ch
Feedback

不要被骗子欺骗!Telemetrio 会找到并标记这些频道 👉 如果想查看标记,请订阅

ORO ISPOORTII

ORO ISPOORTII

关闭频道

༆Chanaala kana #Request join godhi. Chanaali kana irratti odeeffannoo ispoortii garagaraa ni argattaa. ➮ Premier league England ➮ Laligaa Ispeen ➮ Bundisliigaa Jarmanii ➮ SeriA Italy ➮ Tapha kallattiin ➮Oduu jijjiiraa fi k,k,f ni argattu. Request jo

显示更多

📈 Telegram 频道 ORO ISPOORTII 的分析概览

频道 ORO ISPOORTII 是活跃参与者。目前社区聚集了 58 733 名订阅者,在 技术与应用 类别中位列第 2 251,并在 印度 地区排名第 5 659 位。

📊 受众指标与增长动态

自 невідомо 创建以来,项目保持高速增长,吸引了 58 733 名订阅者。

根据 12 十一月, 2026 的最新数据,频道保持稳定运转。过去 30 天订阅人数变化为 -214,过去 24 小时变化为 31,整体触达仍然可观。

  • 认证状态: 未认证
  • 互动率 (ER): 平均受众互动率为 0.45%。内容发布后 24 小时内通常能获得 0.26% 的反应,占订阅者总量。
  • 帖子覆盖: 每篇帖子平均可获得 266 次浏览,首日通常累积 155 次浏览。
  • 互动与反馈: 受众积极参与,单帖平均反应数为 2。

📝 描述与内容策略

作者将该频道定位为表达主观观点的平台:
“༆Chanaala kana #Request join godhi. Chanaali kana irratti odeeffannoo ispoortii garagaraa ni argattaa. ➮ Premier league England ➮ Laligaa Ispeen ➮ Bundisliigaa Jarmanii ➮ SeriA Italy ➮ Tapha kallattiin ➮Oduu jijjiiraa fi k,k,f ni argattu. Reque...”

凭借高频更新(最新数据采集于 13 十一月, 2026),频道始终保持新鲜度与高覆盖。分析显示受众积极互动,使其成为 技术与应用 类别中的关键影响点。

58 733
订阅者
+3124 小时
-1117 天
-21430 天
帖子存档
Baldeen seene

Baheera

Espaart miidhameera

Vaaalveerdee waan midhame fakkata

Garen lamanu cara goli tahu ballesaa jiruu

Rafinha cara bareda argate ture waqa kessa ol kasse

Kilabni lamanu dhibbaa umani taphacha jiru

Daqiiqaa 13 irra gahaniiru

Yalle ture Lunin haaluma salphan qaphate

Goordon

Arda Gular yale ture waqa kessa ol kasse

🚨 Baarseloonaan uffaannaa deeggartoota Riyaal Maadriid gara istaadiyeemii akka hin seenne dhorkaa jira. Eegdonni nageenyaa K
+1
🚨 Baarseloonaan uffaannaa deeggartoota Riyaal Maadriid gara istaadiyeemii akka hin seenne dhorkaa jira. Eegdonni nageenyaa Kaamp Nuu jiran deeggartoonni Riyaal Maadriid garee deeggartootaa aangawaan beekamtii qabu jalatti hin hiriirre hundi uffannaa isaanii balfa keessa akka gataniif dirqisiisaa jiru. 👀🤮

Tapha Baarseloonaa fi Madrid Tamsasa kallattiin sini dabarsinu?
Anonymous voting

🟢Uffannaa Baarseloonaan tapha har'aa irratti fayyadamu.
🟢Uffannaa Baarseloonaan tapha har'aa irratti fayyadamu.

Laamiin Yamaal taphaaf gaheera. Pray for Riyaal Maadriid.🥺🔥
Laamiin Yamaal taphaaf gaheera. Pray for Riyaal Maadriid.🥺🔥

🟢El Kilaasiikoo durii,El Kilaasiikoo giddugalaa,El Kilaasiikoo ammaa .
🟢El Kilaasiikoo durii,El Kilaasiikoo giddugalaa,El Kilaasiikoo ammaa .

🚨🗣️ Breaking: Maayikeel Kaarik: "Maaltu itti aanu? Dhuguma hin beeku. Deeggartoota deeggarsa nuuf godhaniif nan galateeffad
🚨🗣️ Breaking: Maayikeel Kaarik: "Maaltu itti aanu? Dhuguma hin beeku. Deeggartoota deeggarsa nuuf godhaniif nan galateeffadha."

Bruno Fernandes, walakkaa lammaffaa irratti erga ho'ee booda gara teessootti deebi'ee ergame. “Murtee kubbaa miilaa qulqulluu
Bruno Fernandes, walakkaa lammaffaa irratti erga ho'ee booda gara teessootti deebi'ee ergame. “Murtee kubbaa miilaa qulqulluu”, jedhe Kaariik tapha dura waa’ee Biruunoo teessoo irratti yeroo gaafataman.

📉 Maanchistar Yunaayitid taphoota 2n darban Koomoo fi Boornmaawuz waliin taasisaniin goolii 7 galcheera.
📉 Maanchistar Yunaayitid taphoota 2n darban Koomoo fi Boornmaawuz waliin taasisaniin goolii 7 galcheera.

🚨 Breaking: Biruunoo Fernaandees Maan Yunaayitid fi Boornmaawuz waliin taphachuuf Maayikeel Kaariik teessoo irra kaa'uu isaa
🚨 Breaking: Biruunoo Fernaandees Maan Yunaayitid fi Boornmaawuz waliin taphachuuf Maayikeel Kaariik teessoo irra kaa'uu isaa gabaasni ni mul'isa. Murteen leenjisaan kenname — bifa badaa fi qeeqa tapha Koomoo booda tooftaa hordofa.