๐IBNU TEMIYAA OFFICAL
ยซChaanalii Da'waa Fi Barnootaa @Keyralumma @Ibnutemiya6 Page FB๐ like follow gochuuf https://www.facebook.com/keyralumma Youtube ๐Channel Subscribe godhuuf https://youtu.be/N18nEwEcoZY Yaadaaf @Keyralumma_bot
ะะพะปััะต3 301
ะะพะดะฟะธััะธะบะธ
ะะตั ะดะฐะฝะฝัั
24 ัะฐัะฐ
ะะตั ะดะฐะฝะฝัั
7 ะดะฝะตะน
-7730 ะดะฝะตะน
- ะะพะดะฟะธััะธะบะธ
- ะัะพัะผะพััั ะฟะพััะพะฒ
- ER - ะบะพัััะธัะธะตะฝั ะฒะพะฒะปะตัะตะฝะฝะพััะธ
ะะฐะณััะทะบะฐ ะดะฐะฝะฝัั ...
ะัะธัะพัั ะฟะพะดะฟะธััะธะบะพะฒ
ะะฐะณััะทะบะฐ ะดะฐะฝะฝัั ...
https://t.me/ALBADR777
Zayitii motora haara baayyee bareedaa tahe gatii baayyii gadi buhaa taheen gatiin baayyinaa 280 baayyinaan Abbaan barbaaddan nuuf bilbilaa.
Lakk 0912041704
Lakk 0923343873
https://t.me/ALBADR777
ะะพะบะฐะทะฐัั ะฒัะต...
du'aa'ii nama ajaaibaa nama Abuu bakir siddiiq fakkaatu muslima itiyoophiyaatif kadhatan Aaaamiiin ๐คฒ
๐Habibi Do U know Who you are?.
::::::::
^^^^^^^
^^^^^^^
::::::::
Follow it We will tell you?.
๐กObboleessa kooโ
.
๐Ati Nama rabbiin filate.
๐Ati nama Rabbiin kabajedhaam.
๐Ati nama rabbiin Jannata sana qopheesseefiim.
๐Ati bar Kan bakka ergamaa rabbii ๏ทบ buutee ergaa isaanii baatte jirtu.
๐si'iim Kan Har'a Bakka Umari fii Hamzaa jirtu.
๐Si'iim Silaa kan har'a Akka mus'aab ibnu umeeyrii Biyya da3waadhaan jijjiirtu.
๐Si tureem silaa Kan rakkoo hawaasa muslimaa addunyaa kanaaf furmaata barbaadu.
๐si tureem silaa kan Aduwwii qur'aanaa,aduwwii masjiidaa,aduwwii hijaabaa, kan deebisuu qabu.
๐si tureem kan Adeemsa ittiin bulmaata shar'aatiif kan karaa mijeessuuf si'iim silaa kan shariaan addunyaa bulchuu qabu.
๐Ammallee suma kan ulamaa'ii keenya dhumaa jiran/kan umriin deeman kana irraa beekumsaa isaanii fuudhee dhaloota dhufutti dabarsu.
๐ฐSidhaam, yaa akhii, yaa obboleessa Koo
dammaqqi ofbari
๐ฐSimalee kan biraa hin eegin.
๐ Kan maqaa muslimummaa qabdu hundi
๐ Muradhuu ka'ii baha Galaana MODERNIZATIONII FII Fashioning keessaa.
๐Galaana Gowwummaa fii Dagamiinsa warra dhihaa keessa bahuuf Yoom deemsa jalqabda?.
JOIN
&
SHEAR
Ergaa biraa ๐
Argachuuf
As ๐ Tuquu
ะะพะบะฐะทะฐัั ะฒัะต...
I am @keyralumma on TikTok. To download the app and watch more videos, tap: https://m.tiktok.com/invitef/download?username=muser&platform=telegram
TikTok
With the third odd night, O Allah, do not close the month of Ramadan unless you have erased our sins, accepted our repentance, relieved our worries, corrected our conditions, strengthened our faith, made us happy in our lives, and made us free from the fire, Lord of the worlds.
Halkan odd sadaffaan yaa Rabbi cubbuu keenya haqxee, towba keenya fudhattee, yaaddoo keenya sirreessee, haala keenya sirreessitee, iimaana keenya cimsitee, jireenya keenya keessatti nu gammachiifte, ibidda irraa worra bilisoomsite nu goote malee jiโa Ramadaanaa hin cufin Yaa Gooftaa addunyaalee.
ู
ุน ุงููููุฉ ุงููุชุฑูุฉ ุงูุซุงูุซ
ุงูููู
ูุง ุชุทูู ุดูุฑ ุฑู
ุถุงู ุฅูุง ููุฏ ู
ุญูุช ุฐููุจูุง ููุจูุช ุชูุจุชูุง ููุฑุฌุช ูู
ูู
ูุง ูุฃุตูุญุช ุฃุญูุงููุง ููููุช ุฅูู
ุงููุง ูุฃุณุนุฏุชูุง ูู ุญูุงุชูุง ููุชุจุชูุง ู
ู ุงูุนุชูุงุก ู
ู ุงููุงุฑ ูุงุฑุจ ุงูุนุงูู
ูู
Aamiin
Allaaahumma
Aaaaamiiiiiiin ๐คฒ๐คฒ
ะคะพัะพ ะฝะตะดะพัััะฟะฝะพะะพะบะฐะทะฐัั ะฒ Telegram
#Dalagaa teetiin galata akkamii barbaadda?
โขNama dalagaa isaatin addunyaa qofa argatuu fedhu, kan isii malee waan biraa hin barbaanne sun akka nama kuffaaratii, waan rabbiin isaa kennuu fedhu, isaa kenna, waan inni argatuu fedhee miti sanuu nama isaa kennuu feedheef, kuffaarri waa haddu hawwaa, garuu muraasa isaa malee hin argatu,
inumaa isaaniraa hedduun muraasa sanuu argatuu fedhaa, haa tayuu osoo hin argatin hafa, akkasitti hiyyummaan addunya'aa aakhira'aa isarratti walitti qabamti, eega waan addunya'arraa argateen xiqqo qanani'e aakhira'atti ibidda jahanm seena Isaa jibbama fi rahgmata Rabbirraa darbama ta'e.
โขAmmoo namni mu'minni durummaa Aakhiraa filatee, yoo addunyarraa waa argate tolte ammoo yoon argatin, wanni inni yaadu akka hiyyummaan inni keessa jiru durummarra isaa caaltu Rabbi biratti.
*Namni Aakhiraa maraxatee, Dalagaa aakhiran maltu dalage, amanee waan aakhiraan malu dalage, Dalagaan isaanii waan galata qabaati kan Rabbiin iraa qeebalee, sawaaba isaanii kennu.
Yaa rabbi nu milkeessi.
๐254
โค๏ธ344
๐235
Shear
Gaaffiif Yaada qabdanuf
๐๐. Ji'a Ramadaanaa keessa Carraa 1350 ol kan Diliilee Dabarte irraa Araarama Namaaf argamsiisuutu jira.
โ๐ป. Ramadaanni Ji'a Kheeyriilee ji'a barakaaleeti. Yeroo itti isa keessatti duaaiin namaaf qeebalamtu kan ji'oota biraa hunda irra caaltuudha. Sababni ittiin ajriin dacha dachaa namaaf godhamtu ji'oota biraatirra kan ji'a ramadaanaa ni caalti. Barakaa jiini kun qabu irraa Carraa diliileen dabarte namaaf dhiifamuu kan isa keessa jiru yeroo 1350 caala. Wallaahi kuni tola guddaadha. Mu'umintootaa fii qalbiin isaanii kanaan akka malee gammaddi.
๐๐. Carraallee kanneen Dubbachuun Dura Ragaalee shari'aa isaan irratti nama qajeelchitu dubbachuun dirqama.
1. " Namni ji'a ramadaanaa haala amanaa fii rabbirratti hisaabbataa ta'een soommane Dilii isaatirraa wanti dabarte isaaf araarame, Namni ji'a ramadaanaa haala amanaa fii rabbirratti hisaabbataa ta'ee Dhaabbate Dilii isaatirraa wanti darbe isaaf araarame, Namni halkan leeylatul qadrii haala amanaa fii rabbirratti hisaabbataa ta'een Dhaabbate ,Dilii isaatirraa wanti dabarte isaaf araaramni godhame" Bukhaarii fii Muslimtu Gabaase.
2. " yeroo imaamni Aamiin jedhe isiniis Aamiin jedhaa; Namni aamiiniin isaa aammiinii malaa'ikaatii wajjiin walsimate ; Ma'siyaa isaatirraa kan dabarte Araaramni isaaf godhame". Bukhaarii fii Muslim.
3. " Yeroo imaamni " Sami'allaahu liman hamidahu" jedhe " Allaahumma Rabbanaa walakal hamdu" jedhaa, Namni jechi isaa jecha Malaa'ikaatiin wal simate; Dilii isaatirraa wanta dabre araaramni isaaf godhame". Bukhaarii fii Muslim.
๐๐. Hadiisoota kanarratti hundooynee Carraalee Ramadaana keessa lakkaawuuf yeroo kaanu inumaa carraa 1350 ol taati. Suniis akka armaan gadiiti.
๐. Soomanuun, Halkan hunda dhaabbachuu fii Halkan leeylatul qadrii dhaabbachuun walitti carraa=3.
๐. Salaanni Shanan isii keessaa:-.
๐ชทGuyyatti Raka'aa olfuudhanii qara'an 6 tu jira. Akkana Jechuun Namni tokko imaamatti hidhachuun yeroo 6 aamiin jedha jechuudha. 6*30=180.
๐ชทGuyyatti Raka'aa 17 kan Namni tokko eega imaamni " Sami'allaahu limanhamidah" jedhe inni immoo " allaahumma Rabbanaa walakal hamdu" keessatti jedhuutu jira. Kana jechuun 17*30=510.
๐. Salaata taraawiihaa keessa :-.
Osoo Namni tokko imaamaa wajjiin Raka'aa 11 salaata jennee fudhannee; Isii keessatti yeroo 11 aamiin jedha, yeroo 11 " Allaahumma rabbanaa walakal hamdu" jedha. Walitti kan halkan tokko 22 jechuudha. Kana jechuun carraan Diliin isaa dabarte isaaf araaramuu salaata taraawiihaa keessati hedduu deddebiti jechuudha. Kuniis 22*30=660 ta'a.
๐. Waliigalli Carraa kanaa = 3+180+510+660=1353 ta'a jechuudha.
๐๐. Carraan guddaan kun Tahajjuda kurnan boodaa maleedha. Inumaa Sababoonni biraa kan Namni Muslimaa dalaguu qabu kan Ji'a kana keessa Diliilee isarraa argamtee dabarte akka isaaf araaramni godhamu taasistu hedduudha.
Tolli rabbiin akkaan bal'aadha. Kennaan isaa ji'a kana keessa hedduu guddoodha.
โ๐ป. ุงูุดูุฎ ุงูุฏูุชูุฑ ุณูุทุงู ุงูุนู
ูุฑู
ุฃุณุชุงุฐ ุงูุนููุฏุฉ ุจุฌุงู
ุนุฉ ุฃู
ู ุงููุฑู
โ Yaadachiisa Jecha tokkoonii miti kan Hiikame, Akka hubachuuf Mijatuttiidha malee.
๐
โค
๐
Comment โ
๐ โโfโaโzโzโaโkโkโiโrโ/โyโaโaโdโaโcโhโiโiโsโiโโ ๐
โฃโฌโฌโฌโโฌโฌโคโขโฌโฌโโฌโฌโฌ
โฃKanuma ruuhiin nama keessa jirtu qalbiin namaa ni duutii beeki: waan isii irraa eeggamu gochuu dadhabdee dhukkuba gaflaatiin duutii, Namni waan rabbiitiin gorfamu, Namni waan aakiraatiifi diiniin gorfamu nama qalbii fayyaa qabu nama qalbiin isaa ma'asiyaan/shirkiin/jallinaan/bid'aadhaan hin du'ini.
โฃ beekkumsi hadiisaa fi qur'aanaa ta'e tun qalbii nama jiraachifti waan fokkatarraa qalbiin fagaattee akka haala bareeda qabaattu taasifti soba โdhugaa, dadhabbiiโjabeenyaa, daguu โdammaqqii, laafinsarra โciminaa. Haalota badaa irraa gama guddinaa akka namni bahu ilmii nama barsiifti ilmiin islaamaa tun.
โฃNamni waa beekuu fi hin beekne way wal qixxaataa? jedhe rabbiin keenya s.w Wal hin qixxaatu. Namni gorfamu, warra aqlii yookaa lubbuu qabu.
โFaayidan barnoota diin kan fa'a jechuudha, yaa rabbi barachuu nuu laaffisi.
ยซ ูู ูู ูุณุชูู ุงูุฐูู ูุนูู
ูู ูุงูุฐูู ูุง ูุนูู
ูู ุฅูู
ุง ูุชุฐูุฑ ุฃููู ุงูุฃูุจุงุจ ยป
โฃโฌโฌโฌโโฌโฌโคโขโฌโฌโโฌโฌโฌโฃ
๐234
โค๏ธ321
๐543
๐453
Ergaa biraaf
Join
Repost fromย ๐KEYRAL-UMMA-TUBE
ู
ุดุงูุฏุฉ "ูกูฉ ููุงูุฑ ูขู ูขูฃ" ุนูู YouTube
https://youtube.com/shorts/2T8dWpKEaMQ?feature=share
ูกูฉ ููุงูุฑ ูขู ูขูฃ
๐ โโfโaโzโzโaโkโkโiโrโ/โyโaโaโdโaโcโhโiโiโsโiโโ ๐
โฃโฌโฌโฌโโฌโฌโคโขโฌโฌโโฌโฌโฌ
โฃKanuma ruuhiin nama keessa jirtu qalbiin namaa ni duutii beeki: waan isii irraa eeggamu gochuu dadhabdee dhukkuba gaflaatiin duutii, Namni waan rabbiitiin gorfamu, Namni waan aakiraatiifi diiniin gorfamu nama qalbii fayyaa qabu nama qalbiin isaa ma'asiyaan/shirkiin/jallinaan/bid'aadhaan hin du'ini.
โฃ beekkumsi hadiisaa fi qur'aanaa ta'e tun qalbii nama jiraachifti waan fokkatarraa qalbiin fagaattee akka haala bareeda qabaattu taasifti soba โdhugaa, dadhabbiiโjabeenyaa, daguu โdammaqqii, laafinsarra โciminaa. Haalota badaa irraa gama guddinaa akka namni bahu ilmii nama barsiifti ilmiin islaamaa tun.
โฃNamni waa beekuu fi hin beekne way wal qixxaataa? jedhe rabbiin keenya s.w Wal hin qixxaatu. Namni gorfamu, warra aqlii yookaa lubbuu qabu.
โFaayidan barnoota diin kan fa'a jechuudha, yaa rabbi barachuu nuu laaffisi.
ยซ ูู ูู ูุณุชูู ุงูุฐูู ูุนูู
ูู ูุงูุฐูู ูุง ูุนูู
ูู ุฅูู
ุง ูุชุฐูุฑ ุฃููู ุงูุฃูุจุงุจ ยป
โฃโฌโฌโฌโโฌโฌโคโขโฌโฌโโฌโฌโฌโฃ
๐KEYRAL-UMMA-TUBE
ยซChaanalii Da'waa Fi Barnootaa @Keyralumma @Ibnutemiya6 Page FB๐ like follow gochuuf
https://www.facebook.com/keyralummaPage Youtube ๐Channel Subscribe godhuuf
https://youtu.be/N18nEwEcoZYYaadaaf @Keyralumma_bot
๐
๐