ar
Feedback

لا تقع ضحية للمخادعين! تيليمتريو يكتشف ويُميّز هذه القنوات 👉 إذا كنت تريد رؤية العلامة، اشترك

Siinqii Aakhiraa.

Siinqii Aakhiraa.

الذهاب إلى القناة على Telegram

"Siinqiin Aakhiraa hojii gaarii fi iimaana keenya isa nu waliin hafuudha."

إظهار المزيد
لم يتم تحديد البلدالفئة غير محددة
771
المشتركون
+524 ساعات
+557 أيام
+13230 أيام
أرشيف المشاركات
Toowhiida jechuun maal jechuudha? Gaafii kana irratti hirmaadhaa deebii keessan comment jala kaayaa

Baga naaf jiraattan, Alhamdulillaah anis nagaa jira

Akkam nagaa jirtuu obboleewwan koo

Assalaamu aleeykum warahmatullaahi wabarakaatuh

📢 Yaadachiisa Cimaa!! 🔖 Qormaanni xumuraa koorsii lenjii gabaabaa "Hojii Qalbii"  har'a halkan sa'aatii 1:00 irraa eegale marsariitii (website) irratti qooramuu ni dandeessu. 🗓 Qormaanni Kun hanga guyyaa jimaata halkan sa'aatii 1:00  banaadha. Guyyoota kana keessatti sa'aatii isiniif miijaatu marsariitii (Website) irratti seenuun qoramaa. ➡️ Barattoonni ammaan duratti Marsariitii (Website) irratti hin galmaa'iin akkaataa viidiyoo gababaa chaanaala irratti maxxanfameen galmee keessan xumuraa!! 🌐 Marsariitii (Website) irratti galmaa'uuf liinki kana fayyadamaa!! 👉 orm.africaacademy.com 📲 Viidiyoo akkaataa itti salphaatti Marsariiticha (Website) irratti herreega (akkaawuntii) keessan itti uumtan ilaaluuf as tuqaa 👇🏽 https://t.me/AkaadaamiiAfrikaa/96 

3. Sadarkaan Ar-Rajaa' inni ol'aanaan maalidha?
Anonymous voting

2. Zuhdii jechuun maal jechuudha?
Anonymous voting

1. Ar-Rajaa' jechuun maal jechuudha?
Anonymous voting

🎙 Dr Abdallaah Kadir

Leenjii Hojii Qalbii-8.pdf5.32 KB

📚 Kutaa saddeettaffaa 📮 Leenjii Hojii Qalbii 🎙 Dr. Abdallaah Khadiir 🔗 https://youtu.be/yvwYFJheKx4 ⚠️ Beeksisa Barbaachisaa fi Ariifachiisaa Barattoota Marsariitii irratti hin galmaa'iin Hundaaf ⚠️ 🚫 Hubachiisa: Barattoonni amma dura website irratti hin galmaa'in hundi yoo herreega (akkaawuunti) dhunfaa keessan marsariitii (Pilaatifoormii) irratti hin uumne, akka barataa marsaa kanaaf galmaa'eetti hin fudhatamtan. Kanaaf barattoonni marsariitii irratti hin galmaa'in carraa kana hin dabarsinaa; har'auma galmaa'aa! 🔗 [Liinkii Platformii/Marsariitii] https://orm.africaacademy.com/my/courses.php 📲 Yoo rakkoon isin mudate, deeggarsa teknikaa keenya qunnamaa: 👉@AfricaacademyOromo

Gaafilee barnoota leenjii hojii qalbii liinkii kanaa tuquun hojjadhaa👉👉https://form.svhrt.com/6a58c9d8e654302e4aa450cc

5. Sabrii jechuun maal jechuudha?
Anonymous voting

4. Shukrii jechuun maal jechuudha?
Anonymous voting

3. Sababaawwan kophaa isaanii faayidaa fi miidhaa qabu jedhanii amanuun maal jedhama?
Anonymous voting

2.Tawakkulli bifa meeqa qaba?
Anonymous voting

1. Tawakkula jechuun maal jechuudha?
Anonymous voting

🎙 Dr Abdallaah Kadir

Leenjii Hojii Qalbii-7.pdf4.68 KB

📚 Kutaa Torbaffaa 📮 Leenjii Hojii Qalbii 🎙 Dr. Abdallaah Khadiir 🔗 https://youtu.be/wfMtmi7aRlI