ch
Feedback
Creative Dev

Creative Dev

前往频道在 Telegram

Let's build your digital future Connect with me on LinkedIn: https://www.linkedin.com/in/ararso-dev

显示更多
2 415
订阅者
-424 小时
-247
-9430
帖子存档
“Kitaaba dubbisuun,guutuu nama taasisa”jedhu hayyoonni itti fayyadaman. Eeee ilmi namaa guutuu tahee dhalatuu baatus,hir’uu guutuu gadiiti malee,hir’uu walakkaa gadiitii mitii beeki. Jaaloo Abjuu kee jiraachuu barbaadnaan,kallattii kaayyoo keetii adda baafadhu,kitaaba abjuu kee galmaan sii gahuu dandahan filadhuu dubbisi,sagalee kaayyoo keetiif mijataa tahe dhaggeeffadhu,nama kallattii kaayyoo keetii jiru barbaadii hordofi,humna yeroo imala kee jalqabduu osoo hin taane,gammachuu yeroo kaayyoo kee bira geette argattu yaadaan argaa socho’i. Obbolaa Kitaabni si dubbisaa ooluu irra,ati kitaaba dubbisaa jiraadhu,kitaabni si taajjabaa jiraachuu irra,ati waan kitaaba keessa jiru laalii taajjabi,namni ati wajji jiraataa jirtu hundi kitaabaa beeki,namni kuni hundi fuula kee dubbisee sirraa barreessuu irra, ati dubbisii waa irraa baradhu. Namana Waggatti kitaabuma tokko,kan fuula dhibba lama qabu yoo dubbifte,waggaa guutuu jiraattee,sa’aa kuma saddeetiifi dhibba torbaafi jahahaatama irraa,sa’aa tokkoofi daqiiqaa digdama ufiif kennitee herregadhu. Hey Namni dadhabaan waa dubbisuu hin dandeenye tokko,jecha dhibba lamaa,daqiiqaa takka keessatti dubbisee xumuraa hisaaba godhadhu,namni cimaan,jecha kuma tokkoofi dhibba jaha,daqiiqaa tokko keessatti dubbisee xumuraa beeki,kana ragaan arguu barbaadda taanaan,maxxansa amma dubbisaa jirtu kana,jecha meeqa fi daqiiqaa meeqatti akka xumuruu dandeettu shallagii irra gahi. Hohohoo Dubbachuu malee dubbisuu dadhabnaan,haasaan kee dhama fixatataa jiraa uf dhaqqabi. Fb: Ustaaz Sufiyan Usman

harka kee Rabbiitti ol fuute kan kadhattu yeroo Rakkinaa fi  dhiphinaa qofa yoo tahe    kana mushrikonni duriillee waan godhaa darbaniidha... رَكِبُوا۟ فِى ٱلْفُلْكِ دَعَوُا۟ ٱللهَ مُخْلِصِينَ لَهُ ٱلدِّينَ فَلَمَّا نَجَّىٰهُمْ إِلَى ٱلْبَرِّ إِذَا هُمْ يُشْرِكُونَ﴾ Yeroo doonii yaabbatan, amantii Isaaf qulqulleessuun Allaah qofa kadhatu  Yeroo Inni gara dachiitti nagaan isaan baase immoo yeroma san (Rabbitti) qindeessu. Mu'uminni yeroo hunda Rabbii isaa kadhata  yeroo nagaas tahe yeroo rakkinaa. Yoo Rabbii kee waliin yeroo nagaa wal bartee, yeroo rakkinaa si beeka 👤 Rafiiqul Islaam      🏠Geeraa🏠 🆔 CODE #51 Plzzz...Share naaf godhaa.🙏🙏 👍Dorgommii irratti hirmaatuf👍                          Join                        👇👇👇             ╔══━▒๑•ั🌹•ั๑▒━━═╗                   @DeraJemea                   @DeraJemea                   @DeraJemea           ╚═━━▒๑•ั⭐️•ั๑▒━══                        👆 👆👆 Erguuf @Derajemea99_bot    

Repost from BURQAA BEEKUMSAA
🅱REAKING NEWS Ati Barataadha Taatee Chaanaalota Kana Hin Qabdu Taanaan Homaayyuu Hin Qabduu!!! Maarree Furmaanni Isaa Kunootii Join Kan Jedhu Tuqii Ittiin Barnoota Argadhuu!!! Namni Chaanaalii bituu barbaaddan asirratti argachuu dandeessuu https://t.me/GurgurtaaChaanaalii 👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇

Learning is burning

Repost from BURQAA BEEKUMSAA
CHAANAALII GURGURTAA Namni chaanaalii bituu barbaaddan dafaa na qunnamaa caarraan kun akka isin hin dabarfannee 11K 2.3K 2.2K
CHAANAALII GURGURTAA Namni chaanaalii bituu barbaaddan dafaa na qunnamaa caarraan kun akka isin hin dabarfannee 11K 2.3K 2.2K 1.9K 1.8K Namni bituu fedha qabdan yeroo dhuftan kallattiidhaan gara haajaa keessanii seenaa!!! Karaa kanaan na qunnamaa ══════════ Contact info: Channel- @GurgurtaaChaanaalii Phone Number - 0901347788 Username - @Rafiqul_Islaam Email - Furkanawel440@gmail.com

Mee amma duubo akkanaan Akkamiin diina san moona? ○○○●●●○○○ Ati kanaa inni saniin Ofumaaf quba wali laachuu Wal duubattiis wal hamannee Foon walii alanfannee nyaachuu Hojii godhannee itti jirraa Firraa dhiifnee wal hammachuu Maqaan taane walitti baafnee Ofumaaf wal ajeessinaa Cilee hin taaneen wal dibnee Jibbaa daran jabeessinaa Akkamtu fala yaa dhiiroo Rakkanneerraa dubbii tanaan Yeroo ofiif wal jabeeysinee Waliif tumsuun nurra jiru Kan wallaalaa barsiifannee Beekaan keenyaas waliin hiriiruun Kan dogoggorees sirreeyfannee Namaaf taanu fakkii jiruu Keenya ammoo ofiif wal nyaannee Diina keenyaan injifatamnaa Alagaan dorgomuu dhiifnee Ofumaaf walitti deebinaa Akka ilmaan abaarsaa Diina duratti wal qabnaa Mee duubo amma akkanaan Akkamiin diina san moona? ✍️ By Ararso Mohammed

Repost from BURQAA BEEKUMSAA
ℹ️ "Mobile Card" Guyyaa guyyaadhaan ittiin guuttachuu dandeessu, Maallaqa hedduus hojjechuu dandeessu!              ⇣ Namoota hojii online hojjettan maraaf! Karaa Telegram osoo homaayyuu hin dhama'iin, namaaf share taasisuu qofaan qarshii hedduu argadhaa! Step 1 :- Jalqaba link kana tuquun Start tuqaa! https://t.me/hulepay_official_bot?start=r07255829184 Step 2 :- Channel lamaan isiniif dhufan join taasisaa! Sana booda «✅Check» kan jedhu tuqaa! Kaffaltii karaa Telebirr kan fudhattan yoo ta'u, Referral link keessan namaaf erguun qarshii hedduu hojjechuu dandeessu! Nama tokkoon birrii tokko kan kaffalu yoo ta'u, akkasumas guyyaa guyyaadhaan bonus qaba!

Repost from BURQAA BEEKUMSAA
🅱REAKING NEWS Ati Barataadha Taatee Chaanaalota Kana Hin Qabdu Taanaan Homaayyuu Hin Qabduu!!! Maarree Furmaanni Isaa Kunootii Join Kan Jedhu Tuqii Ittiin Barnoota Argadhuu!!! Namni Chaanaalii bituu barbaaddan asirratti argachuu dandeessuu https://t.me/GurgurtaaChaanaalii 👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇

Nama Rabbiin karaa qajeelloo isaan fedhe wanti isa jal'isu tokkolleen hin jiru!! Maashaa Allaah, guyyaa har'aa obboleeysi kee
Nama Rabbiin karaa qajeelloo isaan fedhe wanti isa jal'isu tokkolleen hin jiru!! Maashaa Allaah, guyyaa har'aa obboleeysi keenya tokko gara amantii isaa tan jalqabaa (Islaamummaa) tti deebi'ee jira!! Allaahu Akhbar!! Rabbiin sabaata haa kennuuf!!

وَإِذَا حُيِّيتُم بِتَحِيَّةٍ فَحَيُّوا بِأَحْسَنَ مِنْهَا أَوْ رُدُّوهَا ۗ إِنَّ اللَّهَ كَانَ عَلَىٰ كُلِّ شَيْءٍ حَسِيبًا Yeroo kabajaa wahiitiin kabajamtan, ishee irra gaariidhaan kabajaa; yookiin isuma deebisaa Dhugumatti, Rabbiin waan hunda irratti qorataadha Qur'aana, Suuraa Al - Nisa Aayata 86 👤 Araarsoo Muhammad      🏠Ciroo🏠 🆔 CODE #38 Plzzz...Share naaf godhaa.🙏🙏 👍Dorgommii irratti hirmaatuf👍                          Join                        👇👇👇             ╔══━▒๑•ั🌹•ั๑▒━━═╗                   @DeraJemea                   @DeraJemea                   @DeraJemea           ╚═━━▒๑•ั⭐️•ั๑▒━══                        👆 👆👆 Erguuf @Derajemea99_bot    

Akkuma jirruttuu Jirra addunyaa kheeysa Gaariis tahu hamaa Hunda keeysummeeysaa Yoo qoreen nu waraantees Suutuma okkolaa Addaan akeekkannee Karaa isa qajeelaa Akkam jirtan isin hoo Obboleeyyan koo qaalii Nagayaa fayyaa qabduu Hundi kan gadiif olii Duuyda addunyaa gubbaa Warreen wajjiin jirru Jiruun maal fakkaatti Jaalowwan koo tiruu Mee koottuu Aammin ja'i Du'aa'iin siif godhaa Atiis nan dagatin Aniis haajamaadhaa!! Biiftuun ganama har'aa Akkuma ol baateen Fuula kee haa ibsitu Gammachuuniis dhuftee Rakkoon duraan jirtuus Duuyda sitti galtee Si afaan haa baatu Ganamaan milkiin tee Assalaamu Aleeykum Warahmatullaahi Wabarakaatuhu, akkam bultan isin?

Repost from BURQAA BEEKUMSAA
CHAANAALII GURGURTAA Namni chaanaalii bituu barbaaddan dafaa na qunnamaa caarraan kun akka isin hin dabarfannee 11K 2.3K 2.2K
CHAANAALII GURGURTAA Namni chaanaalii bituu barbaaddan dafaa na qunnamaa caarraan kun akka isin hin dabarfannee 11K 2.3K 2.2K 1.9K 1.8K Namni bituu fedha qabdan yeroo dhuftan kallattiidhaan gara haajaa keessanii seenaa!!! Karaa kanaan na qunnamaa ══════════ Contact info: Phone Number - 0901347788 Username - @Rafiqul_Islaam Email - Furkanawel440@gmail.com

ሰላም ዉድ Rabbii tokkicha malee ilma namaa hin gabbarru. የእርሶ መጋበዣ ሊንክ ይህ ነው : https://t.me/etbpayer_Bot?start=r05730575214 ይሄን
ሰላም ዉድ Rabbii tokkicha malee ilma namaa hin gabbarru. የእርሶ መጋበዣ ሊንክ ይህ ነው : https://t.me/etbpayer_Bot?start=r05730575214 ይሄን ሊንክ COPY ወይም FORWARD በማድረግ GROUP ላይ ወይም ለተለያዩ ሰዎች በመላክ የሞብለ ኢንተርኔት ያግኙ እስካሁን የጋበዙት ሰዎች ብዛት 0 ናቸው