en
Feedback
Beki Bekam Academy

Beki Bekam Academy

Open in Telegram

β˜‘οΈmilkaa'inni keessan milkaa'ina keenyadha. πŸ”₯System Barnoota Biyya keenyaa ni jijjiirra(Founder: Barnaf Tariku). https://youtube.com/@bekibekamacademy?si=I8tkRVTtHBMcZNm9 DM: @Barnaftariku

Show more
The country is not specifiedThe category is not specified
735
Subscribers
-224 hours
+177 days
+8430 days
Posts Archive
challenge kana hammam keessantu share godhemee? ammayyuu channaliin telegraamii irratti 1K seenuu qaba kanaaf immoo barattoonni as keessa jirtan obboloonni keessan akka fayyadamaniif share godhaa.

Repost from Beki Bekam Academy
Akkam jirtu barattoonni hundumti keessan? warri kutaa 12ffaa irraa haftaniittu jedheen yaada, ammamoo live session walitti fufaa qopheessuuf yaadeen jira kanaaf topic live session irratti mar'iannufii akka siniif qopheessu barbaaddan comment jala naaf kaa'aatii irratti qophaahuun walii wajjiniin live session walitti fufaa akka qabaannun barbaade. Topic'n marii dhimma barattoota ilaallatu hamma ta'etti yaada keessan jala naaf kaa'uu dandeessu, kanaaf yeroo gaarii akka qabaannu shakkii hin qabu. Barattoonni bara 2019 entrance fudhatanis carraa kanatti fayyadamuun comment irra yaada keessan naaf kaa'aa akkasumas @Barnaftariku irratti naaf barreessuu dandeessu. https://t.me/BekiBekam_academy

Carraa kanatti fayyadamaa karaa sami pl sagantaa mentorship siniif dhiyaatedha barattoonni bara 2019 fudhatan form armaan olitti gadhiifame guutuu hin dagatiinaa. https://t.me/BekiBekam_academy

Voice message01:15

Repost from Sami PL
πŸŽ“ SamiPL 2019 National Exam β€” 1-to-1 Mentorship Program I’m excited to announce the opening of applications for a 1-to-1 mentorship program for students preparing for the 2019 Ethiopian National Exam. πŸ‘₯ Only 15 students will be selected. πŸ“Œ Before you apply: β€’ Fill out the application form yourself and provide accurate information. β€’ Your academic performance, motivation, commitment, progress, goals, and overall application will be evaluated. β€’ Submitting the form does NOT mean you are selected. β€’ Shortlisted students will be contacted through Telegram. β€’ If shortlisted, you will be asked to provide your academic transcript/results for verification. β€’ Providing false information may lead to disqualification. β€’ Please use an active Telegram account and phone number so I can contact you. πŸ† Selection Process Application β†’ Evaluation β†’ Shortlist β†’ Result/Transcript Verification β†’ Final Selection of 15 Students πŸ”₯ If you are serious about your National Exam preparation, take this opportunity seriously. πŸ”— Apply here: Link πŸ“š SamiPL β€” Learn. Prepare. Achieve.

Akkam jirtu barattoonni hundumti keessan? warri kutaa 12ffaa irraa haftaniittu jedheen yaada, ammamoo live session walitti fufaa qopheessuuf yaadeen jira kanaaf topic live session irratti mar'iannufii akka siniif qopheessu barbaaddan comment jala naaf kaa'aatii irratti qophaahuun walii wajjiniin live session walitti fufaa akka qabaannun barbaade. Topic'n marii dhimma barattoota ilaallatu hamma ta'etti yaada keessan jala naaf kaa'uu dandeessu, kanaaf yeroo gaarii akka qabaannu shakkii hin qabu. Barattoonni bara 2019 entrance fudhatanis carraa kanatti fayyadamuun comment irra yaada keessan naaf kaa'aa akkasumas @Barnaftariku irratti naaf barreessuu dandeessu. https://t.me/BekiBekam_academy

Repost from Sami PL
πŸ‘†πŸ‘†πŸ‘†πŸ‘†πŸ‘†πŸ‘†waa'ee qabxii ol jiru kan

Repost from Sami PL
Saamii Koo gudda naaf galatoomi πŸ™ Ani barata entrance baay'ee qopha"ee miti turtii Ani dubbisuu jalqabes sitti himeen ture h
Saamii Koo gudda naaf galatoomi πŸ™ Ani barata entrance baay'ee qopha"ee miti turtii Ani dubbisuu jalqabes sitti himeen ture har*aa qabxii kana argu garuu Kan jalqaba sammuu kootti na dhufe si ture dhugaa motivation kahe irra kahun turti yeroo gabaaba gidduutti kana fidun anaaf guddadha tarii namoonni baay'ee xiqqoo fidde jechu danda'u garuu anaaf kun guddaadhaπŸ™ Utuun yeroo dubbiseera tahe akkan darbutu nati dhagahame kana hunda Kan godhe waaqayyoo naaf galatoomu atillee naaf jiraadhu πŸ™

Kunoo qaxalee akkasii qabna, baay'ee natti toleera dhugaa. Kanaraa waan guddaa barattu jedheen yaada barattoonni kana booda jirtan. https://t.me/BekiBekam_academy

Baga gammadde qaxalee. https://t.me/BekiBekam_academy
Baga gammadde qaxalee. https://t.me/BekiBekam_academy

Baga gammadde qaxalee https://t.me/BekiBekam_academy
Baga gammadde qaxalee https://t.me/BekiBekam_academy

baga gammaddan ammallee irra deebi'ee maatiin academy keenyaa hundumti keessan.
baga gammaddan ammallee irra deebi'ee maatiin academy keenyaa hundumti keessan.

photo content

photo content

photo content

Maatiiwwan Beki Bekam academy baay'ee nu boonsitan firii keessan baga argattan siniin jedha.
Maatiiwwan Beki Bekam academy baay'ee nu boonsitan firii keessan baga argattan siniin jedha.

Baratoonni maatii beki bekam Academy qabxii keessan @BarnafTariku naaf ergaa, ijjoolleen naaf ergaa turtan baay'ee namatti tola dhugaa jabaadha ammallee itti fufa imalli.

@BarnafTariku as irratti erguu dandeessu

ergaa warri hin laallanne hojjetaa jira waan ta'eef https://t.me/BekiBekam_academy

Hunduu ilaalateeraa?