Dhaamsa Gaarii
Open in Telegram
Qajeelffama, Gorsa Fi Beekumsa
Show moreThe country is not specifiedThe category is not specified
1 804
Subscribers
+124 hours
+137 days
+23930 days
Posts Archive
1 804
👨🏽🎓 Barattoota keenya kabajamoo,
🌿 Nageenyi fi Raahmanni Rabbii (S.W) bakka jirtan hundattu isin irratti haa jiraatu.
📮 Fooyya’iinsaa fi hojiiwwan suphaa Waltajjii (Website) barnoota keenyaa irratti godhamaa ture hundi yeroo gabaabaatti xumuramuun isaa gammachuudhaan isin beeksifna.
⌛️ Kanaafu, Amma banaa waan ta'eef seenuudhaan barnoota, gaafilee fi bu'aa qormaata keessanii hunda ilaallachuu ni danddessu.
#Deebineerra_Deebii_Gaarii
#Akkaadaamii_Afriikaa
#Marsaa_Jalqabaa.
1 804
🎓 Barattoota keenya kabajamoo,
📺 Sagantaan barnootaa TV Afriikaa irratti darbu akka armaan gadiiti:
Yeroo jalqabaa: Guyyaa guyyaan sa’aatii 9:30 - 10:00 (sa’aatii guyyaa)
Irra deebiin (Galgala): Guyyaa guyyaan sa’aatii 4:30 - 5:00 (sa’aatii halkanii)
Irra deebiin (Ganama): Guyyaa itti aanu sa’aatii 2:30 - 3:00 (sa’aatii ganamaa)
Sagantaan kun akka darbu isin beeksisuu barbaanna.
#Akaadaamii_Afriikaa
#Marsaa_Jalqabaa
1 804
📮 Beeksisa Barbaachisaa!!
👨🏽🎓 Barattoota keenya kabajamoo
🛑 Guyyoota dhufan keessatti fooyya’iinsaa fi hojii suphaa gara garaa waltajjii (Pilaatifoormii) barnootaa irratti ni gaggeessina. Kanaafu, yeroo muraasaaf waltajjiin kuni banaa hin ta'u.
🗓 Yeroo eegamu: Fedhii Rabiitin yoo Har’a irraa eegalee hanga Roobii.
🌿 Yeroo waltajjiin cufaa ta’utti, barnoota keessan Telegiraamaa fi TV Afrikaa (Africa 1 TV) irratti, yeroo barnoota Akaadaamii isiniif ibsameen, itti fufuu dandeessu.
✅ In shaa Allah, Marsariiti (Website) fooyya’aa fi tajaajila gaarii ta’een gara keessan ni deebina.
#Akaadaamii_Afriikaa
#Marsaa_Jalqabaa.
1 804
Bulguun biyya Arabaatti nama ajjeesaa turte akkanatti qabamtee mana murtii dhiyaachaa jirti!
1 804
Telegram irratti Mini App haaraa kana ilaali 👇
https://t.me/stars_one_click_bot?start=_tgr_KvrNeSpjNjU0
1 804
Bulguuwwan gammoojjii keessatti miskaana nyaattu tana nutis jalaa hin hafnu Rabbis nu haa garaagru du’aayii jabeessaa!
Imaama kanaan ulfaadhaa naa jedhaan!
1 804
😂 “Waan tokko siif hima, garuu nama biraatti hin himin” jechuun odeeffannoo dhokataa moo beeksisa dhuunfaati? 🤣
Yaada keessan Comment jalattii nuuf Barreessaa!👇👇👇👇👇👇
@Dhaamsa_Gaarii
1 804
😂 Wanti jireenya kee keessatti si mudatee baay’ee si kolfisiise maal ture?
Yaada keessan Comment jalattii nuuf Barreessaa!👇👇👇👇👇👇
@Dhaamsa_Gaarii
1 804
🤝 Hiriyoota hedduu qabaachuu moo hiriyyaa dhugaa tokko qabaachuu filatta?
Yaada keessan Comment jalattii nuuf Barreessaa!👇👇👇👇👇👇
@Dhaamsa_Gaarii
1 804
⏳ Yeroo jireenyaa kee keessatti sa’aatii 24 qofa akka siif hafu yoo beekte, maal goota?
Yaada keessan Comment jalattii nuuf Barreessaa!👇👇👇👇👇👇
@Dhaamsa_Gaarii
1 804
🔥 Wanti ati nama tokkoof gonkumaa dhiifama hin goone maal?
Yaada keessan Comment jalattii nuuf Barreessaa!
@Dhaamsa_Gaarii
