ru
Feedback

Не попадитесь на канал ботавода! Telemetrio находит и помечает такие каналы 👉 Хотите видеть метку — оформите подписку

QUBEE TUTORIAL 🎓

QUBEE TUTORIAL 🎓

Открыть в Telegram

✅Barnoota kutaa 9-12 qulqullina qabu nu biraa ni argattu Information guutuuf: website keenya https://qubeetutorial.courses ilaaluu ni dandeessu. Youtube: https://www.youtube.com/@QUBEER-lg8wy #Qubeetutorial #Qubeetutrial

Больше

📈 Аналитический обзор Telegram-канала QUBEE TUTORIAL 🎓

Канал QUBEE TUTORIAL 🎓 (@qubeetutorial) является активным участником. Сейчас сообщество объединяет 13 767 подписчиков, занимая 14 858 место в категории Образование и 353 место в регионе Финляндия.

📊 Показатели аудитории и динамика

С момента создания невідомо проект демонстрирует стремительный рост, собрав аудиторию из 13 767 подписчиков.

Согласно последним данным от 28 октября, 2026, канал показывает стабильную активность. За последние 30 дней изменение числа участников составило 327, а за последние 24 часа — -1, при этом общий охват остаётся высоким.

  • Статус верификации: Не верифицирован
  • Уровень вовлечённости (ER): Средний показатель вовлечённости аудитории составляет 20.14%. В первые 24 часа после публикации контент обычно набирает 5.78% реакций от общего числа подписчиков.
  • Охват публикаций: В среднем каждый пост получает 2 772 просмотров. В течение первых суток публикация набирает 796 просмотров.
  • Реакции и взаимодействия: Аудитория активно поддерживает контент: среднее количество реакций на один пост — 22.

📝 Описание и контентная политика

Автор описывает ресурс как площадку для выражения субъективного мнения:
“✅Barnoota kutaa 9-12 qulqullina qabu nu biraa ni argattu Information guutuuf: website keenya https://qubeetutorial.courses ilaaluu ni dandeessu. Youtube: https://www.youtube.com/@QUBEER-lg8wy #Qubeetutorial #Qubeetutrial”

Благодаря высокой частоте обновлений (последние данные получены 29 октября, 2026) канал поддерживает актуальность и высокий уровень охвата публикаций. Аналитика показывает, что аудитория активно взаимодействует с контентом, что делает его важной точкой влияния в категории Образование.

13 767
Подписчики
-124 часа
+537 дней
+32730 дней
Архив постов
🎉 ODUU GAMMACHIISAA!!🎉 🎓 Qubee Tutorial barattoota 3f carraa barnoota bilisaa kennuuf challenge salphaa qopheessee jira. 📌 Challenge kun maaliidha? ✅ Jalqaba gara Bot Qubee Tutorial kan liinkiin isaa armaan gadi jiruutti seenaa. 🔗 Erga bot keessa seentanii booda iddoo /link jedhu tuqaa. 📩 Botichi liinkii keessan ergaa ykn message guutuu waliin isiniif kenna. 👥 Ergaa ykn message sana hiriyyoottan keessan waliin barattaniif forward godhaa ykn isaaniif ergaa. 🏆 Namootni liinkii keessaniin erga join godhaniin booda baay’inna isaanii irratti hundaa’uun sadarkaa 1ffaa – 3ffaa keessa yommuu seentan, carraa barnoota bilisaa ni argattu jechuudha. 📊 Bot keessatti yeroo kamiyyuu sadarkaa keessanii fi sadarkaa hirmaattota biroo ilaaluu ni dandeessu. ⏳ Challenge kun har’a irraa eegalee torbaan lama ni tura. Kanaaf ammuma irraa jalqabuun dursitoota keessaa tokko ta’aa! ⚠️ Hubachiisa Namni isin liinkii ergitaniif, liinkii sanaan gara channel keenyaa seenee channel keenya dirqama join gochuu qaba. Sana booda qofa lakkoofsi nama isin affeertanii bot irratti kan isiniif galmaa'uu danda'u. Dabalataanis barattootni gara private group keenyaa seentanii barachaa jirtan challenge kana irratti hirmaachuu akka dandeettan kabajaan isin beeksisuu barbaadna. 👉 Challenge kana irratti hirmaachuuf liinkii gara Bot Qubee Tutorial isin geessu kan armaan gadii kana tuquun challenge kanatti makamaa. 👉🏿@qtinvitationbot Waa'ee kanaan walqabatee gaaffii fi yaada yoo qabaattan lakkofsa bibilaa armaan gadiitiin nuuf bilbilaa. lakk bill:- 0718585253 🌟🌟🌟Amma irraa kaasee eegaluu ni dandeessu. 🌟🌟🌟 ╓⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶╖ ⟣           🎓@QUBEETUTORIAL🎓           ⟢ ⟣           🎓@QUBEETUTORIAL🎓           ⟢ ╙⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶╜

photo content

✅ Galmaa'uuf linkii kana fayyadamaa 👉🏻 @Toturegister_bot ✅ Akkaataa itti galmooftaniin laaluuf 👉🏻 Viidiyoo #qubeetutorial ╓⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶╖ ⟣ 🎓@QUBEETUTORIAL🎓  ⟢ ⟣ 🎓@QUBEETUTORIAL🎓  ⟢ ╙⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶╜

🚨📚 BARATAAN TOKKO IDDOO BARNOOTAATTI WAAN HUNDA NI BEEKA, GARUU GUYYAA QORUUMSA ENTRANCE, DALAGUUN MAAF ISA DHIBA?? 🤔🎯 Barattoota hedduu waliin waa'ee kana erga haasofnee booda, wanti walfakkaatu tokko ni jira: qabxiin barnoota waggaa guutuu gaarii ta'us, entrance irratti wanti isaan hin eegin isaan muudata. Innis 👉🆕 gaaffilee haaraa kana dura isaan itti hin qophoofne arguu. 👉📈 Ulfaachuu gaaffii. 👉📄 Gaaffii dheerachuu irraa kan ka’e hiika gaaffii beekuu dhabuu. 👉⏰ yeroon dhiphachuu fi 👉❌ Of-eeggannoo malee qophaa'uudha. 📌 Kanaafuu kun rakkoo dandeettii dhabuu miti, rakkoo qophii sirrii dhabuu ti. Kanaafuu kun nu biratti wanta salphatti fooyyessuun danda'amudha. 💡 Maarree Qubee Tutorial erga barattoota baay'ee gaaffii garagaraa gaafateen booda gadi buu'ee waan kana qorachuun furmaata addaa kaa'ee jira. Innis akkamitti barataan tokko rakkoo kanniin injifachuun qabxii barbaadu galmeessisuu danda'a kan jedhuudha. 🎯 Furmaanni maaliidha? ✅ Qubee Tutorial keessatti: 📖 Barattootni daran akka qophaa'aniif gaaffilee entrance irratti xiyyeeffachuudhaan barsiifna. 📝 Torbee torbeedhaan qormaata Quiz kennuun barataan tokko qormaataaf akka of qopheessu gochuudha. 🎥 Videon guutuun woraabbamee qophaa'ee jira. Kanaafuu yeroo barbaadanitti, iddoo barbaadanitti irra deddeebiin ilaalanii akka barataniif haalli kan mijateedha. 📚 Note fi wantoota qu'annaaf isaan barbaachisan guutuu qopheessinee jirra. 🏆 Waggaa lamaa oliif barattoota kutaa 9 hanga 12 kumaatamaan laakka'aman barsiisaa turuun keenya ni beekkama, innis daran amala barataa beekuu fi barataan tokko maal akka isa barbaachisu akka beeknuuf nu gargaaree jira. Kanaafuu nutis barataa tokko kanatu isa barbaachisa jechuun waan hunda qopheessineefii jirra. 🤝 Qubee Tutorial barataan tokko firii xaarii isaa akka argatuuf yeroo kamis isaan wajjiin dhaabbachuuf qophiidha. 🚀 Galmeen haaraan barattoota kutaa 12tiif eegalee jira waan ta'eef, liinkii armaan gadii tuquun gara channel keenyaatti seenuun ammuma galmaa'aa. 👉 https://t.me/Qubeetutorial 📞 Gaaffii fi yaada yoo qabaattan ☎️ Lakk bil:- 0966860278 0777203655 🌐 Toora website keenyaa daawwachuuf https://qubeetutorial.courses 📢 Wanti kun sin fayyedu yoo ta'e tarii maatii barataa ykn barataa kana dhagahuu barbaachisutu jiraata waan ta'eef, share godhi 🔄❤️ #qubeetutorial ╓⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶╖ ⟣ 🎓@QUBEETUTORIAL🎓  ⟢ ⟣ 🎓@QUBEETUTORIAL🎓  ⟢ ╙⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶╜

Food security is considered achieved only when
Anonymous voting

🔥 WEAK 1 STUDY PLAN 🔥 #GRADE_12 Sagantaan qu'annaa torbee 1ffaa kana fakkaata Barattooni galmooftanii jirtan viidiyoon gadi
🔥 WEAK 1 STUDY PLAN 🔥 #GRADE_12 Sagantaan qu'annaa torbee 1ffaa kana fakkaata Barattooni galmooftanii jirtan viidiyoon gadi lakkifamee waan jiruuf seentanii qayyabatuu ni dandeettu. Xumura torbee irratti mata-dureewwan kana irraa qormaata(Quiz) ni fudhattu. #Qubeetutorial ╓⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶╖ ⟣           🎓@QUBEETUTORIAL🎓           ⟢ ⟣           🎓@QUBEETUTORIAL🎓           ⟢ ╙⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶╜ 📸 @QUBEETUTORIAL  📹QUBEETUTORIAL

1. Marsaan tokko hangamiif tura? ✅Barnoonni kan xumuramu ji'a 6 keessatti. ✔️Kaffaltiin yeroo lamatti kaffalama jechuun: Marsaan 1ffaan ji'a 3 fi marsaa 2ffaanis ji'a 3 itti aanu keessatti kan xumuramu ta'a jechuudha. 2. Barnoonni baranne(video fi nootiiwwan) hangamiif tura? ✔️Barnoonni hanga ji'a 6tti yoo isinii xumurame, barnoonni isin barattan(video, nootii fi qormaatawwan) hundi isaatuu hanga guyyaa isin Entrance fudhattanii kan isinii tura ta'a jechuudha. 3. Barnoonni barannu kutaa 12ffaa qofa moo kutaalee biroos ni dabalata? ☑️Barnoonni isin barattan qabiyyeewwan of jalatti qabatu: ✔️Kutaa 11 fi 12 (Biology, Chemistry, Maths, Physics) fi ✔️Kutaa 9 fi 10 (Biology) kan qabatu ta'a. 4. Kaffaltii namni namaa kaffaluu ni danda'aa? ☑️Eeyyaan ni danda'a. Garuu kan gochuu qabdan riisiitii karaa telegram keessaniin(ittiin barattaniin) erguu qabdu. #qubeetutorial ╓⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶╖ ⟣           🎓@QUBEETUTORIAL🎓           ⟢ ⟣           🎓@QUBEETUTORIAL🎓           ⟢ ╙⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶╜ 📸 @QUBEETUTORIAL  📹QUBEETUTORIAL

❓Gaaffiilee Barattoonni Irra Deddeebiidhaan Gaafataa Jirtan: 1. Marsaan tokko hangamiif tura? 2. Barnoonni baranne(video fi nootiiwwan) hangamiif tura? 3. Barnoonni barannu kutaa 12ffaa qofa moo kutaalee biroos ni dabalata? 4. Kaffaltii namni namaa kaffaluu ni danda'aa? ✅Gaditti deebii kan isiinii deebisnu ta'a.

✅ Akkawuntii baankii asirratti ni argattu 👇 👉🏻https://t.me/qubeetu/17

Galmee kutaa 12 galmaa'uuf linki armaan gadii tuquun gara page galmee keenyaatti seenaa. 👉 @Toturegister_bot Galmeen marsaa tokko qarshii dhibba jaha (600). Haalli galmee ifa yoo isiniif hin taane video isiniif kaawwamee ilaaluu hin dagatiinaa. #qubeetutorial ╓⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶╖ ⟣ 🎓@QUBEETUTORIAL🎓  ⟢ ⟣ 🎓@QUBEETUTORIAL🎓  ⟢ ╙⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶╜

💥💥ODUU GAMMACHIISAA💥💥 ▫️GALMEEN KUTAA 12 KAN BARA 2019 EEGALEE JIRA. Haala filannoo keessanii irratti hundaa’uun akkaataa kaffaltii gara marsaa lamaattii jijjiirree jirra, kanaafuu marsaan tokko qarshii dhibba jaha yoo ta’u barnoota semisteera tokkoo of keessatti kan qabatuudha. Akkaataa galmee guutumatti hubatuuf video armaan gadii ilaalaa. 📲

Barattootni baay'een galmeen marsaa lamaan nuuf haa ta'u jechuun nu gaafachaa jirtu. Kanaafuu, nutis filannoo keessan irratti hundoofnee akka murteessinuuf filannoowwan jiran lamaan keessaa tokko nuuf filadhaa. Galatoomaa 🙏
Anonymous voting

📢 GALMEEN BORU NI EEGALA. 📢 🗓 Galmee bara barnoota 2019 boru gaafa guyyaa 22/11/2018 ni eegalla. ℹ️ Galmeen kun ammaaf barattoota kutaa 12 qofa kan ilaallatu yoo ta’u, galmeen barattota kutaa 9,10 fi 11 yeroo dhihoo keessatti ni eegala. 📋 Waa’ee galmeetiin wal qabatee odeeffannoon guutuun akka armaan gadiitti isiniif taa’ee jira. ⚪️ Barnoota bara kanaa keessatti subject Biology, Chemistry, Physics, Mathematics fi English Tense ni argattu.📚 ⚪️ Video guutuu sangantaadhaan harcaatii tokko malee note guutuu waliin ni argattu.🎥 ⚪️ Qormaatni adda addaas yeroo yeroon isiniif kan kennamu ta’a.📝 ⚪️ Yaada barataa baay’ee irratti hundaa’uun kaffaltii kana dura marsaa sadiin (3) kaffalchiisaa turre gara kaffaltii marsaa lamaatti (2) jijjiirree jirra. Kana jechuun marsaan tokko semisteera tokko of keessatti hammata jechuudha.💡 ⚪️ Kaffaltiin galmee marsaa tokko birrii dhibba jaha (600), innis semisteera tokkoof jechuudha.💰 ❓ Gaaffii fi yaada yoo qabaattan isin keessummeessuuf qophiidha. ☎️ Lakk bill:- · 📞 0966860278 · 📞 0777203655 🌐 Toora website keenyaa daawwachuuf. · 🔗 https://qubeetutorial.courses ⚠️ Hubachiisa Beeksisni armaan olii kun barattoota kutaa 12 qofa kan ilaallatu yoo ta’u, barattoota kutaa 9,10 fi 11 tiif galmeen yeroo dhihoo keessaatti kan eegalu ta'uu isaa isin hubachiisuu barbaadna. Haala galmee boru ganama isin beeksifna. 🙏 Guddaa galatoomaa. 🙏 #qubeetutorial ╓⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶╖ ⟣ 🎓@QUBEETUTORIAL🎓  ⟢ ⟣ 🎓@QUBEETUTORIAL🎓  ⟢ ╙⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶╜

GALATOOMAA 🙏 Qubee Tutorial waggaa lamaan darbaniif karaa Telegram 📲 fi YouTube ▶️ irraan barattoota keenyaaf barnoota kennaa turuun isaa kan beekkamuudha. Maarree nutis imala kana keessatti barattoota qaxalee hedduu horachuu keennaan gammachuu guddatu nutti dhagahamee jira. 🎉 Ammas imalli keenya akkuma itti fufetti kan jiru yoo ta'u, barattoota keenya guutuu biyyaa keessa jiran hundaa humna qabnuun isaan wajjiin dhaabbachuuf yeroo kamis qophii akka taane isin beeksisuu barbaadna. 🤝 Maarree nutis Qubee Tutorial karaa Website 🌐 fi Miidiyaa hawaasaa (Social Media) 📱 hundaan dhufuu keenya kabaja guddaa waliin isin beeksifna. Maarree hojii keenya guutuu toora website keenyaatiin ilaaluuf. ➡️ https://qubeetutorial.courses⁠ 🌍 Nu Hordofaa. 💬 Toora miidiyaa hawaasaatiin nu argachuuf 👇 📲 Telegram https://t.me/Qubeetutorial⁠ ▶️ YouTube https://www.youtube.com/@QUBEER-lg8wy⁠ 🎵 TikTok https://www.tiktok.com/@qubeetutorial?_r=1&_t=ZS-98MS69AGOTX⁠ 📸 Instagram https://www.instagram.com/qubeetutorial?igsh=MWh3c2treDk3OW9oOA==⁠ 📘 Facebook Page https://www.facebook.com/Qubeetutorial?mibextid=ZbWKwL⁠ Hiriyyoottan keessaniif 🔄 share gochuun akka maatii keenyatti dabalaman taasisaa. ❤️ Guddaa galatoomaa. 🙏 #qubeetutorial ╓⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶╖ ⟣ 🎓@QUBEETUTORIAL🎓  ⟢ ⟣ 🎓@QUBEETUTORIAL🎓  ⟢ ╙⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶╜

Which of the following best describes the application of tissue culture technology? It allows for the:
Anonymous voting