cookie

We use cookies to improve your browsing experience. By clicking ยซAccept allยป, you agree to the use of cookies.

avatar

๐Ÿ”‰IBNU TEMIYAA OFFICAL

ยซChaanalii Da'waa Fi Barnootaa @Keyralumma @Ibnutemiya6 Page FB๐Ÿ‘‡ like follow gochuuf https://www.facebook.com/keyralumma Youtube ๐Ÿ‘‡Channel Subscribe godhuuf https://youtu.be/N18nEwEcoZY Yaadaaf @Keyralumma_bot

Show more
Finland734The language is not specifiedReligion & Spirituality16 326
Advertising posts
3 301
Subscribers
No data24 hours
No data7 days
-7730 days

Data loading in progress...

Subscriber growth rate

Data loading in progress...

https://t.me/ALBADR777 Zayitii motora haara baayyee bareedaa tahe gatii baayyii gadi buhaa taheen gatiin baayyinaa 280 baayyinaan Abbaan barbaaddan nuuf bilbilaa. Lakk 0912041704 Lakk 0923343873 https://t.me/ALBADR777
Show all...
Show all...
du'aa'ii nama ajaaibaa nama Abuu bakir siddiiq fakkaatu muslima itiyoophiyaatif kadhatan Aaaamiiin ๐Ÿคฒ

๐Ÿ””Habibi Do U know Who you are?. :::::::: ^^^^^^^ ^^^^^^^ :::::::: Follow it We will tell you?. ๐Ÿ—กObboleessa kooโœ…. ๐Ÿ“ŒAti Nama rabbiin filate. ๐Ÿ“ŒAti nama Rabbiin kabajedhaam. ๐Ÿ“ŒAti nama rabbiin Jannata sana qopheesseefiim. ๐Ÿ“ŒAti bar Kan bakka ergamaa rabbii ๏ทบ buutee ergaa isaanii baatte jirtu. ๐Ÿ“Œsi'iim Kan Har'a Bakka Umari fii Hamzaa jirtu. ๐Ÿ“ŒSi'iim Silaa kan har'a Akka mus'aab ibnu umeeyrii Biyya da3waadhaan jijjiirtu. ๐Ÿ“ŒSi tureem silaa Kan rakkoo hawaasa muslimaa addunyaa kanaaf furmaata barbaadu. ๐Ÿ“Œsi tureem silaa kan Aduwwii qur'aanaa,aduwwii masjiidaa,aduwwii hijaabaa, kan deebisuu qabu. ๐Ÿ“Œsi tureem kan Adeemsa ittiin bulmaata shar'aatiif kan karaa mijeessuuf si'iim silaa kan shariaan addunyaa bulchuu qabu. ๐Ÿ“ŒAmmallee suma kan ulamaa'ii keenya dhumaa jiran/kan umriin deeman kana irraa beekumsaa isaanii fuudhee dhaloota dhufutti dabarsu. ๐Ÿ”ฐSidhaam, yaa akhii, yaa obboleessa Koo dammaqqi ofbari ๐Ÿ”ฐSimalee kan biraa hin eegin. ๐Ÿ‘‰ Kan maqaa muslimummaa qabdu hundi ๐Ÿ’ Muradhuu ka'ii baha Galaana MODERNIZATIONII FII Fashioning keessaa. ๐Ÿ’ŽGalaana Gowwummaa fii Dagamiinsa warra dhihaa keessa bahuuf Yoom deemsa jalqabda?.
Show all...
JOIN
&
SHEAR
Ergaa biraa ๐Ÿ‘‡
Argachuuf
As ๐Ÿ‘‰ Tuquu
Show all...
I am @keyralumma on TikTok. To download the app and watch more videos, tap: https://m.tiktok.com/invitef/download?username=muser&platform=telegram

TikTok

With the third odd night, O Allah, do not close the month of Ramadan unless you have erased our sins, accepted our repentance, relieved our worries, corrected our conditions, strengthened our faith, made us happy in our lives, and made us free from the fire, Lord of the worlds. Halkan odd sadaffaan yaa Rabbi cubbuu keenya haqxee, towba keenya fudhattee, yaaddoo keenya sirreessee, haala keenya sirreessitee, iimaana keenya cimsitee, jireenya keenya keessatti nu gammachiifte, ibidda irraa worra bilisoomsite nu goote malee jiโ€™a Ramadaanaa hin cufin Yaa Gooftaa addunyaalee. ู…ุน ุงู„ู„ูŠู„ุฉ ุงู„ูˆุชุฑูŠุฉ ุงู„ุซุงู„ุซ ุงู„ู„ู‡ู… ู„ุง ุชุทูˆูŠ ุดู‡ุฑ ุฑู…ุถุงู† ุฅู„ุง ูˆู‚ุฏ ู…ุญูˆุช ุฐู†ูˆุจู†ุง ูˆู‚ุจู„ุช ุชูˆุจุชู†ุง ูˆูุฑุฌุช ู‡ู…ูˆู…ู†ุง ูˆุฃุตู„ุญุช ุฃุญูˆุงู„ู†ุง ูˆู‚ูˆูŠุช ุฅูŠู…ุงู†ู†ุง ูˆุฃุณุนุฏุชู†ุง ููŠ ุญูŠุงุชู†ุง ูˆูƒุชุจุชู†ุง ู…ู† ุงู„ุนุชู‚ุงุก ู…ู† ุงู„ู†ุงุฑ ูŠุงุฑุจ ุงู„ุนุงู„ู…ูŠู†
Show all...
Aamiin
Allaaahumma
Aaaaamiiiiiiin ๐Ÿคฒ๐Ÿคฒ
Photo unavailableShow in Telegram
#Dalagaa teetiin galata akkamii barbaadda? โ€ขNama dalagaa isaatin addunyaa qofa argatuu fedhu, kan isii malee waan biraa hin barbaanne sun akka nama kuffaaratii, waan rabbiin isaa kennuu fedhu, isaa kenna, waan inni argatuu fedhee miti sanuu nama isaa kennuu feedheef, kuffaarri waa haddu hawwaa, garuu muraasa isaa malee hin argatu, inumaa isaaniraa hedduun muraasa sanuu argatuu fedhaa, haa tayuu osoo hin argatin hafa, akkasitti hiyyummaan addunya'aa aakhira'aa isarratti walitti qabamti, eega waan addunya'arraa argateen xiqqo qanani'e aakhira'atti ibidda jahanm seena Isaa jibbama fi rahgmata Rabbirraa darbama ta'e. โ€ขAmmoo namni mu'minni durummaa Aakhiraa filatee, yoo addunyarraa waa argate tolte ammoo yoon argatin, wanni inni yaadu akka hiyyummaan inni keessa jiru durummarra isaa caaltu Rabbi biratti. *Namni Aakhiraa maraxatee, Dalagaa aakhiran maltu dalage, amanee waan aakhiraan malu dalage, Dalagaan isaanii waan galata qabaati kan Rabbiin iraa qeebalee, sawaaba isaanii kennu. Yaa rabbi nu milkeessi.
Show all...
๐Ÿ‘254
โค๏ธ344
๐Ÿ‘Œ235
Shear
Gaaffiif Yaada qabdanuf
๐Ÿ“œ๐Ÿ–Œ. Ji'a Ramadaanaa keessa Carraa 1350 ol kan Diliilee Dabarte irraa Araarama Namaaf argamsiisuutu jira. โœ๐Ÿป. Ramadaanni Ji'a Kheeyriilee ji'a barakaaleeti. Yeroo itti isa keessatti duaaiin namaaf qeebalamtu kan ji'oota biraa hunda irra caaltuudha. Sababni ittiin ajriin dacha dachaa namaaf godhamtu ji'oota biraatirra kan ji'a ramadaanaa ni caalti. Barakaa jiini kun qabu irraa Carraa diliileen dabarte namaaf dhiifamuu kan isa keessa jiru yeroo 1350 caala. Wallaahi kuni tola guddaadha. Mu'umintootaa fii qalbiin isaanii kanaan akka malee gammaddi. ๐Ÿ“œ๐Ÿ–Œ. Carraallee kanneen Dubbachuun Dura Ragaalee shari'aa isaan irratti nama qajeelchitu dubbachuun dirqama. 1. " Namni ji'a ramadaanaa haala amanaa fii rabbirratti hisaabbataa ta'een soommane Dilii isaatirraa wanti dabarte isaaf araarame, Namni ji'a ramadaanaa haala amanaa fii rabbirratti hisaabbataa ta'ee Dhaabbate Dilii isaatirraa wanti darbe isaaf araarame, Namni halkan leeylatul qadrii haala amanaa fii rabbirratti hisaabbataa ta'een Dhaabbate ,Dilii isaatirraa wanti dabarte isaaf araaramni godhame" Bukhaarii fii Muslimtu Gabaase. 2. " yeroo imaamni Aamiin jedhe isiniis Aamiin jedhaa; Namni aamiiniin isaa aammiinii malaa'ikaatii wajjiin walsimate ; Ma'siyaa isaatirraa kan dabarte Araaramni isaaf godhame". Bukhaarii fii Muslim. 3. " Yeroo imaamni " Sami'allaahu liman hamidahu" jedhe " Allaahumma Rabbanaa walakal hamdu" jedhaa, Namni jechi isaa jecha Malaa'ikaatiin wal simate; Dilii isaatirraa wanta dabre araaramni isaaf godhame". Bukhaarii fii Muslim. ๐Ÿ“œ๐Ÿ–Œ. Hadiisoota kanarratti hundooynee Carraalee Ramadaana keessa lakkaawuuf yeroo kaanu inumaa carraa 1350 ol taati. Suniis akka armaan gadiiti. ๐Ÿ““. Soomanuun, Halkan hunda dhaabbachuu fii Halkan leeylatul qadrii dhaabbachuun walitti carraa=3. ๐Ÿ““. Salaanni Shanan isii keessaa:-. ๐ŸชทGuyyatti Raka'aa olfuudhanii qara'an 6 tu jira. Akkana Jechuun Namni tokko imaamatti hidhachuun yeroo 6 aamiin jedha jechuudha. 6*30=180. ๐ŸชทGuyyatti Raka'aa 17 kan Namni tokko eega imaamni " Sami'allaahu limanhamidah" jedhe inni immoo " allaahumma Rabbanaa walakal hamdu" keessatti jedhuutu jira. Kana jechuun 17*30=510. ๐Ÿ““. Salaata taraawiihaa keessa :-. Osoo Namni tokko imaamaa wajjiin Raka'aa 11 salaata jennee fudhannee; Isii keessatti yeroo 11 aamiin jedha, yeroo 11 " Allaahumma rabbanaa walakal hamdu" jedha. Walitti kan halkan tokko 22 jechuudha. Kana jechuun carraan Diliin isaa dabarte isaaf araaramuu salaata taraawiihaa keessati hedduu deddebiti jechuudha. Kuniis 22*30=660 ta'a. ๐Ÿ“œ. Waliigalli Carraa kanaa = 3+180+510+660=1353 ta'a jechuudha. ๐Ÿ“œ๐Ÿ–Œ. Carraan guddaan kun Tahajjuda kurnan boodaa maleedha. Inumaa Sababoonni biraa kan Namni Muslimaa dalaguu qabu kan Ji'a kana keessa Diliilee isarraa argamtee dabarte akka isaaf araaramni godhamu taasistu hedduudha. Tolli rabbiin akkaan bal'aadha. Kennaan isaa ji'a kana keessa hedduu guddoodha. โœ๐Ÿป. ุงู„ุดูŠุฎ ุงู„ุฏูƒุชูˆุฑ ุณู„ุทุงู† ุงู„ุนู…ูŠุฑูŠ ุฃุณุชุงุฐ ุงู„ุนู‚ูŠุฏุฉ ุจุฌุงู…ุนุฉ ุฃู…ู‘ ุงู„ู‚ุฑู‰ โš Yaadachiisa Jecha tokkoonii miti kan Hiikame, Akka hubachuuf Mijatuttiidha malee.
Show all...
๐Ÿ‘
โค
๐Ÿ‘Œ
Comment โœ
๐Ÿ— โ‚โ€Œfโ€Œaโ€Œzโ€Œzโ€Œaโ€Œkโ€Œkโ€Œiโ€Œrโ€Œ/โ€Œyโ€Œaโ€Œaโ€Œdโ€Œaโ€Œcโ€Œhโ€Œiโ€Œiโ€Œsโ€Œiโ€Œโ‚ ๐Ÿ— โ–ฃโ–ฌโ–ฌโ–ฌโโ–ฌโ–ฌโ—คโ—ขโ–ฌโ–ฌโโ–ฌโ–ฌโ–ฌ โ–ฃKanuma ruuhiin nama keessa jirtu qalbiin namaa ni duutii beeki: waan isii irraa eeggamu  gochuu dadhabdee dhukkuba gaflaatiin duutii, Namni waan rabbiitiin gorfamu, Namni waan aakiraatiifi diiniin gorfamu nama qalbii fayyaa qabu nama qalbiin isaa ma'asiyaan/shirkiin/jallinaan/bid'aadhaan hin du'ini. โ–ฃ beekkumsi hadiisaa fi qur'aanaa ta'e tun qalbii nama jiraachifti waan fokkatarraa qalbiin fagaattee akka haala bareeda qabaattu taasifti soba โ†’dhugaa, dadhabbiiโ†’jabeenyaa, daguu โ†’dammaqqii, laafinsarra โ†’ciminaa. Haalota badaa irraa gama guddinaa akka namni bahu ilmii nama barsiifti ilmiin islaamaa tun. โ–ฃNamni waa beekuu fi hin beekne way wal qixxaataa? jedhe rabbiin keenya s.w Wal hin qixxaatu. Namni  gorfamu, warra aqlii yookaa lubbuu qabu. โ†‘Faayidan barnoota diin kan fa'a jechuudha, yaa rabbi barachuu nuu laaffisi. ยซ ู‚ู„ ู‡ู„ ูŠุณุชูˆูŠ ุงู„ุฐูŠู† ูŠุนู„ู…ูˆู† ูˆุงู„ุฐูŠู† ู„ุง ูŠุนู„ู…ูˆู† ุฅู†ู…ุง ูŠุชุฐูƒุฑ ุฃูˆู„ูˆ ุงู„ุฃู„ุจุงุจ ยป โ–ฃโ–ฌโ–ฌโ–ฌโโ–ฌโ–ฌโ—คโ—ขโ–ฌโ–ฌโโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฃ
Show all...
๐Ÿ‘234
โค๏ธ321
๐Ÿ‘Œ543
๐Ÿ‘453
Ergaa biraaf
Join
ู…ุดุงู‡ุฏุฉ "ูกูฉ ูŠู†ุงูŠุฑ ูขู ูขูฃ" ุนู„ู‰ YouTube https://youtube.com/shorts/2T8dWpKEaMQ?feature=share
Show all...
ูกูฉ ูŠู†ุงูŠุฑ ูขู ูขูฃ

๐Ÿ— โ‚โ€Œfโ€Œaโ€Œzโ€Œzโ€Œaโ€Œkโ€Œkโ€Œiโ€Œrโ€Œ/โ€Œyโ€Œaโ€Œaโ€Œdโ€Œaโ€Œcโ€Œhโ€Œiโ€Œiโ€Œsโ€Œiโ€Œโ‚ ๐Ÿ— โ–ฃโ–ฌโ–ฌโ–ฌโโ–ฌโ–ฌโ—คโ—ขโ–ฌโ–ฌโโ–ฌโ–ฌโ–ฌ โ–ฃKanuma ruuhiin nama keessa jirtu qalbiin namaa ni duutii beeki: waan isii irraa eeggamu  gochuu dadhabdee dhukkuba gaflaatiin duutii, Namni waan rabbiitiin gorfamu, Namni waan aakiraatiifi diiniin gorfamu nama qalbii fayyaa qabu nama qalbiin isaa ma'asiyaan/shirkiin/jallinaan/bid'aadhaan hin du'ini. โ–ฃ beekkumsi hadiisaa fi qur'aanaa ta'e tun qalbii nama jiraachifti waan fokkatarraa qalbiin fagaattee akka haala bareeda qabaattu taasifti soba โ†’dhugaa, dadhabbiiโ†’jabeenyaa, daguu โ†’dammaqqii, laafinsarra โ†’ciminaa. Haalota badaa irraa gama guddinaa akka namni bahu ilmii nama barsiifti ilmiin islaamaa tun. โ–ฃNamni waa beekuu fi hin beekne way wal qixxaataa? jedhe rabbiin keenya s.w Wal hin qixxaatu. Namni  gorfamu, warra aqlii yookaa lubbuu qabu. โ†‘Faayidan barnoota diin kan fa'a jechuudha, yaa rabbi barachuu nuu laaffisi. ยซ ู‚ู„ ู‡ู„ ูŠุณุชูˆูŠ ุงู„ุฐูŠู† ูŠุนู„ู…ูˆู† ูˆุงู„ุฐูŠู† ู„ุง ูŠุนู„ู…ูˆู† ุฅู†ู…ุง ูŠุชุฐูƒุฑ ุฃูˆู„ูˆ ุงู„ุฃู„ุจุงุจ ยป โ–ฃโ–ฌโ–ฌโ–ฌโโ–ฌโ–ฌโ—คโ—ขโ–ฌโ–ฌโโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฃ
Show all...
๐Ÿ”ŠKEYRAL-UMMA-TUBE

ยซChaanalii Da'waa Fi Barnootaa @Keyralumma @Ibnutemiya6 Page FB๐Ÿ‘‡ like follow gochuuf

https://www.facebook.com/keyralumma

Page Youtube ๐Ÿ‘‡Channel Subscribe godhuuf

https://youtu.be/N18nEwEcoZY

Yaadaaf @Keyralumma_bot

๐Ÿ‘
๐Ÿ‘Œ