cookie

We use cookies to improve your browsing experience. By clicking Β«Accept allΒ», you agree to the use of cookies.

avatar

Walaloon Jaalala

Youtube Irraattis nu Argattu https://www.youtube.com/c/KaachuuEntertainment Yaada qabdan kamiifuu bot kana fayyadamaa @Walaloo_bot

Show more
Finland58The language is not specifiedMusic1 112
Advertising posts
51 749
Subscribers
+9524 hours
+3957 days
+1 84630 days
Posting time distributions

Data loading in progress...

Find out who reads your channel

This graph will show you who besides your subscribers reads your channel and learn about other sources of traffic.
Views Sources
Publication analysis
PostsViews
Shares
Views dynamics
01
FANNOO IRRATTI! Dirrakee urate keessaan Coccobuu dhiigakee ilaalee Wargama keettan gatee Sossodaachaa deemuu kalee Gollikoo seenaa hin beeku Seenaa golgootaa malee Eyyee.. Yeessoon golgoota oole Golgaa golaa godhee galee Kanaaf jechi nan geenye Uffee... yoon jedhe malee Yeessoo!!!.. Utuu si dhukkubuu Obsitee rukkuttaa gaafichaa Cobdee dafqa xuruurte Dirqama waamichaa Tulluuti hollachaa ijaarte Olfageenyi gaarichaa Gindiiti gangalchite Ulfaatinni jirmichaa Waaqaaf lafa gidduudhaa Xumuruunkee dhimmicha Utuu si ta'uu baatee Maaltu mo'aa lolicha! Ulfaadhu tokkichakoo Ati dhuguma mooticha Β  TOKKICHA KOO.... Gaarummaa keen daddarbaakoo Qajeelummaatti jijjiirtee Afaan du'aarraa na buufte Alaanfataasaa miccirtee Barbaraan akkan jiraadhuuf Seerrata dachee jijjiirtee Naaf baattee godaannisa Dirmammooftee dhiiga roobdee Harka garaa laafu dhabdee Bakkakoo boossee gadooddee Akkamittan dagadha oolmaakee Tulluu lafee mataa kaleessaa Siidaa dhugaa ijaarrattee Jiraatta malee na keessa Hireekoo hiraarfamtee Daddarbamaa orma tarree Tokkicha naaf of wareege Fakkaataa keen agarre Abba keetti gaafa iyyattu Nuffitee alangaa reebichaa Qoonqoo kee gogaarratti Si unachiisan eebicha Anaaf taate kana mara Na oolchuuf dararamte Daddarbamaa tulluu golgootaa Bitaaf mirgaan kabalamtee Sababbii kee lubbuun kan koo Tolootatti dabalamte Oolmaakee maal siif laadheen Dadhabbii kee ofirraa baasaa?! Qumbii galatakoo buqqiseen Kuusaa ililleekoo Jilbakeetti dhagalaasaa. TOKKICHA KOO....πŸ™πŸ™ #Abay...✍ Walaloo erguuf πŸ‘‰ @Walaloo_bot @Walaloon_Jaalala
3 74230Loading...
02
Hordoftootni Amantaa Kiristaanaa hundi keessan baga guyyaa yaadannoo Fannifamuu Iyyasuus Kiristoosin Isin ga'e. @Walaloon_Jaalala
4 35011Loading...
03
Dambalii Jaalalaa Chaanaala Afaan Oromoo ergaawwan jaalalaafi walaloowwan jaalalaan guutame kanatti namni miseensa hin taane eenyu?
6430Loading...
04
Kallattii mara irrattiyyuu ni argamna nu Hordofaa Twitter https://twitter.com/Kaachuu_yw Instagram https://www.instagram.com/kaachuu_yw Facebook https://www.facebook.com/kaachuuYW Telegram http://t.me/Walaloon_Jaalala YouTube https://www.youtube.com/c/KaachuuEntertainment
4 8730Loading...
05
https://t.me/memefi_coin_bot?start=r_3e652ba3b6
5 1180Loading...
06
Namootni chaanaala miseensa 3k o qabda beeksisa waloo (wave) keessa galuu barbaaddan @Walaloo_bot irratti nu dubbisaa
4 9480Loading...
07
Jabaannan jabaa koo Itti cabsi yaa Waaqoo Addunyaan laaqii hin feetu Atis kanniisa keessi keetuu Garamitti deemuutu bitaacha? Beeki lukkuunuu allaachaa Tolee koo jabaannan Atis jabaadhu Dhoqqee minii Waanjooyyuu baadhu Biyya lafaa kanarratti Oddoo tamboo Qarruus taatu akka Bishaan Amboo Namuu sin amanu Siin ulmaa bahu Namuu sitti hin aanu Siin ilmaa gahu Namuu sin jaallatu Lubbuun si xaphatu Namuu sin gaafatu Bunaan si alaanfatu Barruu harka keerraa Nyaachaa si waakkatu Kanaafuu mee yaa Baatuu Eenyu abbaa isaatiree Kan si caalaa si fakkaatu ✍️ Diinaa'ol Mul'ataa Walaloo erguuf πŸ‘‰ @Walaloo_bot @Walaloon_Jaalala
5 1938Loading...
08
Tapha Shaampiyoonis Liigii har'a galgala B. Dortimond fi Pii Essi Gii gidduutti taasisfamu nama tilmaamee argateef Badhaasa qarshii 2,500 qopheessineerra. Ulaagaaleen 1. Join ishee jettu tuquun chaanaala keenyatti makamuu 2. Tilmaama isa jedhu irratti tilmaama keessan kaa'uudha. Hubachiisa:- namni hedduun yoo tilmaama sirrii argate nama dursa tilmaamef carraan kennama. Carraa Gaarii
1 1060Loading...
09
Jigiirratti Badhaasoo Bona keecha Iyyoolee Figiirratti Laaffisoo Ona keecha Ishkoolee Arrabarra Finniisa Dubbiidha Aboottata Dammarratti Tisiisa Furriitti Hamoommata Ilmoo dura Obbaatii Nooruu Sanyoo baratte Muchaaf dura Owwaatti Ribbii Baakkuu Fudhatte Cabsii Taliilaa Walaloo erguuf πŸ‘‰ @Walaloo_bot @Walaloon_Jaalala
6 4406Loading...
10
Dambalii Jaalalaa Chaanaala Afaan Oromoo ergaawwan jaalalaafi walaloowwan jaalalaan guutame kanatti namni miseensa hin taane eenyu?
8530Loading...
11
Onneen osoo dubbaatee Afaan immoo cal jedhee Alaan haguugee Keessaan si ibsuu fedhee Afaan koo Afaanin si ibsuu dadhabee Keessoo hoo akkasumaa? Gaaf gaafii cal jedhee Imimmaan koo qofat dhumaa Dirra dachee kana Homtu kan si ibsun jiruu Lubbuun osoo siif bahee Galata keen jijjiiruu Eegaa Jechi si ibsun jiruu Hundumtisaa hoofaa Galata kee kan deebsiuu Rabbii guddatte qofaa @Jamaalrashiid Walaloo erguuf πŸ‘‰ @Walaloo_bot @Walaloon_Jaalala
6 89927Loading...
12
Tapha Shaampiyoonis Liigii har'a galgala Riyaal Maadriidi fi Baayer Muunik gidduutti taasisfamu nama tilmaamee argateef Badhaasa qarshii 2,500 qopheessineerra. Ulaagaaleen 1. Join ishee jettu tuquun chaanaala keenyatti makamuu 2. Tilmaama isa jedhu irratti tilmaama keessan kaa'uudha. Carraa Gaarii
1 2490Loading...
13
Haree baasuu? maree kaasuu? Faffaca'aa yaadaa ulaa kootti wal guure; Sharafamuu waadaa qalbii koo unkure, Haa baduu? balleessuu? Haa taa'uu? qindeessuu? Gufuu na takaalee kaayyoo koo laaffisu, Qawwaa koo ilaalee Jabaa koo kuffisu, Haa cituu? kiyyeessuu? Haa coomuu? miindessuu? Doofaatti maqaa laatee, Dhufa koo wallaale! Deegaan sammuu baatee, Waa dhabni awwaale. Hundeen raasee qaanessuu? Biddeen baasee caasessuu? Gaarii na fakkaatee, maqaa koo xureessu! Laaqii bifa addaatee, carii koo booressu! Haa goobuu? hamileessuu? Haa goguu? laamshessuu? Gaabbii taatee darbee fuul-dura na maru; Kolfa ammee sarbee har'a koo dararu! Haa deemuu? geggeessuu? Haa turuu?.......jabeessuu? Dibata oganaa'ee foolii koo ajeessu; kakuu ligidaa'ee Abdii koo ajjeesu! Miicee qulqulleessuu? Dhiisee kulkuleessuu? #Uggum! Yaadan isin dhamaase! hibboon isin badhaase. Ofiifuu itti hin beeknee, Kiyya anaaf beektuu? Keessanuu hin akeeknee, Kan koo naaf akeektuu? #AnSiiF πŸ–Š πŸ–€ Walaloo erguuf πŸ‘‰ @Walaloo_bot @Walaloon_Jaalala
8 24828Loading...
14
Kaleessi har'aaf nu kenne Har'is boruuf nu baata Akka uumama isaa- yeroon amanamaadha Namni imaanaa nyaata. Liqii dhaloota darbeef Dhaloonni ammaa kanfala Gahee ofii waakkateet Isa as deemu wanfala! Silaa akkuma yeroo osoo taanee Yoona geengoo keessaa ya baane! Diinagdee Dabalee Walaloo erguuf πŸ‘‰ @Walaloo_bot @Walaloon_Jaalala
8 3933Loading...
15
Deemuu keetiin dura Argite utuu ta'ee Deemuu keetiin dura Hara guddaa sanatu Laphee hundaa cora Kan hin boraafatin Marga magariisa Hubatteettaa laata Addeenya duumessaa? Argite utuu ta'ee Deemuu keetiin dura... Walaloo fi yeedaloo Tasumaa utuu hin barin Akka itti weeddisan Simbirroonni gariin Argite utuu ta'ee Deemuu keetiin dura... Biiftuu guyyaa kootii Aduu halkan naaf ibsitu Jedhee isan sitti hime Yommuttii yaadattu Akkas akka'n taane Akkati hubattu Deemuu keetiin dura Kana utuu yaadattee Anarraa fagaattee Deemuu hin yaaddu turte Argite utuu ta'ee Deemuu keetiin dura.... Ifti karaa bahaa Obboroon naaf dhufe Sirra dachaa kuma Caalee akka naaf ife Funyaanni koo kan suufe Foolii shittoo keetiirra, Awwaara roobni jiise Urgeeffachuu hawweera Argite utuu ta'ee Deemuu keetiin dura.... Gaafa beellama koo Hoteela si kaa'uurra Isan arge akka agartu Hundee mukaatti hirkattee Laaltee, addunyaa haaraa Deemuudhaaf hin kakaatu Anis, Naaf hin galle malee... Utuu miirri gammachuu Uumamootarra jiruu Bishaan gosa tokkoof Birciqqoo jijjiiruu? Dagaagaa Zarihuun Walaloo erguuf πŸ‘‰ @Walaloo_bot @Walaloon_Jaalala
8 55632Loading...
16
Teeleegiraamii fayyadamuun galii argachuu barbaadduu? Chaanalonni Afaan Oromoo Telegiraamii fayyadamuun galii guddaa kam faa akka ta'an beektuu?
8741Loading...
17
Dambalii Jaalalaa Chaanaala Afaan Oromoo ergaawwan jaalalaafi walaloowwan jaalalaan guutame kanatti namni miseensa hin taane eenyu?
6300Loading...
18
Dhufuu? Moo sammuukootti Bocee si daawwadhu? Korojoo onneekoo Keessatti si baadhuu? Hin dhufiin naan jedhi! Yoon hafe naaf caala Isan yaadaan argu Fakkiikeen ilaala! Yoon dhufeeπŸ€” Bocakee uumamaa, Mudaa xiqqoo argee, Sittan jijjiirama Akka fakkii eegee. Kanaaf dhiisi hin dhufu 😊 Fakkiikeen jaalladha. Isan yaadaan quufu, Boceen si kuulladha. Firitol Erena Fitee Walaloo erguuf πŸ‘‰ @Walaloo_bot @Walaloon_Jaalala
8 76032Loading...
19
https://t.me/mijuu_ispoortii 🀟🀟🀟🀟🀟🀟🀟 πŸ’ͺπŸ’ͺBooooooooom Aja'ibaa Rabbiiiiiiiii πŸ‘πŸ‘Suufudha booo Maal Kun ijoolleeeeeee πŸ™πŸ™πŸ™πŸ™β€οΈβ€οΈ Channel mijuu ispoorti irratti booom jechuuf Amma join gochuun tapha Tilmaama badhaafamaa ❀️❀️❀️ Mijuu ispoorti maal Kun ijoolleeeeeee Waliin jechaa Tapha live haa daawwannuu
2 8441Loading...
20
Intallin an jaalle abbaanshii shaamballii danda'e hin obsu durgoodhaaf aballii. isheenis naffidhaa quuftuuf indaraasee birriin kan uummataa maaltushee dhamaase. kilaassitti argeen yaadasheen qabamee nuuroo wuddinatiin asiinis sardamee koppii na narraa gooti kontrol pilaas sii anatu barreessaf yoo haftes kilaasii rakkinni jireenyaa na godhe misqilqil isaan gosaan nyaatuu paastaaf qiliqil akkanaanoo fufuun indet yishalegnal yehulettuu assaab hiwoten marrognal. yeshunkurtuu nirat demoo yebet kiraa. cidhakoo danda'ee naaf waamaree firaa. dibachuus hin dhiistu shittoodhaf meekaappii. tiktokirra oolti galgala whatsapp. yihe hulun chiye hin danda'u saaksii v8tii hawween fayyadama taaksii. paarlmaanu beeka goobaadha abbaanshee deninattiin deemtii zabbidhaa nagaanshee anis nan sooroma ta'ees yuutubera. qabsoon jaalaalakoo yoo dhabes shufeera. appaartamaan bita yookin riil isteetii. yemimaxaa zeman kiyya fi kankeeti. @Eelaa125 Walaloo erguuf πŸ‘‰ @Walaloo_bot @Walaloon_Jaalala
8 61620Loading...
21
🎀Sumaafan🎧 ____ Barii suphii ka'ee Si argachuuf jedhe Bakka meeqa bu'ee Lafa meeqa lixee ____ Karaa keessan gubba Torba deddebi'ee Osoo sumaaf jooru Milli na miliqee ____ Looko gurra looti Giiftii worri mootii Jaalalli ke dhugaa Gowwa nama gooti ____ Qashtii ija kuula Yaada keef jedheen Hirriba male bula Yeroo hundumaayyuu Suma suma sumaaaaa _ By...Sagni_Royal Walaloo erguuf πŸ‘‰ @Walaloo_bot @Walaloon_Jaalala
8 01050Loading...
22
Deemuu keetii....? Osoo waa'ee kee Tartiiban tarreessuu Osoo seenaa kee Dhiiga koon barreessuu Osoo barbaacha keef Gufadhee caccabuu Osoo hafuura keef Sardamee gaggabuu Osoo gaarummaa kee Namootaf lallabuu Osoo siif fiigee Argaa keef dadhabuu Ati deemuu keetii? Naan jijjiirtee meetii @Abdii_Nagahoo Walaloo erguuf πŸ‘‰ @Walaloo_bot @Walaloon_Jaalala
9 94258Loading...
23
SHAKKIIN KOOS DHUGAA TAATE Shakkiin koos dhugaa taate Safuudha kaa kun jaama Akkaamin yoon maal godhee Ani namaa amana Sobni guyyaan shee baay'ee Kan turtee gadii baatu anan Haa nyaattu dhugaan somba Soban bookoktuu.............. Dhugaan dhugaan beekama Hin qabu jechaa biraa akkami Dubbiin soba dhugaadhan Akeekamaa kunillee sirri miti Hubaadha kaa yaa jaama Sami chalchisa Walaloo erguuf πŸ‘‰ @Walaloo_bot @Walaloon_Jaalala
9 11420Loading...
24
#KUULANIIKOO Ganamaan ganamfadhee yeroon hirribaa ka'u, Arfiiwwan jaalalakee sammuukootti walga'u. Anis of dadammaqseen ka'ee si dhandhamadha. Jechootakee sanattin afaan bule hiikkadha. Akka damma daammuuti dhandhamni jaalalakee; Fuunfadhee hinquufu urgaa foolii mormakee. Jechoota jaalalakeetu yaadakoo jige tumsa; Gorora jaalalakee sanan habbuuqqadhee liqimsa. Abbaafi haatikee sunis wareegamaan si dhalchanii, Bareechanii kuulanii harkakoo si galchani. Kuulaniikoon siin jedha anillee mararfadhee, Maal-jedhuu namaa dhiisee ofitti si hammadhee! Maal-jedhuun warra ormaa maal abbaashee na gooti? Sinjaalladha kuulaniikoo ati yoomiyyuu kankooti! Sababa jaalalakoof jettee alagaadhaan jibbamtee, Baroota darban hedduudhaaf waan hintaanes jedhamtee, Har'as gargar nu baasuuf yaaliin ormaa danuudha; Anaaf sirraa adda ba'uun eenyummaakoo ganuudha. Yeroo siin si cabsani Na dhukkuba addatti; Naan haajibbani malee eenyuunuu hindhiisu sirratti. Hiika eenyummaakootii situu na hubachiise; Afaankoo si godhadheen seenaakoo dubbachiise. Seenaakoo doofummaarraa kan luba baafte lubeekoo, Yoomiyyuu sinjaalladha naaf jiraadhu Qubeekoo! Gaaddisaa Margaa Walaloo erguuf πŸ‘‰ @Walaloo_bot @Walaloon_Jaalala
8 99251Loading...
25
JAALALA KOO SIMADHU Diyaamendii yoon dhabees Isa gatiinsaa cimaa Onneerraan si jaalladha Jilbeenfadheen sitti hima! ~~~~ Murteessaan warqee mitiim Warqee isa gatii jabaa Jaalalli dhugaa taanan Abaaboon hiika qaba! ~ Utuun onnee siif laadhee Sagal kufee siif cabuu Garaan kee amma kana Natti jabaachuu hin qabu!! ~~ Kennaa waaqaatii malee Jaalalli hin qabu cubbuu Onneerraan si jaalladhaa Tole naaf jedhi lubbu!!! @Oro_Technolgy Walaloo erguuf πŸ‘‰ @Walaloo_bot @Walaloon_Jaalala
8 75373Loading...
26
Sin jaaladha giiftii koo Jaalallee too dhugaa Waa'ee yaadadheen Halkaniif guyyaa mugaa Guyyaa si argerraa kaasee tan biraa hin laaluu Takka hin agarre Bareeda si caaluu Yoo ati yaalte malee Doktorri fedhe dhufee Dhibee kiyyan yaalu Qashtii nyaara kuulaa Ta funyaan konkonaa Si yaadaan jiraadha Ani gannaaf bona Baddaa baalee kanaa Qamadiin asheetee Fageenyat na dhoowwee Waan si dhiise seetee Halkanillee siyaadaa bakka bulu ciisee Jiraachuun dandayu an ____too dhiisee Abdii Jr Walaloo erguuf πŸ‘‰ @Walaloo_bot @Walaloon_Jaalala
9 06369Loading...
27
Sobaan hin beeksisnu Chaanaalota Afaan Oromoo Filatamoo ta'an bakka tokkotti argachuu feetuu? Chaanaalota mimmidhagoo itti fayyadamtan kanneen jabaa siniin jenneerra kunoo πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡
8300Loading...
28
Dambalii Jaalalaa Chaanaala Afaan Oromoo ergaawwan jaalalaafi walaloowwan jaalalaan guutame kanatti namni miseensa hin taane eenyu?
1 0580Loading...
29
Seequun kee ana sobaa An asiin uradhee cobaa Nama anaaf qaaliitti of akkeessitaa Nama 'siifan du'a' jedhu of fakkeessitaa Keessan gurraachoftee Gubbaan natti iftaa Summii hin muldhanne Dhoksitee natti biiftaa Soogiddadha ati Garuu sobdee taata damma Damma jedhee si dhamdhama Garuu soogiddatu natti namma Ajaa'iba! Bitaachi yoo darbu Mirgattin akkeeffamuu Soogiddi soogiddaa Dammattin fakkeeffamuu Ati soogiddadha Kuraa'aa bifaan adii Yoomuu damman taatuu Ija koo duraa badii! Jamaal Rashiid Walaloo erguuf πŸ‘‰ @Walaloo_bot @Walaloon_Jaalala
9 13837Loading...
30
Siif maraadhee lachuu dhabee Siif gufadhee kichuu cabee Maraattuu sirnaa tahee Namummaa keessaa bahee Siif marmaaree lafa hundaa Siif abaaree nama guddaa Ati naaf hin hubanneπŸ’” Onneen koo siif gaggabuu Lafeen koo siif caccabuu Siif okkolee, siif meelachuu Siif dhukkaa'ee, siif eelachuu Xiyyaara yaadan siif imaluu Ati hin beekne siif hin galu Gad hin ciisne takkaa dirraan Si jaaladha keessaf irraan...... Jaalala koo naaf hubadhuu Na yaali mee na fudhadhuu BY:- Abdii Nagahoo Walaloo erguuf πŸ‘‰ @Walaloo_bot @Walaloon_Jaalala
9 19351Loading...
31
OBSII Obsiimee obsaa koo Dandaa'a hundumaa Bara fakkaataa koo Obsii kee addumaa Guyyaa darbuu jirtuu Hundumaa fudhaatte Boruu hundaa argitaa Yoo obsaa qabaattee Soba sitti faarsee Si halluus dhugaa kee Waqayyoo si baasaa Barbaddee Gumaa kee Humnaa obsi qabu Bultuus arguun oltuu Har'af guyyaan hundu Sitti dukkanooftus Sami chalchisa Walaloo erguuf πŸ‘‰ @Walaloo_bot @Walaloon_Jaalala
9 12147Loading...
32
Sobaan hin beeksisnu Chaanaalota Afaan Oromoo Filatamoo ta'an bakka tokkotti argachuu feetuu? Chaanaalota mimmidhagoo itti fayyadamtan kanneen jabaa siniin jenneerra kunoo πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡
7260Loading...
33
Eenyutu injifata?
7431Loading...
34
Balleessaa kee dhoksuudhaaf Dadhabbii koo lakkooftu Jecha kee waa'ee hin baafnen Sababa naaf funaantu Fuulli kee dukkanaa'u Garaan kee fagoo yaaddee Gaafasuma naaf gale Deemuu akka barbaadde Ani!! Dhaabee si hin qabuuf malee Sokkuun kee na dhukkuba Innin foolii kee bare Kan biraattoo na dhiba Na hin hubanneef malee Dhugaa onnee kooΒ  jalaa IccitiiΒ Β  koodhaΒ Β  ati Sirra maaltu naaf caala! ✍Gemechu Dima Walaloo erguuf πŸ‘‰ @Walaloo_bot @Walaloon_Jaalala
9 06836Loading...
35
Of Dagachuuf Dhuga! Cabee hin ciisu jedhee. Kokkolfaa okkolu Dhiiga dhangalaasee Ofumaaf wal lolu Harki bitaaf mirgaa Yoo ofii wal qalu Cabus ciiseen laalu Ana natti hin tolu Wal hin dhaabu wal buqqisu Biyyaaf labsii baasu Ofiif of buqqisaa Mee eenyutti labsuu Dhadhaa baasa jedhee Dhiiga jigsaa raasu Nuttaa hafuu dhiisaa Dhadhaaf dhiiga raasuu. Garam adeemutti Qaalii lubbuu baasu Eenyuuf eenyuun ajjeesu Eenyuuf immoo labsuu Dhukkuba jibbiinsaa Wal keessa facaasu An bilisa jedhee Anaa kophaa yaaduu Yaada gaddatti jijjiiree Fagaadheetiin badu Osoo akkas taa'ee Jiraachuuf yaaddayu Maaliif machaa'uun koo Gaaffii sitti ta'uu ? Kanaafan akka raatuu Daandii gubbaa kaadhee Akeeka qabaafan mataa gad qabadhee Keessatti of dhoksuudhaaf Dhugaatii bitadhee Qabadhee naannaya Ishii fira godhee. Dhukkubni jibbiinsaa Na keessatti wal horee Firri na baqannaan Dhugaatitti gore Jibbiinsi na guute Sammuun na tortore Oduu hin dhaggeeffadhu Dhagayee aaruurra Dhugaatii bitadhee Ishiin ta'e fira. Naaf beekaa adaraa An hin qabuu nagaa Kanaafan machaa'ee Asiif achitti jiga Dhiiga koo jibbitee Foon koo jaalattaaree Maal koo barbaaduudhaaf Ana na gorsitaree Ana kan hin argin Miidhama koo gartaaree? Du'aa boollaa baaftee Jiraa awwaaltaaree Osoo narra yaa'uu Imimmaan makee dhiigaa Keessa koon kulkule Dhoksuuf irra gogaa Hin dhugin hin jedhin Of dagachuuf dhugaa! Dave kanure. Walaloo erguuf πŸ‘‰ @Walaloo_bot @Walaloon_Jaalala
8 55940Loading...
36
Namoonni chaanaala miseensa 30k ol qabdaniifi gurguruu barbaaddan @Walaloo_bot irratti nu dubbisaa. Namootni chaanaala miseensa 2k ol qabdan kamuu beeksisa nu faana hojjachuu dandeessu @Walaloo_bot @Walaloon_Jaalala
7 7871Loading...
37
BAKKAA ARGAMA KEE Kalessaa shaggar jirtaa Har'a tatee Adaama Maal dubbiin akkaana Dubbiin walin maakama Dhufee sin iyyafadhuu Hin yaada'in yaa tiruu Dhugaa dubbaachuu keef Malee saababni biraa jiru Teessoo kees iyyaafadhee Anin hi dhufuu hin yaadini Kalessaas kanan beekuu Boruus hin baruu anii..... Akkaasi jedhetan ture Essaa jirtaa laata? Shaggar moo adaama Foolin urgaa keetii Fagoodha na waamaa Jedhetan yaade malee Ani hin beekne biishooftu Bakkaa guyyaa jalqaaba Amboomati naf kootuu.. Sami chalchisa Walaloo erguuf πŸ‘‰ @Walaloo_bot @Walaloon_Jaalala
8 45333Loading...
38
Nan rakkadhe ...... Nan rakkadhe lammii koo Rakkina keesa koo waadu Kan an yeroo hundumaa ciisee taa'ees itti aadu Kana yoo an jedhu hedduudha namni rakkina qabeeyati jedhee yaadu! .................miti garuu............... Rakkinni koo akkas mitii hin dhabne waan nyaadhuu Uffatas daareen beekuu Nan qaba mana keessa jiraadhuu Na jalaa hin dhipatinaa Rakkina akkanaatif abadan harkan laadhuu Nan beeka tooftaa ittiin keessaa bahee jabaadhu! ............Rakkinni koo maali beektuu?............ Ilma namaa dadhabe Jiruu addunyaa keessaa Hedduutu jaalatamuuf jecha natti of mimmi'eessaa Shiraaf sharriisaa osoon beekuu Gaarii natti of fakkeessaa Afaaniin na dhungataa Keessa isaa garuu waanyootu bobeessa! Isinirraa haa qabu Hiiriyyaa fakkeessu Kan bakka taa'e hundatti Hanqina kee tareessu Kan kufaatii keetiif Haala hunda mijjeessu Isinirraa haa qabuu Hiiriyaa kijibduu Boolla siniif qopheessuu! Abdii Jr Walaloo erguuf πŸ‘‰ @Walaloo_bot @Walaloon_Jaalala
7 96124Loading...
39
Sobaan hin beeksisnu Chaanaalota Afaan Oromoo Filatamoo ta'an bakka tokkotti argachuu feetuu? Chaanaalota mimmidhagoo itti fayyadamtan kanneen jabaa siniin jenneerra kunoo πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡
6761Loading...
40
Kabajamtoota Hordoftoota keenya Jaalattanii fi kabajjanii nu hordofaa waan jirtaniif kabajni keenya guddaadha. Sin faana deemsi keenya itti fufa. Maarree isin warreen jaalannuuf Chaanaalota Filatamoo irraa barattu, itti bohaartu, bu'aa irraa argattu jennee yaadne qindeessa @Kaachuupromotion tiin isiniif dhiyeessineerra. πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡
7360Loading...
FANNOO IRRATTI! Dirrakee urate keessaan Coccobuu dhiigakee ilaalee Wargama keettan gatee Sossodaachaa deemuu kalee Gollikoo seenaa hin beeku Seenaa golgootaa malee Eyyee.. Yeessoon golgoota oole Golgaa golaa godhee galee Kanaaf jechi nan geenye Uffee... yoon jedhe malee Yeessoo!!!.. Utuu si dhukkubuu Obsitee rukkuttaa gaafichaa Cobdee dafqa xuruurte Dirqama waamichaa Tulluuti hollachaa ijaarte Olfageenyi gaarichaa Gindiiti gangalchite Ulfaatinni jirmichaa Waaqaaf lafa gidduudhaa Xumuruunkee dhimmicha Utuu si ta'uu baatee Maaltu mo'aa lolicha! Ulfaadhu tokkichakoo Ati dhuguma mooticha   TOKKICHA KOO.... Gaarummaa keen daddarbaakoo Qajeelummaatti jijjiirtee Afaan du'aarraa na buufte Alaanfataasaa miccirtee Barbaraan akkan jiraadhuuf Seerrata dachee jijjiirtee Naaf baattee godaannisa Dirmammooftee dhiiga roobdee Harka garaa laafu dhabdee Bakkakoo boossee gadooddee Akkamittan dagadha oolmaakee Tulluu lafee mataa kaleessaa Siidaa dhugaa ijaarrattee Jiraatta malee na keessa Hireekoo hiraarfamtee Daddarbamaa orma tarree Tokkicha naaf of wareege Fakkaataa keen agarre Abba keetti gaafa iyyattu Nuffitee alangaa reebichaa Qoonqoo kee gogaarratti Si unachiisan eebicha Anaaf taate kana mara Na oolchuuf dararamte Daddarbamaa tulluu golgootaa Bitaaf mirgaan kabalamtee Sababbii kee lubbuun kan koo Tolootatti dabalamte Oolmaakee maal siif laadheen Dadhabbii kee ofirraa baasaa?! Qumbii galatakoo buqqiseen Kuusaa ililleekoo Jilbakeetti dhagalaasaa. TOKKICHA KOO....πŸ™πŸ™ #Abay...✍ Walaloo erguuf πŸ‘‰ @Walaloo_bot @Walaloon_Jaalala
Show all...
❀ 71πŸ‘ 22πŸ”₯ 5πŸ₯° 3πŸ‘Ž 2
Photo unavailableShow in Telegram
Hordoftootni Amantaa Kiristaanaa hundi keessan baga guyyaa yaadannoo Fannifamuu Iyyasuus Kiristoosin Isin ga'e. @Walaloon_Jaalala
Show all...
❀ 41πŸ‘ 11
Repost fromΒ Walaloon Jaalala
Dambalii Jaalalaa Chaanaala Afaan Oromoo ergaawwan jaalalaafi walaloowwan jaalalaan guutame kanatti namni miseensa hin taane eenyu?
Show all...
Dambalii
Jaalalaa
❀️❀️❀️
❀️Dambalii Jaalalaa❀
Show all...
Yidnekachew Worku (@Kaachuu_yw) on X

Yaa Barreessinu mee

πŸ‘ 16❀ 1
Show all...
MemeFi Coin

Fight ghost enemies and collect MemeFi Coin rewards in the fastest-growing Telegram app! News:

https://t.me/memeficlub

πŸ‘ 2❀ 1
Namootni chaanaala miseensa 3k o qabda beeksisa waloo (wave) keessa galuu barbaaddan @Walaloo_bot irratti nu dubbisaa
Show all...
πŸ‘ 11
Jabaannan jabaa koo Itti cabsi yaa Waaqoo Addunyaan laaqii hin feetu Atis kanniisa keessi keetuu Garamitti deemuutu bitaacha? Beeki lukkuunuu allaachaa Tolee koo jabaannan Atis jabaadhu Dhoqqee minii Waanjooyyuu baadhu Biyya lafaa kanarratti Oddoo tamboo Qarruus taatu akka Bishaan Amboo Namuu sin amanu Siin ulmaa bahu Namuu sitti hin aanu Siin ilmaa gahu Namuu sin jaallatu Lubbuun si xaphatu Namuu sin gaafatu Bunaan si alaanfatu Barruu harka keerraa Nyaachaa si waakkatu Kanaafuu mee yaa Baatuu Eenyu abbaa isaatiree Kan si caalaa si fakkaatu ✍️ Diinaa'ol Mul'ataa Walaloo erguuf πŸ‘‰ @Walaloo_bot @Walaloon_Jaalala
Show all...
πŸ‘ 12❀ 5πŸ‘ 1😁 1
Photo unavailableShow in Telegram
Tapha Shaampiyoonis Liigii har'a galgala B. Dortimond fi Pii Essi Gii gidduutti taasisfamu nama tilmaamee argateef Badhaasa qarshii 2,500 qopheessineerra. Ulaagaaleen 1. Join ishee jettu tuquun chaanaala keenyatti makamuu 2. Tilmaama isa jedhu irratti tilmaama keessan kaa'uudha. Hubachiisa:- namni hedduun yoo tilmaama sirrii argate nama dursa tilmaamef carraan kennama. Carraa Gaarii
Show all...
❀ 1
πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡
Join
Tilmaama
πŸ‘†πŸ‘†πŸ‘†πŸ‘†πŸ‘†πŸ‘†πŸ‘†πŸ‘†πŸ‘†
Jigiirratti Badhaasoo Bona keecha Iyyoolee Figiirratti Laaffisoo Ona keecha Ishkoolee Arrabarra Finniisa Dubbiidha Aboottata Dammarratti Tisiisa Furriitti Hamoommata Ilmoo dura Obbaatii Nooruu Sanyoo baratte Muchaaf dura Owwaatti Ribbii Baakkuu Fudhatte Cabsii Taliilaa Walaloo erguuf πŸ‘‰ @Walaloo_bot @Walaloon_Jaalala
Show all...
❀ 20πŸ‘ 5✍ 4
Repost fromΒ Walaloon Jaalala
Dambalii Jaalalaa Chaanaala Afaan Oromoo ergaawwan jaalalaafi walaloowwan jaalalaan guutame kanatti namni miseensa hin taane eenyu?
Show all...
πŸ‘ 3
Dambalii
Jaalalaa
❀️❀️❀️
❀️Dambalii Jaalalaa❀