Siinqii Aakhiraa.
Open in Telegram
"Siinqiin Aakhiraa hojii gaarii fi iimaana keenya isa nu waliin hafuudha."
Show moreThe country is not specifiedThe category is not specified
771
Subscribers
+524 hours
+557 days
+13230 days
Posts Archive
Toowhiida jechuun maal jechuudha?
Gaafii kana irratti hirmaadhaa deebii keessan comment jala kaayaa
📢 Yaadachiisa Cimaa!!
🔖 Qormaanni xumuraa koorsii lenjii gabaabaa "Hojii Qalbii" har'a halkan sa'aatii 1:00 irraa eegale marsariitii (website) irratti qooramuu ni dandeessu.
🗓 Qormaanni Kun hanga guyyaa jimaata halkan sa'aatii 1:00 banaadha. Guyyoota kana keessatti sa'aatii isiniif miijaatu marsariitii (Website) irratti seenuun qoramaa.
➡️ Barattoonni ammaan duratti Marsariitii (Website) irratti hin galmaa'iin akkaataa viidiyoo gababaa chaanaala irratti maxxanfameen galmee keessan xumuraa!!
🌐 Marsariitii (Website) irratti galmaa'uuf liinki kana fayyadamaa!!
👉 orm.africaacademy.com
📲 Viidiyoo akkaataa itti salphaatti Marsariiticha (Website) irratti herreega (akkaawuntii) keessan itti uumtan ilaaluuf as tuqaa 👇🏽
https://t.me/AkaadaamiiAfrikaa/96
🎙 Dr Abdallaah Kadir
Leenjii Hojii Qalbii-8.pdf5.32 KB
📚 Kutaa saddeettaffaa
📮 Leenjii Hojii Qalbii
🎙 Dr. Abdallaah Khadiir
🔗 https://youtu.be/yvwYFJheKx4
⚠️ Beeksisa Barbaachisaa fi Ariifachiisaa Barattoota Marsariitii irratti hin galmaa'iin Hundaaf ⚠️
🚫 Hubachiisa: Barattoonni amma dura website irratti hin galmaa'in hundi yoo herreega (akkaawuunti) dhunfaa keessan marsariitii (Pilaatifoormii) irratti hin uumne, akka barataa marsaa kanaaf galmaa'eetti hin fudhatamtan. Kanaaf barattoonni marsariitii irratti hin galmaa'in carraa kana hin dabarsinaa; har'auma galmaa'aa!
🔗 [Liinkii Platformii/Marsariitii]
https://orm.africaacademy.com/my/courses.php
📲 Yoo rakkoon isin mudate, deeggarsa teknikaa keenya qunnamaa:
👉@AfricaacademyOromo
Gaafilee barnoota leenjii hojii qalbii liinkii kanaa tuquun hojjadhaa👉👉https://form.svhrt.com/6a58c9d8e654302e4aa450cc
3. Sababaawwan kophaa isaanii faayidaa fi miidhaa qabu jedhanii amanuun maal jedhama?
🎙 Dr Abdallaah Kadir
Leenjii Hojii Qalbii-7.pdf4.68 KB
📚 Kutaa Torbaffaa
📮 Leenjii Hojii Qalbii
🎙 Dr. Abdallaah Khadiir
🔗 https://youtu.be/wfMtmi7aRlI
