en
Feedback
AMEX 📖 UEE 2018

AMEX 📖 UEE 2018

Open in Telegram

AMEX MANBAR 8️⃣

Show more
The country is not specifiedThe category is not specified
228
Subscribers
No data24 hours
-27 days
-130 days
Posts Archive
OEB Eng model exam.pdf6.12 KB

+4
Grade 12th English 2nd round model Exam.Shaggar ,2018.pdf3.13 KB

+3
#Entrance #Exam #2017 Mathematics 2017 national exam @Daerophysics

Sagantaa Qormaataa Moodeelaa Kutaa 12ffaa bara 2018:
Sagantaa Qormaataa Moodeelaa Kutaa 12ffaa bara 2018:

🟢#Grade12 Ministeerri barnootaa Itiyoophiyaa qormaata biyyoolessaa kutaa 12ffaa bara 2018 keessa kennamuuf deemu irratti, sagantaa qormaata onlaayinii shaakala (online practice) gaggeessuu jalqabee jiraachuu beeksisee jira. Barattoonni qormaataaf ramadaman, naannoo yookaan bulchiinsa magaalaa itti ramadaman keessaa linkii isaanii fayyadamuun seenuu danda’u. Akkaataa Seensaa:👇👇 1, User Name: Lakkoofsa Admission Card (kaardii seensaa qormaataa) irra jiru galchuudhaan 2, Password: 1234 jedhu galchuu qabdu Barattoonni desktop computer, laptop, tablet ykn bilbila harkaa fayyadamuun, internet kamiyyuu fayyadamuun shaakala kana argachuu ni danda’u. Sagantaan kun Caamsaa 07/2018 ganama sa’aatii 3:00 irraa eegalee hanga guyyaa qormaataatti itti fufa jedhamee ibsameera. Kaayyoon isaa barattoonni qormaataaf akka qophaa’an gargaarsa dabalataa kennuudha.

Barattoota saayinsii uumamaa (Natural Science) M/B Hundee Sad 2ffaa Guyyaa 03/09/2018 qormaata chemistry waan onliniin qoramtaniif akka Qophooftuu Cimsinee isin Beeksifna

Guyyaan Qormaata Kutaa 12ffaa Ifoomeera. Tajaajilli Madaallii Barnootaa fi Qormaataa qormaata xumura barnoota sadarkaa lammaffaa (kutaa 12ffaa) Waxabajjii 24 hanga Adoolessa 17, 2018 A.L.I. tti akka kennamu beeksiseera. Gama biraatiin, qormaatni biyyoolessaa sagantaa Rimiidiyaalaa Caamsaa 17 hanga Caamsaa 20, 2018 A.L.I. (guyyaan Caamsaa 19 Iid Al-Adhaadha) kan kennamu yoo ta'u, qormaatni ba’umsaa barnoota digrii jalqabaa (Exit Exam) immoo Waxabajjii 2 hanga Waxabajjii 12, 2018 A.L.I. tti ni gaggeeffama. Dabalataan, qormaatni seensaa barnoota digrii lammaffaa fi isaa ol (NGAT) Adoolessa 29 hanga Adoolessa 30, 2018 A.L.I. tti akka gaggeeffamu ibsameera.

Barattoota kutaa 12ffaa M/B Hundee Sad 2ffaa hundaaf guyyaa 21/08/2018 jechuun arbaa/roobii irraa eegalee qormaanni shaakallii /pilot exam/ waan kennamuuf barataan tokkolleen osoo hin hafin akka qormaaticha qoramtan cimsinee isin beekssifna. yeroo M/B dhuftan seera M/B guuttanii akka dhuftan isin beeksifna.

+5
BIO ROUND TWO MODEL(Final) (1).pdf6.83 KB

chemistry EUEE Questions 1. The first atomic theory was proposed by:   (A) Niels Bohr   (B) Ernest Rutherford   (C) John Dalton   (D) J.J. Thomson 2. Dalton's atomic theory stated that all atoms of a given element are:   (A) Different in size   (B) Different in mass   (C) Identical in mass and properties   (D) Composed of smaller particles 3. Who discovered the electron?   (A) Ernest Rutherford   (B) James Chadwick   (C) J.J. Thomson   (D) Max Planck 4. Thomson's atomic model is known as the:   (A) Nuclear model   (B) Planetary model   (C) Plum pudding model   (D) Quantum mechanical model 5. Rutherford's gold foil experiment led to the discovery of the:   (A) Electron   (B) Neutron   (C) Nucleus   (D) Proton 6. Rutherford's atomic model proposed that the atom is mostly:   (A) Solid   (B) Liquid   (C) Empty space   (D) Filled with electrons 7. Which particle is NOT found in the nucleus of an atom?   (A) Proton   (B) Neutron   (C) Electron   (D) Nucleon 8. The atomic number of an element represents the number of:   (A) Neutrons in the nucleus   (B) Protons in the nucleus   (C) Electrons in the outermost shell   (D) Total number of particles in the nucleus 9. Isotopes of an element have the same number of:   (A) Neutrons   (B) Protons   (C) Mass number   (D) Both protons and neutrons 10. Who proposed that electrons orbit the nucleus in specific energy levels or shells?   (A) Ernest Rutherford   (B) J.J. Thomson   (C) Niels Bohr   (D) Max Planck 11. Bohr's atomic model successfully explained the:   (A) Spectra of all elements   (B) Spectra of hydrogen   (C) Existence of isotopes   (D) Wave nature of electrons 12. In Bohr's model, electrons can move to a higher energy level by:   (A) Emitting energy   (B) Absorbing energy   (C) Colliding with other electrons   (D) Moving closer to the nucleus 13. The quantum mechanical model of the atom treats electrons as:   (A) Particles only   (B) Waves only   (C) Both particles and waves   (D) Neither particles nor waves 14. Which principle states that it is impossible to know both the exact position and momentum of an electron simultaneously?   (A) Pauli Exclusion Principle   (B) Hund's Rule   (C) Heisenberg Uncertainty Principle   (D) Aufbau Principle 15. Atomic orbitals are regions of space where there is a high probability of finding:   (A) Protons   (B) Neutrons   (C) Electrons   (D) The nucleus 16. Which quantum number describes the shape of an atomic orbital?   (A) Principal quantum number (n)   (B) Azimuthal quantum number (l)   (C) Magnetic quantum number (ml)   (D) Spin quantum number (ms) 17. The maximum number of electrons that can occupy a p subshell is:   (A) 2   (B) 4   (C) 6   (D) 10 18. Which rule states that electrons will individually occupy each orbital within a subshell before doubling up in any one orbital?   (A) Pauli Exclusion Principle   (B) Hund's Rule   (C) Heisenberg Uncertainty Principle   (D) Aufbau Principle 19. According to the Aufbau principle, electrons fill orbitals in order of:   (A) Increasing energy   (B) Decreasing energy   (C) Increasing atomic number   (D) Decreasing atomic number 20. What does the Pauli Exclusion Principle state?   (A) Electrons must fill the lowest energy levels first   (B) No two electrons in the same atom can have the same set of four quantum numbers   (C) Electrons must occupy each orbital within a subshell individually before pairing up   (D) It is impossible to know both the exact position and momentum of an electron simultaneously Answers: 1. C 2. C 3. C 4. C 5. C 6. C 7. C 8. B 9. B 10. C 11. B 12. B 13. C 14. C 15. C 16. B 17. C 18. B 19. A 20. B 

Repost from N/a
Link kana Tuqaatii 👇👇👇👇 https://www.youtube.com/@AhmedNuran

BEEKSISA!!! Barattoota kutaa 12ffaa mana barumsaa Hundee Sad.2ffaa hundaaf:- Akkam jirtu ? Galmeen foormii on-laayinii barattoota kutaa 12ffaa bara kanaa guyyaa 16/6/2018 jalqabamee guyyaa 26/6/2016 ni xumurama. Odeeffannoon galmee bara kanaa guutuu guutuutti ''National ID'' walqabata. Kanaafuu barattootni keenya kutaa 12ffaa hundi ulaagaa guutuu qabdan:- 1, Waraqaa eenyummaa biyyaaleessaa "National ID'' hard copy isaa harkatti qabachuun dirqama. Warreen hard copy hin qabne daftanii karaa teelee birriin ykn karaa iddoo itti galmooytaniitin akka printin isaa isinif ajajamuuf kafaltaa isaa guyyaa 14-15/6/2018 qofatti daftanii raawwattan. Foormii irratti lakkoofsi FAN fi FIN kafaltaan hin raawwataminii sarvaraan hin fudhatamu. 2, ''SIM CARD'' National ID itti galmooytan bilbila keessa keessanii bilbilaa waliin harkatti qabachuu. 3, Warreen maqaan keessan National ID irratti dogoggora qabu guyyaa 14-15/6/2018 qofatti iddoo itti galmooytanitti qaamaan dhayxanii akka isinif sirreessan taasiftu. 4, Warreen qabxii keessan kutaa 8ffaa avireejjii fi parsantaayilii akkasumaas qabxii cunfaa avireejjii kutaa 9-11'tti mana barumsaatti hin gabaasin adda baafattanii qabattanii dhuftu. 5, Barattootni hanga ammaatti guyyaa 10 ol haftee qabdan foormii guutuu hin dandeessan. HUBACHIISA:- Warreen ergaan kun ifa isinif hin taane guyyaa 16/6/2018'ti orenteeshinni dhimma galmee kanaan walqabatu guutuun waan kennamuuf jecha barataan tokkolleen mana barumsaatii hafuu hin qabu. Ergaa kana bilbilaan waliif qoodaa... Nagaa wajjiin !

‎Guraandhala 12, 2018 ‎....... ‎⏰Ergaa Ariifachiisaa! ‎..... ‎Barattoota Kutaa 12ffaa hundaaf ‎........ ‎Galmee online guyyaa 16/06/2018 waan jalqabuuf barataan kamiyyuu ‎📖National ID ‎📲Lakkoofsa bilbilaa National ID ittiin banate qabatee mana barnootaatti sa'a 2:00 irraa eegalee akka argamu isin hubachiifna! ‎⚠️Hubachiisa! Galmeen bara 2018 karaa online ta'een guyyoota muraasatti galmaa'ee xumurama waan ta'eef, barataan guyyaa kana mana barnootaatti qaamaan argamee hingalmoofne ragaan isaa kan haqamu ta'uu isin hubachiisna! ‎** ‎Namoonni dhaamsa kana argitan share gochuun hindagatiinaa! Galatoomaa!

barattoota kutaa 12ffaa M/B Hundee hundaaf guyyaa boruu jechuun 10/06/2018 irraa eegalee hundi keessan shiiftii ganamaa qofa waan barattaniif barataan tokkolleen osoo hin hafiin seera M/B guutuun mooraa mana barumsatti argamuun hojii baruu fi barsiisuu akka milkeessita cimsinee isin beeksifna. akkasumas barattoota carraa kanatti sirritti hin fayyadamnetti ammoo M/B tarkaanfii sirreefamaa kan fudhatu ta'uu isin hubachiifna.

Qormaanni biyyaalessaa kutaa 12ffaa kan bara kanaa guutummaatti karaa interneetii kennama. Bara kana qormaanni xumura barnootaa kutaa 12ffaa kan bara 2018 qophii guutuu taasifamee, 100% karaa interneetii kennamuuf qophiin duraa adeemsifamaa jiraachuun ibsameera. (Guraandhala 02/2018 A.L.I) Ministirri Barnootaa Piroofeesar Birhaanuu Naggaa waltajjii gabaasa raawwii hojii waggaa walakkaa damee misooma barnootaa irratti ergaa dabarsaniin, qormaanni xumuraa kutaa 12ffaa bara kana kennamu guutummaatti karaa interneetii akka kennamu ibsaniiru. Waggoota lama darban qormaanni kun walitti makinsaan, warqeenii fi interneetii fayyadamuun akka kennamaa ture yaadachiisanii, bara kana garuu qormaata kana guutummaatti interneetii qofaan kennuuf qophiin barbaachisu hundi taasifamaa jiraachuu ibsaniiru. Kanaafis, deeggarsi galtee garaagaraa naannoleef kennamaa jiraachuu kaasanii, bakka qormaanni kennamutti tajaajilli interneetii gahaan akka jiraatuuf Itoophiyaa Teelekoom waliin mari’achuun akka hojjetamu dubbataniiru. Naannoleen rakkoo adeemsa kana keessatti uumamuu malu hambisuuf, kompiitara gahaa, neetworkii fi dhiyeessii humna ibsaa bakka bu’aa akka qopheessan xiyyeeffannoo addaa kennanii hojjechuu akka qaban akeekkachiisaniiru. Akkasumas barattootaaf leenjii gahaa kennuun akka barbaachisu hubachiisaniiru. Kana waliin walqabatee, bulchiinsonni naannoo fi magaalaa dhimma kana sirriitti hubachuun deeggarsa barbaachisaa akka godhan gaafataniiru. Akka biyyaatti qormaata karaa interneetii kennuuf dandeettiin akka jiru, akkasumas hanga ammaatti hojiiwwan hojjetaman ilaalchisee, Daayrektarri Olaanaa Dijitaala Barnootaa fi ICT Ministeera Barnootaa Doktar Zalaalam Asaffaa ibsa bal’aa kennaniiru. Ibsa isaanii keessatti, qormaanni fakkeenyaa (model exams) barattoonni itti shaakalan qophaa’uu isaa kaasanii, barattoonni dursee shaakalanii leenjii akka argatan taasisuun akka barbaachisu himaniiru. Ministeerri Barnootaa sirna madaallii barnootaa fi bulchiinsa qormaataa keessatti hanqinoota mudatan hambisuuf, hojii fooyya’insaa garaagaraa diriirsuun, qormaanni saamichaafi gowwoomsaa irraa bilisa ta’ee akka kennamu taasisaa turuu kan beekamudha jedhan. https://t.me/+IaU3OXakDfc5Yzg8

1. What is the sum of the first 20 terms of the sequence A. 741 B. 820 C. 899 D.903 2. The sum of the integers between 12 and 280 that are divisible by 13 is: A. 2920 B. 3000 C. 6150 D. 5166 3. What is the sum of all multiples of 3 between 20 and 200? A. 7,227 B. 6,570 C. 6,150 D. 5, 166 22. The sum of whole numbers that are less than 100 and leave remainder 2 when divided by 5 is equal to: A. 990 B. 988 C. 1976 D. 899

Which of the following is an example of a common buffer system? A. NaCl and HCl B. H₂CO₃ and HCO₃⁻ C. H₂SO₄ and SO₄²⁻ D. NaOH and H₂O

Barattotni Mana Baruumsa Hundee Sad 2ffaa Kutaa 12ffaa Bara 2018 Hundi keessan Daree Teessan Laalladhaa