዎን ያረጋግጡ!!!
ሰነድዎን አሟልተው በቀጠሮዎ ቀን ካልተገኙ በድጋሚ የሚያመለክቱ መሆኑን እናሳስባለን።
✅Telegramii irraas galii argadhaa
Link kanaan seenaa, Walaffeerraa Hojjedhaa
✅ jalqaba #Dolara10n argattu nama #Invite gochuu qofaan $100 Ol argachuu dandeessu
👇
Eegaluuf liinkiin kunooti
👇✅👇
https://t.me/TronKeeperBot/app?startapp=5932461404
6 927
Doolara hojjachaa turre hardha sa'aatii 10 irraa baafachuu dandeessu jedhameera.
Tronkeeper 👇
Warri hin jalqabin ammas guyyootni muraasni jira dhaqqabadhaa. Ammas kan hin Eegaliin jirttan guyyoota 10 tu hafe eegalaa 👇
Warri har'a eessaa geessa siin jedhan.
guyyaa tokko immoo baga geesse siin jedhu. yoo jabaatte
Eegaluuf liinkiin kunooti
👇✅👇
https://t.me/TronKeeperBot/app?startapp=5932461404
6 927
Doolara hojjachaa turre hardha sa'aatii 10 irraa baafachuu dandeessu jedhameera.
Tronkeeper 👇
Warri hin jalqabin ammas guyyootni muraasni jira dhaqqabadhaa. Ammas kan hin Eegaliin jirttan guyyoota 10 tu hafe eegalaa 👇
Warri har'a eessaa geessa siin jedhan.
guyyaa tokko immoo baga geesse siin jedhu. yoo jabaatte
6 927
Amala namoota #sammuu
bilchaata qabanii Kunooti
(1,) Yeroo hundumaa sochii irratti argamu. Maaliyyuu yoo isaan mudate sochii isaani hin dhaaban. Yeroo isaani gubuu hin fedhan.
(2,)Jijjirama "baga nagaan dhufte jechuun" ni simatu. Mudannoo jijjiiramicha irratti jijjiramicha fiduu irratti isaan mudatus akkasuma ni fudhatu.
(3,)Gammachuu dhaabbataa ta'e qabu. Kufaatin iyyuu yoo isaan mudate akka carraa gaariitti waan fayyadamaniif gammachuun isaani hin hir'atu.
(4,)Namoonni akkasii kun Gaariidha, haqa qofa jaallatu. Waan itti dhaga'amee haasa'uufis eeyyama namaa utuu hin eegin dubbatu.
(5,)Milka'ina namoonni biroon goonfatanitti ni gammadu. Hinaaffa wanti jedhame jireenya isaani keessatti hin mul'atu.
(6,)Mudannoo milka'ina dursee dhufu fudhachuuf fedhii guutuu qabu.
Ati kamiin keessa akka jirtu of ilaali. Yoo hanqina qabaatte sirreeffachaa adeemi.
Namoota bilchaatoo jedhaman kanatti makamuuf ammuma irraa jalqabii sammuu kee irrattii hojjechuu eegali.
6 927
👉 "HUMNA KEESSAA DEEGGARAMI"
🫴 Moo'icha wanti jedhamu dadhabbii, obsa, gidiraa, tattaaffii fi dorgommii booda faajjii ol kaafamuu dha.
=> Figichi maraatoonii sadarkaa addunyaatti gaggeeffamu namoota adda addaa kan hirmaachisuu fi adda addummaa isaanii dorgommii of keessatti qabatee dha. Atileetonni gara dirree dorgommii seenan akka isaan fiigicha jal-qabaniif rasaasatu dhukaafamaaf. Sababni isaas, baay'ina dorgomtootaa irraa kan ka'ee dha. Dirree kubbaa miilaatti garuu akkas miti.
👉 Mormiis ta'ee deeggarsi kan si qunnamu dirree kee giddu galeessa godhateeti.
🫴Milkaa'innii jireenya keetii murtee fi Tika (of eeggannaa) waayee keetiif gootu keessa jira. Guyyaa guyyaatti qabiyyeem jechoota waayee keetiif dubbattuu maali?
=>Ilaalchi ati waayee keetiif qabdu, imala jireenya keetiif misaa'ela keeti.
🫴Volkaanoon dhiibbaa lafa keessaa ka'ee irra lafaa irratti dhiibbaa uumuu dha. Yaadonni alaa sitti dhufan filannoo siif uumu; Yaadonni si keessaa ka'an garuu gara tulluu kee si dhiibu.
✅Telegramii irraas galii argadhaa
Link kanaan seenaa, Walaffeerraa Hojjedhaa
✅ jalqaba #Dolara10n argattu nama #Invite gochuu qofaan $100 Ol argachuu dandeessu
👇
Eegaluuf liinkiin kunooti
👇✅👇
https://t.me/TronKeeperBot/app?startapp=5932461404
6 927
Shakkamaan daa’ima ganna 11 ugguruun birrii miiliyoona 4 gaafate to’atame
Shakkamaan Naannoo Amaaraa Godina Shawaa Kaabaa Aanaa Insaaroo Magaalaa Lammiirraa daa’ima ganna 11 ugguree Magaalaa Shaggar fiduun Birri Miiliyoona afur(4) gaafate to’achuu Poolisiin Federaalaa beeksiseera.
Shakkamaan Abarraa Alaayyuu Charinnat jedhamu Magaalaa Shaggar kan jiraatu yoo ta’u, bakka jiraatu Magaalaa Shaggar irraa ka’uun obboleessa isaa Magaalaa Lammii jiraatu G/madin Alaayyuu Charinnat waliin ta’uun gocha kana raawwachuun himameera.
Abarraa Alaayyuu Charinnat daa’ima kana Magaalaa Shaggar Kutaa Magaalaa Buraayyuu fiduun abbaan daa’imichaa birrii miiliyoona 4 kaffalee mucaasaa akka fudhatu, ta’uu baannaan lubbuun argachuu akka hin dandeenye osoo doorsisuu Poolisiin Federaalaa eeruu eessuma daa’imicharraa isa qaqqabeen to’achuu ibse.
✅ jalqaba #Dolara10n argattu nama #Invite gochuu qofaan $100 Ol argachuu dandeessu
👇
Eegaluuf liinkiin kunooti
👇✅👇
https://t.me/TronKeeperBot/app?startapp=5932461404
6 927
Biyya Malawii kessatti Kitaabni mata dureen isaa 'How To Change Your Wife In 30 Days' ja'u kun maxxanfamee torbaan tokko qofatti Copy miliyoonni 2 ol gurguramee ture. Garuu mata dureen kitaabichaa dogongora qabaachuun isaa osoo hin beekkamin dura ture kan copy miliyoonni lama kun gurguramuu danda'e.
Mata dureen inni sirrii 'How to change your life In 30 Days' (Akkamitti jireenya kee guyyaa 30 keessatti jijjiirta) isa ja'uudha. Erga dogongorri mata duree kun sirreeffame booda immoo ji'a tokkotti kitaabota copy 3 qofaatu gurgurame.
Namoonni jireenya isaanii jijjiiruu caalaa, jaartii ykn haadha manaa isaanii jijjiiruutu isaan yaachisa jechuudha.osoo mata dureen jijjiiramuu baatte shamarran keenya gadda guddaa ibsachuun isaani waan hin oolle ture. Viv kanaan dubbisee
#Jijjiiramni_Sirriin_Keessaa_Eegala!
Jijjiiramni waan namni dhuunfaan tokko yookaan qaamni biraan wayii namaaf hiixatu yookaan namaaf bocu osoo hintaane, ifaajaafi fedhii ofiitiin kan namaa argamudha.jijjiiramni inni sirriin isa keessaa eegaludha.
6 927
THOMAS AQUINAS SAYINGS
👉Fayyina namaatiif wantoota sadii barbaachisa:
1•Wanta amanuu qabu beekuu;
2•Waan hawwuu qabu beekuuf;
3•Maal gochuu akka qabu beekuu
✍✍✍✍✍✍✍✍✍✍
•Lolli tokko haqa akka ta’uuf wanti sadii barbaachisaadha.
1• Aangoo abbaa biyyummaa
2• kaayyoo haqaa
3•Ilaalcha sirrii
✍✍✍✍✍
✅Telegramii irraas galii argadhaa
Link kanaan seenaa, Walaffeerraa Hojjedhaa
✅ jalqaba #Dolara10n argattu nama #Invite gochuu qofaan $100 Ol argachuu dandeessu
👇
Eegaluuf liinkiin kunooti
👇✅👇
https://t.me/TronKeeperBot/app?startapp=5932461404
6 927
+1
✅Imala qabsoo #diinagdee keessatti, meeshaa waraanaa dargaggoonni jalqaba irratti hidhachuu qabu ANI NAN DANDA'A isa jedhamuudha"! Dr. Gutu Tesso
👇✅ #Doolara hojjette baafachuuf guyyaa #Sadii qofaatu hafe
✅✅👇👇
3 DAYS LEFT: Withdrawals Are Opening!
Mark your calendars!
On December 20th, USDT and $TONARX withdrawals go live on Tronkeeper!
Get ready to unlock your rewards and take full control of your earnings.
The countdown is on – 3 days to go!
Stay tuned. Big things are coming!
Eegaluuf liinkiin kunooti warreen haaraanis
👇✅👇
https://t.me/TronKeeperBot/app?startapp=5932461404
