Dhaamsa Gaarii
Open in Telegram
Qajeelffama, Gorsa Fi Beekumsa
Show moreThe country is not specifiedThe category is not specified
1 804
Subscribers
+124 hours
+137 days
+23930 days
Posts Archive
1 804
🌟 ODUU GAMMACHIISAA!!
🎓 Barattoota keenya kabajamoo fi jaallatamoo,
📖 Fedhii Rabbiitin boru Guyyaa Sanbataa, 22/8/2026 ykn 16/12/2018 irraa eegala barnoonni Tarbiyaa kan jalqabu ta'a.
📚 Koorsiin kun Kutaa 16 of keessaa yoo qabaatu, Torban sadiif (3f) Dilbata irraa hanga Jimaataatti kan kennamu ta'a.
🔖 Koorsii kana keessatti qormaatni torbee (halkan guyyaa jimaataa banamee guyyaa Dilbataa cufamu) lama (2) ni kennama.
Qormaatni xumuraa Torban 4ffaa keessatti kennama.
📌 Barattoonni hundi yeroo isaa eeggatanii barnoota akka hordoftanii fi qormaata kennamu yeroo kennamutti xiyyeeffannoo akka hordoftanii qoramtan isin yaadachiifna!!
💡Rabbiin barnoota keessan isiniif haa laaffisu, beekumsa keessan haa dabalu, milkaa’ina fi bu’aa gaarii isiniif haa kennu.
Milkaa’ina isiniif hawwina!
#Akaadaamii_Afriikaa
#Marsaa_Jalqabaa.
1 804
Barattoonni qabxii ol-aanaa galmeessan eenyuufaadha?!
📚Barattoota keenya kabajamoo,
🏆 Sababaa Barattoonni qormaata xumuraa fudhatan hedduu ta'aniif Barattoota koorsii hadiisaa keessatti akka walii galaatti qabxii ol-aanaa galmeessan yeroo dhihootti adda baafne kan isin beeksifnu ta'a!!
📚 Koorsiin lammaffaa Barnoota Tarbiyaa Guyyaa boru irraa eegale kan jalqabu ta'a.
📖 Imala beekumsa keessanii ammaas nu waliin ta'uu itti fufaa!!
#Akaadaamii_Afriikaa
#Marsaa_Jalqabaa.
1 804
📣 YAADACHIISA CIMAA!!
🎓 Barattoota Marsaa Jalqabaa Dippiloomaa Shari'aa hunda
📚 Fedhii Rabbiitin barnoonni keeyna korsiin lammaffaa Barnoota Tarbiyaa simisteera tokkoffaa Sanbata dhufu guyyaa 22/08/26 A.L.A ykn 16/12/2018 A.L.E irraa eegalee kan jalqabu ta'a.
📝 Ammaas Imala beekumsa keessanii nu waliin taasisuun jireenya adduunyaa akhiraa keessan bareechifadhaa!!
☑️ Beekumsa Shari'aa barachuun of haa dagaagsinu!!
#Akaadaamii_Afriikaa
#Marsaa_Jalqabaa.
1 804
Akkaadaamii Afriikaa Midiyaalee Hawaasumaa garagaraatin Hordofaa!!
📚 Beekumsa Islaamaa sirrii fi bu'a qabeessa ta'e bilisaan baradhaa.
🎓 Darsiiwwan, beeksisootaa fi odeeffannoolee gara garaa yeroo isaanii irratti argachuuf miidiyaalee hawaasummaa keenya kan as gadi jiraniin nu hordofaa.
🤳🏼 Midiyaalee hawaasummaa
Akkaadaamii Afriikaa Afaan Oromoo ⤵️
Facebook:
https://www.facebook.com/africaacademyor
Instagram:
https://www.instagram.com/africaacademyor
Telegram:
https://t.me/AkkaadaamiiAfriikaa
TikTok:
tiktok.com/@africaacademyor
YouTube:
youtube.com/@AfricaAcademyOr
X:
x.com/AfricaAcademyOr
#Akaadaamii_Afriikaa
#Marsaa_Jalqabaa.
1 804
📢 YAADACHIISA CIMAA BARATTOOTA QORMAATA XUMURAA ISIN DARBEE HUNDAAF!!
📝 Barattoonni haarawa galmooftanii fi sababa gara garaatin Qormaata Xumuraa Barnoota Hadiisaa yeroo kenname keessatti hin qoramin hundi oduu gaarii isiniif qabna.
✅ Carraan keessan gonkumaa hin badne; isin:
📚 Amma Barnoota haaraa koorsii 2ffaa nu waliin hordofuu ni dandeessu.
🗓️ Sana booda qormaata barnoota hadiisaa kan xumuraa isin darbee, qormaata bakka bu’iinsaa dhuma simisteeraa irratti deebitanii qoramuu dandeessu.
⚠️ Hubachiisa Cimaa!!
➪ Fuulduratti sagantaaleen hundi yeroo isaanii eeggatanii kan raawwataman ta'u; kanaaf yeroo qormaataa dheeressuuf carraan dabalataa hin jiraatu. Kana hubachuun, yeroo qormaataa osoo hin xumuramin dura qormaata keessan xumuruu akka qabdan jechuun ammaan isin yaadachiifna!!!
🌟 Hundi keessaniif milkaa’ina isiniif hawwina!
#Akaadaamii_Afriikaa
#Marsaa_Jalqabaa.
1 804
Carraa Dhumaa!!
📖 Barattoonni hedduun haarawa galmaa'anii fi barattoonni tokko tokko rakkoo qabatamaa ta'een akka qormaata fudhachuu hin dandeenyee nutti himaa jiru.
📌 Sababoota kanneen ilaalcha keessa galchuun qormaata xumuraa carraa xumuraatif guyyaa tokkoof (sa'atii 24f) banaa akka ta'u goone jirra.
🔖 Kanaafuu barattoonni haga amma qormaata kana hin fudhatin carraa xumuraa kana fayyadamuun qormaatamaa!!!
👉 Linkii Qormaataa!!
https://orm.africaacademy.com/mod/quiz/view.php?id=66
⚠️ Hubachiisa Cimaa!!
➪ Fuulduratti sagantaaleen hundi yeroo isaanii eeggatanii kan raawwataman ta'u; kanaaf yeroo qormaataa dheeressuuf carraan dabalataa hin jiraatu. Kana hubachuun, yeroo qormaataa osoo hin xumuramin dura qormaata keessan xumuruu akka qabdan jechuun ammaan isin yaadachiifna.
❌ Qormaata kanaaf kitaaba, sagalee, viidiyoo fi wantoota garagaraa fayyadmuus ta'ee hojjachuu hin hayyamamu.
#Akaadaamii_Afriikaa
#Marsaa_Jalqabaa.
#Qormaata_xumuraa
1 804
📚 Barattoota keenya kabajamoo,
🔖 Qormaanni xumuraa barnoota Hadiisaa cufamuuf sa'aatii 8:00 qofaatu hafe.
👉 Liinki qormaataa
🔗🔗🔗🔗
==============================
https://orm.africaacademy.com/mod/quiz/view.php?id=66
==============================
🚨 Hanga ammaatti warri qormaata hin fudhatin ammuma liinkii qormaata fayyadamuun qormaata fudhadhaa, carraa keessan hin dabarsinaa!!
🏆 Qoramaa, Badhaasaafis dorgomaa!
#Akaadaamii_Afriikaa
#Marsaa_Jalqabaa.
#Qormaata_xumuraa
1 804
📣YAADACHIISA CIMAA!!
➤ Barattoota Keenya Jaallatamoo,
🔖 Qormaata xumuraa barnoota hadiisaa hanga ammaatti barattoonni 10700 ol qormaatamani jiru.
Isinhoo??
➡️ Barattoonni sababa gara garaatin hanga ammaatti qormaata kana hin fudhatin carra kanatti fayyadamaa qormaata keessan guyyootti hafan keessatti fudhaa!!!
👉 Linkii Qormaataa!!
https://orm.africaacademy.com/mod/quiz/view.php?id=66
⚠️ Hubachiisa Cimaa
➪ Fuulduratti sagantaaleen hundi yeroo isaanii eeggatanii kan raawwataman ta'u; kanaaf yeroo qormaataa dheeressuuf carraan dabalataa hin jiraatu. Kana hubachuun, yeroo qormaataa osoo hin xumuramin dura qormaata keessan xumuruu akka qabdan jechuun ammaan isin yaadachiifna.
❌ Qormaata kanaaf kitaaba, sagalee, viidiyoo fi wantoota garagaraa fayyadmuus ta'ee hojjachuu hin hayyamamu.
#Akaadaamii_Afriikaa
#Marsaa_Jalqabaa
#Qormaata_xumuraa
1 804
➤ Barattoota Keenya Jaallatamoo,
🔖 Qormaanni xumuraa barnoota hadiisaa Sababa barattoonni haaraa galmaa'aan hedduun jiranii fi barattoonni tokko tokko rakkoo gara garaatin qoramuu hin dandeenyeef jecha guyyaa lamaaf hanga guyyaa Kibxataa 18/08/2026 halkan sa'aatii 1:00 dheereefamee jira.
➡️ Kanaafu, barattoonni sababa gara garaatin qormaata kana hin fudhatin carra kanatti fayyadamaa qormaata keessan fudhaa!!!
👉 Liinki qormaataa
🔗🔗🔗🔗
==============================
https://orm.africaacademy.com/mod/quiz/view.php?id=66
==============================
⚠️ Hubachiisa Cimaa
➪ Fuulduratti sagantaaleen hundi yeroo isaanii eeggatanii kan raawwataman ta'u; kanaaf yeroo qormaataa dheeressuuf carraan dabalataa hin jiraatu. Kana hubachuun, yeroo qormaataa osoo hin xumuramin dura qormaata keessan xumuruu akka qabdan jechuun ammaan isin yaadachiifna.
❌ Qormaata kanaaf kitaaba, sagalee, viidiyoo fi wantoota garagaraa fayyadmuus ta'ee hojjachuu hin hayyamamu.
#Akaadaamii_Afriikaa
#Marsaa_Jalqabaa
#Qormaata_xumuraa
1 804
📚 Barattoota keenya kabajamoo,
Linkii Qormaataa!!
https://orm.africaacademy.com/mod/quiz/view.php?id=66
🔖 Qormaanni xumuraa barnoota Hadiisaa guyyaa har'aa halkan sa'aatii 1:00 irratti ni cufama.
📝 Barattoonni hanga ammaatti qormaata hin fudhatin carraa kana fayyadamuun ammuma qormaata fuudhaa, imala beekumsa keessani nu waliin itti fufsiisaa!!
Maal kana qofa??
🏆 Barattoota koorsii jalqabaa barnoota hadiisaa kana keessatti qabxii ol'aanaa galmeessaniifis badhaasni qopheeffamee jira!
🥇1ffaa-5,000 birr
🥈2ffaa-3,000 birr
🥉3ffaa-2,000 birr
💡 Nu waliin baradhaa; Qoramaa; Badhaafamaa!!
🗣Hubachiisa
Qaxiin (Firiin) qormaataa fi Deebiin sirriin erga qormaanni cufame booda ifoom!
#Akaadaamii_Afriikaa
#Marsaa_Jalqabaa.
#Qormaata_xumuraa
1 804
╭━━━━━━━━━━━━━━━━━━━━━━━━━━━━╮
🌙 بِسْمِ اللَّهِ الرَّحْمَنِ الرَّحِيمِ
╰━━━━━━━━━━━━━━━━━━━━━━━━━━━━╯
🤍 اَلسَّلَامُ عَلَيْكُمْ وَرَحْمَةُ اللهِ وَبَرَكَاتُهُ 🤍
✨ BAGA NAGAAN DHUFTAN! ✨
🌿 Obboleessa koo fi obboleettii koo kabajamaa,
Gara bakka qalbiin itti boqotu, beekumsi itti dabalu,
yaadannoon Rabbii itti jiraatu kanaatti
baga nagaan dhuftan! 🤍
📖 As keessatti, dhaamsa gaarii,
🌙 yaadannoo Rabbii,
🕌 beekumsa Islaamaa,
🤲 akkasumas waan qalbii namaa jajjabeessu fi jireenyaaf bu’aa qabu ni argattu.
💫 Daawwannaan keessan nuuf gammachuu,
argamuun keessan immoo nuuf kabaja.
🌹 Waan gaarii tokko yoo argattan,
ofii keessaniif qofa osoo hin taane nama biraafis dabarsaa;
sababiin isaas, jechi gaariin qalbii tokko jijjiiruu danda’a.
🤲 Rabbiin keenya qalbii keenya iimaanan haa guutu,
beekumsa nu fayyadu nuuf haa dabalu,
hojii keenya ikhlaasaan haa qeebalu,
karaa qajeelaa irra nu haa jabeessu.
AAMIIN YAA RABBAL ‘AALAMIIN 🤲
╭━━━━━━━━━━━━━━━━━━━━━━━━━━━━╮
🌹 BAGA DHUFTAN — BAGA NAGAAN DHUFTAN! 🌹
🤍 Qalbii kee ifsiisi;
Rabbii kee yaadadhu;
waan gaarii nama biraan ga’i.
╰━━━━━━━━━━━━━━━━━━━━━━━━━━━━╯
1 804
📣 YAADACHIISA CIMAA!!
Linkii Qormaataa!!
https://orm.africaacademy.com/mod/quiz/view.php?id=66
Barattoota Keenya Kabajamoo,
🔖 Qormaata Xumuraa barnoota Hadiisaa hanga ammaatti barattoonni 8100 ol qormaata fudhatanii jiru.
Isinhoo Qoramtanii jirtu❓❓
📝 Qormaanni guyyaa boru Dilbata 16/08/2026 sa'aatii 1:00 irratti ni cufama. Kanaafu, barattoonni hanga ammaatti qormaata hin fudhatin ammuma qoramaa!!
🏆 Carraa kana hin dabarsinaa; Linkii qormaataa fayyadamuun ammuma qoramaat fudhadhaa, badhaasaas argadhaa!!!
📌 Hubachiisa:
Firiin (Qabxiin) qormaataa fi deebiin sirriin erga qormaanni cufamee booda ifooma!
#Akaadaamii_Afriikaa
#Marsaa_Jalqabaa.
#Qormaata_Xumuraa
1 804
Repost from N/a
"Cubbuu keetiif gaabbittee gara Rabbitti deebi'uun qulqullina sammuuti. Dhiifama Rabbii irraa yoomiyyuu abdii hin kutatin; Rahmanni Isaa dheekkamsa Isaa irra baay'ee bal'aadha."
https://t.me/SuufiyaanJeeylaanOfficial
1 804
Sunnaalee fi Hojiiwwan Jaalatamoo Guyyaa Jimaataa
🛁 Qaama Dhiqachuu
👕 Uffata qulqulluu uffachuu fi urgooftuu dibachuu.
🕌 Yeroodhaan gara masjiidaatti deemuu.
🚶 Yoo danda'ame miilaan deemuu.
📖 Suura Al-Kahf dubbisuu.
🤲 Nabiyyii Muhammad ﷺ irratti salawaata baay'isuu.
📿 Du'aa fi zikrii baay'isuu.
👂 Khuxbaa callisanii xiyyeeffannoon hanga xumuraatti dhaggeeffachuu.
🕌 Tahiyyatul Masjid salaatuu (khuxbaan dura yoo seename).
⏰ Yeroo du'aa'iin itti qeebalamu barbaaduu fi san keessatti Rabbi kadhachuu.
📖 Qur'aana baay'inaan qara'uu.
💰 Sadaqaa kennuu fi hojii gaarii
1 804
السَّلاَمُ عَلَيْكُمْ وَرَحْمَةُ اللهِ وَبَرَكَاتُهُ
Rasuulli ﷺ ni Jedhan:
وَاللَّهُ فِي عَوْنِ الْعَبْدِ مَا كَانَ الْعَبْدُ فِي عَوْنِ أَخِيهِ
"Gabrichi obboleessa isaa gargaaruu keessatti yeroo jiru,
Rabbiinis isa gargaaraa jira."
Hundi keessanu Channeloota keenya hordofuuf
button armaan gadii tuqaa.
1 804
Assalaamu aleykum waraahmatullaahi wabarakaatuhu
Yaadachiisa gabaabaa
1. Hedduun keessan nuuf hojjachaa hin jiru jechaa jirtu. Linkiin ni hojjata. Sababa yeroo tokkotti namni hedduun yaalaa jiruuf isin dide. Guyyaan qormaataa hanga dilbataa waan ta'eef suuta jedhaa yaalaa.
2. Warrii ammaan dura qormaata torbee hin qoramiin qormaata xumuraa qoramu ni dandeessu.
3. Qormaata torbee keessatti rakkoo afaanii (Loqodaa) akka isin mudate barattoonni tokko tokko nuuf kaastanii turtan. Amma isaas hanga danda'ameetti furuuf yaalle jirra.
4. Garee kana keessatti deebisaa qormaataa maxxansuun hin hayyamamu. Barattoonni maxxansani garee keessaa ni baafamu.
5. Carraan yaalii yeroo tokko qofa waan ta'eef suuta yaalaa. Ammaaf qormaata sa'aatti waan hin daangeesineef carraa tokkotti fayyadamtanii yeroo dheeraa fudhattani qoramu dandeessu
6. Barattoonni tokko tokko dhimma barnootaa waliin walitti dhufeenya hin qabne garee kana keessatti maxxansaa jirtu, garee biraatis asirratti maxxansaa jirtu. Waan kana yeroo hedduuf kaayyoo garee kanaa akka hin taane isin beksifnee jirra, kanaaf kana booda barataa akkasi garee keessaa baasuuf ni dirqamna.
7. Yoo amma dura website irratti galmooftanii jirtan amma qoramuuf akkaawunti itti galmooftan (Telegiraami ykn google) sana fayyadamtani Telegiraama ykn google waliin itti fufi kan jedhu cuqaaftani itti fufu dandeessu. Akka haarawaatti galmaa'uun isinirraa hin eegamu.
Hubachiisa: Deebii qormaataa waliif qooduun hin hayyamamu!!
Kuni amaanaadha!!
Garee teeknikaa irraa!!
Qormaata Gaarii!!
1 804
Repost from Dhaamsa Gaarii
Nama Haarawa Hin galmaawin qofaaf video kana Hordofuun Galmee keessan Xumuruu dandeessuu.
Linki galmee kana fayyadama👇👇👇👇
https://orm.africaacademy.com
1 804
Repost from N/a
"Obsi (Sabriin) furtuu balbala milkii hundaati. Yoo wanti hundi sitti dukkanaa'e, obsi; akka fajjii ganamaa dukkana keessaa ba'utti, Rahmanni Rabbii akkuma sana rakkina kee keessaa si baasa."
https://t.me/SuufiyaanJeeylaanOfficial
