Creative Dev
前往频道在 Telegram
Let's build your digital future Connect with me on LinkedIn: https://www.linkedin.com/in/ararso-dev
显示更多2 415
订阅者
-424 小时
-247 天
-9430 天
帖子存档
2 413
Repost from የሥራ እና ክህሎት ሚኒስቴር minister of labor and skills
𝑪𝑯𝑨𝑨𝑵𝑨𝑨𝑳𝑰𝑰 𝑨𝑲𝑲𝑨𝑴𝑰𝑰 𝑩𝑨𝑹𝑩𝑨𝑨𝑫𝑫𝑼𝑼⁉️
𝑾𝑯𝑨𝑻 𝑪𝑯𝑨𝑵𝑵𝑬𝑳 𝑫𝑶 𝑻𝑯𝑬𝒀 𝑾𝑨𝑵𝑻⁉️
5K+ 𝐒𝐮𝐛𝐬𝐜𝐫𝐢𝐛𝐞𝐫𝐬
𝐅𝐫𝐞𝐞 𝐏𝐫𝐨𝐦𝐨𝐭𝐞𝒓: @Rafiqul_Islaam
2 413
Learn this course in GreatLearning and get course completion certificate for FREE | Ecommerce Website with HTML & CSS |
https://www.mygreatlearning.com/academy/courses/10889510/56697#?utm_source=share_with_friends&gl_source=share_with_friends
2 413
Repost from Jama'aa Dargaggoota Musliima Dheeraa
harka kee Rabbiitti ol fuute kan kadhattu yeroo Rakkinaa fi dhiphinaa qofa yoo tahe kana mushrikonni duriillee waan godhaa darbaniidha...
رَكِبُوا۟ فِى ٱلْفُلْكِ دَعَوُا۟ ٱللهَ مُخْلِصِينَ لَهُ ٱلدِّينَ فَلَمَّا نَجَّىٰهُمْ إِلَى ٱلْبَرِّ إِذَا هُمْ يُشْرِكُونَ﴾
Yeroo doonii yaabbatan, amantii Isaaf qulqulleessuun Allaah qofa kadhatu Yeroo Inni gara dachiitti nagaan isaan baase immoo yeroma san (Rabbitti) qindeessu.
Mu'uminni yeroo hunda Rabbii isaa kadhata yeroo nagaas tahe yeroo rakkinaa. Yoo Rabbii kee waliin yeroo nagaa wal bartee, yeroo rakkinaa si beeka
👤 Rafiiqul Islaam
🏠Geeraa🏠
🆔 CODE #51
Plzzz...Share naaf godhaa.🙏🙏
👍Dorgommii irratti hirmaatuf👍
Join
👇👇👇
╔══━▒๑•ั🌹•ั๑▒━━═╗
@DeraJemea
@DeraJemea
@DeraJemea
╚═━━▒๑•ั⭐️•ั๑▒━══
👆 👆👆
Erguuf @Derajemea99_bot
2 413
𝑪𝑯𝑨𝑨𝑵𝑨𝑨𝑳𝑰𝑰 𝑨𝑲𝑲𝑨𝑴𝑰𝑰 𝑩𝑨𝑹𝑩𝑨𝑨𝑫𝑫𝑼𝑼⁉️
𝑾𝑯𝑨𝑻 𝑪𝑯𝑨𝑵𝑵𝑬𝑳 𝑫𝑶 𝑻𝑯𝑬𝒀 𝑾𝑨𝑵𝑻⁉️
5K+ 𝐒𝐮𝐛𝐬𝐜𝐫𝐢𝐛𝐞𝐫𝐬
𝐅𝐫𝐞𝐞 𝐏𝐫𝐨𝐦𝐨𝐭𝐞𝐫
@Rafiqul_Islaam
2 413
Repost from BURQAA BEEKUMSAA
CHAANAALII GURGURTAA
Namni chaanaalii bituu barbaaddan dafaa na qunnamaa caarraan kun akka isin hin dabarfannee
11.7K
2.5K
2.2K
2.1K
1.7K
Namni bituu fedha qabdan yeroo dhuftan kallattiidhaan gara haajaa keessanii seenaa!!!
Karaa kanaan na qunnamaa
══════════
Contact info:
Channel- @GurgurtaaChaanaalii
Phone Number - 0901347788
Username - @Rafiqul_Islaam
Email - Furkanawel440@gmail.com
2 413
Repost from Jama'aa Dargaggoota Musliima Dheeraa
harka kee Rabbiitti ol fuute kan kadhattu yeroo Rakkinaa fi dhiphinaa qofa yoo tahe kana mushrikonni duriillee waan godhaa darbaniidha...
رَكِبُوا۟ فِى ٱلْفُلْكِ دَعَوُا۟ ٱللهَ مُخْلِصِينَ لَهُ ٱلدِّينَ فَلَمَّا نَجَّىٰهُمْ إِلَى ٱلْبَرِّ إِذَا هُمْ يُشْرِكُونَ﴾
Yeroo doonii yaabbatan, amantii Isaaf qulqulleessuun Allaah qofa kadhatu Yeroo Inni gara dachiitti nagaan isaan baase immoo yeroma san (Rabbitti) qindeessu.
Mu'uminni yeroo hunda Rabbii isaa kadhata yeroo nagaas tahe yeroo rakkinaa. Yoo Rabbii kee waliin yeroo nagaa wal bartee, yeroo rakkinaa si beeka
👤 Rafiiqul Islaam
🏠Geeraa🏠
🆔 CODE #51
Plzzz...Share naaf godhaa.🙏🙏
👍Dorgommii irratti hirmaatuf👍
Join
👇👇👇
╔══━▒๑•ั🌹•ั๑▒━━═╗
@DeraJemea
@DeraJemea
@DeraJemea
╚═━━▒๑•ั⭐️•ั๑▒━══
👆 👆👆
Erguuf @Derajemea99_bot
2 413
Signup to Great Learning Academy using my referral code "GLCIZCTCRBZRW" and Earn 100 GL Coins. Use GL coins to earn exciting rewards.
https://www.mygreatlearning.com/academy?referrer_code=GLCIZCTCRBZRW
2 413
Akka dhihetti hin hafuu
Nuuf bari'a gaaf tokko
Har'aaf nutti marsuus
Shirri diinaa fi rakkoon
Yoo halkan dheeratees
Uffatee dukkana
Abdii hin kutannu
Rabbitti irkanna
Dukkanaa'een hafu
Biiftuun milkiis ni baati
Dhugɑɑn moo'ee mul'ata
Sobni ni dhabamti
Gargaaraan dhabamus
Kan dhugaadhaaf tumsu
Rahmaan mootiin maraa
Nutti hin callisu
✍️ @Riqicha_milkii
2 413
Repost from Jama'aa Dargaggoota Musliima Dheeraa
harka kee Rabbiitti ol fuute kan kadhattu yeroo Rakkinaa fi dhiphinaa qofa yoo tahe kana mushrikonni duriillee waan godhaa darbaniidha...
رَكِبُوا۟ فِى ٱلْفُلْكِ دَعَوُا۟ ٱللهَ مُخْلِصِينَ لَهُ ٱلدِّينَ فَلَمَّا نَجَّىٰهُمْ إِلَى ٱلْبَرِّ إِذَا هُمْ يُشْرِكُونَ﴾
Yeroo doonii yaabbatan, amantii Isaaf qulqulleessuun Allaah qofa kadhatu Yeroo Inni gara dachiitti nagaan isaan baase immoo yeroma san (Rabbitti) qindeessu.
Mu'uminni yeroo hunda Rabbii isaa kadhata yeroo nagaas tahe yeroo rakkinaa. Yoo Rabbii kee waliin yeroo nagaa wal bartee, yeroo rakkinaa si beeka
👤 Rafiiqul Islaam
🏠Geeraa🏠
🆔 CODE #51
Plzzz...Share naaf godhaa.🙏🙏
👍Dorgommii irratti hirmaatuf👍
Join
👇👇👇
╔══━▒๑•ั🌹•ั๑▒━━═╗
@DeraJemea
@DeraJemea
@DeraJemea
╚═━━▒๑•ั⭐️•ั๑▒━══
👆 👆👆
Erguuf @Derajemea99_bot
2 413
Gaaffii Badhaasa kaardii 200 birr qabdu
Namni Suuraa Armaan Olii Iraatti Mul'atu Maqaan Isaa eenyuu?
现已上线!2025 年 Telegram 研究 — 年度关键洞察 