Dhaamsa Gaarii
Open in Telegram
Qajeelffama, Gorsa Fi Beekumsa
Show moreThe country is not specifiedThe category is not specified
1 804
Subscribers
+224 hours
+247 days
+24230 days
Posts Archive
1 804
🎬 Fiilmiilee Seenaa Garaa Nama Nyaatan fi Barumsa Qaban Barbaadduu?
Seenaawwan kaleessaa kan imimmaan nama bochisan, jaalala, obsa fi seenaa dinqisiisoo kanneen garaa nama booji'an VIP Channel irratti qulqullina HD'n dhiyaataniiru!
• Wanti VIP keenya adda godhu: Fiilmiilee idil-addunyaa filtaman qofa dhiyeessina!
⚡️ Hatattamaan seenuuf: Bot kaffaltii keenya fayyadamuun yeruma sana linki VIP keessan fudhadhaa.
👉 @SuufiyaanBaaleeBot
1 804
« Muslihtoonni warri hawaasa towhiidaa fii sunnaan tolchan akkuma dhiiroota barsiisanii beekumsaan ijaaranitti dubartootallee ilmii fayyadduu barsiisuun isaan ijaaruutu isaanirraa barbaachisa.»
1 804
📢 Yaadachiisa Cimaa!!
🔖 Qormaanni torbee tokkoffaa koorsii Hadiisaa boru halkan sa'aatii 1:00 irraa eegale marsariitii (website) irratti ni banama.
🗓 Qormaanni Kun hanga guyyaa Dilbataa halkan sa'aatii 1:00 banaa ta'ee tura. Guyyoota kana keessatti sa'aatii isiniif miijaatu marsariitii (Website) irratti seenuun qoramasuu dandeessu.
🔸 HUBACHIISA:
☑️ Qabxii (Firii) qormaata keessaaniiti fi Deebii sirrii erga qormaanni cufame booda ifooma.
❌ Qormaata kanaaf kitaaba, sagalee, viidiyoo fi wantoota garagaraa fayyadmuus ta'ee hojjachuu hin hayyamamu.
🌟 Hundi keessaniif Qormaata gaarii isiniif hawwina!
#Akaadaamii_Afriikaa
#Marsaa_Jalqabaa.
#Qormaata_torbee_tokkoffaa
1 804
Repost from N/a
"Duniyaan guutuun yoo si shakkele, ati immoo ofitti amanamummaa kee onnee kee keessatti labsuu godhadhu. Uumaan dandeettii fi addummaa siif kenne namni biraa sirraa fudhachuu hin danda'u. Jalqabni milkaa'inaa 'Ani ni danda'a' jedhanii amanuu irraa jalqaba!"
https://t.me/SuufiyaanJeeylaanOfficial
1 804
🤔 "SEENAA GOOTA ISLĀMAA KAN BARRUUN SEENAA HIN IRRAANFANNE BEEKTAA?"
Gootummaa Khaalid Ibn Al-Waleed, Sa'ad Ibn Abi Waqqaas, fi Seenaa Nabiyyootaa kanneen barnoota jireenyaa guddaa siif kennan guutuu isaanii VIP Channel keenya irratti dhihaataniiru. Kutamee si nuffisiisuun hafee jira!
🚀 Ammuma botii tuquun linkii VIP fudhadhu:
👉 @SuufiyaanBaaleeBot
1 804
BAGA GARA CHANNAALII VIP SEENAA FI FILMIIWWAN ISLĀMAA NAGAAN DHUFTAN!
Keessummoota keenya maatii VIP ta'an hundi dhiheessa keenyaatti baay'ee gammadaniiru! Isinis har'a kaffaltii raawwachuun Seenaa Nabiyyootaa, Sahaabotaa fi Filmiiwwan Islāmaa dhandhamaa!
📲 Botii keenya baniitii maatii VIP ta'a:
👉 @SuufiyaanBaaleeBot
1 804
BAGA GARA CHANNAALII VIP SEENAA FI FILMIIWWAN ISLĀMAA NAGAAN DHUFTAN!
Keessummoota keenya maatii VIP ta'an hundi dhiheessa keenyaatti baay'ee gammadaniiru! Isinis har'a kaffaltii raawwachuun Seenaa Nabiyyootaa, Sahaabotaa fi Filmiiwwan Islāmaa dhandhamaa!
📲 Botii keenya baniitii maatii VIP ta'a:
👉 @
1 804
🙈 WAAN TIKTOK IRRATTI MURAAN, VIP KEESSATTI GUUTUU ISAA ILAALAA!
Mucattiin Baddee Mana kiyyaa Jirttii...... Maal gootii laata mana isaati Seenaa Bayyee Bareeda guutuu Video Nu biraa argattuu.
Viidiyoowwan Facebook fi TikTok irratti dhokfamanii fi muraman guutuu isaanii VIP Channel keenya keessatti argattu. Waan dubbatamaa jiru hunda qulqullinaan ijaan ilaalaa!
🔑 Botiin keenya isin eegaa jira:
👉 @SuufiyaanBaaleeBot
1 804
😩 VIIDIYOO GUUTUU YKN KUTAA HAARAA DAAWWACHUU DHABDEE RAKKATTEETTAA?
Rakkoon kee furmaata argateera! VIP Channel keenya irratti viidiyoowwan guutuu isaaniitiin, qulqullina sadarkaa guddaa qabuun dhihaataniiru.
🚀 Ammuma Botii kana tuqii seeni:
👉 @SuufiyaanBaaleeBot
1 804
🎬 አዳዲስ HD ጥራት ያላቸው ቪዲዮዎችን እና ፊልሞችን መመልከት ይፈልጋሉ?
አጫጭር ቪዲዮዎች፣ ድራማዎች እና በአፋን ኦሮሞ የተተረጎሙ አዳዲስ ክፍሎች ሙሉ በሙሉ፣ ያልተቆራረጡ እና ከማስታወቂያ ነጻ በሆነ መልኩ በቪአይፒ ቻናላችን ላይ ቀርበዋል።
📲 ክፍያዎን ለመፈፀም እና የቪአይፒ ሊንክዎን ወዲያውኑ ለማግኘት ቦታችንን አሁኑኑ ይጫኑ:
👉 @SuufiyaanBaaleeBot
1 804
🎬 VIIDIYOOWWAN FI FILMIIWWAN HAARAA HD QULQULLINA OLAANAA QABAN DAAWWACHUU BARBAADDAA?
Viidiyoowwan gaggabaaboo, diraamaa fi kutaawwan haaraa Afaan Oromootiin hiikaman guutuu isaanii, kutaatti hin qoodamne fi beeksisa nuffisiisaa malee VIP Channel keenya irratti dhihaatanii jiru!
📲 Ammuma Botii keenya tuquun kaffaltii xumuraa, linkii VIP yeruma sana fudhadhaa:
👉 @SuufiyaanBaaleeBot
1 804
Gabbartii Rabbii keessatti tola ooluu jechuun gabrichi sodaa fi Abdii/Kajeellaa Rabbii gidduu jiraatuu jechuudha.
1 804
Waan haarawaan dhufaa jirraa galgala sa'ati 2:30 irratti nu eegaa.
Hangasii linkii asii gadii kana nama hunda biraan nuuf gahaa hiriyyootaa fi maatii keessan hundaa affeeraa
👉
1 804
👨🏽🎓 Barattoota keenya kabajamoo,
🌿 Nageenyi fi Raahmanni Rabbii (S.W) bakka jirtan hundattu isin irratti haa jiraatu.
📮 Fooyya’iinsaa fi hojiiwwan suphaa Waltajjii (Website) barnoota keenyaa irratti godhamaa ture hundi yeroo gabaabaatti xumuramuun isaa gammachuudhaan isin beeksifna.
⌛️ Kanaafu, Amma banaa waan ta'eef seenuudhaan barnoota, gaafilee fi bu'aa qormaata keessanii hunda ilaallachuu ni danddessu.
#Deebineerra_Deebii_Gaarii
#Akkaadaamii_Afriikaa
#Marsaa_Jalqabaa.
