Creative Dev
前往频道在 Telegram
Let's build your digital future Connect with me on LinkedIn: https://www.linkedin.com/in/ararso-dev
显示更多2 415
订阅者
-424 小时
-247 天
-9430 天
帖子存档
2 413
Dear students, be informed that your first semester mid-exam postponed for one week.
2 413
Repost from BURQAA BEEKUMSAA
🅾𝐃𝐔𝐔 🅰𝐌𝐌𝐄𝐄
Caarraa Kanatti Namni Hin Fayyadamin Dafaa Ammuma Itti Dabalamaa Jabaadhaa Akka Isin Hin Dabarfannee Nama Tokko Qofatu Hafee #999 Abbaa Caarraa Ta'uudhaaf Dafii Gadi Tuqii keessaa kan Barbaadde
Abbaa Caarraa Ta'aa
2 413
Repost from BURQAA BEEKUMSAA
Chaanaalii Akkamii Barbaaddu⁉️ Chaanaalota Barbaachisoo ta'an hundaayyuu isiniif qabannee dhufneerra join godhaa itti fayyadamaa
ምን ቻናል ይፈልጋሉ⁉️ እንድትቀላቀሉ እና እንድትጠቀሙባቸው ሁሉም አስፈላጊ ቻናሎች አሉን።
5K+ Subscribers
Free Wave Promo
@Rafiqul_Islaam
2 413
Kan kanarra hamaa dhufuun shakka
Ammaas yoo xiqqo turre
~~~~~~~~
Bara Qarri Cabe
Kan doomaan waa muru
Haqa namaa nyaachuuf
Hunduu jala maru
Bara bariin barfattee
Abbaan haqasaa dhabee
Haqqii isaa ol baasuuf
Hireef hirmaannaa agabe
Gaafa humnaan bulaan
Dachii Rabbii guutee
Roorroon warra haqaatti
Akka malee baay'atte
Bara san keessa jirraa
Kan keenyaa maal dubbannaa
Akkuma walirra jirruun
Kunoo hunduu wal miinaa!!
Bara namni haasidummaan
Maqaa walii balleeysu
Hanga dandahe maraan
Gad qabee wal xiqqeeysu
Ajiib yaa raajii uumaa
Baruma akkam agarree
Kan kanarraa hamaa dhufuun shakka
Ammas yoo xiqqo turre
✍️ Ararso Mohammed
Assalaamu Aleeykum Warahmatullaahi Wabarakaatuhu, akkam jirtan isin?
现已上线!2025 年 Telegram 研究 — 年度关键洞察 
